Mashaallaah tabaraakaallaah heddu baredda garu wori harayya hoo obsa mee garamin si dubissa obboleeti koo yero lama dubay dema jete yaltee dhabdde haftee malo mee lakofssa keessan
As wr wb akami nagyaa mii oblesaa ko mashallaa hujii ke bayee namtii tolaa si dubisuu barbadaa kesni akamti si argadhaa ani kani jiruu dubayii garu obletii tiya biyaa jiraa akaa hallaa nafii mijesituu barbadaa akmti si argadhaa obsaa kenaa
❤❤sawsaw Obsaafi ❤❤abiyyaa masrii Eenyutu dafee multi billion dollar fund of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin Nadhii Gammadaa medicine and pharmaceuticals Eegumsaa Bultiinis aswrwb ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Ustaz Kamaal Hibboo
Lakkooffasa ke whasp naa baasu dinani bilbil normal isaani bilbil Kee achile lakkaya Kaa hamaza Damo hinkaasu hinwaama waalh sa a lama oli isaa irraa dawwslle isani laammanu
Warroonni Biyya Egypt deemuu feetan lakkoofsa armaan gadii kanaan 00251911749476 / 00251936310564 nu qunnamaa !!
Keeniyaa hoo?
Amerca.nergitaa
Dubadhu kaa
Saudi 🇸🇦 demu yada akkamii obsa
Masrii 😢😢 maltu bohichaa male
Mashaallaah tabaraakaallaah heddu baredda garu wori harayya hoo obsa mee garamin si dubissa obboleeti koo yero lama dubay dema jete yaltee dhabdde haftee malo mee lakofssa keessan
As wr wb jirtaa Akkaami obolesaa kiyaa kabajamaa Namaa bagaa jiratee Atii namaa kabajaa qabuu tokkoo Garuu Titoki iratii si baresaa jedhee naa sesisuu didee wayee Hamzaa fi Ashitii iratii Amaadi cululee Balee iratii dubataa bakkaa lamatii si argee turee Mucaa iraa gadii bu,aa dhifamaa heduu si kabajaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow Obsa banamera kuwait
Masha Allah ka adda bahun matirra ulfattuus jabatani bakka yaddaan gahuuf obsa barbachissa rabbiin bakka yadeen siha gahu obbolletii tiyya
As wr wb akami nagyaa mii oblesaa ko mashallaa hujii ke bayee namtii tolaa si dubisuu barbadaa kesni akamti si argadhaa ani kani jiruu dubayii garu obletii tiya biyaa jiraa akaa hallaa nafii mijesituu barbadaa akmti si argadhaa obsaa kenaa
Mallaqa hanga meqaa barbachisa demuuf me naaf himii
Aswrwb Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa Mashaa.Allahaa.Mashaa.Allahaa ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤fayyaa malee we organized ida'amuun eegumsi soba Badhaadhinni Qaama beekneen qaama eegnee hiitee +Ethioforrum gaddaa b/c humna dhageeffatu sciences arrabni diina protectect BiranuuNagga Biiroo jibni ifaa tooftaa barnootaa jirraa ilkaan mooyuu kolfaan dugdaaf
Obsa dhira hoo biyyii demu jiraa Yoo jirate rabbi jedhii nati himi❤❤
Mashaa allaa nisi turkii demuu fedhaa banaa jirtii
❤❤❤Aswrwb deemsis dhorkii kophaa deemsarraa mariin ifaa ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Ogeeyyiin fayyaan
Mashalaa
Wlh issiin ijollee cicimatuu O and H
❤❤sawsaw Obsaafi ❤❤abiyyaa masrii
Eenyutu dafee multi billion dollar fund of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin Nadhii Gammadaa medicine and pharmaceuticals Eegumsaa Bultiinis aswrwb ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Ustaz Kamaal Hibboo
Dhirii hoo demuu dandy,aa❤❤❤❤
Video kanaa lalee gafaa biyyaa kotii bayuu yadadhee umii tiyyaa 😢😢😢
Masha Allah Kara garii
Jajabadha obsa garii nama ❤
Walahi wajin bohe ayiiii ng dhaqi
Salamataa maa namaa fihin deebifrn
Turkey Demun Fedhaa Obsa Dhugaa?
