Raajii Ashannaafii, Sirna Badhaasa Addaa Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 1 лип 2022
  • Raajii Ashannaafii, Sirna Badhaasa Addaa Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 186

  • @zyefat
    @zyefat 2 роки тому +8

    እንኳን ደስ አለህ ወንድማለም ይቅናህ ሐሳብህ ይሳካልህ ከዛች የደም ምድር መውጣትህ እድለኛ ነህ የኢትዮጰያ የሐገርህ ኩራት ነህ💚💚💚💛💛💛❤❤❤🌹🌹🌹

  • @yesharegahilog1974
    @yesharegahilog1974 2 роки тому +9

    እግዚአብሔር አይምሮን ከሚመርዙና ከሚበክሉ ዘረኞች ነብሰ ገዳይ አይምሮአቸዉ ከተቀማ ክፉ ሰዎች ይጠብቅህ።

  • @abenezerdawit3323
    @abenezerdawit3323 2 роки тому +5

    ራጂ እንኳን እግዚአብሔር ረዳህ ፍፃሜህ ያማረ ይሁን እግዚአብሔርን የምታመሰግን ለቤተሰቦችህ የምትጠቅም ሀገርህን ኢትዮጵያን የምታስጠራ የምታኮራ ህልምህ እንዲሳካ የእግዚአብሔር ጥበቃ ይብዛልህ በነገር ሁሉ መከናወን ይሁንልህ ቤተሰቦቹ እንኳ ደስ አላችሁ ይቺ አሜሪካ ክፉ ምድር እንዳትውጥህ ተጠንቀቅ ሀገርህን ህዝብህን እንዳትረሳ 💚💛❤
    👍✨✨✨
    🎉😊👏😁👏😃🎉
    እንኳን ደስ አለህ !

  • @user-gz7cl7uu3t
    @user-gz7cl7uu3t 2 роки тому +6

    እግዚአብሔር ይጠብቅህ! ምን ዋጋ ከለው ፒኤች ዲ እያሉ ሀገራቸውን እንዳይጠቅሙ ይወስዷቸዋል! Raabii si'i wallin hata'u!💪💪💪

  • @didakonso8093
    @didakonso8093 2 роки тому +18

    CONGRATULATIONS RAAAJII 🏆🎓🎖🙏

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому +1

    biyyi ati itti dhalatte haa eebbifamu raajii
    jiraadhu sanyii leencaa

  • @berkegeremu759
    @berkegeremu759 2 роки тому

    Hafi jiraadhu waqayyoo ijaa hamtu sirraa haa waraanuu Eebbifami iddo yaadde gahi

  • @user-hc3hu4fe7c
    @user-hc3hu4fe7c 2 роки тому +4

    ችግሩ የኛአገር ሰው የተማረአይወዱም አላህይጠብቅህ እጂ

  • @abebakinfe2073
    @abebakinfe2073 2 роки тому +4

    CONGRATULATIONS RAAAJII 🏆🎓🎖🙏 እንኳን ደስ አለክ ጀግና ተማሪ እግዚአብሔር አሁንም እውቀቱን ይስጥክ በጣም ደስ ይላል እራስክን ከክፉ ሰዎች ጠብቅ ስንት ቅናታም ምቀኛ አለና፡፡

  • @yeamanuellej2721
    @yeamanuellej2721 2 роки тому +3

    Waggaa Afaraan baranaa ilee godinaa walagaa irraa qabxii olanaa fiduun kana shalamamee Obboleessa Kenyaa bagaa gamadee

  • @argwaabi6189
    @argwaabi6189 2 роки тому +5

    አዳማ፡ነዝት፡ዬአጋሬልጂ፡አቤትዳሢብሎኛል፡እትዮጵያን፡ባመሢጣራቱ❤❤💐💐💐🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @woldefikadushaka9592
    @woldefikadushaka9592 2 роки тому +1

    BAGA MUCAA YESUUS TAATE
    AMMAAYYUU CAALII MULDHADHU

  • @elsaelsabetchala73
    @elsaelsabetchala73 2 роки тому +4

    እንኳን የእግዛያብሔር ልጅ እየሱስ እረዳህ
    ጀግና የቤተሰቦችህ የሀገር ኩራት ጎበዝ።
    እየሱስ ያድናል እርሱ እውነትና ሕይወት መንገድ ነው። መዳን በማንም የለም ጌታ ያድናል ከምት ከሲእል ከሀጢያት አሜን

