Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Woooowww Nuf Zinnuufi Leencoo Qalliwwaan Saanyiin Oromoo Tattaan Hundii Keessaan Guddaa Ta'aa Adduunyaa Marraa Dhalaa!!! Jechuu malee jechaa biraa hin qabuu ani!!!!
Wow zinnuu keenya.edaa haati warraa faar Guutuu shifarraa intala keetii!! wow ammallee gammachuu dhala kee argi❤❤❤
❤❤❤❤❤❤wow zinnu& lencoo gaalaatoomaa gudda nuuf qoda iijoolee oromoofi❤❤❤❤
Dhugaa atti nama jabduudhaa inni sagantaa kana qophessees smart namatti so thanks so much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woooowwww jabdu dhugaa hatii giftii oromotii jabadhu 😍😍😍😍😘😘😘
Lenco thank you
❤❤❤❤
Lencoo ati dhugama leenca uuuuuuuuph ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkaadaamiin Kun Industrii artii Oromoo kan dagaagsudha. Barsiisonni fi gorsitoonni akkaadaamichaa jabaadhaa! zinuun yaada bilchaataa kenniteetti! Ani barreessaa walalooti! Ingineeras Akkasumas barsiisaadha garuu artiif kabajaaf jaalala guddaan qaba! Artiin akkuma zinuun jette miiraan osoo hin taane xiiqiidhaani! barattonni akkaadamichaa hunduu jabaadhaan isiniin jedha!
Jabduu keenyaa jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤
Zinu nuuf jiradhuu jabduu keenyaa Atti dubarti jabdu bayyee fakkenyuma nuuf tatedha ebiifamii jabdu kooPles dirama dhebu iddo irratti dhabdan irra osso itti nuuf fuftani bayyeen jaaladha hadha guda koo❤❤❤❤❤❤
Jabduu kenyaa Nuuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤siin jalaadha zinashi❤❤ ko mee diraam kuudhama irraa deebiin. nuu daawwachiisa adara❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
namnii duraa lalee anaa qofaa ❤
wow Zineekoo! nuf Jiraadhu Haadha Oromoo Marati Ati!
Waw dubartii jabduu fakkeenya nama hundaf tatuudha Zinaash❤❤❤❤
Wawuu zinu bagaa nujiraate u are the mother of oromons art we didint forget u we known u for the last 25 years❤❤🙏🙏
Jabadhu Koo nuuf jiradhu ogeetti nama waaqayyoo Barra kee hafe siifa eebbisu
Anan yeeroo hundaa naa jettaa Haftee ergaa keessaan ga'aa mittii ergaa dabalataa gutadhaNuuf jiraadhaa
Baay'ee namatti tola dhugaa isinitti gammadeera jabaadhaa itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Queen 👑🥰
Qeerransaa Riphee ciisuudhaZinnoon
Baay'een isin irraa barachaa jira. Ani Hojiin koo Faarfataadha; Garuu hojii fi sagantaan keessan hunda galeessa Waan ta'eef nama kamuu ni fayyada. Fayyaa ta'aa
Woow dhugaa baayyee namatti tola❤❤❤❤❤❤❤
jebadhuu bayeee iraa baredhee❤❤❤
WOW nama jabaa dhugaa ❤❤❤❤❤
Nam jabduukoo😘😘😘
Dhugaa Barumsa maallaqaan hin arganneen irraa Baracha jira Ani Academy Abbaa Lataa kanarraa!
Jaabduu keenyaa jiraadhuu❤
maaloo maaluman siif godhuu Zinnuu haadha biyyaa koo, ati baguma oromoo keessaa dhalatte. hamtuun si hin argin umurii dheeraa naaf jiraadhu.
Dhaloota walitti qabanii gorsuun akkaataa jireenyaa itti himuun guddaa nama boonsa; dhalooti gorsaa/ tuu qabummoo carroomaadha. Uummata Oromoo hojii miliyoonaan lafa yaa'u gara hojiitti lakkoofsa Isaa dabaluuf waan guddaatu namarraa eegama.
Zinnaash nama ani baay'ee jaalladhu❤
Guyyichaa😍😍
Zinuu nu jiradhu ish
Wow❤
Wawo
❤❤❤❤wow
𝕎𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨 Baratan Jirannan Barsiisan bakka hunda nijara ❤❤❤❤❤
WOW Zinnaash
Namni dura laale ana🧐
Lencoo galatoomi
Anille waan hedduun irraa baradhe galatooma giftiikoo ❤
Wow❤❤❤❤
Hay❤❤❤❤❤
Mana koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Giiftii koo 🤍
Kabajaa artii oromoof qabduu agarsistee zinesh iddoo Sanaa dhaquuf
Lencoo ati dhugaam akka maqaa ketii jabdhuu
Zinoo ati dhugumaa dubartii jabdufii cimtudhaa nu jiradhuu hadhaa artii oromoo
Namti tola
Baayeen sii jaaladha
Pls how can we support him ( this Acadamy )
🎉🎉🎉🎉
Soolaan(jabaa) afeera isaa irraa wan baratamu jira
Zinnaash Olaanii Dursiisi ija uummata oromoo kaabaja nutti horte bara duri sana kabajami bara jireenya kee hafe keessatti.
