Bu'aa naaf qaba:Natnael Tamene new afan oromo cover song

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 23 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 447

  • @sebleakelilu4365
    @sebleakelilu4365 Рік тому +15

    ናቲ ተባረክ። እውነት ነው ከጊታ ጋር ሆነን ምንም አላጣንም። ሁሉ ሙሉ ነው። ሠላሙ፣ ፍቅሩ ምህረቱ፣ ቸርነቱ ፣ ጌትነቱ፣ አምላክነቱ የበራለት ያመስግነው። ብሩክ ነህ።

  • @tolsamuel3375
    @tolsamuel3375 2 роки тому +1

    Ishettii na wajjin buutee dachaa sanaa
    Akkamiittan irraanfadhaa bara sanaa
    Hundumtuu narraa goree
    waa'ee koos itti dhiisee
    Iyesuusii duwwaa dhaa gara kootti kan goree

  • @birhangirma6392
    @birhangirma6392 2 роки тому +4

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen eebbifamii goftaan ayyaana isaa siif haa Dabaluu kan calla bro

  • @GenetGonfa
    @GenetGonfa 23 дні тому

    Ameen Ameen Ameen ebbifami gooftan baraf jireenya kee gudda godhee haa ebbisu adhoo koo ❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @DHANGAAMEDIA
    @DHANGAAMEDIA 2 роки тому +8

    Eebbifami Ati Nama Guddaadha Waaqayyo Si Haa Eebbisu jabaadhu si Waliin Jirra😍❤

  • @oleraregasa4806
    @oleraregasa4806 2 роки тому +6

    Rabbi guddoo si haa eebbiisu,ayyaanni sif haa baay'atu!

  • @amanuelganta29
    @amanuelganta29 2 роки тому +3

    Ebbifami natiko ayyanni isaa siif haa baayyatu

  • @gizuutube413
    @gizuutube413 2 роки тому +3

    Ameen Ameen waqayoo bara kee haa ebbisuu nama waqayoo jabadhuu

  • @dinaolofficial1458
    @dinaolofficial1458 2 роки тому +3

    hooladheetan garaa koo tarsaasee si jaalaadhaa❤❤❤❤❤
    fo'adheetan addan si baafadhe at naaf addadhaa!❤❤❤❤❤❤❤
    waaqayyo guddaa si haa ebbisu!

  • @abiyenatu7768
    @abiyenatu7768 2 роки тому +10

    ናቲ ሰምቼ ሰምቼ አልጠግብ አልኩዋቸው ልጅ ሆኜ በቴፕ ሚከፈቱ መዝሙሮች ብርክ በልልኝ

  • @davidmesele6793
    @davidmesele6793 2 роки тому +3

    natiye geta abzto ybarkeh bzalen

  • @gemechis_13
    @gemechis_13 2 роки тому +4

    Eebbifamii Naatiikoo waaqayyoonkoo dabalee daadabalee si haa eebisuu🥰🙏

  • @komiint7168
    @komiint7168 2 роки тому

    Waaqayoo hangam si eebise aboo........Sagaleen kee addaa💯💯💯💯. Inni hunda keenyaa jaalate mana isaa keessatti si hin irrafatin

  • @JOTEWAKJIRAA
    @JOTEWAKJIRAA Рік тому

    Naatiikoo ati eebba dhaloota kanaadha. EEbbifami,Ayyaannui Gooftichaa siif haa baayyatu.

