Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Mee warri comedy kana hedduu jaalattan like tuqaa❤
❤❤❤
Wayii Hirko hojii kee silaa diraamaa kuni Guyyaa Guyyaadhaa nuuf dhihaate bayee namatii tollaa ❤❤
Amazing dhugaa dubbachuuf diraamaan kun diraamaa baayye ajaa'ibaadha .keessumayyuuu Hirkoo fi Tiyyaan diraamichatii bayyee bareechu
HIRKOO waa'ee Gabbaraa irratti waan gaarii Kaaste jabaadhu❤*Waqaayyo si haa ebbisu!*Ayyaanasaa siif haa baayyisu!*Hamma dhumaatti siihaa dhaabu!*Jireenya barabaraa sihaa jiraachisu!
Hirkoo chuchaa moo enyuu jettee silaa innii tiyyaa si jalaa fudhachuuf tahee san seraan gafadhuu maloo naa gubaa jira innii tole❤❤❤
Kkkkkkkk abikato tayif
😂😂😂
Free Hir-koo❤baga sagalee nuf taate gabbarri nuufis kaffalamuu qaba akkuma warra India sanatti😂😂mee warri yaada Hir-koo deeggartan jirra jedha🙋♂️
Biyyii Abbaadhaan waamamti haatis ijoolleenis hunduu kun really appreciate you hirko...🎉🎉🎉🎉
Dubbiin hirko fi gamta wal falma jiran kuni namni galeef mee ijoollee qaxalee jiraadha❤
Khullee Oromoo
@@dirobn3527 beekadha ati isaa erga wayi dabarsa jiru kuni qoosa mitii
Anadha 1😅😢👍
@@FiloWardi maaliidhare deebii nuti himi😁
I am going to support the idea that the bride's payment should be leaved
Comedy Aan Bayyee jaaladhu Hojiin Kessan Bayyee Bareda Jabadha ❤️❤️❤️❤️
Ani osoon ilaala jirutin isa inni dhumatuf yaddawa dhugaa jabadha isiniin bonna
Argannoon Hirkoo Khuullee waliin walitti dhiyaata kkkkkkkkk!
Anilleen Akkasuma jechaa jira dhugaa😊
Khullee qoosu kesanii shawayyee wal gesse Azala NaftanyootaHARARGEETTI QOOSU KESSANII NAAFTANYOOTA WAL GESSEKHULLEN NI BARANA NI BARSIIFNAS
Wow welcome to hirko 😂😂🎉🎉
Baayyee bareeda. Garuu, aadaa boodeettii hafa hin jedhamu, barte boodattii hafa male aadaa boodetti hafan hin jiru!
Ani Hirkoo degaraa gabarii haa hafuu warii Hirkoo degartan like godhaa 🥰🥰🥰
Warri as jalaa jirtan maatii naaf tahaa❤❤❤
Ati naaf tayi sif tayaa dafi ammuma ❤
Hirkoo bayyee nu boharsaa jirtanii jabaadhu !!!!!!!
😁😁😘😘😘😘ummanni yaada itti haa kennu malee namni dhuunfaa qofti hirkootti yaada kennu hin qabuGaruu hirkoon aadaaf duudhaa ummata keenya hanbisuuf yaaluun sirna mitiGamtaan silaa hojiin kee waa'ee hirkoo qofa😂😂😂😂😂
Dhugaa dubachufii tananii dhirii tokkoo shamaranii fuchufii off dandaunii issaa gahadha gabarii karaa funduratii hafaa akka demuu kun waan bekamadha adaa kana ilee nama baresinee hin beknuu walqixuma dhirafii durbaa kaan mulqudhaa dargagonii bada sagagala taee kaan hafuu kanafii gailaa oromiya kessatii rawatamuu kessa harkaa cala gabaraa Boda naga argachuu cimadha. akkasumasii dhirii saaa herumii qabatuu fuchaa hin jiruu maliff jenanii hama qarshii gabara issaa gutatutii dulomaa baraa kanaa cimmadha "License " qofa malatesunii gahadhaa" legal " akkaa taauufii kanara kan hafee innii kan gowumadha.yada kanaa dhirii nii fudhata akkasumasi gabaraa ittii gamadesii godhee hin bekuu kanafuu shamaranii kenyaa osso hojetamee garidhaa.=yada qosaa fakatee yadaa jabdu
Dhimmi kun dhimma gabbaraa mitii.Dhimmaa Kuullee Oromooti; Dhugaa dubbachuuf dhimma irratti hojjetamuu qabu irratti hojjettan.Galatoomaa🙏🙏🙏🙏🙏
Mallif 😂😂😂birii hin qabduu??
