Nama waan gaarii dalagu namuma hundatu jaallata kanaa oliyyu gaafachuu dandeesi maaltu nama dhibe hinaffadha male yoo Kuma dhibbatu na gaafatte jedhe maal rakkoo qaba
Dhugaa ummanni midia gara garaa banattanii ololola gara garaa haasoftan physiology baradhaa bar ulamaa'aainuu NAMni barumsa diinii qofa baratan nama ija tokkooti akkasuma kan duniyaas qofa kan baratu nama ija tokkooti isaan kun garuu lachuu waan qaban natti hn ........,
yaa umata mucanile dhifama gafate jirasun achiti ana ka nadhibe garu hamzan mafi akanti ira lola qoy hoo gudi akkana hin argine jedhe 😊😊 marafu shamran kenya lik lee hin godhina comntis hin kenina rabif jechale isn jalna nama takan hin jedhina dubin tabira tate dhufti boda 😅😅😅😂🙈🙈😛
Ws wr wb isani hin dogogoree dhisaa ilmii Namaa dogooraa Gorsaaa❤❤❤❤❤
As wr wb mashallah
Wl wr wb safuudha hadhako Kan ishee gafatuumo Kan Isaa midiyarati basuu ya rabbiko najaa nu basii salphodha Kan ottoo abba mana qabduu gafatuu
Jabadhuu aakanatii wan haraya nudhagesisii❤❤❤
Nice of you
Assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuh❤❤❤
Wswrwb maashaa alh obolesa Ken galtomii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Assalam walekum wa rahmatullahi wa barakatuh kam hai❤❤❤
Shekota keenya dhifama gafachu ❤ketif ga
Wl wr wb obbolessaa tiyya qalii bagaa nagaan dhuftee ee dhugadhaa dogogorree jiraa anii dubbiin Kun Akka malle na arsee maliif bektuu mucaan Kun amantaa islamatiif arradhaa wahee Islama dhibaa dhibatii wan bekku inqabuu kanaf namnii indogogoree injiruu baniin Adam Hunduu nidogogoraa kanaa dhifamaa gafateraa wan ta.eef dhisaa irran asa.inaa ossomaa bektanuu calisaa kalaas mucaa dogogoraa keessaa sensisuu demamaa jiraa kanaraa kan callu yo ta.ee rabbin sodadhaa irraa dhabadhaa☝️😭😭😭😭😭
As wr wb yaa obbolleeyyan Akkiiraa obsaa rabbiin waan hundaa ratuu obsuu keyirii inshaa allah 😢😢😢😢
Maf kanuma ajanda godhatu ree isin namni ni dogongora haa jedhu ❤❤❤
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuhuu
As wr wb dhugaa jete wly ❤❤❤nama gaarii jechuun ka akka ketii kana
Yaa rabbi midiyaadhuma kana dhabama godhi ummani like jecha tara wol salphisa jira 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😅😅😅😅😅😅
😅😅😅😅😅😅
As wr wl
Osoo basii jedhaninii hoo akmii godhuu hedaa kaa na ajibee
Isinin asirra jirtan hundinui hanqina umtan dhiisa wan akkana godhu rabbiin sodadha
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 baaliyoo isan maqaaa nyaate 😢😢😢😢😢 rabbin siifi haa dhisuu baale biyyaa hayuu biyyaa gotaa
Biyyaa diniifi dinaatisi woraa qabisoo guddaa godhaa turee kannafu
Please waa dubaachun duraa xinixaluni gaaridhaa
Alla kulii haalin dhifaamaa 🙏🙏
Ws wr wb welcome My berthar
Dhifama,godhafii,baqa
Mucayyon Rabbin najaa isi baasera
Jabadhuu Qalii❤
Dhugaa ta'u danda'a
Kamali watin hasee udinuu dagogogaraa garuu dhisafii dhisifuu wayyaa namii kunii namaa karaa kenyaa jalatee nutii dabbalamee kanafuu rabbin fii jedhanii dhisufii wayyaa hin gaa dhissaa
Dhugaa keeti qaalii namaa wallaahi
Layliyeero katuu Anaafimo duhahiigodhii Abarsaa qofamiititii
😂😂😂😂
Sirrii miti dubbachuu Rabbíin x100
Dhifama jedhe ilmi nama hin dagogara yoo dhifatani hoo mucaa kuni haga Gara isilama dhufee kheeyri baaye hojate dogogora inni takka dogogore yooirra tartanif hoo wallahi umatuma isilama Kan nama Ajibaa yaa rabbi sussi odu qaba laata ummani keenyaa
لاحول ولا قوة الا بالله العلي العظيم واتوب اليه
Adaraa maattiinaaftah❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wl wr wb kamuu❤❤❤
Wl wr wb
Zadii anuu sii jaldhre mee malii jetaa 😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Obbolaa koo kun kijiba dhugaa irraa fagaate otoo tahee'uu ulbaasee dubbatuun isaa sirrii miti adabamuu qaba
Kan dubachuun sirrimitii❤❤❤❤❤
dhugadha
Wl wr wb Nagadha Alhamdullilah
Ummata keenya inni wallaale lakkaa mucaa kana gama biraa oofaarra isumaa akka salphatetti tuffannee haadhiifnuu.....
