Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Mee namni amirsho fi mustariya akka kiyya jalatan like
Wolahi namati tolaa bayee namaa gamachisa❤💪💪
👍👍nuuf jiradhaa❤❤
Dhugaa keeti
Ani haadha ijolleeti see dura rabbii hirree siif haa basu obbolleetti tenyaa
Mee kanii musariyyaa istyliin ishee isiintii toluu qoftii like natii robsaa😀😍
Galltoomaa qomowwaanii koo I love you oromoo koo
Obboleyti tenya Mustariya Ahmad hiree bareedu Rabbii akka isif kannuu Du'aaii gonaf Akasumas sii Jalaana Amir Kenya namota ciciimo akana waliin hojachun Artii oromoo Afran qalloo akka guddistan Abdii isinira qabna isin Jalaana Jabadha.
Nufi jiradhuu mustariyaa bay ee sii jaladhaaa dhugaa rabii 😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Masha'allaah mustariyaa bareedduu teenna ani hedduun jaaladha diramaa ati keessa jirtuyeroo jalqabaatif diramaa kee kan maraattuu fakkaattee dalagde Laalee dhugama Maraattuu seye wollaahii hanga hardhaa dirama san yoo yaadadhu hedduu na kofalchiisakanafuu Rabbiin umrii kee nuf haa dheeressu Abbaa manaa gaarii sif haa baasu Rabbiin.Atis Roras keenya hedduu nuf galatoomi sabboontuu teenya tana nuf affeeru keetif
Isin artiistonni ofumaaf wali hin fuutanii ree duuba maal rakkoo qaba kan biraa ni sodaatas tahutu malaa hundaafuu rabbiin hiree bareedduu tan diinii duniyaan badhaate siif haa kennuu inshaa allaah ❤❤💗💗💗😍😍😍
inshaa Allah rabbii abbaa manaa garii si ha kennu 😘
Misakanii waalahii rabiinii hiree gaarii sii haa baassuu obbolleetii koo rabinii yaadaa muradaa sii haa gutuu inashallaa qashatii akkassumaa amiraa showweoo jabadhuu qashatii ujalee diree
Mashaa Allaah mashaa Allaah tabarkallaah umari nuu dheradhaa😘😘😘
Abshiiiiiiiiiiiir obolleeti kenna Rabbiin hiree gaarii sifi haa baasu.inshaa Allaah
Mashaa Allah umrii nuf dheeradhu
Mustariyaa tenaa Saboontu oromoo Rabbin yaadaf muradaa kee hundaa siif haa gutuu in shaa Allah ilmii namaa yoo fayyaaf nagahaa qabatee wan yaade san imaa itii gahaa Rabbin jarsaa bareeda kan imaana qabu kan sii daddaarbine kan ofiin beeke siif yaadu kan kabajaa siif qabu Rabbin sihaa wafaquu heedun sii jalaadha nuuf jiraadhu 😍😍❤❤❤💋💋💖💗💗💕💞💝
Yaa mustaariyaa tenyaa baayyee isii. jaladhaa anii garuu maatii horatteen sii see.aa Rabbiin jarsaa gaarii imaan qabuu siif haa baasu inshaallah
Wlhi Garaa Nama nyatii hireen qoda Raabbiti Raabbin Yaada murada kee sii hagutu inshallah 😍
Jabadhu wan ofii too heduun si jaaladha atis galatoomii roraas tube
Rabbiin abbaa mana siif haakennu
Masha Allah tabarakallah Mustariyaa tenyya abshir jei Rabbin kakeyri qabu sitti haaqabu Biddena siif kayyame namni takkalleeb Hinnyaatu
Mashaa Allaah hudu dasi jirtani jabadhaa 💔💔💔💔❣❣❣❣❣💘💘
Woww mucyati baay'ee cimtudha jaabadh umuru dheeradhu Baanki of oromiya wwwooo👍👍👍👍👍👍👍👍
Wowwwww baay'ee namattii tolaa jabadhuu Amiroo kenyaa💪👍❤💚💙💜💝Artistii tenyaa nuf jiraadhuu 😍😍😘😘
Rabbii Abba mana garii Khan rabbii sodatuu siif haa kenu uktii tiya Abshir insha'allah kheyrumafi
Hedu jaladhan mustariya nuf jiradhu comedy tenya ❤️❤️❤️
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐓𝐢𝐢❣𝐬𝐨𝐫𝐚𝐧𝐢
.