@@KeriyaMitiku-pm2ig Eessaan Fuudharee ani qabeenya amma kana😅😅🙌
Dhugaa keetii hirkoo gaabarii hafuu qaba ykn walqixaa tahuu qaba❤
An amazing African comedian Hirkoo❤❤❤
Hir-koo bayyee arganoo garii argattee❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu jabaa koo sii dukkaa jirraa gabbaarrii immoo nurraa Haa dhabbatuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sirrii jette HIR-KOO comedian keenya❤❤❤❤❤❤The best episodeEpisode keessan kun daran namati tola jabaadha ❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Hirkoon Yaada sirrii nuu fideera 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
😁😁🥵
Baayiee gaariidhaa garuu kan miodiyaarratti haatuudha jedhee sirriimiti utuma hattuu tahee yaada hirkoon kaaserratti deebi faallaa kennuun hin taane baasiin ha hafuun hannaaf karaan baafachuudha hasirraahu
Yaa instructor! Galatoomi, yaada gaarii kaaste.
Hirko is best new oromo comedy.
Warri as jala jirtan hundi keeysan maatii koo ta'aa na jajabeeysaa maaloo💓💋❤❤❤❤❤
Ummaani wasn barabadee haa godhu
Eyyee gabbarsuun hàa hafu hirkoon argannoon Isa baayyeema nama gammachisa.
That true I support Hirko that's Big problem for many Boys at now time.
Dhimma khuulleen wal natti fakkaate😂😅 Bohaarsaa nama barsiisa dhugaa. Respect 🙏 ❤
Tiyyama fudhuf gabbara habisuf hyiii hirko siif hin mikaa'u dhisi😂Tiyya koo ❣️ gaalatomi 🙏 baga nuura mormitaa
An amazing ❤️💚❤️❤️💚❤️💚 my hero
Nuuf jiraadha ijollee jaallatamtuu hedduu isiin jaallanaa hojii keessaniis 👌👌
Mee warri comedy kana heddu dinqisifachaa jirttan like tuqii mee❤❤❤❤❤
Their on screen chemistry is amazing.
Kara kotiin gabbarri hafuu qaba you hafuu baate hiyyeessi hin fuudhu😢😢
Gabbarrii hafuu hin qabuu malif yoo jeettan addaa hawaasaa yoo gabbaarre isheenis meshaa fiddee dhuftii wan ta'ef amma wal qixaa jirraa
It's not about gabbarraa😅....qubeen haa hafuu fana Wal fakkataa... amazing... amazing message
Hirkoon baddii tokko hin qabu, kan baddii qabu gamtaadha. Wanti hirkoon jadhe sirriidha, nutumti gabbara hin barbaanu.Kan nurraa dhoorkitan gamtaadha. Hirkoon haa hojatuu ❤Instructor ijjoollee tana yoo addaan hin baaftu tahe wal hin dhiifnu 😒😎
Dubbin garuu iddo qabaa yadicha kasufille galtoma qeroo kenya😊Garuu gabbarsille yomille hin hafuu dhirocheeKana bekaa😅😂👍👍❤💚❤🙏🙏🙏
Baayee namatti tola nuuf jabaadha. Afaan keenyaa guddisuuf diraaman gahee guddaa qabaa nuuf jabaadha.
Gamtaa fi hirkoo hojii kessan nyadhaa ❤❤ nuuf jiradha qaqaliiwwaan kenyaa ❤
Dhugaa keeti keessattu worra arsi itti himi❤❤❤
Jabadhaa ijollee qaqaliwan qaxale ijolee biyaakoo
Gibira kaffaluu dadhabnee jirraa Dhugaa dha Hirkoo 🎉🎉🎉🎉
Ashmuurii Khuullee Fi Qubeeti Hirkoon kun. Baayyee jaalladheera❤
Hirkoo alannah mirga kenyaa dhibba jirtaa😂😂😂😂😂😂😂Warri yadda Hirkoo mormitan like godhaa😂😂😂😂😂😂😂
Dhiirrfii Duurrbii walli.qeexaa miitii !!Soobii.dee jiirrtaa 😮😮😮😮😮 Looliichii Haboosuu guurrbaa Yoollichii.tee gaffii garridhaa gabbrraa Issiin hakeeni.tuu !!
