Caalaa Bultumee*Urjiiwwan* New Music video 2022

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 23 лип 2022
  • #MelbaEntertainmentcs #chalabultume #caalaabultumee
    #Oromomusic #ethiopianmusic
    Instagram::::::: chala_bultum?ig...
    Facebook::::::: / melbaacaalaabultume
    UA-cam:::::::: / melbaentertainmentcs
    Twitter:::: / bultumechala
    Tiktok::::: tiktok.com/@caalaabultume
    Telegram::::::: t.me/chalabbb2777
    Website:::::: www.chalabultume.com
    #MelbaEntertainment #OromoMusic #ChalaBultume #caalaabultumee Ethiopian Music: Check out new Ethiopian Oromo Music Videos Entertainment Videos Inst
    Copyright ©️ MelbaEntertainmentcs 2022
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 264

  • @obsaahasan839
    @obsaahasan839 2 роки тому +9

    Caalaa hedduu si jaalanna nuti ummanni walloo. Galataa guddaa nu bira qabda galatoomii🙏🙏 ammas gara ummata keetii Deebi .ii bakka haacaaluu nuf bu .ii injifannoon kan oromooti

  • @yohannesatnaf2958
    @yohannesatnaf2958 2 роки тому +11

    ምርጥ ዘፈን
    ቋንቋውን ባልችለውውም ውርር የሚል ስሜት እንዲሰማኝ አረጎኛል በርታ🙏🙏🙏

  • @Waaqayyo_arjaadha
    @Waaqayyo_arjaadha 2 роки тому +6

    Caalaa koo goota itoophiyaa fi oromiyaa nuuf jiraadhu jabaa gaafa xiqii✊🇪🇹❤

  • @eyobwondu
    @eyobwondu 2 роки тому +10

    That is what an artist is! Thank you Caalaa

  • @user-wy6rw5wl8b
    @user-wy6rw5wl8b 2 роки тому +7

    ጫላዬ የኔ ጀግና💚💛❤💪💪💪💪💪

  • @zehabesha4394
    @zehabesha4394 2 роки тому +5

    ጫላ በጣም አሪፍ ስራ ነዉ ሁላችንም ምንስማማበት ዘርፍ ነዉ ግዜዉና ወክቱን የጠበቀ ስራ ነዉ ደሞ በጣም አድናቂክ ነኝ።

  • @user-wy6rw5wl8b
    @user-wy6rw5wl8b 2 роки тому +8

    በጣም ምርጥ ስራ ነዉ!!!!!!!!!!!!!!

  • @dameetamiiruuoffical403
    @dameetamiiruuoffical403 2 роки тому +1

    Tortoraa haadhaa gaaraa ijjolee keenyaalee haa fiigaanii atii gaaruu hoorii laafaa gabaatii guudaateedhaa bakt

  • @dagitube-6921
    @dagitube-6921 2 роки тому +1

    namonnii hojii kanaratii hirmatan hundi kessaan bayyee sinkabajaa👏👏👏👏 Antiye👏Calaa 👏Kingo👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏nuuf jiradhaa ኑሪልን

  • @kiyaa730
    @kiyaa730 2 роки тому +3

    Wow my calaa gotaa koo kanii sagallee Bilele ❤️❤️🙏Nufih jiradhuu jabaa koo🇪🇹❤️my Ethiopian

  • @GurraachaAfrikaa
    @GurraachaAfrikaa 2 роки тому +8

    Legend is back.with athlets music

  • @motimotumaabdi370
    @motimotumaabdi370 2 роки тому +1

    CAALAA BULTUUMEE uummaanni kee si jaallaata sagaale kee bareeda kiloole kanaan uummaata keef sagaale tahi maaloo.
    Atiis beekta nutiis beekna cunquursa itti sabni kun jiru. Ummaata ati meesha kaafte bosoona seentef sun har’aas jumlaan ajjeefama jira. IRBUU kee haaroomsi maaloo.

