Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Farfattuu kibbee koo farfanna keettin baayyee ebbifamera gooftaan si haa eebbisu .bagaa gooftaan si oolchee .baayyee si oolche❤❤❤❤🍇🍇🍇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥♥♥
Woo kibbee mucaa yesus bagaa nagaan nuf dhuftee bayee sii jalana sii kabanyaas
dhugaa rabbii farfaatu kanaa woliin mudaannoo wol fakkaata qabnam
Wowowowowo farfattuu kabajamtuuf jaalatamtuu mucaa abbaa kootii nuuf ebbifami haadhoo ofii tiyyaa
Wow Kibbee koo baga Gooftaan koo si olchee,baay'een si jaaladha barri kee hafe kan eebbbaa haa ta'u.
Bagaa waqayyoo si olchee kibee Koo ❤❤❤❤❤❤
Wawoooo waqaayoo galaataa guddaa haa fudhaatuu isaa bishaaniin nyaatamuu sii olceeeeeeeee!!!!!
Wòooow kibbee koo Bagaa Sii basee GOOFTAAN. Bayyee Sii Jaalladha jabaadhuu Mucaa kakuu
Eebbiffammaa dachaaa kibbee tiyya waan namatti toltuu nama marartii darbii deemii hindangeeffamnii
Waaqayyo ayyaanasa siif habayisu amma dhumaati sihadhaabu kibbeeko jabaadhu
Ishoo baga tume ari'e na aarseera namichi bishaanitti isin naqe.garuu siin waaqayyo baga si oolche .
Fafatuu kibbee bayee jaladhaa🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💔💔💔💔
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee bagaa waaqayyoo sii gargaree kibee koo 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘Fayaa koo ebbifami hubatu koo💘💘💘❤️❤️❤️🥁🥁🥁🎶🎶🎶😍😍😍😍
Bagaa wawayyo sii olchee jabduu koo ebifamaa dacha dacha tv mo.aa 💐💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Bagaa waaqayyooo si olchee kibeekooo ebbifaam waaqayyoo si haa garigaruuu nagaan nuuf kotuu kibeekoo 🥰😘😍🌹🍀⚘🥀
Bagaa gesaan🌼🌼🌼🌼🌼 bagaa waaqayyoo sii olchee ebbifamtu mucaa gooftaa Ebbifamii
Kibbuko bayyee sijalladha naf jiradhuu faruuketti bayyee ebifamnerraaaa❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
Uuuuuuuuuffeee waqayyoon baga si hambise kibbee kenyaa
Faarfattuu kibbeen dhuguma nama ayyaanni waaqayyoo irra jiru. Ani kan jedhu Ayyaanni Waaqayyo sirra jiru kun Ammaaf haga dhumaatti siitti dabalaa haa adeemu siin jedhaa itti naaf himaa.
Uuufffeee Ebifamaa obbolotakoo Bagaa waqayoo si gargaree kibiyee
Simboo wayiitu sirra jira kibbee keenya eebbifami
Uuuufffff bagaa waaqayyoo si oolchee f kibbee eebbifami
Huuufff bagaa waqayyoo sigargaree Hadhoo ko Kibiyee 💗💗💗
Ebifamaa ijoolee gofta 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼💘💘💘💘💘💘💘🌻🌻🌻🌻🌻🌻💔💔💔💔 baaga geesanii
Uuuuffffeeeeee kibbee koo baga ooltee galannii waaqa haa gayuu
Obboleettii kiyaa Atii Baga jirate hundii keessaanu
Baga gessani qophesitonii TV mo,a hundii kessanii🌻🌻🌻😍😍😍😍🙏🙏
Baga waaqayyo si oolche kibbee
waqayyo isa sii oolchef galaanni ha ta'u baga irraa haftee
Hundi kessanuu Waaqayyo isin haa eebbisu gaaffif deebii gaarii nama barsiisuufi boharsudha.
