Yeroon Dhiyaateera || Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee | Arara Tv

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 6 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 351

  • @araratvworldwide
    @araratvworldwide  2 роки тому +68

    ⛪ Yeroon Dhiyaateera⛪
    📖 1Phe. 4¯¯¯¯⁷ Dhumni waan hundumaa dhi'aateera; egaa warra of qaban, kadhata gochuufis warra eeggatan ta'aa! ⁸ Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!
    🎚 Yeroo ittii dura amanne caalaa amma guyyaan fayyinaa nutti dhiyaateera.
    🎚 Kiristoos deebi’ee dhufuun fannifamuuf utuu hinta’iin; warra dhimmanii isa eeggattan sassaabbachuuf dhufa.
    📖 Rom 13:11 “Yeroo itti dura amanne caalaas amma guyyaan fayyinaa waan nutti dhi'aateef, yeroon kun yeroo itti hirribaa dammaquun isin irra jiru ta'uu isaa beekaa!”
    🎚 Yeroon dhiyaachuusaa maaliin beekna?
    🎚 Sagaleen Raajii Kitaaba Qulqulluu keessattii caafame raawwatamaniiru, raawwatanmaas jiru.
    🎚 Sagalee macaafa kana keessaatti caafame keessaatii wanti hinraawwatamiin hafu hinjiru.
    📖 Isa 34:16 “Macaafa Waaqayyoo keessa barbaadaatii dubbisaa! Wanta kana keessaa tokko illee kan hafu hin jiru, kan achi keessaa qomoo isaa dhabus hin jiru, Waaqayyo ofii isaatii kana dubbateera, hafuura isaatiinis walitti isaan qabeera;”
    🎚 Waaqnis laftis yoo darbaniyyuu; dubbiin Waaqayyoo hindarbu.
    📖 Mat. 24:35 “Waaqnii fi lafti darbuuf jiru; dubbiin koo garuu gonkumaa hin darbu" jedhe.”
    Isaan keessaa: 📖 Mat 24:4-14
    📝 Lolaa fi oduu lolaa dhaga'uuf jirtu,
    📝 Sabi saba irratti,
    📝 mootummaanis mootummaa irratti in ka'a
    📝 beelli socho'i lafaas iddoo adda addaatti in ta'a.
    📝 namoonni baay'een walii isaaniis dabarsanii wal kennu,
    📝 Yeroo sanatti wanta ta’u kana arganii namoonni baay'een in gufatu,
    📝 Raajonni sobduun baay'een in ka'u; namoota baay'ees in wallaalchisu.
    📝 Seera malee jiraachuun inbaay'ata,
    📝 jaalalli namoota baay'ee qabbanaa'aa in adeema.
    📝 Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama;
    🎚 Mallattoon kun yeroo ta’u garuu isa dhumaatu ga’e jechuu miti; kun jalqaba ciniinsuuti.
    📖 2Xim. 4¯¯¯¯¯² Dubbicha lallabi, "Kun yeroo dha, kun yeroo miti" utuu hin jedhin qophaa'ii, argami! Nama balleessaa isaa hubachiisi ifadhu! Obsa hundumaan gorsi barsiisis. ³ Barri itti namoonni barsiisa sirrii fudhachuu jibban dhufuuf jira; bara sanas akka hawwa isaaniitti, barsiisota wanta gurra isaaniitti tolu isaan barsiisan walitti in sassaabbatu. ⁴ Isaan dubbii dhugaa dhaga'uu irraa garagalanii, gara mammaaksa amantiitti in goru.
    👴🏼 Namoonni barsiisa dhugaa jibbu.
    👴🏼 Ergaa Waaqayyoo isa sirrii isa Waaqarraallee hinbarbaadani.
    📖 Isa. 30:10 “isaan warra ilaaltuudhaan, "Hin ilaalinaa!" warra mul'ata arganiinis, "Wanta qajeelaa nuuf hin arginaa, wanta nutti toluu fi wanta nutti fakkaatu duwwaa nutti himaa!”
    👴🏼 Ergaa Raajii keessaallee waanta isaan gammachiisu qofa dhaga’uu barbaadu.
    📖 2Xim. 3¯¯¯¯¯¯¹ Guyyoota gara dhumaatti yeroon sodaachisaan akka dhufu hubadhu! ² Namoonni warra ofittoo, sassatoota, of jajoo, afuufamoo, arrabsituuwwan, warra abboota isaanii fi haadhota isaaniif hin abboomamne, galata hin qabnee, warra wanta qulqullaa'aadhaan morman in ta'u. ³ Warra jaalala of keessaa hin qabne, warra araara hin jaallanne, warra maqaa namaa balleessan, warra of hin qabne, warra namatti hin madaqne, warra waan gaarii jibban, ⁴ warra dabarsanii nama kennan, warra eeggannaa hin qabne, warra of arguu dhabuudhaan of bokoksan, Waaqayyoon jaallachuu caalaa, warra waan isaan gammachiisu jaallatan ta'uuf jiru. ⁵ Akka bakkeedhaan mul'atutti nama Waaqayyoo in fakkaatu, humna isa nama akkasii keessa jiru garuu in ganu; warra akkasii irraa fagaadhu!
