Kiyya badaw Guyyaa Afruu dura sharmarken Akana Na Godhee jetee iyaa olte Gowwaa prank hin beyne intala dubra akamiti dhowte ni irrafate bada ka Rabbiin ol qajeelchee jaala hafee aka nama ofi prank bekku Nama Gudda Akana Gota ☠️
Anee ati Fayyaa hin qabduu wanni ati Alishorratti daleeyde sirrii miti akkamitti nama jabaa san akkas goota yeroo pirankii daleydu nama addaan laalladhu.
Waan akkasii nama guddarratti dalaguun waan nama qaanfachiisudha. Mallaqaaf jecha maaf akkas gootu wollaahii hin bareedu nama guddarratti waan akkasii hin dalaginaa!
Abo ane Malif iti tabatta 😢harama wallahi 😢
Share godhii
😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😅😅
😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
ANE yeroo prank dalegdu ijoolle laalii nama jaba akkanaati mitti😂😂😂😂
Femasa keenya hin tuqina garuu sharmarkee irratti nuudalagi❤❤❤❤
Wallahii horii dhaa
Malii piranki akana
Nama gudaa xiiqeesiitaani
Yaboo of kabajii gowaa😢😢😢
Saaa
Maalif akkana gootaa Yahoo Rabbin irraa sii gafatuuf tahaa Wallahi hedduu rifachistee nama akka abbaa keettiti kanatii maalif waan joolleen tapahataniin taphataa ati nama guddinaa irraa jirtuu wallahi akka garitii ararasii dhamsaa Obbalummmaatiii
Wly hedduu na mararree wly wah billay gaaran nabaddeera wly😢😢😢😢😢
It's unfair 😪 😢 and also heart broken 💔 😢
3:44 Wallahi fatheri kiyyaan wal fakkatani garaatu na bade garaan if dadhabe aaah
Way shek mansur kiyyaa heddun si jaaladha miskiinaa kiyya
As wr wb eshfi nama guddaa akana mah guttaan geru pirnki sila numatalttii❤❤❤ Ayyii Ana shekmansur😂😂😂😂
Anne Araa garuu Aka male Na Arsitee Abaa kenyaa gudaa Arsitee Bochiftee😢😢😢😮
Shrmarkee fi jaafee tup pianki godhii
Annee atiis baalaguma akkana eegalte
Dhugaa rabbii rabbin issin gafataa walh anni kuflee tiqomaa hin haqisin 😂😂😂😂😂😂
Dhugaa rabbii anuu yeroo inni boo’ee saan hin boo’e ani 😢😢😢
Aboo Ati kun Gowwaadha bar Icc Akkamitti Nama Guddaa pirank jette Akkasgoota😡😡😡
Wallahi akkaa abbaa kiyyaatin jaaladha
Sababa arti oromoo tae qofa oso tane wlyi hedduu baabaa kiyyaan wal fakkata yeroon laalu hunda abba kiyya bakka buseen baaba jedhan ani
Wlhi isaa miti anu dhifama sin goodhu hedduun takka sitti mufaadhe
Abo Anne dhuga anu hedudhan rifadhe akkana godhu ketif hay shek mansuur
Dhuga jecha isara kan naa kofalchise ofiih somana dhufuun siif godha 😂
Akkamitti Ati joollee taatee aartistii jabaa kana itti taphatta dhugaa sitti mufadheera subscribe sirraa kaaseera
Kiyya badaw Guyyaa Afruu dura sharmarken Akana Na Godhee jetee iyaa olte Gowwaa prank hin beyne intala dubra akamiti dhowte ni irrafate bada ka Rabbiin ol qajeelchee jaala hafee aka nama ofi prank bekku Nama Gudda Akana Gota ☠️
Nama guddaa Akkana godhuun sirrii miti pirankin akkanaa sirriimiti
Aboo aneysoo akkami akana gotan walahi ani heduu takkan isiniti aree
Walahii atii siiri hin dalanee malif namaa gudha akkana gotaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wallahi jattaa sa sanu kiyyaa gowwaa hiriyyaa abbaa keetitti tabatta wasaka dheengadda sharmaarken pranki si goonaan akka godhattaa haarmallaa akka keeti tanaa wajjin icc ummata wasaka sammuu furrii
Dhugumaan booye shek mansuur😅😅😅😅😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Maalif akkana gootan shamarke irrati nu dalaga haa boo'u
Anee Wly Sirrii hin dalagnee Aabbaa Kee moo
Maati naaf taha rabbif jechan isin jaaladha✅ oromo tiyya🥰🥰🥰
Badawa kenyaa jirtaa
Aboo raabbiin sihaa xiqqessuu gurbaa dhamaa.a kanaa wanniin benne naman betuu prank jettee nama oromoo biratii kabajaa guddaa qabuu salphiftaa yaa wallaalaa
Jafe tube itti aansi
Famiya atii hin beeytu us firraa
Annee maaliif boochiftan sirri mitii nama guddaa akkana godhuun hin tahuu ❤❤❤❤❤annee
Wahii Ijoole teenya
Artiin teenya akkana male dhumte?
