Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Wallahi Muudannoo koo as keessatti argadhe😢😢😢gaafa passport baafachuu deemeYeroo jalqabaatifDa'ima kiyyarraa Ala buleWaggaa 2 Guutuu hoosisaa ture😢mana obboleessa kiyyaa bule ture. Harami na qabee rafuuf deemu dadhabeObboleessa kiyya dhokadheeMana fincanii seeneeJookitti ilmee gad jissaa bule😢Maal taatee deddebita Naan jedha. Garatu na dhukkubu jedheen. Erguma dhaladhe Akkas booyee hin beeku. Sababa san rakkoo guyyaa san Akkas na goote san injifadhu malee hin galu jedhee Har'i waggaa 8 natti ta'e yoo Rabbiin jedhe ji'a 5 booda murteessee jira. Seenaa kana ilmoo kiyyaaf kaayadhe. Inni har'a Wagga 10 Alhamdulillah. Waan rakkoo tun nama gootu moo😢😢😢😢
Aniyyuu ji'a 6tti dhiisee biraa dhufe😢😢😢😢asitti imimmaaniin dhama'ee Fayyaa dhabe.uuuufffff waan Dhala ofii hin dubbatinaamee😢😢kana keessaa Madaamii Abaarssaa bira rabbiin na fidee hanga ar'aa na dararti😢Yaa allaah Madaamii tanaaf jennataan kafaliif
Matti naf ta.a obboleewan koo❤❤❤❤
ws wr wb😢😢😢😢😢masha allah rabbi isi irraa haa jaalatu😢😢😢😢❤❤❤❤
Wl wr wb 😢😢😢😢😢😢😢Uuuuuuf Raabin jeza ishe janatan ha debisuf 😢😢😢😢Raabuman janatul furdosin ol Antuu sana ishe ha badhasuu 😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Maasha Allah tabarakallaahAbbo rabbiin isiirra haa jalaatuAbshiir inshallah rabbiin sii haa kennu ummu Ajabo teenyaAmiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin Yaa rabbii Yaa Allah Jzkrn.
Rabbii Aduniyaa fii Akiraa Rabbii sii haa milikesuu inshaallaah ❤❤😢😢😢
Maashaalla alaa maadani sanu umar haa dheersu
Madaamiin tiyya guyyaa tokkoofuu Riyaala ofiitiin wanta takka naa bittee hin beektu! Mindaa kiyyaa yoo gaafadhu gaaf San naga hin argadhu😢way rakkoon biyyaa nu baaste waan hedduu nugarsiifte!😢😢😢😢Yaa allaah nu furimee😢
Mashalaa allaa Mashalaa allaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbii ADunyaa Akira isif haa keenuu aboo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢Raabiin Adunyaa Akiraa isif haa keenuu Aboo😢😢❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuf yarabbii attii nuu laffiissii jireenyii biyyaa kenaa kanaa hudaa nuu godhee Madaamii san rabbiin duniiyaa akkiiraa isii haa milkeessuu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤🎉🎉🎉
mashaAllah😢
❤❤❤❤❤ Amiin rabbii bakkaa tokkoo dhirraa 3 fi intaalaa 1 sii haa kenuu analee akkasu haa kenuu amma intaalaa 1 qabaa akkuma kee😂
Mashaa allaaha maaashaa allaaha 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuufff mashaalla Mashaalla Mashaalla Mashaalla
Yaa Rabbi madami akan bayisi ❤❤❤❤
😢😢😢😢😢
Madami.sani.janata.haa.keenufii.wli❤❤❤
Mashalaa mashalaa mashalaa
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Mashaallah ❤❤❤😢😢😢
Masalha
😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔💔😭👌
😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢
Anatu dura lale
Wallahi Muudannoo koo as keessatti argadhe😢😢😢gaafa passport baafachuu deeme
Yeroo jalqabaatif
Da'ima kiyyarraa Ala bule
Waggaa 2 Guutuu hoosisaa ture😢mana obboleessa kiyyaa bule ture. Harami na qabee rafuuf deemu dadhabe
Obboleessa kiyya dhokadhee
Mana fincanii seenee
Jookitti ilmee gad jissaa bule😢Maal taatee deddebita Naan jedha. Garatu na dhukkubu jedheen. Erguma dhaladhe Akkas booyee hin beeku. Sababa san rakkoo guyyaa san Akkas na goote san injifadhu malee hin galu jedhee Har'i waggaa 8 natti ta'e yoo Rabbiin jedhe ji'a 5 booda murteessee jira. Seenaa kana ilmoo kiyyaaf kaayadhe. Inni har'a Wagga 10 Alhamdulillah. Waan rakkoo tun nama gootu moo😢😢😢😢
Aniyyuu ji'a 6tti dhiisee biraa dhufe😢😢😢😢asitti imimmaaniin dhama'ee Fayyaa dhabe.uuuufffff waan Dhala ofii hin dubbatinaamee😢😢kana keessaa Madaamii Abaarssaa bira rabbiin na fidee hanga ar'aa na dararti😢Yaa allaah Madaamii tanaaf jennataan kafaliif
Matti naf ta.a obboleewan koo❤❤❤❤
ws wr wb
😢😢😢😢😢
masha allah rabbi isi irraa haa jaalatu😢😢😢😢❤❤❤❤
Wl wr wb 😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuf Raabin jeza ishe janatan ha debisuf 😢😢😢😢Raabuman janatul furdosin ol Antuu sana ishe ha badhasuu 😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Maasha Allah tabarakallaah
Abbo rabbiin isiirra haa jalaatu
Abshiir inshallah rabbiin sii haa kennu ummu Ajabo teenya
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Yaa rabbii Yaa Allah Jzkrn.