Waawwaa Aboo amiir dhuga hojjin ke namati Tolla jabadhuu qamaro firraa kiya
Mashalla baye.ee namatti tolaa jabadhuu sabontuu tenaa rabbii umrii sii haa dheresuu
wooooowwww dhugaa Amirshoo studio mataa ketii banchuu ketifii heduu gamadee jabdhuuu sanyii ufii mutariyyaa heduu si jadhaa jabdhuu tiyyaa
Dhugaa bayee sii jalaana saboontuu keenyaa nuf jiradhuu 😍😍😍😍😍 ❤❤❤❤❤ dhugaa Qarshiin kunii Akkamuu ishiin jetaa nuf haa jijiraamu !!
Mustariyyeeee hedduu na toltaa haadha tooo rabbiii fayyaa siif haa kanu. umrii dheeradhu. sii jaaladhaa bareedduu teenya qaaliiu. dhuguma akkuma ati jatte anu haasawa kew hunda taphuma na fakkat.
Mustarhiya gudho nugamachift galatom adha, listening from Northern Iraq
የኔ ቆንጆ ሲወድሺ
Uuuu rakooo duraa aratii bayee hawaa amaa iraa bayee duraa dhugaa hadhaa ijolee see.aa
Mustariya rabbii hiree bareedu sii haa basuu
Ya rabii nama garii kenifi hire siha tolichu mustiye
Miskinaa tiyyaa rabbii jarsaa sii haa basuu wly garaa naa nyaatee Abshiiri mustariyaa sii jalaadhaa
Haylasillaase jedhaan agartee adaa attii woww amas umrii dheraadhu nuu warrii malasa iyuu egaa du'ee dhageennee amaa dulomnee dhugaa rabbii
Mustarii heduu sii jalana umrii nuuf dheradhuu Amir kenyaa heduu namiti tolee attis ❤❤❤
Rabbii bultii baredduu siif haa kennuu mustatiyaa tenyaa
Wooow amiiroo keenya nuuf jabaadhu Leenca kiyya
Woww bagaa nagahan dhuftte warra direwood
Wwww amiroo jabbadhu sii jaldhaa muca qalii mustariya walayii waan herumte see rabiin hire bareduu sii haa basuu woyyii dhugaa jette shsmaraan gara nama nyataan walayii uuuuuuffffff rabiin hiree baredu nuuf has kenuu shamaraan Oromo hunda amiiiiiin jedha kan herumes rabiin isiin haa qajelchu
Yaa mustariha tiiya Rabbi hiiree bareda sii haa basuu akumma nuuti sii jalanu kanatii kaa oneeni sii jalatu kanii attiisi jalatu Rabbii sii haa basuu
Dhugaa keeti mustariyyee teenya hedduu si jaalannaa galatoomi sanyii ❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍💗💗💗💗💗💗⚘⚘⚘⚘⚘
Rabbii Abbaa mana gaarii siif haa baasu
Hayyiii mustariyaa lubbuuu Rabbii Ge,laa kee rabbii SAA gahu obbolleti Koo
Gurbaa kanara jaalala addatuu naa qabe uuuuuffff 😭😍😘❤️dhugaa rabii
🤭🤭🤣🤣
Gafadhuu. Ishi. Si. Jedhaaalkkkkkk
@@abdiiibrahim6578 maloo maloo naaf gafadhuuuuu lammii Lammif gachaana naaf gafadhuu 😭😆😆😆😆😆
@@makkiyaafahizlmoromoo8769 maaltu badee afaan qabate 🤔🙄😁 naa qabaa me baqaa irraa 😒
Mustariyyaa si jaalana umrii nuuf dheraadhuu ❤❤❤❤
Wowwwwwww baredadha wowwww nagaya boo jirta
Jabaddu Rabbi si agargaru
Mustariya,hedun,si,jaladha,Rabbin,umri,si,hadhersu❤❤❤❤❤❤❤❤