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому +2

    Congratulation for the world's first dhiifamaa fayyaan???deebii Dhibee Caqasii university Acaaluu ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa goototaa international yaannis waraanaa hojii Raajii Ashaanaaffii Maashaa'Allah biyyeettiis jàalalaa Biyyaaf of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaanii naaf biruma beeknee mandisni maraannee duune jechama mallaszenawii har'as diina minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow congratulation ASTU saayikoloojii line dubarttoonnii Taaddee Birruu mandisni kolfaan dhumnee

  • @jasminadam6601
    @jasminadam6601 2 роки тому +3

    Much love and respect from jimma Oromia ❤️💚❤️

  • @agafarytube7619
    @agafarytube7619 2 роки тому +9

    እንኳን ደስ ያለህ ወንድማችን!! ገና ወደፊት ታኮራናለህ አባቴ!!

  • @tahirjemal4662
    @tahirjemal4662 2 роки тому +2

    Dhugumaan Raajii dha. Mataa dhiira jabaadhu

  • @zewdituasefa426
    @zewdituasefa426 2 роки тому +3

    መቃን ኬ ራጂ ሆጂኬትስ ራጂ በጋገመደ ። ልትሄድ ያልከው ሀሪገር መጠቀሚያ እንዳያደርጉህ አእምሮህንም እዳያበላሹህ ተጠንቀቅ አደራህን እራስህን ጠብቅ ዕንቁ የኢትዮጵያ ልጅ እግዚአብሔር ከማንኛው ክፉ ነገር ሁሉ ይጠብቅህ ጥላ ከለላ ይሁንህ አሜን!!!

  • @NegasaTolesaNT
    @NegasaTolesaNT 2 роки тому +9

    Congratulations, you are exceptional! Wish you all the best in your next chapter!

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    waaqayyotu kabaja,ulfina,simboo,bareedinas kenna inaaffaan maal godha,goomatteetikaa gurbaa kanshii jiraachisuu dadhabnaan kan namaatti ce'uun hii
    ecci ecci tana tanatu qotaa nama singiggeessa
    bakka itt dhiittaa jireenyaa dadhabde nama hadheessuuf tittimti
    mee asaasashii kanaan maal fiddi gubattee

  • @berechawolde7855
    @berechawolde7855 2 роки тому

    Ol deema qaroon qaraa nu boonsitekaa gurbaa 😯👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @tolerafufa4661
    @tolerafufa4661 2 роки тому +5

    Baga gammadde !!! Baga milkoofte . Proud of you for your outstanding achievement.May God be with you the end of your journey!!!

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    yaadota qoosaa koo keessaa muraasni,qulqulleessituu,sossobaa,waliin nyaachuu,karaarratti nyaachuu fa nan yaadadha
    lafti sun kaleessa taraarte akka tulluu of hin goone,gaarri guddaan jira waan ta'eef
    falmii dadhabina uffate waca hundee hinqabne jalaa cal jechuudha malee yoo waliin wacan ofiin nama qixxeessiti

  • @laalisaajirenyaa
    @laalisaajirenyaa 2 роки тому +1

    Wowowo ilimaa adaatii dhugaa waaqayoo bagaa gammadee sanyii ko

  • @beranamagarsa9437
    @beranamagarsa9437 2 роки тому +5

    ዋዋዋውዉዉዉ እንኳን ደስአለክ ወንድሜ ዋዉነዉ እንደት ደስይላል ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤በገገመደ ሆበሌሰኬ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому +1

    Karaa Eegumsa congratulation ASTU saayikoloojii line dubarttoonnii ProSammuutin in new generation of listening pro BiranuuNagga OMNIPRESENT hin argii beekuu Eegumsaafi Beekumsii biruma dhalootaa ijaa sawsaw"Dubbii Afraasee GUUTUMAA hawaasaa gurriis Eegumsaa Congratulation OMNIPRESENT

    • @awqq4330
      @awqq4330 2 роки тому

      bagaa gammaade mucaa biyyaa koo bayyee gammaade an illee

  • @metikumela1262
    @metikumela1262 2 роки тому

    Wowowow inkowan geta redak wandime🙏🙏🙏😍😍😍😍😍😍

  • @misganaofficialchannel7336
    @misganaofficialchannel7336 2 роки тому +5

    Congratulations !!! Bro God Bless you

  • @afaanoromoomusic
    @afaanoromoomusic 2 роки тому

    Ani cimina kee ibsuuf jechoota hin qabu .Garuu hammaaf jechoota fayyadamee yoon si ibsuu ati nama jaba fi cimaa dha .Yeroo ati barumsa qorumsa biyyoolessaan qabxii olaanaa fidde sanas sirriitti si jejaa turre. Hammas kunoo si jejuuf jechoonni natti xiqqaate! Umurii dheeraafi nageenyaan siif hawwaa.Ati hammayyuu ni hojjetta .Egeree boriitifis abdii cimaatu si harka jira .Jabaadhu!