Jabadhu hirkoo mirgakeenyanuuf falmaajirtaa❤
Ee hafuu qaba gabarii nuraa dhiraaf mala
Hirkoo gabbarri hafu qabaa dhugaa kee jette sii waaliiniin dhabbadhaa💪😅
Hawaasni isiin jaalata polotica kessan seeninaa we love you and respect you
Wooow amazing comedy ergaa mataaa isaa qaba natti toleera❤❤❤❤
Bakumaa itii dhabdaniraa nuf jalqabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dirama❤
Wow nufi jiradhaa ❤❤❤❤Hirkoo lakkii hafuu hin qabu......
Wwww jabaadhaa karaa gaariirra jirtu dhugaa❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Hirkoo kiyyaa nagaa bichan waaqa sinif kadhaa rabbii sifanas yaa tauu jabadhaa namatt toltuu kan oromo hin jalanee yaa gubatii bayyen sin jaladhaa itii fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagàa nagàan nuu dhuftaani bayee issiin egaara hirko koo siii jaalalaan dhugaa
Hirkoko bayye namatti toletaa ❤❤❤ jabadhuuu
Gabbarri guutummaa guutuutti hafuu qaba!
Hirkoo nan degaaraa anu kunoo waanin gabbaaree fudhuu dhabeen ta'aa jira 😁😁😁😁
Kuni hundii ammaa khuullee qeequufi waa hundaafuu khuulleen barumsaa eegalichisee jira iddoo baay, eeti
Khuulleen ikkoo amaariffa dadhabee ciisedha bar😅😅😅😅
@@Bontujaldu obsaan eegii ka, uun isaa hin hafuu wanti hundu bu, a bahii keessaa darbee dhaabata
Wanti Hirkoon jedhe kun dhugaa osoo ta'ee gaarii ture!
Amma ashmurii ta'uu isaatii kaa, dubbichi dubbii khuullee sana miti. Maalumaafuu galatoomaa.
Hir ko yanii kee yadda gariidhaaJabadhuu ❤❤
Way hirko tiyyuko bayye isin jalladha❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😂😅 Gabbarri hafuu qaba Hirkoo si waliin jirra✊️
Shammara Arsii isiin hin dhgahin kan 😂
dhugaadha kana boodaa isaantu nu gabbaruu qabu yoo kana hin taanee ulfa ulfa ulfa ulfa goonee lakkisna,maal dhiiroo hamma yoomitti nuun taphatu warri dubaraa. HIRKOON DEGGERA.
Sagantaa gaarii akka kanaa gabaabsuun gaarii hin turre. Atleast kutaa lama sadii qabaachuu qaba ture. Yeroo biraa yaadota akka kanaa bal'isuuf yaadaa.
Warii as jala jirtan ples matii naf taha❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Diraamichi bareedadha.Kofalchiisaa ni barsiisa.Taatonni hunduu iddoo jiranitti dhuguma qixa isaan madaalun hojjechaa jiru.Ebelu cimaa, ebelu laafaa waan na jechisiisu hin jiru.Fakkaattii isaanii sirritti ta'u.Dogongorri akka walii galaatti jiru; aadaa fi bartee yoo adda ba'ee hubatame fi gaafa irratti dubbatamus bifuma isaanif maluun osoo ta'ee gaaridha.Maal akka rakka rakkattan beekus baadhu,bal'inni isaa hamma eegamerra gabaabbate.Yaadoleen akka malee walitti butaman kun osoo dheeratee qalbii daawwattootaa daran harkisuu danda'a.Hunda keessanuu isinan kabaja ulfaadhaa nuuf jajjabaadhaa!