Mustariyaa Si jaallanna waan ofiiii ♥️❤❤
Jabadhaa jolle tenya😗😗 heddu isin jalannaa
Rabbini mana garii bultii garii siif Haa kennu
Dhirttii tenyaa shamarraan beekumsaa qabaan hin fudhaan gafaa faranjii yokaa abasha wajjiin argaan wuu jedhuu argaa isanii 🤔
oromtitti sanyii kush kushi zar nenyi dhugaa keti
Kkkkk😊😅👍
Waaaao bayee nama Aja'ibaa nuuf jirdhaa senaa darbees Akanstii waal yadachisaa ee💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍
Addee mestiriyaa bayee namatii tultuu jabadhaa
Musariyee rabbii umari sih kayuu
Baay'ee Namatii Tolootni Jabadhuu
❤💚❤ Roraas Tube welcome back heddu isin jalanna jabaadhu Amirshow❤ mustariyaa jabaadhu hireen qooda rabbiti habiibti hiree bareeddu"Rabbi"siif haa fidu
Mustariii jabadhuu dhugaa dubachuuf ati wilelee xiqishodhaa jabadhuu sijalana
Masrtiyaa baayee sii jalaadha ani 😍😍😍😍👌
Herumee jachun Heraa Baruu Jachudhaa🙃 thankis Art mustariya
Wwwwwww mustariyan dubra jechudha qoy bro kiyya tokofin siqadhimadha😍😊 Amirsho jabadhu sijaalana bashasha kenya Anis gaafan biyya Araba tanara gale studio kee kanati na Afeerimee wahee biyya Araba kanafi mudanole garagatin hawasa kenyaf ibsa 🤣🤣😂😃
😆😆😆😆dhugama jetee waa,ee mudana biyaa araba kana itti nu odesi
@@firiyeeabdii8808yeee haye Abshir 😂Amirsho commenti tenya tana lale Akka na Afeeru Abdiin qaba naboni siritin ira dubadha😂🤣🤣
@@nuranura5537 hayye itti nu jabadhu😆😆👍👍
🤣🤣🤣🤣😜
Namati tolti Wali musatariya👍👍
Welcome roras tube jabadhu sanyii koo
Rabbiin jaasaa sin haa fuudhuu inshaa Allhaa
Bareeddu keenya nuufjiradhu 😘😘
Amiir galbii mustariiya wayii bay'ee nama bashananisfitii nufii jiraadhuu
Mashaa.Allah.ijara.hafi
Nuuf halatoomi rooras ammalle kana caala rabbi sihaa milkessu bakka yaade gahi mustariyas baay'en dinqisifadha nuuf jiraadhu qaali too
Heddun Isin jaaladha isin lachuu💓💓 yaa qaqqaaliwwaan keenya, jabaadhaa, garuu yeroo eegaltan salaamtadhaan eegalaa,
Wowowow mashaa allah bayye namatti tola seena ajaa ibaate
Rabi hakanufii Amir
Rabiii jarrssa Gariii sa,aa sifi haa kenuu
Musitii rabiin namaa akaa yadaa a ketii sif haa kanuu kaa Jalalaa dhugaa bekkuu Bayee nuu gamachisataa
Nami Jawar Mohamed jalatan Like⬇️
Ani jawariin 100%100 Onnee qulquluraa jadhaa sababanis Dhugaa waan dubatuuf waan oromoof lubbu keeneef😭😭😭😭😭 dhiirraa maqaa oso hin tanee dhiiraa haqaa rabbin nuuf haaaaheedumeesuuu kaa Akka jaaweeeeeee ❤❤❤❤👍👍👍👍👍
Qomoce fi tayee male adunyan martu ni jaalati
Way mustariya natti tolti dhuga
Wwwwoo bayee namati tola jabadhu ♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹🌹👍💪🌹❤
Mustariya 👍🏻
