Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Yeroo Na Mude Arr'a Guyyaan Na GolgalaahusFuuldurri Kan koo Ifa Kanin Abdadhee Taa'u Rabbirratti Irkannoon Hojjadhee Keessaa bahuuf Rakkinaaf Jilbiimfadhee Rakkoodhaf Jilbiimfadhee Harkas Maradhee Hin Taa'u !!!!!Umrii Harraagessaa siif haa Kennu Yaa Hayyuu Keenya Adam Haarun
Umrii Rabbin sii hadherassu
Adam haruun hayyota kenyaa gameeyii kessa isa hangafatii rakkinaf jilbiibadhee harkas maradhee hin ta,uu
Jiruu jalli'uun quuftuuOsoon qarreetti rarra'uuGoojjoo afaan galaanaattiKan taane taa'uuf ka'uuJireenya wabiin qabnee (x2)kanaan jireenyan je'u Dumeessi roobaaf dhufuudhimmuuf galaana sodaaqeessatti na galti lubbuuneessuman seenaan yaadaajiruutti waan lakkaawugaajiruu qarree afaanii Odoon na fuudhaa mamuuodoon nu fuudhaa shakkuuboru dhufee galaannii Jiruu jalli'uun quuftuuOsoon qarreetti rarra'uuGoojjoo afaan galaanaattiKan taane taa'uuf ka'uuJireenya wabiin qabnee (x2)kanaan jireenyan je'u Goojjoo afaan qarreekan hulaan mixoo lolaabanaa gubbaan hofofaaka dhimmuun akka alaaHiggaa roobaan na bu'eeKa garbi yaa'u lolaasan keessa jiruu je'ee (x2)dhiiroo akkamittin galaa Jiruu jalli'uun quuftuuOsoon qarreetti rarra'uuGoojjoo afaan galaanaattiKan taane taa'uuf ka'uuJireenya wabiin qabnee (x2)kanaan jireenyan je'u Jiraattee jiruu namaa Nin jira jechuun ta'uudu'ee biyyeen uffanneehin jiruunis naan ta'usadarkaa qilleensarraaroora'ee fannifameemallisii maali himaa (x2)jiruu hara raafameeJiruu jalli'uun quuftuuOsoon qarreetti rarra'uuGoojjoo afaan galaanaattiKan taane taa'uuf ka'uuJireenya wabiin qabnee (x2)kanaan jireenyan je'u Yeroo namudee har'aaguyyaan na golgolaa'uufuuldurri kan koo ifaawannin abdadhee taa'uurabbiirratti irkannoonhojjedhee keessaa ba'uurakkinaaf jilbiifadhee (x2)harkas maradheen taa'uu
Duee biyyen uffanne hinjiruunis Nan tahu jirenya wabinqaben......
Walalo taka nuf himi makmaksa wajin hayu
You are right ✅️ ❤❤❤❤
Cilp Best qashxii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤
Wataonarabue
Adeeroo , ulfaadhu
Ahmadjamaal
legendary ❣️
walaloo dhugaa oromoo irraa maddite
Wow, You would make my heart beat faster& slower @ z same time.
Wow U make sunshine over my body! U' r e not sun but just hot as it! Live long life!
I Wish U live life long.
Hayyuu oromoo
Lencaa oromoo
❤️❤️❤️❤️❤️
😢😢😢
🎉👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
do mess roo ufe IMO galana so dah
The living legend
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊😊😊❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅
Long life
fil manager
Best 💯💯💯💯✍️✍️✍️🌹🌹
Yeroo Na Mude Arr'a
Guyyaan Na Golgalaahus
Fuuldurri Kan koo Ifa
Kanin Abdadhee Taa'u
Rabbirratti Irkannoon
Hojjadhee Keessaa bahuuf
Rakkinaaf Jilbiimfadhee
Rakkoodhaf Jilbiimfadhee
Harkas Maradhee Hin Taa'u !!!!!
Umrii Harraagessaa siif haa Kennu
Yaa Hayyuu Keenya Adam Haarun
Umrii Rabbin sii hadherassu
Adam haruun hayyota kenyaa gameeyii kessa isa hangafatii rakkinaf jilbiibadhee harkas maradhee hin ta,uu
Jiruu jalli'uun quuftuu
Osoon qarreetti rarra'uu
Goojjoo afaan galaanaatti
Kan taane taa'uuf ka'uu
Jireenya wabiin qabnee (x2)
kanaan jireenyan je'u
Dumeessi roobaaf dhufuu
dhimmuuf galaana sodaa
qeessatti na galti lubbuun
eessuman seenaan yaadaa
jiruutti waan lakkaawugaa
jiruu qarree afaanii
Odoon na fuudhaa mamuu
odoon nu fuudhaa shakkuu
boru dhufee galaannii
Jiruu jalli'uun quuftuu
Osoon qarreetti rarra'uu
Goojjoo afaan galaanaatti
Kan taane taa'uuf ka'uu
Jireenya wabiin qabnee (x2)
kanaan jireenyan je'u
Goojjoo afaan qarree
kan hulaan mixoo lolaa
banaa gubbaan hofofaa
ka dhimmuun akka alaa
Higgaa roobaan na bu'ee
Ka garbi yaa'u lolaa
san keessa jiruu je'ee (x2)
dhiiroo akkamittin galaa
Jiruu jalli'uun quuftuu
Osoon qarreetti rarra'uu
Goojjoo afaan galaanaatti
Kan taane taa'uuf ka'uu
Jireenya wabiin qabnee (x2)
kanaan jireenyan je'u
Jiraattee jiruu namaa
Nin jira jechuun ta'uu
du'ee biyyeen uffannee
hin jiruunis naan ta'u
sadarkaa qilleensarraa
roora'ee fannifamee
mallisii maali himaa (x2)
jiruu hara raafamee
Jiruu jalli'uun quuftuu
Osoon qarreetti rarra'uu
Goojjoo afaan galaanaatti
Kan taane taa'uuf ka'uu
Jireenya wabiin qabnee (x2)
kanaan jireenyan je'u
Yeroo namudee har'aa
guyyaan na golgolaa'uu
fuuldurri kan koo ifaa
wannin abdadhee taa'uu
rabbiirratti irkannoon
hojjedhee keessaa ba'uu
rakkinaaf jilbiifadhee (x2)
harkas maradheen taa'uu
Duee biyyen uffanne hinjiruunis Nan tahu jirenya wabinqaben......
Walalo taka nuf himi makmaksa wajin hayu
You are right ✅️ ❤❤❤❤
Cilp Best qashxii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤
Wataonarabue
Adeeroo , ulfaadhu
Ahmadjamaal
legendary ❣️
walaloo dhugaa oromoo irraa maddite
Wow, You would make my heart beat faster& slower @ z same time.
Wow U make sunshine over my body! U' r e not sun but just hot as it! Live long life!
I Wish U live life long.
Hayyuu oromoo
Lencaa oromoo
❤️❤️❤️❤️❤️
😢😢😢
🎉👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
do mess roo ufe IMO galana so dah
The living legend
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊😊😊❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅
Long life
fil manager
Best 💯💯💯💯✍️✍️✍️🌹🌹