  • @Hana-ld2id
    @Hana-ld2id 2 роки тому +2

    Ameeeeeeen ebbiifamii mucaa Waqqayyoo

  • @daniteckcstube
    @daniteckcstube 2 роки тому +2

    woww dhugaa farfanna dinqii dha ebbifami nati

  • @terizatadila5276
    @terizatadila5276 Місяць тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    ቋንቋዉን አልችልም ግን ብሰማም ብሰማም የምጣፍጥ የማይጠገቢ ዝማሬ,ነወ በጣም ዉስጠ ነወ ❤❤ተባረክ❤❤❤🎤🎹🎤🎷🎤🎸🎤🎻🎤🎺🎤🎧👏👏👏👏👏🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

  • @israelmitiku5582
    @israelmitiku5582 Рік тому +1

    Oromigna mesmat alchlm gn degagme semhalw , endet yetebarek sew neh,mezmurochih endet menfesen endemiyagegnut Natiye betam nw yemwedih,elf hunlign be blessed

  • @fayiftuutasfayee1556
    @fayiftuutasfayee1556 Рік тому +2

    Ammmmmmnii ebimfii maqaa yesusin darbii demii 🙏🙏🙏📖📖

  • @MariMari-mx7eo
    @MariMari-mx7eo 2 роки тому +3

    Abdin abdiin jira siibirra gooftako Ebbifammi my bro ilvu❤❤❤

  • @AnAmharicfilms
    @AnAmharicfilms 2 роки тому +4

    Uuuuffffffff waaqayyo dabalee dabale si haa eebbisu natiokoo❤😍😍😘

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii koo ko

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      Mattii naaf ta.iimee 💘💘💘💘

  • @berhanumulisa4252
    @berhanumulisa4252 Рік тому +1

    jabaadhu obboleesakoo baayyee itti eebbifamaa jirra keep up!

  • @ቃልኪዳ
    @ቃልኪዳ Рік тому

    Samuu namaa boqochisaa farifananii kunii ebifamii far... bor....Ameen Ameeen Ameen🙏🙏🙏🙏

  • @amofjehova8933
    @amofjehova8933 2 роки тому +6

    Ifti kee ittuma caale has ifuu.!! Natisha..❤️❤️

  • @masiiyesuus747
    @masiiyesuus747 Рік тому +3

    Ufeeeeeeee 😭😭😭😭❤garaan koo akkatti itti boqatee

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 2 місяці тому

    Ameen waaqayyooni goftani kenya yesusu kirstosi birafi jirenya kee yaa ebisu Eebbifami darbii demii Ebafi tahi muladhu kanuma calati Ayaanaani waaqayyoofi Ogumaani Hubanani Waaqayyoo bira ta,ee sif yaa bayatu ❤❤

  • @feneetiqalbessa9041
    @feneetiqalbessa9041 2 роки тому

    Ameeeeeeeee Ameeeeeeeee haleluyyaa uuuuuuuuffffeeeee ulfaadhuu waaqayyoo ko ebbiifamii

  • @JalaneBelay-s6l
    @JalaneBelay-s6l Рік тому

    Wow bayy'ee namatii tola waqayyoo si aebisuu dacha dacha dacha ebifami nu jiradhuu natoo ko❤❤❤❤❤❤❤

  • @siifuu1989
    @siifuu1989 2 роки тому

    Nati Ayyaani kiristos dachaa siif yaa dabalaamu eebbifam jabaa obboleesa

  • @ermiyasgeneti2187
    @ermiyasgeneti2187 2 роки тому

    Eebbifami! ayyaanni Waaqayyoo siif ha baayyatu obboleessoo!!!

  • @kiyakiya4235
    @kiyakiya4235 2 роки тому +8

    “Wajinn banee lfaa onaa
    Nafi taee nagaan kee boqonaa ❤❤”
    Eebifamii Hafi Natikoo ❤❤

    • @AtseduGudisa
      @AtseduGudisa 2 роки тому

      Kiyy KOO MAATII NAFAA TAA"I

    • @Orotiktoker1
      @Orotiktoker1 2 роки тому +1

      @@AtseduGudisa mati nafi tayi anis sifi taha my lubu

    • @AtseduGudisa
      @AtseduGudisa 2 роки тому

      @@Orotiktoker1 tole

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      Mattii naaf ta.iimee 💘💘

    • @warioduba4484
      @warioduba4484 Рік тому

      What a blessing and heart touching song this is....may Almighty God continue to shower you with his gifts Singer