Arttistota dire dhawa keessa arttisti akka lubbu kotti jaalladhu mustariya dha bareedukoo bayeen si jaaladha 💞💞💞💞💞😍😘
😂😂😂😂🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkk😙😙😙😙😙😙😙😙❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷
Rabbiin abba mana garrii sif haa kenuu dhugaa
Jabadhaa garmalee namatii toltuu isin walin jiraa itii fufaa
Yaa baredaa koo yeruma si arguu kolfii na qabaa nuf jiradhuu 💛💜💚💙❤😍💛💜💚💙
Mashaa Allah garuu An mustariyya jollee wagaa 25n akkanatii natii fakkatii malee waa 70 kana itii qudhuu
Mashaalaa mashaalaa 💓💕💝💖💝💖 mustariya Bayee sii jaldhaa
Sagantaa bareedudha. Galatoomaa
Wowwwwwe.baayee.namaaTolaaJiraadhuuu
Abaa manaa garii Rabbii sii haa kenuu
Artiin jiruudha jechaa mustaariya karaa baredaan ibsiite
Hordoftoota Roras tube subscribe naaf godha woli malee maal qabnaa woli haa jabeessinu Galatommaa 😢😢
Maashaa allaah mustariyaan akkuma maqaa isii bareeddu
Mustsrin hangaa am hin herumne moo mal isin ijoole dirre waa hin futani
Mashallaa
Jajabadha roras tube afaanOromo gudisu jirtan
Welcome mustariya
kkkkkkikkkk uuuuuu amirishoo qalii galtoomiiWayyii mustariyaa Tenyaa bayyee namaa boharstaa
Woyii mustariihaa tenyaa bultii ijaranee Abshiir Hundaaf
itti fufa isaa sirra eeyna rooraas keenya
Wooow heduun takkaa nama toltaan
Mustaryaa Walyii dhugaa Bayee sii jaldhaa Habibiti 💕💓💞💕💓💞💕
Jabaadhu amex keenya hojii gariitti jirrta itti fufii garuu gizee gafii nama gafattu likktti keessa gadii buyyi akkatta itti nama gafattu siresii akkata gafitti dura dubaan jachu kiyya ykn gafii qopheefadhu kottu
We'll come Warra Diree ❤❤❤❤
Mee namni amirsho fi mustariya akka kiyya jalatan like
Wolahi namati tolaa bayee namaa gamachisa❤💪💪
👍👍nuuf jiradhaa❤❤
Dhugaa keeti
Ani haadha ijolleeti see dura rabbii hirree siif haa basu obbolleetti tenyaa
Mee kanii musariyyaa istyliin ishee isiintii toluu qoftii like natii robsaa😀😍
Galltoomaa qomowwaanii koo I love you oromoo koo
Obboleyti tenya Mustariya Ahmad hiree bareedu Rabbii akka isif kannuu Du'aaii gonaf Akasumas sii Jalaana Amir Kenya namota ciciimo akana waliin hojachun Artii oromoo Afran qalloo akka guddistan Abdii isinira qabna isin Jalaana Jabadha.
Nufi jiradhuu mustariyaa bay ee sii jaladhaaa dhugaa rabii 😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Masha'allaah mustariyaa bareedduu teenna ani hedduun jaaladha diramaa ati keessa jirtu
yeroo jalqabaatif diramaa kee kan maraattuu fakkaattee dalagde Laalee dhugama Maraattuu seye wollaahii hanga hardhaa dirama san yoo yaadadhu hedduu na kofalchiisa
kanafuu Rabbiin umrii kee nuf haa dheeressu Abbaa manaa gaarii sif haa baasu Rabbiin.
