Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Mashallah it's very nice
Matan keenyaa hoo yoo guyyoota dheradhaf osoo addaan hin ciittiin nu dhukkube hoo mal gochuu qabana dor
Hello Doktor gaffin qaba?ana yero hunda sammu kessa nadhukuba yeroo inni nati hammatu yeron Aruu yeron yaada bayye yaduu yeroon wacaa ykn hassaa namota bayye yeroo sana bayye sammun nadhukuba ija kos bayye natti didiimesa .yeroo tokko tokko imoo akka nama waa nahe ykn rifate qoma koraa barkatii najedhe sammuti naka .e najoonjese ofnaolalchisa .yeroo sammun koo sun nadhukubuti ka.u yoon bishaan dilaala sammu koo irrati yoon naqee nati foyyaa xiqo.
wowowowowowo baye nama gamachisa jabadha jabadhu gooftani si haa ebisu
Madawuu garachaa akam iraa fayuu dandawu dobtor ??
Hello Dr ani dhibee kintaarotiin rakkachaa jira maal naaf woyya mee gorsa isin irraa barbaada
Sound Nate dhagahama
Good
mali gochu qaba yoni xiqo arii qabu bayeee bayeee na dhukuba asabi xiqofi nyanafi dubi kan mana hin ........
Heduu galatomaa lakkofsaa kessaan nuuf baressaa mee
safuu OBN kana nama gootanii affeertanii? Duutuudhaam ofiiyyuu tuqamtuu dha
meedhibee.narvi.irraanudhubadha.obeeltitiyyaa.najaladhukubaa.ittigoru.didemeefuramanisa.Mali?
Galatomaa doctor
mee maluma qodha lataa uufff
Galatooma kan duraanis dalond osoo nuf gootani gaariidha
hello doktar saamu daadhabe maaloo
JAMAAL MAALOO? Heloo Doktar isaan darbaaan Hundaa upload nuuf godhaa.
Galatomaa
Bayee Bayee Gardha
Gallatomaa
hello Dr anna mataani koo yeroo bay'ee na dhukkuuba sammuu koo yeroo tokkoo mirgaa yeroo tokkoo bitaa akkaasiti naa dhukkuuba hasa'a bayyee hin jalaadhu gurraa koo keessasi akkaasiti na woranna .yeroo waa yaduu akkaa dhagaa sammuu koo keessa na dhabaata.
Mekiamekia Oromo arsii
Mee dawaa' Mata keesaa nama nyaatuu' Mali mana hakimis' demee dhukuba hin qabduu' na jedhuu edeen' biyyaa' bae' waan' akkasi' na jalqabe' wagaa' Afru' naraa' gaeraa' mee mal godhuu
Gallatooma haluuma kanan itti fuffaa
8333
galatoma