Ebifami ebifami
eebbiffami mucaa waaqayyoo
Bagaa waqaayyoo sii olchee heduu sii jalanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕💕💕💕👈
qopheesditoota sagantaa kana baga geessani jechaa farfannaa kibbinesh itana cooma nyaachuun nut haa hafu isa jedhu hadaraa dhumarraattii nuuf lakkisaa
Bagaa oltee haadhoo ofii too!!!!!📖📖📖📖❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
Sagaleen kee dhira👍👍👍👍🌷🌷🌷⚘
Uuuuuuuuuffffffffff baga waaqayyo arkake qabe si oolche hadhooko dhugaa mudanno addaati waaqayyo oolchaadha
Baga Waaqayyo si oolche Kibbe!...mudannoo guddaadha
Eebbifamaa hundumti keessaan isini jaallanaFar.kibbee baay'ee si jaalladha interview kee arguu keef baay'ee natti tolee baga waaqayyoo si gargare 💟
KIBBEE EEBBI FAMI1! ! ISINIS EEBBIFAMAA!
Waqayyoo siinii yaa eebbiisuu eebbiifamaa
Fakkeessuufi Akkeessuu adda baasaa dubbadhaa. Kibbeen akkeessituu miti. Tarii faarfannoo nama kanbiraa fakkeessuun faarfachuu dandeesi malee akkeessituu miti.
My favourite singer
Yaa kibbuu baga waqayyoo sii olchee
Baga waqqayyoo sii olchaa hadhoo koo🙇🙇
God bless as all Love you Kibee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wqy sihaagarggaruu kibiyeekoo nagan nufkotuu Farsa nuf fidii baareeduuwaayii
Ebbifami nama ❣️
Eebbifamaa
Ebbifamaa keessummaa hasaan shii nama boharsaa!
Baga geessan
Uuuffffff bagaa Sii basee waqqayyoo
Baga gooftan kee inni jiraatan si oolche, waaqayyo ijaa dhimma sirraa qabuufidha.
Baay'ee eebifamii!!
Atis baga geesse
Saba Oromoo akka bineensatti ajjefamaa fi dhiigni isaanii akka hoolaa dhangala'aa, Lafeen isaanii cabaa, fi lubbuun isaanii waregaamaa utuu jiruu ayyana akkamii akka ayyeneffatan na dhiba? Guyyaa Oromoon bilisoomu maal akka Jeettan tilmaamuun na rakkisa!! Waqayyoo gara qalbii kessanitti isin haa deebisu!!
TV mo'aa nuuf jiraadha 🎉🌼🌻
Bagaa goftaan si ollchee mucaa kakuu
Bagaa waqaayoo sin olchee kibbeekoo
Ebbifammii
Mudaannoo baay'ee garaa namaanyaatudha Uufffeee bagaa waaqayyoo si olchee kibble kooo
Waqayyoon ko sii ebisuu kibbee barreeduu
giiftikoo akkam nama maraartii😍😍😍😍❤️❤️
Ebifamaa
mudanoonkee bayee nama diqaaam yaa.kibbee..kkkkkkkhebifaamii ♥️
Echii isiin warrii kibbee kessumessaa jirta kunii nama nama kessumessu hin dandeenya dhugaa .mee senaa kibbeen dubaate kunii nama kofaalsisaa nama bosisaa malee mainni isiin laman kessan iyyu horiidha ishii dhugaa
Nuu waliin jedhiin malee nuu dukaa hin jedhamu sirreffadhu
Dhugaa baay'ee naa ajaa'ibee lubbun kee du'raa oluunkee......