  • @faamiiibrahim4178
    @faamiiibrahim4178 2 роки тому

    Baay'ee Gaariidha Baga Badhaafamtee Obbaleessaa Keenya

  • @lemimosisa6343
    @lemimosisa6343 2 роки тому

    Congratulation brother Rajii Ashenafu All Ethiopia people is proud of you what you did it keep it up it's incredible point god bless you..

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    thank you RAAJII OUR HERO.
    Amaloota Mucaa qaxalee kanaa:
    1.hin tuqu garuu moo'amee hin beeku
    2.OF DANDA'AADHA,jiruu saa adeemsisuu dadhabee hin odeessu,OFITTI AMANEE JIRAATA
    3.NAMA GUDDAADHA,daa'ima miti
    4.IJA FAYYAA ITTIIN ARGU QABA.akkasumattiin ilaalee quufaa fi beela'aa,firaa fi diina fayyaafidhukkubsataa adda baasuu danda'a sababni isaas ofiisaatii fayyaa guutuu qaba
    5.nama dheeradha
    6.nama beekadha
    7.IN BAREEDA
    8.Yeroo karaa adeemu BA'AA hin baatu deemsaaf akka mijatuuftti
    9.GITASAA WALIIN MALEE HIN DORGOMU,YOO DORGOMSIISAN ITTI QOOSA
    10.QOFAA ISAA NYAATA ,YOO DHABE IN DHIISA sababni isaas iddoo isaaf malu beeka
    11.dorgommii fiigichaatti yoo ba'e erga dorgomtoonni isaa karaa qixxee ga'anii duubaa ka'ee karaarratti akka baalaa harcaasee bira darbee injifata
    12.waanuma arge hin nyaatu
    13.ODEESSITUU MITI,JIRUU ISAA MOO'ACHUUF TATTAAFATA MALEE JIRAACHUU DADHABEE JIREENYAA FI BARA SODAATEE OLIIF GADI HIN FIIGU
    14.HIN SODAATU
    15.HIN SOBU
    16.NAMA JAALATA
    17.NAMATTI HIN INAAFU
    18.HUBATAADHA
    19.BAL'ISEE YAADA LAFAAN
    20.lakkoofsonni zeeroo hanga dhibbaa (0_100) qofatu jira.hin jedhu sababni isaas lakkoofsonni lakkaawwamanii hin dhuman furmaanni rakkoowwaniis hagasuma baay'eedha
    21.Iji isaa fagoo ilaala,fagootti arga,ofjala hin ilaalu,
    22.JOOBIRA lukkuu miti ,lukkuun achumaa kosii caaraa oolti malee balali'uu hin dandeessu
    23.TOKKICHA QIXXEE DHIBBAATI,qofaa isaa wantoota baay'ee moo'achuuf dandeettii qaba
    24

  • @chalanzewde3699
    @chalanzewde3699 2 роки тому

    Baay'ee baay'ee kan nu boonsuudha.......carraa gaarii raajii......

  • @jabaadhujabaadhu4427
    @jabaadhujabaadhu4427 2 роки тому +1

    Mashalaa mashalaa dhuugaa bayee dasii ❤💐🦁💚❤♥️🌳

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    RAAJIIN FROM OROMIA TO MIT TA'UUSAA IRRAA ODEEFFANNEERRA DHUGUMMAA ISAA ISUMAAF DHIISNA

  • @nafisawarqinagameda4060
    @nafisawarqinagameda4060 2 роки тому

    Wowowo 😧 baga Gammade 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 biyya koo wowowo nama bonsitta

  • @tegeneasefa112
    @tegeneasefa112 2 роки тому +1

    Baga gammadde Qaxalee mucaa

  • @kristensamsung8274
    @kristensamsung8274 2 роки тому

    gooftaan bagaa sii gargaree ijaarra Hafii yeeroo gaariifi umrii dheeraan siif hawwaa😍😍🎓🎓

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    ati raajiidha dhugumatti I proud of you

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому +1

    raajiin MIT yoo dhaqe ,achitti MIT injifatee theory isaa kana hojiitti jijjiiruu fi MIT n achii ari'ee isa galchuu raajidhaaf dhiisna.Guyyaan dhufu sun araarsaadha,addaan nama galcha ammaaf beekumsi waa'ee MIT fi raajii jidduu jiru kan raajiiti.
    Raajiin MIT gaafa dhaqu MIT dhan akkam akka wal godhan beeka

  • @shiferawzeru1190
    @shiferawzeru1190 2 роки тому +2

    ይመችህ ራጂ። congra!!