Ati dhukkuba biyyichaa sirriitti dhukkubsafteetta, kana booda hin dhukkubsattu, dhukkubsattus dawaa malee fayyita.
Zinuu koo bayee sijaalladha baayee si kabajaa ati dubartii jabduu cimtuudha fakkeenya dubarti cimtuutti nuuf jiraadhu
💝💝💝💝💝💖💖💖💖💖💖💖👍👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Like maaf gonne qoyi ummani oromoodha yoo like keessan goten minda sin irra kuta
Nuuf jiraadhu jabdu teenya uumrii dheeradhu
AAQAYYO SI JAALLATA!!!"Waaqayyo akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate, kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!" Yoh.3:16 "Waaqayyo garuu utuma nuti cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate ni agarsiisa." Rom. 5:8 HUNDINUU YAKKANIIRU:-"Hundinuu yakkaniiru, ulfinni Waaqayyoos isaanitti hir'ateera" Rom. 3:23"Caaffati qulqulla'aan, 'Namni qajeelaan hin jiru, lakkii tokko illee hin jiru" Rom.3:10KARAA WAAQAYYO CUBBUUTTII NAMA FAYYISU:-"Beenyaan nama cubbuu hojjetuu du'a; Kennaan Waaqayyoo inni Kiristoos Yesuus gooftaa keenyaa wajjin tola nuuf kennamu garuu jireenya bara baraati." Rom.6:23"Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananiidha."Yoh.1:12AMMA HUNDINUU AKKA FAYYANITTI:-"Kunoo ani balbala dura dhaabadhee balbala nan rukuta; namni sagalee koo dhaga'ee yoo naaf bane, ani ol nan lixa." Mul. 3:20"Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu ni oola." Rom.10:13.KIRISTOOSIIN AKKA FAYYISAA KOOTTI SIMADHEE FUDHACHUUDHAAF WANTI ANI MURTEESSU:-Ani cubbamaa ta'uu koo Waaqayyotti himadhee, gooftaa Yesuus Kiristoos cubbuu kootiif fannoo irratti akka du'e, qajeelummaa na argachiisuudhaafis du'a keessaa akka kaafame amanee, amma isa nan simadha; fayyisaa dhuunfaa kootii ta'uu isaas dhugaa nan ba'a
gaaffiin Tamuun gaafachuu barbaade, "Leencoo wantootni baay'een isa barbaachisi waan tahee fi karaa finance fi karaa ogummaan osoo bira dhaabbattanii." jechuu barbaade." si qofaa osoo hin taane abbootii qabeenya dabalatee" jechuu barbaade Zinnuu haadha biyaa.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Woooowww Nuf Zinnuufi Leencoo Qalliwwaan Saanyiin Oromoo Tattaan Hundii Keessaan
Guddaa Ta'aa Adduunyaa Marraa Dhalaa!!! Jechuu malee jechaa biraa hin qabuu ani!!!!
Wow zinnuu keenya.edaa haati warraa faar Guutuu shifarraa intala keetii!! wow ammallee gammachuu dhala kee argi❤❤❤
❤❤❤❤❤❤wow zinnu& lencoo gaalaatoomaa gudda nuuf qoda iijoolee oromoofi❤❤❤❤
Dhugaa atti nama jabduudhaa inni sagantaa kana qophessees smart namatti so thanks so much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woooowwww jabdu dhugaa hatii giftii oromotii jabadhu 😍😍😍😍😘😘😘
Lenco thank you
❤❤❤❤
Lencoo ati dhugama leenca uuuuuuuuph ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkaadaamiin Kun Industrii artii Oromoo kan dagaagsudha. Barsiisonni fi gorsitoonni akkaadaamichaa jabaadhaa! zinuun yaada bilchaataa kenniteetti! Ani barreessaa walalooti! Ingineeras Akkasumas barsiisaadha garuu artiif kabajaaf jaalala guddaan qaba! Artiin akkuma zinuun jette miiraan osoo hin taane xiiqiidhaani! barattonni akkaadamichaa hunduu jabaadhaan isiniin jedha!
Jabduu keenyaa jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤
Zinu nuuf jiradhuu jabduu keenyaa
Atti dubarti jabdu bayyee fakkenyuma nuuf tatedha ebiifamii jabdu koo
Ples dirama dhebu iddo irratti dhabdan irra osso itti nuuf fuftani bayyeen jaaladha hadha guda koo❤❤❤❤❤❤
Jabduu kenyaa Nuuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤siin jalaadha zinashi❤❤ ko mee diraam kuudhama irraa deebiin. nuu daawwachiisa adara❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
namnii duraa lalee anaa qofaa ❤
wow Zineekoo! nuf Jiraadhu Haadha Oromoo Marati Ati!