Maqaa kiyaa wlh bunee mashallaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashaa ALLAAH ❤❤❤❤🎉
Obsaa Turkii demuf jiaa meqaa namatii fudhataa qarshii hangam nam barbachisaa plese??❤❤❤
Masha alla masha alla jabadha iti fufa❤❤
Mashallaah tabarakallaah❤❤❤
Haqa walii biyyi waltiiksuun❤
Pls obsaa
😭 baay'ee garaa nama balleeysa namni yeroo addaan bahu dhugaa😢😢😢
Jabadhaa rabbiin isiin haa gargaaruu❤❤❤❤❤
Maaloo obsaa keessan dubbaadhu bilbilaa kaasa kaa
Garaa biyyaa turkish erguu ni dandessaani obsaa pls naaf debissii
wahtspii kesan hin kastani obssaa
Anis keniyaan deemuuf jedhaa isiniif bilbilla
Aswrwb.😭😭☝️🤲🤲🤲uufbiyaa.baayuunhinulfaataa💔💔
Yoo kesaan isiin dubisaa maa hin dubanee qoyii
Obsaaa dubaahiidha Awuroppa /Amreka galuu nan danda'a ??? Yo beette nuuf ibsi
mashaalla Allah❤❤❤❤❤❤
Obsa dhifama walin Canada 🇨🇦 hin ergita please
Aniis deemu fedha garuu saudi jira😢
Biyyaa romaa hoo hin jira moo
Wanni yero gababatti dhumu egypt dhaqu mo Canada
Hoji bareduudha
Biyaa, ijibtii, demtiii,,😢😢😢
Egypt illee Biyyaa tatee deemaan😢
Obsa kenya ngy bro
Obsaa rabbii jedhii whsaphiin sii fi hamzaa dubisetin jiraa Naaf debisa
Obsayee nuufii jiradhuu qaalii koo ❤❤❤
Mashaa alaha jabadhaa 👍❤️❤️
welcome bro good job na jabadhu
Gaafa isiin Egypt irraa deemtuus nu beeysiisaa gaa
Ws wr we mashaa Allahaa 🥰🥰🥰
Bilbila maalif hinkaafnere
Yoo iinsni bilbilaanu hin kafatani atti fii hamza Lee
Oduuma kun dhuma jiru amas itti oftan
Masha Allah ❤❤❤
Obsa bibila daretii male hin kaftu imo fi watspii
Kasuu diduu ree
Jajabadha❤
Birrimeeqaatu namageysa
niqebalaa inshaa allah
Maal goti biyyicha deemte 😢
❤Bbs burqa harkiis aswrwb laftis Beekumsii Eegumsaa kanaaf Daguun Eegumsa arguun soba diinaaf Qophiidha gurriis Eegumsaa Eegumsaa aswrwb
Ijbtiin ka'a jiru rakachaa jira ka'a bira itii ergituu
Birr meeqa nama barbachisa
Maafi namati kijabduu yoo namni wastappi sin dunisaan narraa hin dubaatan
Wow ❤️❤️jabadhaa
Hayee
Mashalaa mashalaa mashalaa
Ani Dubai jira garu obbolleti ko akka date naf ergitun barbadee
Masha Allah
Osoon masrii hin deemnee hin dandahuu???
Miriin kun biyya dhaqanuu?
Bayyee.gaallaatomaa
Lakkofsa kee essa argana
Obsaa maalif silakii hin kafnee
Maashallh
Obbsa dhiirii demuu danda.a qarshii meqa gafataa hoo?
jabadhaa
Sudiho ibsa tobe meqati demsifta naf himi
Qarshii Ethiopia meqa deman Egypt
Maashallaa Maashallaa jabadhaa❤❤
Namumaa hin basinaa demtaani argiitanituu mal fayyadamtin
Kesani you si dubisini malifii namafii hin debifne ree
Mashallah mashallah mashallah
Obsaafihamzajabadhajajaboowankoo❤❤❤
Mee. Karaa. Pasportti. Qillensarraa. Ittii. Jijjiradhu. Naf. Himii
Malif demana.biyaa.baqa.biyaa.rakatuu
❤❤❤
Kaan matii hiin qabnee demuu hiin danadayuu
Kijidota lakkooffasa soba maaxxassa yoo nami bilbi isaa bilbil hinkaafatani ummaata taaphanni dhugaa wlh
Mee whatpps amma maqaa kee bakka deemuu barbbaaddu nuuf barreesi
Lakkooffasa ke whasp naa baasu dinani bilbil normal isaani bilbil Kee achile lakkaya Kaa hamaza Damo hinkaasu hinwaama waalh sa a lama oli isaa irraa dawwslle isani laammanu
Instagram sii bilbil dhuga tauu kasi waani jitu nahimi Anisa waani siigaafachu baarbdu siigaafadha kaanagaluti
❤❤❤❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤Karaan Uffataa jabaadhukaa Nyaataanis Dr ilillii internationalist injections DrAbiyyii Ahmed Dubbisi DrNadiya
Obbolleessa ko obsa akam jirta.ani yeman keessan pasporti hin qabu mee akamitin galuu danda,a mee yadda naa keni.
😭
Birri meqaa
😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hhhhh