Lubbuu too 💋💋👈💯💯💯💯💯💯💯💯💯💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘Amen Amen Amen Amen Amen
Wayo hadhoko baga gofitan eyesus sioliche sijalana nufi jiradhu
Bagaa oltee Kebiyee
Uuuuuuuffffff kibbeeko baga waaqayyo sibaase😭
Uuuuu yamudanoo kee kibeekoo bayen nasuu gudaa keessaa nagshee
Baga,geessan qopheessitoota qophiin mo'aa
😀😀😀😀😀ebbifama dachaaa
Maayinni afaan oromoo haasa'un sitti ulfaatemoo Kibbu? Isati achii haasoofti ani asii na dhiphisewoo! Anyways sin jaalladha faarfannaan kees baayee natti tola hundisaayyuu🌷💐🌹🌺 jabaadhu🌻🌻🌺
Uuuuufffffeee mudanon kee bayee namati dhagahama bagaa waaqayyo sii olche muca kakuu bayee sii jalaanaa
Ebbifamii mucaa kakuu💓💗💗💗💗💙💙💙💙💜💜
Ebifamaa Ebifamaa sabaa kakuu 🌼🌼🌼🌼🌼❤❤💚💚❤❤
Kkkk gafiti koo wayyoo modannee nama nama kolfaachisaa❤️k koo ebbifamamatuu
Bagaa waaqayyoo si Oolchee Kibee
Bagaa walummaan genyee
Waqaayyo hojiin isaa dinqidhaa bagaa Waqaayyo si olichee
Kkkkkk koolfan nuu fixee kibbeen
baga goofttaan si hambise kibbee ko goddaa eebbifami moodannoo ajaa'iibaati.❤❤❤
🌹🌹🌹🌹🌹
qaxalee to kibee❤️🥰
Uuuuuffeee kibbe koo
far kibee baayee sii jaladha farfana kee osoo gofta hin amanin dhagefacha ture
Kibbeekoo'bagaa'sii'olchee'akkatii'kanaa'hasooftu'sigodhee'Qawxiikoo
Woow
F/tu Kibbee baayeen sii jaaladha!
Baaga geessenii
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Mar 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👈
Waaqayyo oolchaadha
Uuuuufffffff hadhoo koo bagaa waaqayyo si garigaree
Waa'ee sport irratti waan sirri asoifte utuu hin dogongorin
Kibee❤️❤️❤️
Farfattuu kibbee koo farfanna keettin baayyee ebbifamera gooftaan si haa eebbisu .bagaa gooftaan si oolchee .baayyee si oolche❤❤❤❤🍇🍇🍇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥♥♥
Woo kibbee mucaa yesus bagaa nagaan nuf dhuftee bayee sii jalana sii kabanyaas
dhugaa rabbii farfaatu kanaa woliin mudaannoo wol fakkaata qabnam
Wowowowowo farfattuu kabajamtuuf jaalatamtuu mucaa abbaa kootii nuuf ebbifami haadhoo ofii tiyyaa
Wow Kibbee koo baga Gooftaan koo si olchee,baay'een si jaaladha barri kee hafe kan eebbbaa haa ta'u.
Bagaa waqayyoo si olchee kibee Koo ❤❤❤❤❤❤
Wawoooo waqaayoo galaataa guddaa haa fudhaatuu isaa bishaaniin nyaatamuu sii olceeeeeeeee!!!!!
Wòooow kibbee koo Bagaa Sii basee GOOFTAAN. Bayyee Sii Jaalladha jabaadhuu Mucaa kakuu
Eebbiffammaa dachaaa kibbee tiyya waan namatti toltuu nama marartii darbii deemii hindangeeffamnii
Waaqayyo ayyaanasa siif habayisu amma dhumaati sihadhaabu kibbeeko jabaadhu
Ishoo baga tume ari'e na aarseera namichi bishaanitti isin naqe.garuu siin waaqayyo baga si oolche .
Fafatuu kibbee bayee jaladhaa🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💔💔💔💔
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee bagaa waaqayyoo sii gargaree kibee koo 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘Fayaa koo ebbifami hubatu koo💘💘💘❤️❤️❤️🥁🥁🥁🎶🎶🎶😍😍😍😍
Bagaa wawayyo sii olchee jabduu koo ebifamaa dacha dacha tv mo.aa 💐💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Bagaa waaqayyooo si olchee kibeekooo ebbifaam waaqayyoo si haa garigaruuu nagaan nuuf kotuu kibeekoo 🥰😘😍🌹🍀⚘🥀
Bagaa gesaan🌼🌼🌼🌼🌼 bagaa waaqayyoo sii olchee ebbifamtu mucaa gooftaa Ebbifamii
Kibbuko bayyee sijalladha naf jiradhuu faruuketti bayyee ebifamnerraaaa❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
Uuuuuuuuuffeee waqayyoon baga si hambise kibbee kenyaa
Faarfattuu kibbeen dhuguma nama ayyaanni waaqayyoo irra jiru. Ani kan jedhu Ayyaanni Waaqayyo sirra jiru kun Ammaaf haga dhumaatti siitti dabalaa haa adeemu siin jedhaa itti naaf himaa.