    👴🏼 Bifti waaqeffanna jira ulfina Waaqayyoof kennuun hinjiru (humni Waaqayyoo garuu achi keessa hinjiru).
    🔔 Sagaleen Raajii Kitaaba keessatti duubbtame baay’eensaanii addunyaa kanarratti waan raawwatamaniif yeroon dhumaa akka ga’e bilbilli akka ga’e nutti hima.
    🔔 Mallattoon mul’atan kun akka nuti dammaqanuuf bilbila isa dhumaati.
    Yerichi Waan Dhiyaateef Maal Gochuu Qabna?
    1. Ofqabuu
    🎚 Ofqabuu jechuun maal jechuudha?
    🎚 Ofto’achuu, ofbituufi jireenya ofiitti luugama kaa’uu jechuudha.
    🎚 Warri ofqabuu hindandeenye jireenyisaanii gadhiisii ta’a.
    📖 1Phe. 5¯¯¯⁷ Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa! ⁸ Of qabaa, dammaqaas! Seexanni hamajaajiin keessan akka leenci yeroo beela'utti aadaa naanna'utti, nama liqimsuu barbaadee in naanna'a.
    🎚 Namni ofqabuu hindandeenye jireenyisaa waan hundumaaf banaadha.
    📖 Fak. 25:28 “Namni of qabuu hin dandeenye, akka mandara dallaawwan isaa jijjiganii ti.”
    2. Dammaqnee Kadhatatti Cimuu
    📖 Mat. 26:41 “Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.”
    🎚 Namoonni baay’een erga rakkinatti galanii qoramsi isaan bira erga ga’ee kadhachuu jalqabu.
    🎚 Kadhata inni sirriin garuu erga rakkinatti galanii kadhachuu utuu hinta’iin utuu rakkinnni hindhufiin dursanii akka itti hingalleef kadhachuudha.
    🎚 Kadhannaan ofqopheessuudha.
    🎚 Yesuus xoofoon dhiphinaa sun akka isarra darbuuf kadhannaan ofqopheessaa ture. Garuu duuniisaa jaalala Waaqayyo abbaa waan ta’eef kadhata sanaan humna ittiin rakkina sana keessa darbu argate.
    📖 Mat. 26:39 Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate.
    📖 Mat. 26¯¯¯¯⁴⁵ Ergasii gara bartootaa dhufee, "Amma iyyuu raftanii boqochuutti jirtuu? Kunoo, yerichi jala ga'eera, ilmi namaa immoo harka cubbamootaatti kennamuu isaa ti. ⁴⁶ Ka'aa itti adeemnaa! Kunoo, inni dabarsee na kennu dur dhi'aate" isaaniin jedhe.
    3. Jaalala Gubaa Qabaachuu
    📖 1Phe. 4:8 “Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!”
    🎚 Bara dhumaa keessa jaallalli ilma namaa hinqabannaa’a.
    🎚 Namni jaalala ofkeessa hinqabne jireenya ofkeessaa hinqabu.
    🎚 Namni jaalala qabu Waaqayyo keessa injiraata, Waaqayyos isa, keessa injiraata.
    📖 1Yoh. 4:16 “Nuyis jaalala Waaqayyo nuuf qabu hubanneerra amanneerras. Waaqayyo jaalala; namni jaalalatti qabamee jiraatus Waaqayyo keessa in jiraata, Waaqayyos isa, keessa in jiraata.”
    🎚 Namoonni baay’een namoota isaan jaallatan injaallatu; namoota isaan jibbanimmoo hinjibbu. Kun jaalala miti; isa kanawoo warri biyya lafaayyuu hingodhu.
    🎚 Jaalalli inni kan Waaqayyoo; warra nama jibban jaallachuu danda’uudha.
    📖 Mat. 5¯¯¯⁴³Yesus, ''Fira kee jaalladhu, diina kees jibbi!' jedhamee akka himame dhageessaniittu. ⁴⁴Ani garuu isinittan hima, diinota keessan jaalladhaa, warra is in ari’ataniifis kadhadhaa! ⁴⁵ Kana yoo gootan ijoollee abbaa keessanii isa waaqa irraa in taatu; innoo aduu isaa warra hamootaa fi warra gaggaariidhaaf in baasa, bokkaa isaas warra qajeelotaa fi warra jal'ootaaf in roobsa. ⁴⁶ Warra isin jaallatan duwwaa yoo jaallattan gatii maalii argattu ree? Warri sodaa Waaqayyoo hin qabne iyyuu akkanuma in godhu mitii ree? ⁴⁷ Obboloota keessan duwwaa ho'iftanii nagaa yoo gaafattan, warra kaan caalaa maalfaa gootu? Warri saba Waaqayyoo hin ta'in iyyuu akkanuma in godhu mitii ree? ⁴⁸ Egaa abbaan keessan inni waaqa irraa mudaa malee akkuma ta'e, isinis warra mudaa hin qabne