Waw dubartii jabduu fakkeenya nama hundaf tatuudha Zinaash❤❤❤❤
Wawuu zinu bagaa nujiraate u are the mother of oromons art we didint forget u we known u for the last 25 years❤❤🙏🙏
Jabadhu Koo nuuf jiradhu ogeetti nama waaqayyoo Barra kee hafe siifa eebbisu
Anan yeeroo hundaa naa jettaa
Haftee ergaa keessaan ga'aa mittii ergaa dabalataa gutadha
Nuuf jiraadhaa
Baay'ee namatti tola dhugaa isinitti gammadeera jabaadhaa itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Queen 👑🥰
Qeerransaa Riphee ciisuudha
Zinnoon
Baay'een isin irraa barachaa jira. Ani Hojiin koo Faarfataadha; Garuu hojii fi sagantaan keessan hunda galeessa Waan ta'eef nama kamuu ni fayyada. Fayyaa ta'aa
Woow dhugaa baayyee namatti tola❤❤❤❤❤❤❤
jebadhuu bayeee iraa baredhee❤❤❤
WOW nama jabaa dhugaa ❤❤❤❤❤
Nam jabduukoo😘😘😘
Dhugaa Barumsa maallaqaan hin arganneen irraa Baracha jira Ani Academy Abbaa Lataa kanarraa!
Jaabduu keenyaa jiraadhuu❤
maaloo maaluman siif godhuu Zinnuu haadha biyyaa koo, ati baguma oromoo keessaa dhalatte. hamtuun si hin argin umurii dheeraa naaf jiraadhu.
Dhaloota walitti qabanii gorsuun akkaataa jireenyaa itti himuun guddaa nama boonsa; dhalooti gorsaa/ tuu qabummoo carroomaadha. Uummata Oromoo hojii miliyoonaan lafa yaa'u gara hojiitti lakkoofsa Isaa dabaluuf waan guddaatu namarraa eegama.
Zinnaash nama ani baay'ee jaalladhu❤
Guyyichaa😍😍
Zinuu nu jiradhu ish
Wow❤
Wawo
❤❤❤❤wow
𝕎𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨𝕨 Baratan Jirannan Barsiisan bakka hunda nijara ❤❤❤❤❤
WOW Zinnaash
Namni dura laale ana🧐
Lencoo galatoomi
Anille waan hedduun irraa baradhe galatooma giftiikoo ❤
Wow
❤❤❤❤
Hay❤❤❤❤❤
Mana koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Giiftii koo 🤍
Kabajaa artii oromoof qabduu agarsistee zinesh iddoo Sanaa dhaquuf
Lencoo ati dhugaam akka maqaa ketii jabdhuu
Zinoo ati dhugumaa dubartii jabdufii cimtudhaa nu jiradhuu hadhaa artii oromoo
Namti tola
Baayeen sii jaaladha
Pls how can we support him ( this Acadamy )
❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
Soolaan(jabaa) afeera isaa irraa wan baratamu jira
Zinnaash Olaanii Dursiisi ija uummata oromoo kaabaja nutti horte bara duri sana kabajami bara jireenya kee hafe keessatti.
Ati dhukkuba biyyichaa sirriitti dhukkubsafteetta, kana booda hin dhukkubsattu, dhukkubsattus dawaa malee fayyita.
Zinuu koo bayee sijaalladha baayee si kabajaa ati dubartii jabduu cimtuudha fakkeenya dubarti cimtuutti nuuf jiraadhu
💝💝💝💝💝💖💖💖💖💖💖💖👍👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Like maaf gonne qoyi ummani oromoodha yoo like keessan goten minda sin irra kuta
Nuuf jiraadhu jabdu teenya uumrii dheeradhu
AAQAYYO SI JAALLATA!!!
"Waaqayyo akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate, kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!" Yoh.3:16
"Waaqayyo garuu utuma nuti cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate ni agarsiisa." Rom. 5:8
HUNDINUU YAKKANIIRU:-
"Hundinuu yakkaniiru, ulfinni Waaqayyoos isaanitti hir'ateera" Rom. 3:23
"Caaffati qulqulla'aan, 'Namni qajeelaan hin jiru, lakkii tokko illee hin jiru" Rom.3:10
KARAA WAAQAYYO CUBBUUTTII NAMA FAYYISU:-
"Beenyaan nama cubbuu hojjetuu du'a; Kennaan Waaqayyoo inni Kiristoos Yesuus gooftaa keenyaa wajjin tola nuuf kennamu garuu jireenya bara baraati." Rom.6:23
"Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananiidha."Yoh.1:12
AMMA HUNDINUU AKKA FAYYANITTI:-
"Kunoo ani balbala dura dhaabadhee balbala nan rukuta; namni sagalee koo dhaga'ee yoo naaf bane, ani ol nan lixa." Mul. 3:20
"Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu ni oola." Rom.10:13.
KIRISTOOSIIN AKKA FAYYISAA KOOTTI SIMADHEE FUDHACHUUDHAAF WANTI ANI MURTEESSU:-
Ani cubbamaa ta'uu koo Waaqayyotti himadhee, gooftaa Yesuus Kiristoos cubbuu kootiif fannoo irratti akka du'e, qajeelummaa na argachiisuudhaafis du'a keessaa akka kaafame amanee, amma isa nan simadha; fayyisaa dhuunfaa kootii ta'uu isaas dhugaa nan ba'a