Dubatamu hin qabu 😢😢😢
❤❤❤sheekaa Roobee enyutu bakka buufate ? 😃😃😃
Kkkkkk❤❤
Isaan yeroo hundumaa waan gaari dalaga kuniyyu xiqqootu gaafatte kanaa ol gaafachuu dandeesi
Hinsobaa aboo
Kan baraan kun ajaibuu maa wollahii ya rabii nuu nubasii
Meeqatamtu Jira kan dhokfame jiru
As wr wb
Dhugaa kun mizxira gad basun hin barbaachisu
Islaamin hin sobu guribbaan sobu hin olu jawwaar muhammadinu dubartiin 13,000 hin gaafattu beekaa adunyaa, jechi isaa ummata musliimaa saalifachiisa.
Kun dhirqanadhasni malee waan fudheedhaafi
Rifatuutu isa akkas godhaa jira irra hin laalinaa
tun soba dhugaa miti
Isin warri hawaasni yoom kijiba dhistan
Irraa cuufi sheka Robee 😂😂
Ni kijaba muca Kuni
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
As.wr wb
🎉
❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Maalifi iraa dedibitee dubachuu isii barbachise namani kamuu hin dogogoraa Namaa sataruu yalii isasi tana ni oboleesa keena
👍
Namni,nii,dogogora
Nama waan gaarii dalagu namuma hundatu jaallata kanaa oliyyu gaafachuu dandeesi maaltu nama dhibe hinaffadha male yoo Kuma dhibbatu na gaafatte jedhe maal rakkoo qaba
Obboleessa koo dhifamaa dhugaas haa ta,uu sobaa maalifi akkanati maqaan dubaraa baleesitaa atin dubbii kana degartuu boruu fulaa raabbii biraati ni gafatamtaa ok qabdaan raabbii cimaa dhaa nama qabnaan qabdaan isaa cimaa dhaa ok icittii biyyaa eergii raabbii SI haa sirresuu
❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Siridha hin jeneb Garu qabanesa jinemale 😢
Keessuma ati abbaan midiha Kun Kamal ati sitii jete dubbatamu qabu
Dhifama.yoo.godhaniho.rabif.jechaa.namumakenya.kana.😢
😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
Kijibii jenan ittoon guluufte jedhe namichi hiy lsaa rata😂😂😂 baayyee namaa gadisisa anii hin amanuu
Hin sobaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Hinsobaa kumaa kudhaa sidimitii namii sadiyuu isaa hin gafanee odudhaa ofifii namaa kumaa kudhaa sadii gafate dhabee
Hin sobaa isaan dhugaa
😂😂😂
Musilm nama abaru
Isa intarivii godheetu rakkoo qaba
🎉🎉🎉🎉
Namini toko hin gafatu butata akana kana
Dubbatamu hin qabu
❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ashqabac atis waan kana abbaza'uudhaan dogongora hin hojjannee...? Maaf of ilaaluun nutti ulfaataa
😭😭😭😭😭😭😭
Silaan isaa of agarsiisu
በቃ ይቅርታ ጠይቆ የለ ፍቱ
ልጅ ነው መብሰል ይቀረዋል
ታዋቂነት እያመጣው ያለው ጦስ ነው emotional ኦኜ ነው ብሏላ
2 ተኛው ያው ሙኒራ ጥሩ አርጋለች ኡስታዞች ከቁርአንናሀዲስ ይሆናል ሚያወሩት ግን ሒክማን ቢጠቀሙ ያው ቁርአንም ሀዲስም ማንንም ሚያስከፋ ነገር ስለሌላቸው::
😂😂😂kkkkkk
Maqaan koo keessaa jiraa laata galmeekeessaa😂😂😂😂😂places naaf ilaalii mee isaa😂😂😂😂😂
Situ beeka yoo gaafattee jiraatte maaliif nama gaafatta oduu
@Madina-g9g maalltuu sigubee attii maah gafaattee jennaan sidideemo us jedhii
@Asiya-t1p 😂😂😂😂
Hay oromo dubiima 1 arganan baqa akuma mistika alansha olla
Yeroo lakkaa'u lakkofsa dogoggore dhiisani Sara lakkofsa duraaf duubaan jiru itti lakkaawekkkkkkkkkkkk
Maammee🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂ya rabii nuu basii
isaan soba guda sobee😂
ilmaa nama dha. Enyunuu. Hin. Dogogoraa dogoree. Debisee. Mo. Dhifamaa. Gafatee. Komii. Dhisaa. Wan. Kenyaa. Mihii. Kun. Kesahuu. Badaa. Dhifamaa. Gafatee. Dhisuutuu. Garidhaa. Kan. Mufattan.
Kan Abbare Abbaramadha kan dubate isuma Waaqayyoo sitti yaa Araramuu
Dhugaa jetee 😂😂
Ati hadha mana qabda Garuu isa gafachu dandesii isa bekta jedhi gafadhu mee😅😅
Soba
at first he said that for both not only for you 😂😂😂😂😂
13 jechutii kumaa kudhaa 13 jedhee kkkkkkkk 😂😂😂😂
Dhugaa ummanni midia gara garaa banattanii ololola gara garaa haasoftan physiology baradhaa bar ulamaa'aainuu NAMni barumsa diinii qofa baratan nama ija tokkooti akkasuma kan duniyaas qofa kan baratu nama ija tokkooti isaan kun garuu lachuu waan qaban natti hn ........,
yaa umata mucanile dhifama gafate jirasun achiti ana ka nadhibe garu hamzan mafi akanti ira lola qoy hoo gudi akkana hin argine jedhe 😊😊 marafu shamran kenya lik lee hin godhina comntis hin kenina rabif jechale isn jalna nama takan hin jedhina dubin tabira tate dhufti boda 😅😅😅😂🙈🙈😛
ኧረ ተርጉም አንተም ጭልጥ እጭ አልገባኝም በሉ ይመቻቹ😅
Kun Ta'u hin qabu