    • @mariamahmed9924
      @mariamahmed9924 2 роки тому

      Ameeen ameen ameeen ameen ameen ameen ameeen ameen ebifama ayani waaqayyo isin haa ebisu ameen ameen ameen ameeen ❤❤❤❤

    • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
      @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому

      Amen amen amen amen amen halelayu halelayu halelayu elellelellleeellelelelleeeleleleleleeelelelelelleleelelebifama nama gooftaebifama maatii walda raajii masarta keessa jirta hunduma keessa naganhaa ta.uebifama. ebifama goofta macca galta kee gara koo siitti boqate. Amen ebifama raajii 📖📖📖❤❤💔💔🙇🙏🙏🙏🙏🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙏🙏📖📖📖📖📖

    • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
      @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому

      Amen ameen guyya hara.a kan kooti fi kan matii kooti amen amen

    • @aleemkw4145
      @aleemkw4145 2 роки тому

      Uuuuuuuuuuu ffffffffff Uuuuuuuuuuu ffffffffff Uuuuuuuuuuu ffffffffff Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee nam waqaayyo rajichaa meseret eebbifam 🙇‍♀️ 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🙏🤲🙏💔💔💔💔💔🍇🍇🍇🍇🍇🙏🙇🙇‍♀️🙇‍♀️

    • @aleemkw4145
      @aleemkw4145 2 роки тому

      Uuuuuuuuuuu ffffffffff Amee Amee Amee Amee Amee eebbifam nama waqaayyo rajichaa meseret eebbifam eebbifam ❣ ♥ 🙏🙏🙏🙏🙇‍♀️🙇🙇‍♀️🙇🤲🍇💔🍇💔📚📚📚

  • @hawwibanti5832
    @hawwibanti5832 2 роки тому

    Ameeeeeeen ameeeeeen Ameeeeeeen Yesus koo ebbifamii nama waaqayyoo

  • @ለታሰሩትምመፈታትን

    Aman Aman Aman ያገልግሎት ዘመንህን ይባርከው በጣም እወድሀለሁ በጌታ በኢየሱስ ወንድሜ !!!

