Shilingii

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 28 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 109

  • @BaGh-yx9eo
    @BaGh-yx9eo День тому

    Comanti baresun duraa amaa dhumatii ilalan duraaa❤❤❤❤❤

  • @FanoFano-z3d
    @FanoFano-z3d 17 днів тому

    Uuuuuuuu Dhuga Waqayyoo Ani Sibabren Ture

  • @FanoFano-z3d
    @FanoFano-z3d 17 днів тому

    Mucaa kana Nafi Dhuga

  • @beetilemalemayohu1661
    @beetilemalemayohu1661 Рік тому

    Ebifamaamee lamaan kesaniyuuu namati toltu❤❤👍

  • @raheel2312
    @raheel2312 Рік тому

    Essaatii batte baddare saanyii abbaa keetii😘😘😘😘😏😘😘ebbiifaama 🙏🙏🙏

  • @desitaku8575
    @desitaku8575 2 роки тому

    Nama abja.iba dhuga ati garuu ebbifami

  • @LemiShelema-z5l
    @LemiShelema-z5l Рік тому

    An dhuguma jedheen aaraa turee dhugaa waan siin jedhee shilingiin maali jedhe deebisiif

  • @yoseftaresa7804
    @yoseftaresa7804 Рік тому +1

    Waamte hin gorsituuree yeroo addunyaarratti odeessitu dhugumahoo sobaare wal hammeessu malee waa'een galgalaa hin hafee mitii

  • @mamitugeleta3752
    @mamitugeleta3752 2 роки тому +2

    Waaqayyo gooftaan maccaa bara isa haa eebbisu eebifami Dave ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!

  • @MaartaaMaa
    @MaartaaMaa 7 місяців тому

    Wo woowwwwwwww uuuuuuufeeee❤❤❤❤❤❤

  • @TewabechGizaw
    @TewabechGizaw 2 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @gulumamitiku5715
    @gulumamitiku5715 2 роки тому +2

    Wowwww malkee atis Dawenis eebbifamaa

  • @kennaatube1161
    @kennaatube1161 2 роки тому +2

    Maloo mucaa xiqqoo sanaa naaf dhungaadha uuuuuff 🥰🥰🥰🥰
    Ameen dachaa eebbifamaa

  • @bahar5994
    @bahar5994 Рік тому

    Ebbifama ijolee waqayoo

  • @ggalataggilo
    @ggalataggilo Рік тому

    WOW

  • @baysegmail3578
    @baysegmail3578 2 роки тому +1

    Dhugaa baayyeen sit gaddee ture namni mucaa kanaan mormu hin fayyine 💚🥰🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome Місяць тому

    Kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk

  • @BiyanshiBoro
    @BiyanshiBoro Рік тому

    Ebifamii ma'am hudii kessani ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @CaltuChantu-ww3rm
    @CaltuChantu-ww3rm Рік тому

    Wowowowow😅

  • @gamechutolesa4552
    @gamechutolesa4552 2 роки тому

    Nuuf jiraadha ijoollee goofta

  • @marwarak1899
    @marwarak1899 2 роки тому

    Maloo malkee mucaa kee kana naf dhungadhuu 🥰🥰🥰🥰💋💋
    Ebifamii waqayyoo isiin yaa ebisuu

  • @Yesusjirenyaa-f8y
    @Yesusjirenyaa-f8y 2 роки тому

    Farfan farftamuu hundinu ergaa of keessaa qabaa abichaa dhagefatefii

  • @bikilabizuneh4539
    @bikilabizuneh4539 2 роки тому

    Deemi deemiti dubartoota Nama gombisi nyaadhu ati

  • @alexb.ormedia1523
    @alexb.ormedia1523 2 роки тому +1

    Wayyoooo mlalke calqaba dhugaa bayyen gadde turee. Garuu ....... It's amazing surprise God bless you

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @KakuuDeebisa
    @KakuuDeebisa 4 місяці тому

    Faarfatan Daawiti Girmaa Baayy'ee nama waaqayyoo ittiin hojjeettudha dhugaa waaqayyootti baay'een jaaladha Garuu inni nan beeku Ani beeku haa ta'u malee faarfannoonni isa Ergaafi mullata guddaa of keessaa qaba Nagaan naaf tura Faarfataa malkeesi Eebbii.....

