FAANNO kan ijaarrate " BILTSIGINNAA " dha . Hariiroo Ethiopia irratti FANNOO fii P P n tokkuma . Ummatni Faannoo fii P P walumatti qabee Oromiyaa irraa baasuuf sammuu ofii qopheessuu qaba .
To federalize the 12. Ethiopian states,decentralization of power must be, because every states should have self rules and.share rules , just like USA states.
Nii tuffata oso hin tane Amarii Falfala ykn digimti kan jedhamu sani itti godhera dubbachu hin dandayu inni please haa kadhannuf Akka amanta kenyatti😢🤲😭
Excellent analysis! This guy is knowledgeable, he is by far better than those who call themselves, ‘Political Analysts’
Yaada Bilchaataa!!! Ulfaadhu obbo Selemoon! Akkasumas Yihuun!
❤🎉🎉🎉🎉
Furmanii warana kanaa irra kafalachudhaa
👍👍👍👍👍👍👍👍
If PM Abiy applied the principle of Barro Tumssa"decenteralization of power &nation building" by now State of ethiopia would have democratized
Omn jiaafiii gurra faannoo akkasitti tola
ኦላ ለምን ዝም ብለው ይመለከታል ፋኖ ህዝቡን ስዘርፍና ስገል?
Motummaan pp WBO injifachuu hin danda’u akkasuma WBO motumma pp injifachuu ni ulfaata
❤❤❤🎉🎉🎉
FAANNO kan ijaarrate " BILTSIGINNAA " dha . Hariiroo Ethiopia irratti FANNOO fii P P n tokkuma . Ummatni Faannoo fii P P walumatti qabee Oromiyaa irraa baasuuf sammuu ofii qopheessuu qaba .
Namoota barnoonni isaan CRITICISM ,MAKING CONTROVERSY and CONFUSION AMONG AUDIENCE fi Tuffii namoota yaadan isaanin addaa qabaniif dhiyeessurra isin hin guddisin asirratti dhiyeessaa ooluun inumaa rakkoo baballisuu fi hadooddii siyaasaa uumuudha
Fannoon pp dha kan biyya balleesaa jiru pp
OGH OmN
Nooraa nooraa baga Nagaan dhuftan
Translate to English
Ani akka yaada kiyyaati Wbo fi pp yo waliif galan malee wal injifachhu hin danda’an natti fakkaata ummanni keenya iddoo lamatti addaan qoodame jira
Lachuu shororkessituu dha. Lachuu harka ishii dhiiga Oromotii dhiqataniiru. Oromon lachuu irraayyu bilisoomuu qaba.
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Solomon Unquushee fairraa yaada furmaata barbaadduu? Inuma rakkatte oromoo!!!
Yoo OFC,OLF,OLA FI SAbbnii oromo right now PP Chaffee oromiya kessa Arriiee off hinbulchine ,Gulf states Arabs laffa oromo fudhatu,
To federalize the 12. Ethiopian states,decentralization of power must be, because every states should have self rules and.share rules , just like USA states.
Yo hoggantooni keenya waliif hin galle diina keenyaaf hiree gudduudha
Silaa waliif galanii oromyaa nagaya nuuf godhani bayye nutti tola
obbo Solomon wal lolli saboota giddu jiraachun isa sirri dha. amma garuu wal loolli saboota gidduu irra darbee sabamuu walfakkaata giddutti sababa gosummaa fi gandummaan as deema jiru akkamitti laalta?
hundi keessan Akksuman hassii fi Achii hofaa holtuu Kuni ummata Fixaa jirru Abiy dhaa isaa dhiisaan garaa Fannoo tti geessu maliif Abbaan fannoo Abiy dhaa😠
OMN ijaa fi gurra ummataa ❤❤❤❤❤
OMN bulchiinsa PP tiin morma Ormi garuu Walitti qabee situma,sicabsa .Oduu Faayidaa nama nuufaa Harcaatuu ykn Firfaarii amerikaa gabissurratti hojjechuu dhiisaatii Oromoo tumsaa.
Daldaltoota maallaqaa omn hattuu
Kani biyyatti digaa jiruu ummata ani Amaraa ofin jedhudha naa amanii malif yoo jette Ummani kuni amantii dawoo godhate digimtitin,ykn falfalan, hannani,Sobani fafakesutin,Buda ta'ani nama nyachutin dhigaa nama dhugutin fi k,k,fakkatanin biyya digani belatti biyyatti salphinatti dabarsani latani ayii garuu namaa gubaa🤕😭
Kani saba kenya gidduti nagaa nyatee mumicha ministera hidhani😢 ija isa jamsani😢gurra isaa duchani😢Falfala itti godhani.garu kana hunduma kan bekuu eenyuu??? please biyya kenyafis ta'e warra aango irra jiranif haa kadhanuu akka amanta kenyatti please 🤲🤲🤲😭🥰
Rakon abiy amad biraa jiraa abiy humata oromo nii tufata ❌
Nii tuffata oso hin tane Amarii Falfala ykn digimti kan jedhamu sani itti godhera dubbachu hin dandayu inni please haa kadhannuf Akka amanta kenyatti😢🤲😭
Oromo maloo malfi isnifi higalu rakkoni biyya sana abyidha amma abyi angora jirti oromoni naga hinargatu kanfu oromoni namma kana ofira qolachuni amma yeroo kenfni nura hnjiru dubiini tanuma
Qalmaata Oromia guutuutti ilmaan Oromo irra gawu keessaa WBOnis harka guddaa qaba! Kumsa Diriba /J.Marroo bosonni keenya ummata jedheera. Ummata keessa dhokata'niitu loltuu mootummaatti dhukaasu. Ennaa mootummaan loltuu fi hidhaanoo guutuudhaan itti dhufe ummata hidhannoo hinqabne goodaatti dhiisanii fincaan buusanii akka titiisaa baqatu. Mootummaan maaliif dawoo taataniif jedhee ummata qala. Akkanattan maatii koo dhabe. Kanaafan WBOn qixxeedhuma FANO fi OPDO shorokeessituu dha jedha.
WBOn akka dhiiraati lolleetu ummata bilisoomsina jedhanii hidhatanii ennaa diinni itti dhufe ummata balaatti buusani hidhanoo otoo baatanii albaatii buusaanii baqatu. Kun madaallii kamiinuu waraana badii fi gadhummaa malee waraana bilisummaa Oromo hinjedhamu!
OMN ijaa fi gurra ummataa ❤❤❤❤❤
Fannoon pp dha kan biyya balleesaa jiru pp