  • @galootube9260
    @galootube9260 2 роки тому

    Waqayyoo si yaa eebbisuu akkan jalaadhu warship kee dhugaa eebbifami Waqayyoo mana isaaf dhaloota qaba yommiyyuu it's so blessing song keep going

  • @galmamiyo5531
    @galmamiyo5531 Рік тому +1

    baayee ebbifamne eebifamaa

  • @VerkinechGetu
    @VerkinechGetu Рік тому +1

    Waqaayoon sif jiraa eebbifami Namaa waqaa💯💯💯💯💯🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️

  • @ketihunde6671
    @ketihunde6671 3 місяці тому

    Ebbaafii ta'ee..ለምልምልን ፀጋው ይብዛል❤ 🔥🔥አይወሰድብህ 🙌🙌

  • @lidiyawelteji9111
    @lidiyawelteji9111 2 роки тому

    jireenya namaa eebbisa waaqayyo barakee haa eebbisu

  • @ayantugutema5954
    @ayantugutema5954 Рік тому +8

    I cant stop listening this wonderful song 💜 what a great voice u have❤🙏 Natikoo u r Amazing God bless u more my dear keep it up 🙏🙏🙏

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 роки тому +2

    Ameeeeeen Ameeeeen ebbifamii dachaa dachaa 🛐🛐🛐🛐🛐🙏

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz Рік тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbiffama ebbiffama dachaa dachaa ayyannii sinifaa bayatuu ebbiffammii ❤❤❤❤

  • @AbdijaletaGemeda-hm1xj
    @AbdijaletaGemeda-hm1xj 5 місяців тому

    Natiko maluamn sin jedhaa ebbifamikka
    You are our blessing

  • @TefSuf
    @TefSuf Рік тому

    Natiye geta yichemiribih
    Waanan jedhuunun walallee
    Ante lezi tiwilid bareket neh ❤❤❤

  • @abrahamabate2723
    @abrahamabate2723 Рік тому

    Qooqi kee baayyee natti tola,jabaadhu,itti fayyadami,nuunis fayyadi,Waaqayyo kana caalaa si haa eebbisu,hanga dhumaatti jabeessee si haa dhaabu!!!

  • @mussiezerue8065
    @mussiezerue8065 Рік тому +4

    I don’t know the language but I feel the holy spirit God bless you brother !

  • @Tarreman-vn9fr
    @Tarreman-vn9fr 3 місяці тому

    Barri jirenyaa ketii kan ebifamee yata, u

  • @Kalbekal-cf9pi
    @Kalbekal-cf9pi 2 роки тому +3

    ናቲዬ ወንድሜ ጌታ ብርክ ያድርግህ

  • @kennateshome9743
    @kennateshome9743 2 роки тому +2

    Ameeen ebifamii bro

  • @Bikilakebedeofficial
    @Bikilakebedeofficial 2 роки тому +7

    Natie You are blessed.

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii ko

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      Mattii naaf ta.iimee 💘💘💘

  • @wondimagegnwodajo54
    @wondimagegnwodajo54 Рік тому +3

    I love protestant songs ♥️
    Jabadhuu Obollee ♥️🙏

  • @lidyafantahun3376
    @lidyafantahun3376 2 роки тому +15

    Bless you natty even if i don't understand the language i can't stop listening. The songs are filled with spirit.

  • @samiwkj3216
    @samiwkj3216 2 роки тому +4

    Eebbifami ❤️❤️❤️#Natiko

  • @MegersaAbaya
    @MegersaAbaya Рік тому

    aaqayyoo sihaa eebbisuu jabaadhuu itti fufi.