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    RAAJIIN THEORITICAL PHYSICS TANA HOJIITTI JIJJIIRUUF BARSIISAAN ISA BARSIISU JABAADHA

  • @HundaafTech
    @HundaafTech 2 роки тому +3

    Unbelievable, congrats our brother!!

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 2 роки тому

    Wwwoo baga waqqayyoo itti sii gaheenya 🙏🙏🙏💯☑️

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    RAAJIIN DINQII HOJJATA,AKKA ADDUNYAATTIYYUU WAAN HAARAA GALMEESSE
    RAAJIIN MUCAA BARNOOTA BARBADEESSEE BILCHINA OLAANAA QABU

  • @kenanisadame1352
    @kenanisadame1352 2 роки тому

    Kennaan isaaf kenname garuu baayyee itti xinnaata

  • @weyessadebela2043
    @weyessadebela2043 2 роки тому

    OBN yeroo jalqabaaf waan gaarii dabarsite

  • @zinashengida2093
    @zinashengida2093 2 роки тому +1

    ይሄ ጀግና ይገባወል 🤗

  • @belayche4050
    @belayche4050 2 роки тому +3

    Congratulations Raaajii 💖 🎊 👏 💐

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    Dhugaan in bareeddi,adaraa ammas namoonni yaadan tasgabbaa'aa oduu daa'imaatin raafamuun gaarii miti
    Daa'imti hojii hin qabdu,oduu qabdi.Ammayyuu muddamatti hojjachaa,ariitidhaan nyaachaa ,suuta dubbachaati malee
    ariitiidhaan odeessuun moo'icha hin fidu
    SUUTA DUBBATU,daddafanii nyaatu

  • @leliseyadisa1253
    @leliseyadisa1253 2 роки тому +3

    Congratulations 🎉🎉🎉❣️❣️❣️ 👏👏👏

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 2 роки тому +1

    baagaa.gamadee.waalumaa❤❤🇪🇹🇾🇪💯💯🥇✅💋

  • @sarasarah4906
    @sarasarah4906 2 роки тому +1

    Bagaa gamadee jaajii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Deemsis congratulation for the Business I am going through reading yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa GzxHamdiyaa

  • @frehiwottelila9933
    @frehiwottelila9933 2 роки тому +1

    Congratulations Raajii 👏👏👏👏👏

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    BA'AA irraa fuudhudhaaf namni hin danda'u, BA'AA sanatu itti ulfaatee washaaqqachiisa
    Baalaansiin shii duutuu taanan kan ormaatti inaafuu dhaqxi kkkkk
    karaa sanis in madaalchisna mee yoon ani moo"ame???
    warri baalaansii ga'aa qaban ,BA'AAS kan hin baanne barattoonni hunduu nagaan jiraatu,nagaan rafanii bulu
    ba'aa shii barsiisaa kiyya bira otoo fiddee irraa kuffisa,

  • @nigusedagne9515
    @nigusedagne9515 2 роки тому

    raajii jabadhuu ,natti tolera dhugaa ...

  • @mumanimumani9406
    @mumanimumani9406 2 роки тому

    Masha Allah masha Allah masha Allah ☝ 🙏

  • @bettyalexsis8987
    @bettyalexsis8987 2 роки тому +2

    Congratulations Raji🙏🙏🥰

  • @sisaykassahun6280
    @sisaykassahun6280 2 роки тому

    congradulation .am proud of you .anbessaa

  • @nurjames2282
    @nurjames2282 2 роки тому +1

    Good luck raji..keep it up.