  • @qaaliitube5
    @qaaliitube5 2 роки тому +1

    Callaa Bu'aattumee. "Haile Gabre silasee" jettee kan faarsite bor ammoo "Haile Sillaasee" faarsita. Kolkolloo

  • @misraatube6661
    @misraatube6661 2 роки тому

    caaliyyeee koo atuu gootaa gaafa xiiqii nuf jiraadhuu woggaa kuma kumaa siii jaallannaa 🥰🥰🥰🥰🥰💔💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣❣❣💗💗💗💗 Aduwiiin kee haa dhaamatuu caaliyyee qaalii habiibii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @yetewahedo7669
    @yetewahedo7669 2 роки тому +4

    ጫላዬ የኛ ጀግና የ ኢትዮጵያ ልጅ 🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤❤❤❤

  • @yeswecan5419
    @yeswecan5419 2 роки тому +4

    Mataa Dhiira! 1000 nu jiraadhu Mee atuu!! Maalis haa ta.u maal ati yoomiyyuu goota💪. Atileetota keenyaaf Gammanneerra nuyis!!! Namni kamuu waan hojjete haa nyaatu🙏

  • @selamethio1707
    @selamethio1707 2 роки тому +5

    Thank you brother 🙏
    This is timely masterpiece song
    Galatomi 🙏🙏💚💛❤️

  • @waletarafhael1097
    @waletarafhael1097 Рік тому

    Calaa qerasaa oromoo Masii godhuu jabaa Dhuu gotaa koo 😭💪💪💪❤️❤️❤️

  • @user-ck4nh3xk1x
    @user-ck4nh3xk1x 2 роки тому +3

    የኛጀግኖች🇪🇹🐅🇪🇹🙏ጫላዬ አንትምጀግናነክ እናመሰገናለን🐅🔐🇪🇹🔐🐅

  • @misraatube6661
    @misraatube6661 2 роки тому

    galatomii lencaa koo atuu leencaa gaafa xiiqii🥰🥰🥰🥰caala bultumee atiu goota

  • @andualemkebede7099
    @andualemkebede7099 2 роки тому +1

    Caalaa keenya atis nuuf galatoomi 🙏🙏🙏

  • @AaAs-zo8ir
    @AaAs-zo8ir 2 роки тому

    Wowowow caalaa kenyaa gotaa sabaa sagalee kee baredaa kanan bagaa nagan dhuftee 🙏🙏🙏🙏

  • @NegasaTolesaNT
    @NegasaTolesaNT 2 роки тому

    Wow Qeerransoo hojii bareedaa hojjette akkuma baratame, ulfaadhu!

  • @selamselina9400
    @selamselina9400 2 роки тому +2

    እናመሰግናለን በርታ 💚💛❤️

  • @MameJimma-up3lo
    @MameJimma-up3lo 10 днів тому

    Caalaa qaaxale ilmaa umuri dheeradhuu❤️❤️❤️💪💪

  • @mesfintolasa4292
    @mesfintolasa4292 2 роки тому +6

    Legend back with iconic voice

  • @ifaborutube
    @ifaborutube 2 роки тому

    Calaa bultume bayyee tokko si jalanaa ati ijaa umata kenyati nuf jiradhu akuma hacaluuti si lalaa bakaa bu'aa hacee kenyaa si defenaa atti kan oromiyati yomu mee kotu mee calaa imaa sabaa

  • @marufabadir2734
    @marufabadir2734 2 роки тому +3

    Caalaa ati har'as borus goota keenya!

  • @urjiisalamonentertainment1644
    @urjiisalamonentertainment1644 2 роки тому +1

    Caliyee Sagalee kee yoon Dagahee Garaan koo birbirii naa jete kiloolee koo Nuuf jiradhuu Murataa kuutataa Amma jedhe gahuu Ati Rasaasaa keenyaa Ani yeeroo durii irraa Kasee 2018 Gadaan Qabsoo akka jetuu Oromiyaa jete Gafaa sirbittuu Anaaf sirbii kee kun yaddanoo bara Baratti Sirbaa kee kan dhageefadhee bayyee Bo'ee. Ati nama jabadhaa Har'a tahuu batuus olmaa Gudaa Oromiyaaf oltee ❤️

  • @habtol5184
    @habtol5184 2 роки тому +4

    King Caalaa back with iconic voice

  • @abdimahammad7528
    @abdimahammad7528 2 роки тому

    Goota koo ati yoomiyyuu Goota
    Gootaatu goota faarsaa jabaacha ilma hayyuu ilma Bultumee
    Jabaadha abbaa Meelbaa oromoo fi biyyi tun si qabdii

  • @gebreyesgurmu2733
    @gebreyesgurmu2733 2 роки тому +2

    Excellent and timely. Bravo Caalaa!!