NAMA GUDDA AKKANA GOODHUN UFF
WAHI AARTII EC
Anee wan akanaa kanaa jolee iratii hojadhuu malee dhisaa namaa fudadha balesitee jirtii😢😢😢
Wallaay Atii gowwaadha Anee
Akamitii akana gotaa😅😅😅😅😅😅 nama gudaaa
Please video kanaa kaasi prank nama akka ufiii wajjin bareedaa
Aboo Anne onnee hin qabdu yoo Sharmarke prank godhu baattee
Abo nama jaba kaana maalif akkana goota
Aboo wallaahi saahibban koo hundi sirraa kaaseera wallaahi
Addunyaa kanarra namoota ciccimoon tapha fakkeessaniif akka malee irraa rifaatu
Kanin piranki bekkun ini bohee isiniti na arsse akkam anne
Anee ati Fayyaa hin qabduu wanni ati Alishorratti daleeyde sirrii miti akkamitti nama jabaa san akkas goota yeroo pirankii daleydu nama addaan laalladhu.
anee wanii akkanaa kana dhisaa inii abb keessanii barii ufii kabajaa 😢
Cameran 📷 kee kanaa malee kabiraa sin qabin hojjaachun duraa wan hojjaattuu bekii
Qooy annee eessa qabanii si fidan sii badawa daddeemu kuni yoo taheehu gad lakkifamu qabu garuu silaafuu nama dheera wahuma lama irraa hirrata jahani hye
Prank hin tahu malee isarratti
Nama rifachiisun dhorkaadha hin jannee atii aboo akka nama hadiisa beekuttii kijiibaaa
𝐌𝐚𝐚𝐬𝐡𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐀𝐥𝐢𝐬𝐡𝐨𝐨
Gowwadhan piranki jedhaan sanu iccii nama gudda maaltu akkana godha😢
Anee atii mama.gudaa malif akkan gotta wly nin boheee an
Anas rabbii in sodadu ka 😭😭
Pranki jedheetin dhufe garuu hedduu takkan gadde wlh nama guddaa akkatti itti taphatuun hedduu takka na aarse sh mansuur nama ummata oromoo bal'aa bohaarsaa bahe Artistii khabajamaa ture yeroo namni akka kanatti itti taphattu nan gadde. silaa osoon dandahee vedio tana asirraa kaasa garuu hin dandahu malee.nama biraa prank godhi nama guddaa eeggadhu saahibii nama biyyaaf tahurraa gori Aalima ,Aaqila,Beekaa,maanguddoo eeggadhu khaatimaa teettu si badaa😢😢
Malii nama gudaa akana godhun😡😢😢😢
Ummata saredhaa isiin warrii prank hojjattan hundii
Yaa umata mee akanumati lala suubanlaha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Anne obbolessa kiyya wanni akkanaa gaarii miti😭😭😭😭
Aboo anee wan sirri hin hojjannee😭😭
Dhugaa nama guddaa akkan godhuun gaarii miti pranki akkana dhiisa dhugaa hin toluu
Waan akkasii nama guddarratti dalaguun waan nama qaanfachiisudha. Mallaqaaf jecha maaf akkas gootu wollaahii hin bareedu nama guddarratti waan akkasii hin dalaginaa!
Hedduu balleesitan Maalii akkaannii
Ati garuu gafaa namaa gudaa akkas gotee midiyaa irrati posti gotuu sirrii suti fakkate beraa waliti qabatee kiyyaa albatii
Sirrii miti ?????????
Atii dhamadhaa wly namaa pirank akkanaa wajiin dalagan namaa akkanatimitii hayaa bro
Namaa ofii jibisisutii jirtaa hayaaa
Wly nama ajiba yero prnk jetteni nama guda irratti dalagadan😢
Maali wantii akkanaa , nama guddaa akkas gochuun ,
Abo nama gudda akkana godhun mali abo😢
Way miskiina wallhi 😢😢
Teetif boocha osoo hayyama gaafatin maa gallakkifta😮😮😮buda
AKKAMITTI AKKANA GOOta nama guddaa anne 😂
Sharmarke fi jaffee irratti malee hindalagin bro shek Mansur nujalaa hi xuqin
Abo dargaa gurbaa gowwaa
Awo ane wly arra dogongora dalagde allahi saamak😢
❤❤❤❤
Dhifama gafaachu qabda fulaa umataa durati walyi nama gudda hiriya abba ketii akkana gota bayye sitti aree 😢
no siri hin gone nama gudaa hin xuqina
Wallaahi abbaa keenya maaf akkana goota
Ane wlh dogoraa gudaa daleedee❤❤❤
Wly miraa keessa na gashitana
Uffaaa wly na dhagahame 😢😢 garuu please isaan lamaan gootuu malee hin dhiisin Ane😅
😂😂😂😂
OMG alishoo booshistanii hhh ni gabaabate malee 👍
Bismillaahi Rabbi Sihaa Xiqqeessu😢
Ane ati Balagee dha duraa father ke kabaajii
Waay miskina waalhii uuuuuufffffi 😢😢😢
Abo Ane Wallahi nun arrabsina jatte ifdura dubbate male baayyen are anu nama gudda kabajama akkana godhun sirrii miti
Malif akkan gotaa😭😭😭
Aboo Ane prankn akkanaa sirrii miti
Rabii sodadhuu Anee
Nama akana irati wan akana dalagu dhisa
bro dirama itti debite ka
Isin Haa laaqu nama guddaarratti akkamitti akkana hojjattan laaqamttoota
Ane ati amma dhuguma Follower Barbaaduuf Abbaa keenya akkatti mufachiiftee? Rabbiin lafatti dhiisa hin sehin
Abo akaamiiti akaan gootaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wallaahi towbaa deebi'aa
Adaraa na nama gudaa akkana hin godhinaa😢
😢😢😢😢😢😢😢akamit akana gotaa😢
Wan prank jetani qalbi wal cabsitan kana dhiisa
Alliisha nama mishaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Shaarmarkke irra maa hin kafalatin hangga alishoo boochiftu
Heduu Namaa Gadisisaa
Wolaayi anuu nibooyee