  • @HiHi-f3c
    @HiHi-f3c 3 місяці тому

    Uufffee ameen ameen Dhugaa baayyeeeen itti fayyeee farsaa kanati❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @lenchoworku
    @lenchoworku 4 місяці тому

    Bu'uura jireenya koo gimbii jabaa naannoo koo Waaqayyoo koo 🙌🙏

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv Рік тому

    Ameeeeen Ameeeeen Ebbiifamaa waqayyoo baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu Ebbiifamaa 🤲🤲👏👏🙏👏🙏🙏👏🙏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gemechushibiru7303
    @gemechushibiru7303 2 роки тому +2

    Ati eebbifamteetta Natye 🥰🥰🥰

  • @dadhittiidrinttallaawallag5671
    @dadhittiidrinttallaawallag5671 2 роки тому +1

    Uuufffffeeeee ameeeeen ebbifamiii hadhoo koo 😭🙇‍♀️

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @urjitakele8479
    @urjitakele8479 Рік тому

    Waaqayyoo bara jireenyaa kee haafe hundumaa haa eebbisuu obboleesakoo farfaanaa kana guyyaa hundaan dhaageedha garu hangaa ammatuu dhiisa hin jiru baay’ee jaaladheera sabaabnisa Hundiisa waa’ee jireenya koo oddeesa❤❤❤❤

  • @Cell123-tp1nl
    @Cell123-tp1nl 2 місяці тому

    Ebiiiiifamiiii hadho koooo 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @damtewdereje983
    @damtewdereje983 Рік тому

    Jabadhu sagaalen ke bayye baareda ofii kes waqayyo sif ha kenuu

  • @nehemiathebuilder1995
    @nehemiathebuilder1995 2 роки тому +3

    Amen waaqayo ammalle dachaa sihaa ebbisuu🕊💔

  • @gammachiistaammiruuu-unique

    waqaayyoo sii haa eebisuuu, ameenii

  • @Sunny-c7w6p
    @Sunny-c7w6p 4 місяці тому

    Waaqayyoo sii yaa ebbisuu bro ebbifami maqa yesusin ebbifami ❤❤❤❤❤

  • @tadule1238
    @tadule1238 Рік тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sitan dhaladhee hidaa keti jiraa hidii koo Ameeeeeen🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @yizotawlammessa6421
    @yizotawlammessa6421 7 місяців тому

    eebbifami barri tajaajila keehaa dheeratu

  • @HanaHana-qd4vt
    @HanaHana-qd4vt 7 місяців тому

    naiyee waqayyoo Aban Koo Eba waqratin siya ebisuu❤❤❤❤

  • @esayastotobaofficial8660
    @esayastotobaofficial8660 2 роки тому +2

    Natuyee .....this is a song from a touched heart ....graceful worship time ....dachaa eebbifami haadhooko.

  • @gutamamea1841
    @gutamamea1841 Рік тому

    Waaqayyoo bara jireenyaa keetii mana ofii keessaa si haa jiraachisu.

  • @jituumorke3757
    @jituumorke3757 2 роки тому +4

    So blessing song Nati keep on worshiping and continue connecting us to with our almighty God many more blessed up on you in Jesus might Name amen 🙏

    • @AtseduGudisa
      @AtseduGudisa 2 роки тому

      Jituu maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏👏👏👏👏

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      Mattii naaf ta.iimee 💘💘💘💘

  • @maldamotuma2773
    @maldamotuma2773 2 роки тому +14

    Really blessing Natisho..... keep a head!!

    • @AtseduGudisa
      @AtseduGudisa 2 роки тому

      Biro maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏👏👏❤️

    • @bozeboze5145
      @bozeboze5145 2 роки тому

      Amen amen amen amen amen amen ebbefami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      Mattii naaf ta.iimee 💖💖❤️💘

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Рік тому

      @@bozeboze5145 mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💖💘

  • @korsaadugna2412
    @korsaadugna2412 2 роки тому

    Baay'ee gara nama qabbaneessa sii eebbisuu waqaayyoo

  • @hundegemeda1508
    @hundegemeda1508 2 роки тому +2

    My God Bless You !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Natii!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @MIHRETABERA-m7b
    @MIHRETABERA-m7b Рік тому +1

    Ebifamii Ebiifamii

  • @may2023may
    @may2023may 6 місяців тому

    Ebbifamii Ebbifamii waaqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii Ebbifamii darbi deemii