Atis Roras keenya hedduu nuf galatoomi sabboontuu teenya tana nuf affeeru keetif
Isin artiistonni ofumaaf wali hin fuutanii ree duuba maal rakkoo qaba kan biraa ni sodaatas tahutu malaa hundaafuu rabbiin hiree bareedduu tan diinii duniyaan badhaate siif haa kennuu inshaa allaah ❤❤💗💗💗😍😍😍
inshaa Allah rabbii abbaa manaa garii si ha kennu 😘
Misakanii waalahii rabiinii hiree gaarii sii haa baassuu obbolleetii koo rabinii yaadaa muradaa sii haa gutuu inashallaa qashatii akkassumaa amiraa showweoo jabadhuu qashatii ujalee diree
Mashaa Allaah mashaa Allaah tabarkallaah umari nuu dheradhaa😘😘😘
Abshiiiiiiiiiiiir obolleeti kenna Rabbiin hiree gaarii sifi haa baasu.inshaa Allaah
Mashaa Allah umrii nuf dheeradhu
Mustariyaa tenaa Saboontu oromoo Rabbin yaadaf muradaa kee hundaa siif haa gutuu in shaa Allah ilmii namaa yoo fayyaaf nagahaa qabatee wan yaade san imaa itii gahaa Rabbin jarsaa bareeda kan imaana qabu kan sii daddaarbine kan ofiin beeke siif yaadu kan kabajaa siif qabu Rabbin sihaa wafaquu heedun sii jalaadha nuuf jiraadhu 😍😍❤❤❤💋💋💖💗💗💕💞💝
Yaa mustaariyaa tenyaa baayyee isii. jaladhaa anii garuu maatii horatteen sii see.aa Rabbiin jarsaa gaarii imaan qabuu siif haa baasu inshaallah
Wlhi Garaa Nama nyatii hireen qoda Raabbiti Raabbin Yaada murada kee sii hagutu inshallah 😍
Jabadhu wan ofii too heduun si jaaladha atis galatoomii roraas tube
Rabbiin abbaa mana siif haakennu
Masha Allah tabarakallah
Mustariyaa tenyya abshir jei
Rabbin kakeyri qabu sitti haaqabu
Biddena siif kayyame namni takkalleeb
Hinnyaatu
Mashaa Allaah hudu dasi jirtani jabadhaa 💔💔💔💔❣❣❣❣❣💘💘
Woww mucyati baay'ee cimtudha jaabadh umuru dheeradhu Baanki of oromiya wwwooo👍👍👍👍👍👍👍👍
Wowwwww baay'ee namattii tolaa jabadhuu Amiroo kenyaa💪👍❤💚💙💜💝Artistii tenyaa nuf jiraadhuu 😍😍😘😘
Rabbii Abba mana garii Khan rabbii sodatuu siif haa kenu uktii tiya Abshir insha'allah kheyrumafi
Hedu jaladhan mustariya nuf jiradhu comedy tenya ❤️❤️❤️
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐓𝐢𝐢❣𝐬𝐨𝐫𝐚𝐧𝐢
.
Waawwaa
Aboo amiir dhuga hojjin ke namati
Tolla jabadhuu qamaro firraa kiya
Mashalla baye.ee namatti tolaa jabadhuu sabontuu tenaa rabbii umrii sii haa dheresuu
wooooowwww dhugaa Amirshoo studio mataa ketii banchuu ketifii heduu gamadee jabdhuuu sanyii ufii mutariyyaa heduu si jadhaa jabdhuu tiyyaa
Dhugaa bayee sii jalaana saboontuu keenyaa nuf jiradhuu 😍😍😍😍😍 ❤❤❤❤❤ dhugaa Qarshiin kunii Akkamuu ishiin jetaa nuf haa jijiraamu !!
Mustariyyeeee hedduu na toltaa haadha tooo rabbiii fayyaa siif haa kanu. umrii dheeradhu. sii jaaladhaa bareedduu teenya qaaliiu. dhuguma akkuma ati jatte anu haasawa kew hunda taphuma na fakkat.