  • @abitutayibo
    @abitutayibo 2 роки тому

    Caalaa kiyya naaf jabaadhu. Ati dhiira cidhaan kuulaatii

  • @mgr761
    @mgr761 10 місяців тому

    Good job ! Chala bultum !!! Keep it up !

  • @ethiolove8626
    @ethiolove8626 2 роки тому +4

    Wow wow beautifully done 🙏🙏

  • @balchadadi9960
    @balchadadi9960 2 роки тому +1

    Caaliyyee ulfaadhu

  • @TTG713
    @TTG713 2 роки тому +3

    What a brilliant u are! Love it!

  • @jamalintale3930
    @jamalintale3930 2 роки тому

    Waan bareeda jabadhuu leecaa koo sirba yeroo egaattee dhugaa

  • @workinehtesema1863
    @workinehtesema1863 2 роки тому

    Warreen har'a ጫላዬ, ጀግና ... siin jedhan #hundee siif hin ta'an.

  • @jirtuumedia3315
    @jirtuumedia3315 2 роки тому +1

    Good Jabaadhu gootni yeroo sirbu fi Maliif akka sirbu beeka ba'yee namatti tolaa jabaadhu

  • @busylife5740
    @busylife5740 2 роки тому +2

    Good job thank you!🇪🇹🇪🇹

  • @hirutalemayehu7232
    @hirutalemayehu7232 2 роки тому +1

    Thank you caalaa _🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♂️🏃‍♂️❤️❤️

  • @jabirlikasa5321
    @jabirlikasa5321 2 роки тому +1

    Thanks my brother and music oromoo love you so much Calaa bultume

  • @AberaGeda
    @AberaGeda 2 роки тому +3

    Sirba baayyee namatti tolu yeroo isaatti! Caalaa Bultumee nama kennaa addaa qabu. Weellisaa sagalee kiloolee! Long live. You have done incredible things in Oromo Struggle; specially during #Masterplan!

  • @negashtirfu6326
    @negashtirfu6326 2 роки тому +1

    እደዚህ ነወ የመጨራሻ የሚምር አንተም የኔ ተሸላሚ ነህ የኔ ጣፋጭ ድምፂ

  • @fetadailymedia111
    @fetadailymedia111 2 роки тому +3

    Caali you Live for the truth ❤❤❤

  • @mamedawud897
    @mamedawud897 2 роки тому

    Jabadhuu Gotaa onee sii billaaa

  • @abdiimdy4491
    @abdiimdy4491 2 роки тому

    Walaloo fi hololoonis kan yeroo itti hinfudhanne lenca biyyaa leenca oromiaa kanaanin sibeeka nurraa dhabamuu keetiif gadduulle sirraa gamadeera glam!!! Lenca keenya

  • @singitanabdeta1390
    @singitanabdeta1390 2 роки тому +3

    Ati har'as gootuma #Caalaa❤🙏

  • @munawwarhuseen1593
    @munawwarhuseen1593 2 роки тому

    Atiis nuf jiraadhu jaraafis galataa tu maalafi❤️💚❤️✌️

  • @werka9274
    @werka9274 2 роки тому +2

    አናመስግናለን የኛ ጀግና ጫላዬ 💚💛❤💚💛❤💚💛❤💚💛❤

  • @gemechumuleta4850
    @gemechumuleta4850 2 роки тому

    Akkasi Caalaa goota waan itti amane qofa hojjetu

  • @hrdudhduhdudur9500
    @hrdudhduhdudur9500 2 роки тому

    Caalaa bayee sii galatefanaa nuf jiradhu dinaa garaa gubi akanati gototaa kee farisuu keetifi bayee gamanaa!