Hirkoo jaabadha baayenamatitoola❤❤🎉🎉 15:03
❤❤❤❤
''Ijji gaara kana duubatti waan agarre tan mutaan ifkeessaa guurani'' jatte harargeen
Gabbarii dhiiraaf ha kennamuu gaafii bakka nu bu,uudhaa❤
Osumaa gabbarri hafeeyu isiin futuu jedhee Wy hirkoo❤😂❤😊
Hirkoon dhugaa isaati silaa gabbarri Hafe Namni waljaalatu walfuudha ture
Woyyo woyyo Jiradhuu hirko hojii ke nyaadhu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Eyen gabarii afuu qabaa jalali tolaa kenamee nami akaa hirii wali gurgura jiraa afuu qaba afure batuu qanasuu qaba
Dhugaa tti.heduu nutti tole.dhugaa wan mataa nudhukubseee
Callistanima welcome welcome hin jedhiname dogoggora isaanis jabina isaanis itti himaamee
HIRKOO Torbee guutuu isin eeguu dadhabeen jira please Torbetti yeroo lama nuuf godhaa😂😂😂
Hirkoo waan gaarii nuuf kaasetee jabaadhu Sabboonaa🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa baayee namati toltuu jabaadha sin jalaan❤❤❤❤❤
Wow amazing comedian hirkoo❤😊
TiyaakooHirkookooWel come!
waawooo bay'ee namati toola dhugaa kuuni dhimaa kuuletii❤❤❤❤
Mee warri bohaartan like tuqaa
Wow bayyee namatti tola jajabbaadha🎉❤
Dhugaa hedduu namatii toltuu jabadhaa ❤❤❤❤
Gaa'ela ykn Fuudhaa fi Heeruma rawwachuuf Gabbara ykn kaffaaltii bifa kaminuu gaafachuun ykn kennuun dhorkaa akka ta'ee Seerrii Maatii Naannoo Oromiyaa labsii 83/96 fi 69/95 keewwata 25(2) jalatti ifa tasisera
Ergaa guddaa qabaGalatoomaa ❤❤❤❤
Daawwataa jahaffaa ta'uu koof hedduu gammadeera
Gamtaa akkam akkam isa godha jiraa 😢😂yaadi hirkoo gaaridha nan deggera 😮❤❤❤❤
Torbeen utuu dafee dhufee maaloo Hirko ,Tiyya araada natti taatan.
😢🎉😊
Wooooooowwwww welcome dhugaa namatti toltan inspecter😍😍😍❤❤❤
Mee warri comedy kana hedduu jaalattan like tuqaa❤
❤❤❤
Wayii Hirko hojii kee silaa diraamaa kuni Guyyaa Guyyaadhaa nuuf dhihaate bayee namatii tollaa ❤❤
Amazing dhugaa dubbachuuf diraamaan kun diraamaa baayye ajaa'ibaadha .keessumayyuuu Hirkoo fi Tiyyaan diraamichatii bayyee bareechu
HIRKOO waa'ee Gabbaraa irratti waan gaarii Kaaste jabaadhu❤
*Waqaayyo si haa ebbisu!
*Ayyaanasaa siif haa baayyisu!
*Hamma dhumaatti siihaa dhaabu!
*Jireenya barabaraa sihaa jiraachisu!
Hirkoo chuchaa moo enyuu jettee silaa innii tiyyaa si jalaa fudhachuuf tahee san seraan gafadhuu maloo naa gubaa jira innii tole❤❤❤
Kkkkkkkk abikato tayif
😂😂😂
Free Hir-koo❤baga sagalee nuf taate gabbarri nuufis kaffalamuu qaba akkuma warra India sanatti😂😂mee warri yaada Hir-koo deeggartan jirra jedha🙋♂️
Biyyii Abbaadhaan waamamti haatis ijoolleenis hunduu kun really appreciate you hirko...🎉🎉🎉🎉
Dubbiin hirko fi gamta wal falma jiran kuni namni galeef mee ijoollee qaxalee jiraadha❤
Khullee Oromoo
@@dirobn3527 beekadha ati isaa erga wayi dabarsa jiru kuni qoosa mitii
Anadha 1😅😢👍
@@FiloWardi maaliidhare deebii nuti himi😁
I am going to support the idea that the bride's payment should be leaved
Comedy Aan Bayyee jaaladhu Hojiin Kessan Bayyee Bareda Jabadha ❤️❤️❤️❤️
Ani osoon ilaala jirutin isa inni dhumatuf yaddawa dhugaa jabadha isiniin bonna
Argannoon Hirkoo Khuullee waliin walitti dhiyaata kkkkkkkkk!