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 11 місяців тому

    Amennnnnnnn amennnnnnnnn thanks Jesus Christ hallelujah praise God the father amennnnnn

  • @abbaruiddesaa6849
    @abbaruiddesaa6849 2 роки тому

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️

  • @gelanebiru905
    @gelanebiru905 9 місяців тому

    Hallelujah Jesus is lord amen amen amen

  • @bontuiyeesus5755
    @bontuiyeesus5755 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifama dacha dachaani

  • @tigistmona4292
    @tigistmona4292 2 роки тому

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen halleluya elelelele ebbifama dachaa nama waqayyo bayyèe isiin jaladha ebbifama 🙏🙏🙏🙏

  • @kiyaakenaa445
    @kiyaakenaa445 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamaa dachaa ameen

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому

    Amen amen amen guyya hara.a kan kooti

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen galaatomaa sagaantaa guuyyaa kanan fayyaaraa namaa waqqayyoo ebbifamaa ebbifamaa

  • @Seenna414
    @Seenna414 8 місяців тому +2

    Guyyan biyya koo Itopha gallu walldda raji masayi iti tajajilu kan akkan dhufu rabi lubbu koo wa hin godhin bayyen hawa ☝️☝️

  • @konjiayass5387
    @konjiayass5387 2 роки тому

    AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN EBBIFAMA EBIFAMA🙏🙏🙏

  • @salameeyesusenewsalameeyes2430
    @salameeyesusenewsalameeyes2430 2 роки тому

    Amen amen Amen hallelujah hallelujah Yaa waqayyoo naayadadhuu Maloo Anoo ba’aa kotootaa fi ba’aa ulfataa badheen duraa kee jira naayadadhuu 😭😭😭😭😭😭

  • @shaltobedada8969
    @shaltobedada8969 2 роки тому

    Ammmmmeeen Ammmmmme Ammmmmme Eebifamaaaaa namaa waqayoo dachaa dachaa goftaa kanumaaa calaati ayyaanaaa saa sii haa bayasuuuuuu🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️💕💕💕💕💕💕💕💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @madeenayousef3686
    @madeenayousef3686 2 роки тому

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen

  • @almaztesfa1039
    @almaztesfa1039 2 роки тому

    Uuuuuuuuufffffff Ameen Gooftan isin haa ebbisu ayyani Goofta isin haa baay'atu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mohamefhgfff8091
    @mohamefhgfff8091 2 роки тому

    Amen amen amen amen eebbifamaa

  • @birtukanfelekaa5925
    @birtukanfelekaa5925 2 роки тому

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Uuuuuufeeeeee Raajjii qulqulluu duubbii gooftaa keenyaa nu gargaarii waqayyoo,,Eebbifamaa Nama waqayyoo

  • @tsehaymelaku9908
    @tsehaymelaku9908 2 роки тому

    Amen amen waqayyoo anaf garidha

  • @shukaremangistutasisa9797
    @shukaremangistutasisa9797 2 роки тому

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen 🤷🤷🤷🤷 ameen ameen ameen ameen ameen naafis naaf ta'eeraa waaqayyoo isin haa ebbiisuu🙋🙋

  • @alamicaalaa2290
    @alamicaalaa2290 2 роки тому +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen illi illi illi illi illi illi illi Ebifama Ebifama dacha dacha👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому

    Amen amen waaaqayyoo gariidha naafii amen amen halelayu halelayu

  • @senaa2350
    @senaa2350 2 роки тому +1

    *Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Ebbifama Dachaan Dachaan Namaa Waqayoo ❤️❤️❤️❤️📖📖📖📚📚📚📚*

  • @HanaHana-ct7xt
    @HanaHana-ct7xt 2 роки тому

    Amen Ameen Ameeeeeeeee..... Waaqayyo isin haa ebisu Ebifaama

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 роки тому

      Hana Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @mariamahmed9924
    @mariamahmed9924 2 роки тому +1

    Ameeen amee ameen ameen ameen ameen ameen yaa waaqayyo nu gargaari ati ameee ameen ebifama raajii waaqayyo ameen ameeen ameen ❤❤❤

  • @naolsamuel2618
    @naolsamuel2618 2 роки тому +3

    Amen Amen....God bless you, Prophet Meseret!!