Mustarhiya gudho nugamachift galatom adha, listening from Northern Iraq
የኔ ቆንጆ ሲወድሺ
Uuuu rakooo duraa aratii bayee hawaa amaa iraa bayee duraa dhugaa hadhaa ijolee see.aa
Mustariya rabbii hiree bareedu sii haa basuu
Ya rabii nama garii kenifi hire siha tolichu mustiye
Miskinaa tiyyaa rabbii jarsaa sii haa basuu wly garaa naa nyaatee Abshiiri mustariyaa sii jalaadhaa
Haylasillaase jedhaan agartee adaa attii woww amas umrii dheraadhu nuu warrii malasa iyuu egaa du'ee dhageennee amaa dulomnee dhugaa rabbii
Mustarii heduu sii jalana umrii nuuf dheradhuu Amir kenyaa heduu namiti tolee attis ❤❤❤
Rabbii bultii baredduu siif haa kennuu mustatiyaa tenyaa
Wooow amiiroo keenya nuuf jabaadhu Leenca kiyya
Woww bagaa nagahan dhuftte warra direwood
Wwww amiroo jabbadhu sii jaldhaa muca qalii mustariya walayii waan herumte see rabiin hire bareduu sii haa basuu woyyii dhugaa jette shsmaraan gara nama nyataan walayii uuuuuuffffff rabiin hiree baredu nuuf has kenuu shamaraan Oromo hunda amiiiiiin jedha kan herumes rabiin isiin haa qajelchu
Yaa mustariha tiiya Rabbi hiiree bareda sii haa basuu akumma nuuti sii jalanu kanatii kaa oneeni sii jalatu kanii attiisi jalatu Rabbii sii haa basuu
Dhugaa keeti mustariyyee teenya hedduu si jaalannaa galatoomi sanyii ❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍💗💗💗💗💗💗⚘⚘⚘⚘⚘
Rabbii Abbaa mana gaarii siif haa baasu
Hayyiii mustariyaa lubbuuu Rabbii Ge,laa kee rabbii SAA gahu obbolleti Koo
Gurbaa kanara jaalala addatuu naa qabe uuuuuffff 😭😍😘❤️dhugaa rabii
🤭🤭🤣🤣
Gafadhuu. Ishi. Si. Jedhaaalkkkkkk
@@abdiiibrahim6578 maloo maloo naaf gafadhuuuuu lammii Lammif gachaana naaf gafadhuu 😭😆😆😆😆😆
@@makkiyaafahizlmoromoo8769 maaltu badee afaan qabate 🤔🙄😁 naa qabaa me baqaa irraa 😒
Mustariyyaa si jaalana umrii nuuf dheraadhuu ❤❤❤❤
Wowwwwwww baredadha wowwww nagaya boo jirta
Jabaddu Rabbi si agargaru
Mustariya,hedun,si,jaladha,Rabbin,umri,si,hadhersu❤❤❤❤❤❤❤❤
Mustariyaa Si jaallanna waan ofiiii ♥️❤❤
Jabadhaa jolle tenya😗😗 heddu isin jalannaa
Rabbini mana garii bultii garii siif Haa kennu
Dhirttii tenyaa shamarraan beekumsaa qabaan hin fudhaan gafaa faranjii yokaa abasha wajjiin argaan wuu jedhuu argaa isanii 🤔
oromtitti sanyii kush kushi zar nenyi dhugaa keti
Kkkkk😊😅👍
Waaaao bayee nama Aja'ibaa nuuf jirdhaa senaa darbees Akanstii waal yadachisaa ee💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍
Addee mestiriyaa bayee namatii tultuu jabadhaa
Musariyee rabbii umari sih kayuu
Baay'ee Namatii Tolootni Jabadhuu
❤💚❤ Roraas Tube welcome back heddu isin jalanna jabaadhu Amirshow❤ mustariyaa jabaadhu hireen qooda rabbiti habiibti hiree bareeddu"Rabbi"siif haa fidu
Mustariii jabadhuu dhugaa dubachuuf ati wilelee xiqishodhaa jabadhuu sijalana
Masrtiyaa baayee sii jalaadha ani 😍😍😍😍👌
Herumee jachun Heraa Baruu Jachudhaa🙃 thankis
Art mustariya
Wwwwwww mustariyan dubra jechudha qoy bro kiyya tokofin siqadhimadha😍😊 Amirsho jabadhu sijaalana bashasha kenya Anis gaafan biyya Araba tanara gale studio kee kanati na Afeerimee wahee biyya Araba kanafi mudanole garagatin hawasa kenyaf ibsa 🤣🤣😂😃