  • @gosayeshambel7393
    @gosayeshambel7393 2 роки тому

    GUddaa galatoomi Caalaa B. Atis goota

  • @user-jx5vr4yn2v
    @user-jx5vr4yn2v 2 роки тому

    Wowo baayye natti tolte galatoomi nuufjiraadhu woggaa 1000 caalaa kenya ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🇪🇹🙏

  • @misikiralemshet9094
    @misikiralemshet9094 2 роки тому +1

    ጫላ ወንድሜ ምርጥ ስራ ነው ይመችህ gudaa galatomee

  • @muurtiiguutoo9722
    @muurtiiguutoo9722 2 роки тому

    Oromumaa kee abbaan fedhee sirraa mulquu hindanddaa, uu

  • @oromummaamedia3588
    @oromummaamedia3588 2 роки тому +1

    Amazing music! Jabaadhu

  • @oromiagreat7009
    @oromiagreat7009 2 роки тому +1

    Gantuu😁

  • @abush5040
    @abush5040 2 роки тому

    caalaa qeerraanssoo koo 🥰 sagaleedhuma kee jaaladham!! plz bakkaa keetti deebi'i ilma sabaa👌👌

  • @user-wy6rw5wl8b
    @user-wy6rw5wl8b 2 роки тому +2

    ገለቶሚ ጫላዬ አኮ ❤❤❤❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kuulleeyoutube3970
    @kuulleeyoutube3970 2 роки тому

    Wooww baay'ee namati tola galatoomi caali keenya

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 2 роки тому

    Gotaa kenyaa jabadhuu
    💔💘

  • @asm4634
    @asm4634 2 роки тому

    Wow Caalaa Sanyii Dhiiraa

  • @embetberhanu9391
    @embetberhanu9391 2 роки тому

    Anilee atileettii ta'un baarbadaa umriin koo 15

  • @mergashanbale1663
    @mergashanbale1663 2 роки тому +3

    Again and again congratulations❤️

  • @zerihungirma6146
    @zerihungirma6146 2 роки тому

    Sirba afaan oromo atileetota keenya farsu gaari dhabeen ture. You filled the gap, thanks.

  • @user-vt8ru3lh3p
    @user-vt8ru3lh3p 2 роки тому

    Baye namati tollete jabadhu

  • @melesefentaw1978
    @melesefentaw1978 2 роки тому

    caalaa hojii guddaa akkanaa hojjechuukeetiif maqaa biyyaatiin harka siifudheera💚💛❤

  • @naifqaadiree3488
    @naifqaadiree3488 2 роки тому +1

    Caalaa goota keenyaa Ethiopia is The winner 🇪🇹 🥇 ✊️✊️

    • @tajeasafa6079
      @tajeasafa6079 2 роки тому

      Gaaloomi👌👌👌👌👌👌🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @hilt9788
    @hilt9788 2 роки тому

    Galatoomi Caala Bayye Toola

  • @caalaaguddetaadamee4672
    @caalaaguddetaadamee4672 2 роки тому +1

    Kiilolee kennama addaa!

  • @mesfintafa1694
    @mesfintafa1694 Рік тому

    Keep up!!!

  • @mameumar549
    @mameumar549 2 роки тому

    Caalaa ilma bultume akasi ilma saba

  • @udrhz2021
    @udrhz2021 2 роки тому +1

    Ergaa ethiopian sirbiitii afaan ethiopiantin sirbuu didee😜😜😜

  • @amenafiqar3047
    @amenafiqar3047 11 місяців тому

    🎉🎉🎉🎉calaa my king

  • @maltubeka8066
    @maltubeka8066 2 роки тому +2

    Legend is a never unforgettable, come back with Ethiopian athletics music 🎵 "Chala Bultume" long Life and happiness this guys 🎥

    • @yeraanka-xafada
      @yeraanka-xafada 2 роки тому

      Jabadhuu.falmataoo.isin.jabefanaa.nugaargara

    • @yeraanka-xafada
      @yeraanka-xafada 2 роки тому

      Kalessa.malljeja.turre.arra.malifi.waali.gachaanee.yasaba.ko.