  • @iyesusgetanw9503
    @iyesusgetanw9503 2 роки тому

    Amen maaranataa dafi koottu 💟

  • @Seenna414
    @Seenna414 8 місяців тому

    Ameeen Ameeen 🙏🙏🤲🤲Ebifama goftan sina ebisu Raji kenya ❤❤

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya1947 2 роки тому

    Uuuufffeee ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa nama waqayyo ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @laliseayyana7800
    @laliseayyana7800 2 роки тому

    Raajii keenya Gooftan isini haa Eebisuuuu dachaa hamma dhumattiiiii ameeen.

  • @GeteS-sg8wi
    @GeteS-sg8wi Місяць тому

    Ameeeeeeen ofii qabuun nafii yaa bayatuu ebbifamaa❤❤❤❤❤❤

  • @martagemeda3284
    @martagemeda3284 2 роки тому

    Ammmneeni eebifamii guddaa waqqayyoo goftaani koo isini haa eebisuu 🙏🙏🙏🙏

  • @bontuboru2097
    @bontuboru2097 2 роки тому

    Ameen Waaqayyoo Isiin Haa Eebbisuu Raajii Keenyaa!!!!!🙏🙏🙏🙏💔💔💓💓❤❤❤❤👍👍💪💪💪💪

  • @ebisewalga5163
    @ebisewalga5163 2 роки тому +2

    God bless you . Prophet Mesart.

  • @MsaratTolasa
    @MsaratTolasa Рік тому

    Ameni ameni ameni ameni ameni ameni ameni

  • @lelodadhi3245
    @lelodadhi3245 2 роки тому

    Amen Amen Amen amen amen amen 🤲🏾

  • @srgo6232
    @srgo6232 2 роки тому +1

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamaa dachaa dachaa guyyaan haraa kanin kotii

  • @johnytechh5035
    @johnytechh5035 2 роки тому

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifamaa Ebifamaa dachaa dachaa maqa yesusni 🙏❤ 🙏 ♥ ❤ 🙏📖✅📖✅🙏🙏🙇‍♀️✝️🙇‍♀️

    • @gigigamane7626
      @gigigamane7626 2 роки тому

      Ameen Ameen Amen Ameen Ameen Amen Ameen Ameen Amen Ameen Ameen Amen Ameen Ameen Amen waqaayyoo baraf jireenyaa keessaan haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa 🤲🤲🤲🙏🙏🙏

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen ebifamaa
    Rajii Masarat Maranataa iyesus dafii kotu 🙏🙏

  • @shalokhumbi6291
    @shalokhumbi6291 2 роки тому

    Amen Ameen ebbifamaa dachaaa

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen dhubbiikee dhageenyaa nuu gargarii

  • @gulumamitiku5715
    @gulumamitiku5715 2 роки тому

    Ameeeeeeeen eebbifamaa nama waaqayyo maqaa yesuusin!!!!!!!!

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому +2

    Amen amen amen amen thank God Amen

  • @senkikejela5074
    @senkikejela5074 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ijoollee abbaakoo🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼📖📖📖📖📖📖

  • @beti-bx4ky
    @beti-bx4ky 2 роки тому

    *Uuuuuufffeeeyy Ameeeeeen ameeeen ameeeen ameeeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebbifama qulqulloota maatii waaqayyoo hundii keessan maqaa goftaa maqaa yesusin ebbifama ebbaa lafaraa ebbaa waaqaraatii ebbifama hin qabamiina barii keessan Jireenyii keessan hunduma maqaa Iyesusn Kirstoosiin yaa ebbifamu ebbifama hundii keessan ebbifama dachaa dachaa ebbifama 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayyoo nuu haa gargaruu

  • @alawalawalaw3943
    @alawalawalaw3943 2 роки тому

    Ameeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeeen ammeeeeen ameeeeeeeeeen ammeeeeen ebbifaamaa nama.waqyoo

  • @masaratfirrisaa8392
    @masaratfirrisaa8392 2 роки тому

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen guyyaan har'a Kan koti uuuuuffffeee Ebbifamaa Rajjii masii ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏👈

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 роки тому

      Masarat Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @diborajesus8385
    @diborajesus8385 2 роки тому

    Uuuufffffeeee ameen ameen ebbifma dachaan wqyo baaraf jireenya keessaan haa ebbisuu baasisa laphee nama qabanesu

  • @demituenjigu7356
    @demituenjigu7356 Рік тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa ❤

  • @tuubixiyyooifaa4693
    @tuubixiyyooifaa4693 2 роки тому

    Ameen wq nuya gargaaruu😭😭😭😭 Ebbifama raajji masarat

  • @kenaskids4126
    @kenaskids4126 2 роки тому

    God bless you Rajii Meseret Taye

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 2 роки тому

    Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ebifamaa waqayoo isin haa Ebbiissuu namaa waqqaayyoo 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️

  • @BayisechalaChala
    @BayisechalaChala 6 місяців тому

    ❤❤❤❤❤ ebbifamaa nama waaqayyoo barikeesni yaa ebifamuu

  • @Batu-bu1wb
    @Batu-bu1wb 7 місяців тому

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifama maqaa yesuu kiristoni ❤❤❤❤❤❤❤

  • @hirutloveas3773
    @hirutloveas3773 2 роки тому

    Ameen ameen waqayyo nutti araramu

  • @bethelemoromititti1517
    @bethelemoromititti1517 2 роки тому

    Ameen Ameen Eebbifamaa Raajii koo

  • @bontuuameeenntafaara4174
    @bontuuameeenntafaara4174 2 роки тому

    Ameeen Haleleuyha Ebbiiffamaa

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 2 роки тому

    Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu 🙏 ❤

  • @HalimaBibi-r8u
    @HalimaBibi-r8u 3 місяці тому +1

    ❤❤🎉🎉

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @الينخليل-ت4ن
    @الينخليل-ت4ن 5 місяців тому

    Ameeeen ameeeen thanks the man of god ❤❤❤❤

  • @aubtelecom3773
    @aubtelecom3773 2 роки тому

    AMEEEEN GOFTAA NU GARGAARI AKKA ARAARAF ARJUMMAAKEETI🙏🙏

  • @aminafayiso5912
    @aminafayiso5912 2 роки тому

    Nagaan Waqayyoo hundumaa kessaannif haa bayatuu
    Ameeeeeeeen ameeeeeen ameeeeeen

  • @goasd805
    @goasd805 2 роки тому +1

    Jesuusa Gaariidhaa

  • @dawwihailuhalima6643
    @dawwihailuhalima6643 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen eebbifama 📖🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤❤❤

  • @lalimamolalimamo2352
    @lalimamolalimamo2352 2 роки тому

    Ameeeen ameeen ebifamaa nuuf yaa ta.uuu

  • @DamuGetacho-ce6dx
    @DamuGetacho-ce6dx 10 місяців тому

    Ameeen Ameeen Ameeen yesus gudadhaa❤❤❤❤❤❤

  • @sisaaymijanaa7434
    @sisaaymijanaa7434 2 роки тому

    Ameen eebifamaa..👏👏👏👏

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @koofiabdiijiraa6338
    @koofiabdiijiraa6338 2 роки тому

    Ameen Ameen ebbifamaa guyyaan kuni kooti

  • @kmlakumale2967
    @kmlakumale2967 2 роки тому

    Uuuuuuuuffffffeeee yesusikoo Ulifadhuu gofitaa faayisa biyaa lafa mootii mototaa AMEEEN AMEEEN

  • @SaraNaragaa
    @SaraNaragaa 6 місяців тому

    Ebbaa waqaa iraa ebbifanaa❤❤❤❤

  • @Abonesh835
    @Abonesh835 2 роки тому

    Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeen Eebbifam Ebbifam namaa waqayyoo dachaa diribii 🙏🙏🙏🙏🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🤲🤲🤲

  • @hawetanmotuma5424
    @hawetanmotuma5424 2 роки тому

    AmeeeenAmeeeeen naaf dhiyaatera!.