  • @U.b1234
    @U.b1234 2 роки тому

    Baga kana si gahee congratulations 🎊 👏 💐 Egzeabher yetebekeh

  • @kemalkuru8658
    @kemalkuru8658 2 роки тому

    Masha allah, akkuma maqa ketti rajidha

  • @sarasarah4906
    @sarasarah4906 2 роки тому +1

    Www walggaa biyaa beektootaa

  • @AliAhmed-fu2me
    @AliAhmed-fu2me 2 роки тому +1

    ማሻ አላህ እንኳን ደስ አለህ ወንድም

  • @KennaaAlemayhu
    @KennaaAlemayhu 2 роки тому +1

    Congratulations 🎊👨‍🎓👨‍🎓💘

  • @tgethiopia381
    @tgethiopia381 2 роки тому +2

    Congratulations🙏🙏🙏👏👏👏🇪🇹

  • @SamsungJ-wm7ws
    @SamsungJ-wm7ws 2 роки тому

    Baagaa Gamadee 💐🌺😇

  • @mufarihaatseifuu8973
    @mufarihaatseifuu8973 2 роки тому

    Wowowo masha Alhaa
    Congratulations

  • @ima3452
    @ima3452 2 роки тому

    Congratulations bro😍😍👏👏👏👏

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    sun garuu du'ee hafe achumaan du'aayis hin kaane

  • @asteranbaseh9602
    @asteranbaseh9602 2 роки тому

    Baga gamadee Rajii

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    raajiin raajuma daa'imatu ittiin dorgomuu barbaada malee
    kallattii hundagaleessa beekumsa qabaachutu ta'a akka raajii, malee ololli,waci guddina,ulfina,jireenya hin taatu
    amma wantootni samiif dachee gidduu martinuu baqanitti raajiin raajummaasaa itti fufa

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 2 роки тому

    Baga gammadan hundi keessanu .
    እንኳን ደስኣለችሁ
    Congra

  • @tigistfeyisa2985
    @tigistfeyisa2985 2 роки тому

    wooooooooo wendme enkuan des aleh

  • @naimagemeda6794
    @naimagemeda6794 2 роки тому

    Gotaa ummataa warqii wallaggaa ♥️💚♥️

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul2150 2 роки тому

    Wow እውነትም እጅ ተባርክ

  • @tesfayehundera8989
    @tesfayehundera8989 2 роки тому

    oooooh my god i wish all the best

  • @GETUSHOW
    @GETUSHOW 2 роки тому

    Jabaadhu goota koo❤❤❤❤❤❤. Dhiira

  • @asterbirhanu5101
    @asterbirhanu5101 2 роки тому +2

    Congratulations ♥️♥️

  • @tigistgodebo8659
    @tigistgodebo8659 2 роки тому

    Congratulations brother 💗💗💗💗💗💗💗

  • @alexwangari3184
    @alexwangari3184 2 роки тому

    Congratulations. We hope again to best scorer at USA too.

  • @jionedn8103
    @jionedn8103 2 роки тому

    Rajii jabadhu

  • @giftifekadu7796
    @giftifekadu7796 2 роки тому

    Bagaa Gammadee WOW!!!

  • @user-dm4ow9pm2b
    @user-dm4ow9pm2b 2 роки тому

    መሸአላህ እኳን ደስ አለህ

  • @yordenosshewa878
    @yordenosshewa878 2 роки тому

    Congratulation Raajjii

  • @robsonfekede4031
    @robsonfekede4031 2 роки тому

    Wonderful boy Raajii oromoo

  • @derejebekele6797
    @derejebekele6797 2 роки тому

    CONGRATULATIONS RAAJII

  • @tayekassaye7326
    @tayekassaye7326 2 роки тому

    WWWWOOOOOOOWWWWW ! Great one

  • @waaqayoobekkadha4373
    @waaqayoobekkadha4373 2 роки тому +1

    Wwwwooowwwooo Good

  • @abdulkarimtullu9936
    @abdulkarimtullu9936 2 роки тому

    Congratulations Bro!

  • @abditvtube365
    @abditvtube365 2 роки тому +1

    Nice good luck!

  • @ELIEDI
    @ELIEDI 2 роки тому +1

    Congratulations !!

  • @bibaababo5982
    @bibaababo5982 2 роки тому

    Wawoo jabaadhu ❤❤❤❤❤

  • @wariodikajilotube1269
    @wariodikajilotube1269 2 роки тому

    Congratulations Raajii

  • @berhanudemise8246
    @berhanudemise8246 2 роки тому

    congratulation raajii

  • @Kebii4242
    @Kebii4242 2 роки тому

    Wow congra bravo

  • @birtukansamman9244
    @birtukansamman9244 2 роки тому

    Masha Allah

  • @fuadjuhar6403
    @fuadjuhar6403 2 роки тому +2

    Mashallah

  • @bekeletola8429
    @bekeletola8429 2 роки тому

    beekaan afaanin baay'ee hin odeessu harkaan hojjatee agarsiisa