Anilleen Akkasuma jechaa jira dhugaa😊
Khullee qoosu kesanii shawayyee wal gesse
Azala Naftanyoota
HARARGEETTI QOOSU KESSANII NAAFTANYOOTA WAL GESSE
KHULLEN NI BARANA NI BARSIIFNAS
Wow welcome to hirko 😂😂🎉🎉
Baayyee bareeda. Garuu, aadaa boodeettii hafa hin jedhamu, barte boodattii hafa male aadaa boodetti hafan hin jiru!
Ani Hirkoo degaraa gabarii haa hafuu warii Hirkoo degartan like godhaa 🥰🥰🥰
Warri as jalaa jirtan maatii naaf tahaa❤❤❤
Ati naaf tayi sif tayaa dafi ammuma ❤
Hirkoo bayyee nu boharsaa jirtanii jabaadhu !!!!!!!
😁😁😘😘😘😘ummanni yaada itti haa kennu malee namni dhuunfaa qofti hirkootti yaada kennu hin qabu
Garuu hirkoon aadaaf duudhaa ummata keenya hanbisuuf yaaluun sirna miti
Gamtaan silaa hojiin kee waa'ee hirkoo qofa😂😂😂😂😂
Dhugaa dubachufii tananii dhirii tokkoo shamaranii fuchufii off dandaunii issaa gahadha gabarii karaa funduratii hafaa akka demuu kun waan bekamadha adaa kana ilee nama baresinee hin beknuu walqixuma dhirafii durbaa kaan mulqudhaa dargagonii bada sagagala taee kaan hafuu kanafii gailaa oromiya kessatii rawatamuu kessa harkaa cala gabaraa Boda naga argachuu cimadha. akkasumasii dhirii saaa herumii qabatuu fuchaa hin jiruu maliff jenanii hama qarshii gabara issaa gutatutii dulomaa baraa kanaa cimmadha
"License " qofa malatesunii gahadhaa" legal " akkaa taauufii kanara kan hafee innii kan gowumadha.yada kanaa dhirii nii fudhata akkasumasi gabaraa ittii gamadesii godhee hin bekuu kanafuu shamaranii kenyaa osso hojetamee garidhaa.
=yada qosaa fakatee yadaa jabdu
Dhimmi kun dhimma gabbaraa mitii.
Dhimmaa Kuullee Oromooti; Dhugaa dubbachuuf dhimma irratti hojjetamuu qabu irratti hojjettan.
Galatoomaa🙏🙏🙏🙏🙏
Mallif 😂😂😂birii hin qabduu??
@@KeriyaMitiku-pm2ig Eessaan Fuudharee ani qabeenya amma kana😅😅🙌
Dhugaa keetii hirkoo gaabarii hafuu qaba ykn walqixaa tahuu qaba❤
😂😂😂
An amazing African comedian Hirkoo❤❤❤
Hir-koo bayyee arganoo garii argattee❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu jabaa koo sii dukkaa jirraa gabbaarrii immoo nurraa Haa dhabbatuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sirrii jette HIR-KOO comedian keenya❤❤❤❤❤❤
The best episode
Episode keessan kun daran namati tola jabaadha ❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Hirkoon Yaada sirrii nuu fideera 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
😁😁🥵
Baayiee gaariidhaa garuu kan miodiyaarratti haatuudha jedhee sirriimiti utuma hattuu tahee yaada hirkoon kaaserratti deebi faallaa kennuun hin taane baasiin ha hafuun hannaaf karaan baafachuudha hasirraahu
Yaa instructor! Galatoomi, yaada gaarii kaaste.
Hirko is best new oromo comedy.
Warri as jala jirtan hundi keeysan maatii koo ta'aa na jajabeeysaa maaloo💓💋❤❤❤❤❤
Ummaani wasn barabadee haa godhu
Eyyee gabbarsuun hàa hafu hirkoon argannoon Isa baayyeema nama gammachisa.
That true I support Hirko that's Big problem for many Boys at now time.