  • @hhhj8232
    @hhhj8232 2 роки тому

    ameeeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeeen goftaan dachaa dachaa isiin haa ebisuuu 🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🤲🤲🤲🤲

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 роки тому

      Hy Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @اا1101-ت4ح
    @اا1101-ت4ح 2 роки тому

    Ameeeeeen Ameeeeeeeen eebbifama !!!!👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @TamiratDiriba-z2q
    @TamiratDiriba-z2q 6 місяців тому

    Ameen ameen waaqayyoo gariidha haaleluyaa ameen! 🙏🙏🙏🙏

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 роки тому +1

    Amen amen amena guyya kun kooti dhuga amen amen amen 😭📖📖🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dengudengu6938
    @dengudengu6938 Рік тому

    Ebbifama Ameeeen Ebbifama Ameeeen Ameeeen

  • @lilonagi862
    @lilonagi862 9 місяців тому

    Ebbifaama Ebbifaama 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AbbeeTaariku
    @AbbeeTaariku 2 роки тому

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen! Eebbifamaa Eebbifamaa Isaan fidee dhufee fudhee hin galluu guyyaan har'aa kun kan Kootti ameennn Eebbifamaa Araara tv Jaallatamoota koo❤❤❤😇😇😇😇💒

  • @shahabuddin7140
    @shahabuddin7140 2 роки тому +1

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen
    Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa
    Dacha dachadha Ebbifamaa
    🤲🤲🙇‍♂️🙇‍♂️🙏🙏🙏❤❤❤📖📚📖📚📖✅✅✅🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 роки тому

      Shahab Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @AyantuKeneni
    @AyantuKeneni 4 місяці тому

    Waqaayyoo gariidhaa ebbifamaa rajii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dawwihailuhalima6643
    @dawwihailuhalima6643 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen eebbifama

  • @waqayyogudhaa7458
    @waqayyogudhaa7458 2 роки тому

    Ameeeen ebbifamaa 🙌🙌

  • @gadisewalaga9389
    @gadisewalaga9389 2 роки тому

    Ameeeeeen
    Ameeeeeen Thaank so much ♥️💚💚💚💚💚💚

  • @bashatuubashat3082
    @bashatuubashat3082 2 роки тому

    Ameeeeen Ameeeeen ebbiifamaa namaa Waqayyoo dachaa dachaan ebbiifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sufiijalalaa490
    @sufiijalalaa490 2 роки тому

    Ameeen Ameen ebifamaa dachaa

  • @deratuhailu2692
    @deratuhailu2692 2 роки тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏

  • @senbetageremew554
    @senbetageremew554 2 роки тому

    Ameen may Lord help me

  • @beqlchbelcho1243
    @beqlchbelcho1243 2 роки тому

    አሜን አሜን አሜን

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 роки тому

      Belch Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

    • @beqlchbelcho1243
      @beqlchbelcho1243 2 роки тому

      @@nantube1207 አሜን አሜን አሜን አሜን ተባረክ ተባረክ

  • @shittoodandanaa2727
    @shittoodandanaa2727 2 роки тому

    Uuuuuufffffeeee hallelujah yesus goftaadha Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen waqayyoo nuu haa gargaruu Ebbifaama waqayyoo baraaf jirenyaa Kessaan haa Ebbissuu Ebbifaama dachaa dachaan 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💒🧎‍♀️🙇‍♀️☝🙌🙌👏👏👏👏👏🥰🥰❤❤

  • @dubaidubai1624
    @dubaidubai1624 2 роки тому

    Ameeeeeeen❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌

  • @muchawgebrie7597
    @muchawgebrie7597 2 роки тому

    Hallelujah

  • @muluukabadaa9979
    @muluukabadaa9979 2 роки тому

    Ameen ameeen ameeen ebbifamaa

  • @aynalemgebeyehu7531
    @aynalemgebeyehu7531 2 роки тому

    amen amen amen

  • @AyatAlm-lm2so
    @AyatAlm-lm2so 7 місяців тому

    Ameeeen Ameeeen ebbifamii

  • @4gworld4gworld2
    @4gworld4gworld2 2 роки тому

    Ameeeen Ameeeen ameeen ebbifama