Uuufffeee Ebifamaa obbolotakoo
Bagaa waqayoo si gargaree kibiyee
Simboo wayiitu sirra jira kibbee keenya eebbifami
Uuuufffff bagaa waaqayyoo si oolchee f kibbee eebbifami
Huuufff bagaa waqayyoo sigargaree Hadhoo ko Kibiyee 💗💗💗
Ebifamaa ijoolee gofta 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼💘💘💘💘💘💘💘🌻🌻🌻🌻🌻🌻💔💔💔💔 baaga geesanii
Uuuuffffeeeeee kibbee koo baga ooltee galannii waaqa haa gayuu
Obboleettii kiyaa Atii Baga jirate hundii keessaanu
Baga gessani qophesitonii TV mo,a hundii kessanii🌻🌻🌻😍😍😍😍🙏🙏
Baga waaqayyo si oolche kibbee
waqayyo isa sii oolchef galaanni ha ta'u baga irraa haftee
Hundi kessanuu Waaqayyo isin haa eebbisu gaaffif deebii gaarii nama barsiisuufi boharsudha.
Ebifami ebifami
eebbiffami mucaa waaqayyoo
Bagaa waqaayyoo sii olchee heduu sii jalanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕💕💕💕👈
qopheesditoota sagantaa kana baga geessani jechaa farfannaa kibbinesh itana cooma nyaachuun nut haa hafu isa jedhu hadaraa dhumarraattii nuuf lakkisaa
Bagaa oltee haadhoo ofii too!!!!!📖📖📖📖❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
Sagaleen kee dhira👍👍👍👍🌷🌷🌷⚘
Uuuuuuuuuffffffffff baga waaqayyo arkake qabe si oolche hadhooko dhugaa mudanno addaati waaqayyo oolchaadha
Baga Waaqayyo si oolche Kibbe!...mudannoo guddaadha
Eebbifamaa hundumti keessaan isini jaallana
Far.kibbee baay'ee si jaalladha interview kee arguu keef baay'ee natti tolee baga waaqayyoo si gargare 💟
KIBBEE EEBBI FAMI1! ! ISINIS EEBBIFAMAA!
Waqayyoo siinii yaa eebbiisuu eebbiifamaa
Fakkeessuufi Akkeessuu adda baasaa dubbadhaa. Kibbeen akkeessituu miti. Tarii faarfannoo nama kanbiraa fakkeessuun faarfachuu dandeesi malee akkeessituu miti.
My favourite singer
Yaa kibbuu baga waqayyoo sii olchee
Baga waqqayyoo sii olchaa hadhoo koo🙇🙇
God bless as all
Love you Kibee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wqy sihaagarggaruu kibiyeekoo nagan nufkotuu Farsa nuf fidii baareeduuwaayii
Ebbifami nama ❣️
Eebbifamaa
Ebbifamaa keessummaa hasaan shii nama boharsaa!
Baga geessan
Uuuffffff bagaa Sii basee waqqayyoo
Baga gooftan kee inni jiraatan si oolche, waaqayyo ijaa dhimma sirraa qabuufidha.
Baay'ee eebifamii!!
Atis baga geesse
Saba Oromoo akka bineensatti ajjefamaa fi dhiigni isaanii akka hoolaa dhangala'aa, Lafeen isaanii cabaa, fi lubbuun isaanii waregaamaa utuu jiruu ayyana akkamii akka ayyeneffatan na dhiba? Guyyaa Oromoon bilisoomu maal akka Jeettan tilmaamuun na rakkisa!! Waqayyoo gara qalbii kessanitti isin haa deebisu!!
TV mo'aa nuuf jiraadha 🎉🌼🌻
Bagaa goftaan si ollchee mucaa kakuu
Bagaa waqaayoo sin olchee kibbeekoo
Ebbifammii
Mudaannoo baay'ee garaa namaanyaatudha
Uufffeee bagaa waaqayyoo si olchee kibble kooo
Waqayyoon ko sii ebisuu kibbee barreeduu
giiftikoo akkam nama maraartii😍😍😍😍❤️❤️
Ebifamaa
mudanoonkee bayee nama diqaaam yaa.kibbee..kkkkkkk
hebifaamii ♥️