  • @MARAMEGELETA
    @MARAMEGELETA 29 днів тому

    Nama gafaa dogogoruu hin gorsituumo hin arrabsitu. Waqayyoo kana kan caluu nudhisee jalala kiristoos wallif haqabanu walif kadhachu wayya walsaxiluurra

  • @gamachuudiribaa2845
    @gamachuudiribaa2845 2 роки тому

    atiomi isayuu namati kofaltyi Kani nami iti kolfutu namiti kolfayii

  • @NegasamelkamuNegasamelkamu
    @NegasamelkamuNegasamelkamu 5 місяців тому

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @desitaku8575
    @desitaku8575 2 роки тому

    Sirba moo farfana jedhama garuu

  • @jfj2799
    @jfj2799 2 роки тому

    Ebbifamaa maatii kakuu

  • @ameenathegirl2668
    @ameenathegirl2668 Рік тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hrhrurhrjdjd1501
    @hrhrurhrjdjd1501 2 роки тому

    Wowo mucaa kee baay'ee shuubbisaa daanda'aa🥰🥰🥰🥰

  • @hikamengistu493
    @hikamengistu493 2 роки тому

    Mindinahuu fi bayi zewii dhadaa turee

  • @otwgaming4314
    @otwgaming4314 2 роки тому

    Dhugaa waaqayyo malkee ebbiffamii Waal gorfachu bareeda

  • @AbdiijirataAbdiijirata-zc8js

    Oromiyaa kanjedhukuun siriimit

  • @milkiyasLG
    @milkiyasLG 2 роки тому +1

    Ebbifama sinille kkkkkk

  • @chaliwegga944
    @chaliwegga944 2 роки тому

    Ebbifama bayyee Ebbifama dha ❤️ jabaadha jallatomtoota

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @abrihamterefa
    @abrihamterefa 9 місяців тому

    Anuu si dhaaneen oole dhugaa, osoo inni dhufuu baate.

  • @gaddiseewarqituu1952
    @gaddiseewarqituu1952 2 роки тому

    Ebifamiii

  • @FanoFano-z3d
    @FanoFano-z3d 17 днів тому

    😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @ajmandubai1053
    @ajmandubai1053 2 роки тому

    Dhugaadha jete waaqayoo dhifama isafi dhugaa

  • @obsinebeskisa
    @obsinebeskisa Рік тому

    Ani Si Arbseen olee dhugaa❤ 😂😂

  • @georgedagnachew3303
    @georgedagnachew3303 2 роки тому +1

    Wow It's Amazing Surprise i love Malke and Both of you ❤

  • @abebekebede3441
    @abebekebede3441 2 роки тому

    Eebbifaama

    • @roobaagurmuu2526
      @roobaagurmuu2526 Рік тому

      Irraa deebii dhageefadhu inni dhugaa isaati wal jajjabeessa malee abel fi qasim waliiti hin ta'inaa.

  • @dirbegemechu8451
    @dirbegemechu8451 2 роки тому

    Waarrii farfaannaa kannani mormaan hundaafuu waqaayyoo haa dhisuu
    Ameericaa demtaa hin duromtaa makkinaa bitaa hin jennee kannafi irratti ka.uu hammaanaa rajii sobduu warraa waangeelaa arabsisaaniraatti maa kaannee

  • @BadesaTolesa-qk4zo
    @BadesaTolesa-qk4zo Рік тому

    Best

  • @edosadunfa1758
    @edosadunfa1758 Рік тому

    Tortoraa waan jedhamaa ture hin beektumo???????

  • @atsadubuzuna1172
    @atsadubuzuna1172 2 роки тому +5

    Wow malkee naan na'ee dhugaa. Ano comment sitti ladhee darbeen Olee malumafuu. Bayeen dhumaraati gamaadee. Dursaa fuliikoo kanaa Turee😔😔😔😔😔😔. Ufff. 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅bayeen sin jaladhaa

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share godhi

    • @derbyeth7677
      @derbyeth7677 Рік тому

      @@addootube wal tuffachuun bu'aa qaba mucaa kana tuffachuuf miti manakee agarsiifachuufi malee

    • @derbyeth7677
      @derbyeth7677 Рік тому

      Nama waaqaarra kun hin heeggamu kan nuti akkas waliin jennu ormohoo maal nunaa jedhukaa

    • @derbyeth7677
      @derbyeth7677 Рік тому

      Hedaa jookkaa gootuuhi dhugaa rabbi dhuguman se'ee haare

  • @bekalumengistu8781
    @bekalumengistu8781 2 роки тому

    Ebbifama isinille

  • @kadheejakadhi3361
    @kadheejakadhi3361 2 роки тому

    Nagaan Waaqqayyoo isiinif yaa ta.uu gafiin isin Lamanu gafadhuu kunii farahaN farafanadhaa moo sirbaa nagaluu didee aiiiiii ofifuu Sinii jalaa busahee sinitaanii himaa erga ammoni satii 24 a furii waqeesuu farafanaa keenyaa hin barabaduu Amanumaa keenyaa barbadaa ishii

  • @FanoFano-z3d
    @FanoFano-z3d 17 днів тому

    😂😂😂😂😂😂😂

  • @Sara-ky6hq
    @Sara-ky6hq Рік тому

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @adunadafar5143
    @adunadafar5143 2 роки тому +2

    mucaa xinnoo tana rabbi haa eebbisu

  • @abjumedia.7382
    @abjumedia.7382 2 роки тому

    Maalo dhisii hin sobin yaadi kee akkumaa jalqabaati

  • @Masera-f7g
    @Masera-f7g 8 місяців тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @evaeva6400
    @evaeva6400 2 роки тому +1

    Eebbifamii 🙏🙏🙏

  • @obsekenea4663
    @obsekenea4663 2 роки тому

    ana waa siin jechuuf jedhuu Daween dhufee waqayyootu na egee kkkk

  • @bilisumamaye2351
    @bilisumamaye2351 2 роки тому +1

    Osoon guutuu isaa.............
    Ati iyyuu ammaa..........
    Siin jechuufan ture.