😆😆😆😆dhugama jetee waa,ee mudana biyaa araba kana itti nu odesi
@@firiyeeabdii8808yeee haye Abshir 😂Amirsho commenti tenya tana lale Akka na Afeeru Abdiin qaba naboni siritin ira dubadha😂🤣🤣
@@nuranura5537 hayye itti nu jabadhu😆😆👍👍
🤣🤣🤣🤣😜
Namati tolti Wali musatariya👍👍
Welcome roras tube jabadhu sanyii koo
Rabbiin jaasaa sin haa fuudhuu inshaa Allhaa
Bareeddu keenya nuufjiradhu 😘😘
Amiir galbii mustariiya wayii bay'ee nama bashananisfitii nufii jiraadhuu
Mashaa.Allah.ijara.hafi
Nuuf halatoomi rooras ammalle kana caala rabbi sihaa milkessu bakka yaade gahi mustariyas baay'en dinqisifadha nuuf jiraadhu qaali too
Heddun Isin jaaladha isin lachuu💓💓 yaa qaqqaaliwwaan keenya, jabaadhaa, garuu yeroo eegaltan salaamtadhaan eegalaa,
Wowowow mashaa allah bayye namatti tola seena ajaa ibaate
Rabi hakanufii Amir
Rabiii jarrssa Gariii sa,aa sifi haa kenuu
Musitii rabiin namaa akaa yadaa a ketii sif haa kanuu kaa Jalalaa dhugaa bekkuu Bayee nuu gamachisataa
Nami Jawar Mohamed jalatan
Like
⬇️
Ani jawariin 100%100 Onnee qulquluraa jadhaa sababanis Dhugaa waan dubatuuf waan oromoof lubbu keeneef😭😭😭😭😭 dhiirraa maqaa oso hin tanee dhiiraa haqaa rabbin nuuf haaaaheedumeesuuu kaa Akka jaaweeeeeee ❤❤❤❤👍👍👍👍👍
Qomoce fi tayee male adunyan martu ni jaalati
Way mustariya natti tolti dhuga
Wwwwoo bayee namati tola jabadhu ♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹🌹👍💪🌹❤
Mustariya 👍🏻
Arttistota dire dhawa keessa arttisti akka lubbu kotti jaalladhu mustariya dha bareedukoo bayeen si jaaladha 💞💞💞💞💞😍😘
😂😂😂😂🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkk😙😙😙😙😙😙😙😙❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷
Rabbiin abba mana garrii sif haa kenuu dhugaa
Jabadhaa garmalee namatii toltuu isin walin jiraa itii fufaa
Yaa baredaa koo yeruma si arguu kolfii na qabaa nuf jiradhuu 💛💜💚💙❤😍💛💜💚💙
Mashaa Allah garuu An mustariyya jollee wagaa 25n akkanatii natii fakkatii malee waa 70 kana itii qudhuu
Mashaalaa mashaalaa 💓💕💝💖💝💖 mustariya Bayee sii jaldhaa
Sagantaa bareedudha. Galatoomaa
Wowwwwwe.baayee.namaa
Tolaa
Jiraadhuuu
Abaa manaa garii Rabbii sii haa kenuu
Artiin jiruudha jechaa mustaariya karaa baredaan ibsiite
Hordoftoota Roras tube subscribe naaf godha woli malee maal qabnaa woli haa jabeessinu Galatommaa 😢😢
Maashaa allaah mustariyaan akkuma maqaa isii bareeddu
Mustsrin hangaa am hin herumne moo mal isin ijoole dirre waa hin futani
Mashallaa
Jajabadha roras tube afaan
Oromo gudisu jirtan
Welcome mustariya
kkkkkkikkkk uuuuuu amirishoo qalii galtoomii
Wayyii mustariyaa
Tenyaa bayyee namaa boharstaa
Woyii mustariihaa tenyaa bultii ijaranee Abshiir Hundaaf
itti fufa isaa sirra eeyna rooraas keenya
Wooow heduun takkaa nama toltaan
Mustaryaa Walyii dhugaa Bayee sii jaldhaa Habibiti 💕💓💞💕💓💞💕
Jabaadhu amex keenya hojii gariitti jirrta itti fufii garuu gizee gafii nama gafattu likktti keessa gadii buyyi akkatta itti nama gafattu siresii akkata gafitti dura dubaan jachu kiyya ykn gafii qopheefadhu kottu
We'll come Warra Diree
❤❤❤❤