Dhimma khuulleen wal natti fakkaate😂😅
Bohaarsaa nama barsiisa dhugaa. Respect 🙏 ❤
Tiyyama fudhuf gabbara habisuf hyiii hirko siif hin mikaa'u dhisi😂
Tiyya koo ❣️ gaalatomi 🙏 baga nuura mormitaa
An amazing ❤️💚❤️❤️💚❤️💚 my hero
Nuuf jiraadha ijollee jaallatamtuu hedduu isiin jaallanaa hojii keessaniis 👌👌
Mee warri comedy kana heddu dinqisifachaa jirttan like tuqii mee❤❤❤❤❤
Their on screen chemistry is amazing.
Kara kotiin gabbarri hafuu qaba you hafuu baate hiyyeessi hin fuudhu😢😢
Gabbarrii hafuu hin qabuu malif yoo jeettan addaa hawaasaa yoo gabbaarre isheenis meshaa fiddee dhuftii wan ta'ef amma wal qixaa jirraa
It's not about gabbarraa😅....qubeen haa hafuu fana Wal fakkataa... amazing... amazing message
Hirkoon baddii tokko hin qabu, kan baddii qabu gamtaadha.
Wanti hirkoon jadhe sirriidha, nutumti gabbara hin barbaanu.
Kan nurraa dhoorkitan gamtaadha.
Hirkoon haa hojatuu ❤
Instructor ijjoollee tana yoo addaan hin baaftu tahe wal hin dhiifnu 😒😎
Dubbin garuu iddo qabaa yadicha kasufille galtoma qeroo kenya😊
Garuu gabbarsille yomille hin hafuu dhirochee
Kana bekaa😅😂👍👍
❤💚❤🙏🙏🙏
Baayee namatti tola nuuf jabaadha. Afaan keenyaa guddisuuf diraaman gahee guddaa qabaa nuuf jabaadha.
Gamtaa fi hirkoo hojii kessan nyadhaa ❤❤ nuuf jiradha qaqaliiwwaan kenyaa ❤
Dhugaa keeti keessattu worra arsi itti himi❤❤❤
Jabadhaa ijollee qaqaliwan qaxale ijolee biyaakoo
Gibira kaffaluu dadhabnee jirraa Dhugaa dha Hirkoo 🎉🎉🎉🎉
Ashmuurii Khuullee Fi Qubeeti Hirkoon kun. Baayyee jaalladheera❤
Hirkoo alannah mirga kenyaa dhibba jirtaa😂😂😂😂😂😂😂Warri yadda Hirkoo mormitan like godhaa😂😂😂😂😂😂😂
Dhiirrfii Duurrbii walli.qeexaa miitii !!Soobii.dee jiirrtaa 😮😮😮😮😮 Looliichii Haboosuu guurrbaa Yoollichii.tee gaffii garridhaa gabbrraa Issiin hakeeni.tuu !!
Jabadhu hirkoo mirgakeenyanuuf falmaajirtaa❤
Ee hafuu qaba gabarii nuraa dhiraaf mala
Hirkoo gabbarri hafu qabaa dhugaa kee jette sii waaliiniin dhabbadhaa💪😅
Hawaasni isiin jaalata polotica kessan seeninaa we love you and respect you
Wooow amazing comedy ergaa mataaa isaa qaba natti toleera❤❤❤❤
Bakumaa itii dhabdaniraa nuf jalqabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dirama❤
Wow nufi jiradhaa ❤❤❤❤
Hirkoo lakkii hafuu hin qabu......
Wwww jabaadhaa karaa gaariirra jirtu dhugaa❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Hirkoo kiyyaa nagaa bichan waaqa sinif kadhaa rabbii sifanas yaa tauu jabadhaa namatt toltuu kan oromo hin jalanee yaa gubatii bayyen sin jaladhaa itii fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagàa nagàan nuu dhuftaani bayee issiin egaara hirko koo siii jaalalaan dhugaa
Hirkoko bayye namatti toletaa ❤❤❤ jabadhuuu
Gabbarri guutummaa guutuutti hafuu qaba!
Hirkoo nan degaaraa anu kunoo waanin gabbaaree fudhuu dhabeen ta'aa jira 😁😁😁😁
Kuni hundii ammaa khuullee qeequufi waa hundaafuu khuulleen barumsaa eegalichisee jira iddoo baay, eeti
Khuulleen ikkoo amaariffa dadhabee ciisedha bar😅😅😅😅
@@Bontujaldu obsaan eegii ka, uun isaa hin hafuu wanti hundu bu, a bahii keessaa darbee dhaabata
Wanti Hirkoon jedhe kun dhugaa osoo ta'ee gaarii ture!