  • @ebisiilessa8185
    @ebisiilessa8185 2 роки тому

    Dhugaa hin hamataa seheni nahee🤣😂

  • @yesusgetanewmarantajesus7331
    @yesusgetanewmarantajesus7331 2 роки тому

    Naat toltaanii dhugaa

  • @EsraelG
    @EsraelG Рік тому

    Hhhhhhhhhhh ❤❤

  • @MrClass-sl8lq
    @MrClass-sl8lq Рік тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤amen

  • @aayyootubeimala9770
    @aayyootubeimala9770 2 роки тому +4

    Dura dhugumaa se’een idaa namnii hin jiru jechuudha jedheen akkattan gubadhee uuiii amma gammadeera garuu 🤩👌

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 2 роки тому

    Utalii goota namaakkkkkkkkk guddaadhu eee balaa butee edsaa farfannaadha ani sirbaan see'ee

  • @hawwiimucaakakuu9818
    @hawwiimucaakakuu9818 2 роки тому

    Eebbifama dachaa nuuf jiraadha 🙏❤️❤️❤️❤️❤️

  • @milkiyasLG
    @milkiyasLG 2 роки тому

    Kkkkkkkkkk wayyo dave wanni sin jechaa ture dhiisi hin dubbanu

  • @bira-aanuusamuel4060
    @bira-aanuusamuel4060 2 роки тому +2

    Dhifama

  • @workeneshalemu1072
    @workeneshalemu1072 2 роки тому

    wooooooow baayeen gaadee turee amma garuu gamadee

  • @yomhilanmerga4006
    @yomhilanmerga4006 2 роки тому +1

    Tapnii keessa namatii tolaa galatomaa

  • @wondimujebessa4353
    @wondimujebessa4353 2 роки тому +1

    Mucaa gaafasiitu hangana gaemoo malke?

  • @bekalumengistu8781
    @bekalumengistu8781 2 роки тому

    Garu dura dhugadhuma se,en gateau amma dhisejira gudda ebifama

  • @abramtarreetube9703
    @abramtarreetube9703 2 роки тому

    Jasbaa arraba keen daawwit irratti Kan kaatu ati eenyu

  • @tsigewakjira7953
    @tsigewakjira7953 2 роки тому

    sobdotaa naanijolle walchisuu barbaadan waqayyoo isiin haa abaruu

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 2 роки тому +1

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️nuuf jiraadha

  • @mahmoudalotti7575
    @mahmoudalotti7575 2 роки тому +1

    😅😅😅😅😅😍😍😍😍❤❤❤❤❤

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 2 роки тому +1

    fayyaa ta'aa
    SUBSCRIBE Waliif haa goonu kaa

  • @ibsajawiyuotubechanal6373
    @ibsajawiyuotubechanal6373 2 роки тому

    duraa baaye aareen ture garuu ergaa daawit dhufeeyin dhiise

  • @negashefikadu3416
    @negashefikadu3416 2 роки тому

    Serpraizi nagootan

  • @badhoabdo3157
    @badhoabdo3157 2 роки тому

    ammas sirba itti nuuf haa dabalu

  • @HanaHana-px5nl
    @HanaHana-px5nl 2 роки тому

    ❤❤❤❤

  • @martaamuucaaiyeusu5694
    @martaamuucaaiyeusu5694 2 роки тому +1

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @lilyas4659
    @lilyas4659 2 роки тому +1

    Woww woww woww bayee namati tola ebbifamaa 🥰🥰🥰

  • @atsadubuzuna1172
    @atsadubuzuna1172 2 роки тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @addootube
      @addootube  2 роки тому

      Share gochuun waliif qoodaa

  • @mulugetabekele7781
    @mulugetabekele7781 2 роки тому +1

    saantima 50= shilingii

  • @mastuumulunaaxafaa6056
    @mastuumulunaaxafaa6056 2 роки тому

    Hhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhhhh 😀

  • @mixumixu8598
    @mixumixu8598 2 роки тому

    💓💓💓💓💓

  • @FtuAlmituJabesaYouTube
    @FtuAlmituJabesaYouTube 2 роки тому

    💞💞💞💞💞