  • @mohammedbawazirandmissrent5587

    Bravo caalaa

  • @muurtiiguutoo9722
    @muurtiiguutoo9722 2 роки тому

    Jabadhuu jabaa koo

  • @abdiyemahamad6495
    @abdiyemahamad6495 2 роки тому

    Goota ko akkasi ilmaa Tadde biruu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹💪

  • @gemechisdesta5467
    @gemechisdesta5467 2 роки тому

    my king

  • @mamejale8518
    @mamejale8518 2 роки тому

    Caalaa koo ati dhiira dhiiraaf weellise waan taateef guddaa galatoomi❤🇪🇹🇪🇹❤❤

  • @masiiorotube5038
    @masiiorotube5038 2 роки тому

    Wwww caliyee kenyaa galatomii nuu bonsitaan 🤗❤❤❤🐅🐅🐅🐅

  • @ararsamashu8410
    @ararsamashu8410 2 роки тому

    caalaa baay'ee si jaaladha, sirbii kee humnaa qaba yommiyyuu. garuu nurraa hin fagaattiin, qabsoo uummaata kee yaadadhu, qeerroo kaleessaa humnaa ittii goote yaadadhu

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa3469 2 роки тому +1

    Seenaan ilmaan keenyaa naboochisa
    Nuuf jiraadhuu caalaa atilleen garuu namittii teessoorra jirtuuf dhugaa oromoo himi

  • @gemechutemesgen251
    @gemechutemesgen251 2 роки тому

    Bravo qondaala keenya

  • @tarreemedia
    @tarreemedia 2 роки тому

    CAALEE oolma URJIIWWANII kan beekutu urjiitti nama mooggasaa, jechaan ittiin si ibsun dhabaa guddaa galatoomi...
    Kana kan caaluu yaada hawaasaa keenya mara tokkummeessu hin hojjetin osoon sin jedheeree ati yoommillee dhugarraa dubbatti hin deebitu duruu jabadhu....

  • @waadaa5846
    @waadaa5846 2 роки тому

    🥰🥺Sagaleekee yaadaa turre

  • @metizer9817
    @metizer9817 2 роки тому

    Caalaa galatoomii🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♂️🏃‍♂️❤️❤️

  • @fikedemietube1724
    @fikedemietube1724 2 роки тому

    wow Caalaa nama guddaa waan guddaa hojjatte ati nama addaati haalli ati waa itti hubattus addaa ulfaadhu

  • @misraatube6661
    @misraatube6661 2 роки тому

    galatomii caliyyee

  • @BerryDanyeTube39
    @BerryDanyeTube39 2 роки тому

    Leenca jabaa sabaa caalaa koo❤️❤️💪🏻💪🏻

  • @oumerahmed4234
    @oumerahmed4234 2 роки тому +1

    Gantun durumaa gantuu farsitti jabaadhu kan keenyahu hin beektu Africa jeetta tuu😛🤔

    • @ifaborutube
      @ifaborutube 2 роки тому

      Dhiraa calaa kenyaa ijaa umataa Oromo hin tuqina

  • @ahmedmohammedyoutubechanne8367
    @ahmedmohammedyoutubechanne8367 2 роки тому +1

    Melba💚💛❤️
    🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @kibebegudeta3276
    @kibebegudeta3276 2 роки тому

    Caalaa Bultumee Galatomi gotaa kegaa 💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿

  • @kallachatube6926
    @kallachatube6926 2 роки тому

    Woww Caalaa Bultumee keenya atis nuuf galatoomi ✌️✌️

  • @ermias9060
    @ermias9060 Рік тому

    Caalaa jabaadhu abdi hin kutatin bayye galaatom

  • @werka9274
    @werka9274 2 роки тому +1

    ገለቶሚ ጫላዬ 💚💛❤💚💛❤

  • @lenchodelesa9312
    @lenchodelesa9312 2 роки тому

    Caalitti keenya

  • @saebjabal7681
    @saebjabal7681 2 роки тому

    Caaliyye goota nama 🇪🇹🇪🇹🇪🇹✊✊