  • @BaliOda-fh7wo
    @BaliOda-fh7wo 5 місяців тому +1

    Ulfaadhuu❤❤

  • @marimeri30
    @marimeri30 2 роки тому +2

    Eebbifami dachaa 🙏

  • @fenetamboo8710
    @fenetamboo8710 Рік тому

    God bless you natiyee uufffeeee farfanaakee yeroon dhagefaadhu gaddaakoo gutuun dagaadha kessiikoo boqotaa 💔💔🙏🙏🙏

  • @oleralemi2222
    @oleralemi2222 10 місяців тому

    Jaallatamaakoo Ayyaanumti siif haa baay'atu 🥰🙌🥰

  • @sarina-d8i
    @sarina-d8i Рік тому

    Natikoo I’m speechless dhugaa bless you my dear ❤❤

  • @TesfayeDerejeMekonnen
    @TesfayeDerejeMekonnen 5 днів тому

    Barii kee ha ebbifamuu

  • @simbodame9585
    @simbodame9585 2 роки тому

    Ammmen 😭😭🥰🥰ebbifamii dachaa bro

  • @frehiwot8709
    @frehiwot8709 2 роки тому +3

    uplifting and heart touching songs with beautiful voice all toghethe tebarek wondime

  • @abdisakebede6691
    @abdisakebede6691 Рік тому

    Waaqayyoo ayyaana isaa daddabalee sif haa kennu.🙏

  • @monetanbase5539
    @monetanbase5539 2 роки тому +2

    🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️❤❤❤❤ eebbifami👋👋👋

  • @ilsuilrali1826
    @ilsuilrali1826 2 місяці тому +1

    Eebifami dhugaa namatti tola

  • @maartaafirdiisaa6410
    @maartaafirdiisaa6410 Рік тому +1

    Ameen eebbifami Ayyaana qabeessako

  • @agapemedia2395
    @agapemedia2395 2 роки тому +1

    ❤❤😁😁 Ati Addadha ardiikanaaf

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii

  • @jajjabeebantii5930
    @jajjabeebantii5930 2 роки тому

    Ebbifamaa baayyee namatti tola

  • @FatemaMohammed-jw4og
    @FatemaMohammed-jw4og 4 місяці тому

    Ameen waqayyo si,a ebbissuu 🙏

  • @LD65017
    @LD65017 Рік тому

    zemenh yibarek natiye geta kezih bebelet tsegawun yabzalh ❤❤❤

  • @alemugirmaofficial6361
    @alemugirmaofficial6361 Рік тому

    Ebbifamaa sanyii koo matii naaf taa'i.❤❤❤

  • @heranyohannes7492
    @heranyohannes7492 Рік тому

    Eebbifami obbolessa joii😘🥰🥰

  • @BelayKetema-d8m
    @BelayKetema-d8m Рік тому

    Baayyee ebbifamii .ebbifamneerra

  • @wosensegeddemissie1214
    @wosensegeddemissie1214 2 роки тому +2

    Nati keep it up brother, this is your time to shine. What anointed you are?

  • @elemawario5199
    @elemawario5199 Рік тому +2

    This is a blessing
    Keep blessing us with your wonderful voice brother

  • @abdiijiraata7809
    @abdiijiraata7809 2 роки тому +1

    Eebbifamii guddaa♥️♥️

  • @dawitdaba5498
    @dawitdaba5498 Рік тому

    Eebbifami faarfannaa hafuura namaa haaressudha!!

  • @tinsaedaniel6527
    @tinsaedaniel6527 2 роки тому +2

    your blessed brother natiy

  • @shashmeneawshokalhwt306
    @shashmeneawshokalhwt306 2 роки тому +2

    wow goftan siyebsu

  • @myiko6554
    @myiko6554 2 роки тому +1

    Maali wansa farfanasa akkas lafara hin gototamu dhisa maalo nuufo issuma orginal nu waya coveri kessan dhisa

  • @djjdjdndnndndndndndjddj6861
    @djjdjdndnndndndndndjddj6861 2 роки тому +2

    Wow Eebbifami