Amma ashmurii ta'uu isaatii kaa, dubbichi dubbii khuullee sana miti. Maalumaafuu galatoomaa.
Hir ko yanii kee yadda gariidhaa
Jabadhuu ❤❤
Way hirko tiyyuko bayye isin jalladha❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😂😅 Gabbarri hafuu qaba Hirkoo si waliin jirra✊️
Shammara Arsii isiin hin dhgahin kan 😂
dhugaadha kana boodaa isaantu nu gabbaruu qabu yoo kana hin taanee ulfa ulfa ulfa ulfa goonee lakkisna,maal dhiiroo hamma yoomitti nuun taphatu warri dubaraa. HIRKOON DEGGERA.
Sagantaa gaarii akka kanaa gabaabsuun gaarii hin turre. Atleast kutaa lama sadii qabaachuu qaba ture. Yeroo biraa yaadota akka kanaa bal'isuuf yaadaa.
Warii as jala jirtan ples matii naf taha❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Diraamichi bareedadha.Kofalchiisaa ni barsiisa.Taatonni hunduu iddoo jiranitti dhuguma qixa isaan madaalun hojjechaa jiru.Ebelu cimaa, ebelu laafaa waan na jechisiisu hin jiru.Fakkaattii isaanii sirritti ta'u.Dogongorri akka walii galaatti jiru; aadaa fi bartee yoo adda ba'ee hubatame fi gaafa irratti dubbatamus bifuma isaanif maluun osoo ta'ee gaaridha.Maal akka rakka rakkattan beekus baadhu,bal'inni isaa hamma eegamerra gabaabbate.Yaadoleen akka malee walitti butaman kun osoo dheeratee qalbii daawwattootaa daran harkisuu danda'a.
Hunda keessanuu isinan kabaja ulfaadhaa nuuf jajjabaadhaa!
Hirkoo jaabadha baayenamatitoola❤❤🎉🎉 15:03
❤❤❤❤
''Ijji gaara kana duubatti waan agarre tan mutaan ifkeessaa guurani'' jatte harargeen
Gabbarii dhiiraaf ha kennamuu gaafii bakka nu bu,uudhaa❤
Osumaa gabbarri hafeeyu isiin futuu jedhee Wy hirkoo❤😂❤😊
Hirkoon dhugaa isaati silaa gabbarri Hafe Namni waljaalatu walfuudha ture
Woyyo woyyo Jiradhuu hirko hojii ke nyaadhu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Eyen gabarii afuu qabaa jalali tolaa kenamee nami akaa hirii wali gurgura jiraa afuu qaba afure batuu qanasuu qaba
Dhugaa tti.heduu nutti tole.dhugaa wan mataa nudhukubseee
Callistanima welcome welcome hin jedhiname dogoggora isaanis jabina isaanis itti himaamee
HIRKOO Torbee guutuu isin eeguu dadhabeen jira please Torbetti yeroo lama nuuf godhaa😂😂😂
Hirkoo waan gaarii nuuf kaasetee jabaadhu Sabboonaa🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa baayee namati toltuu jabaadha sin jalaan❤❤❤❤❤
Wow amazing comedian hirkoo❤😊
Tiyaakoo
Hirkookoo
Wel come!
waawooo bay'ee namati toola dhugaa kuuni dhimaa kuuletii❤❤❤❤
Mee warri bohaartan like tuqaa
Wow bayyee namatti tola jajabbaadha🎉❤
Dhugaa hedduu namatii toltuu jabadhaa ❤❤❤❤
Gaa'ela ykn Fuudhaa fi Heeruma rawwachuuf Gabbara ykn kaffaaltii bifa kaminuu gaafachuun ykn kennuun dhorkaa akka ta'ee Seerrii Maatii Naannoo Oromiyaa labsii 83/96 fi 69/95 keewwata 25(2) jalatti ifa tasisera
Ergaa guddaa qaba
Galatoomaa ❤❤❤❤
Daawwataa jahaffaa ta'uu koof hedduu gammadeera
Gamtaa akkam akkam isa godha jiraa 😢😂yaadi hirkoo gaaridha nan deggera 😮❤❤❤❤
Torbeen utuu dafee dhufee maaloo
Hirko ,Tiyya araada natti taatan.