ቋንቋ ባልችልም ኦሮምኛ ቋንቋ ባለመቻል ለመስማት አያግድም ዘንድሮ የኦሮምኛ ዘማሪዎች ጌታ ይባርካችሁ ገብቶናል የቋንቋ ባለቤት እግዚአብሔር ይባርካችሁ
Natiye this song is so amazing eko,
I'm still listening ❤❤
Birrik belilgn
Wow Natye, your songs are a divine melody that uplifts the soul and carries the power of faith, creating a harmonious spiritual journey. ❤
Naati! Namni waanuma koshooshoola walitti qabe nama Waaqayyoo walin jedhe wal kaba. Animmoo dhugaadha dhugaa faarfatteef nama Waaqayyo Dha ati. Waaqayyo sii haa ebbisu.
,,,,,Waanan sii faarsuufan qaba Waaqayyo.
Eloo jabaadhu atis
when you start singing the grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what i feel ...you are our blessing ..may God bless you with the blessings of heaven ❤
Natye I don't have a word to thanks to love you I swear I can't speak oromigna but I listen always your songs As God is my witness I love you so much Glory to owner of this song may God keep you from any enemy ❤❤❤❤❤❤❤❤ I'm from dilla ❤❤❤❤❤ I hope we will meet...........
Amazing sprit, amazing melody, amazing intro and music composition👌👌God bless you more and more
This diven message what amazing song... kun lubbu soraa ayyana gooftaa siif haa bayyisuu... this Revelation Faarfannaa koo am touched abbo keff beyii Abbatee❤
What an amazing gospel song,The music is so inspiring, I cannot wait to introduce this to our church for our praise and worship... God bless you! YES lord i give all of my heart to you and all my life. Beautiful and Adorable song of praise! I really liked it God bless you!
ተባረክ በእጅጉ ተባረክ እሱ ገታ ጣፋጩን ዜማ ሁሉም የሚሰማውን የሚመለክበትን ያቀብልህ እሱ ለራሱ ያውቃል የዜማ ፀጋውን ያቀብልህ ተባርከህ ቅር ለኔ የተረጋጋ ዝማሬ እወዳለሁ አብዝቶ ይባርክህ
Holy spirit+ your message +Your voice =amazing NATHI you are blessed
Divine melody Faarfannaakoo stay blessed Nathy
THIS SONG SPEAKS DIRECTLY TO ME.....be blessed wendime
Dhuguma faarsitamee ati nati.fayyisuukee ijaan argeera farfannakoo si godheera yesus. Ameeeeeen.❤❤❤❤❤❤❤
Mucaa xinaa fakkatuu Garuu Kan keessaa isati ba,u wan Guudaa. Waaqayyoo baraa jirenyaa kee Mana isaa keessaa sii haa jirachisuu umuurii kee haa dhunfatuu
Eebbifamii nati ❤❤❤❤❤❤
Faaruu Ajaa,ibati Kan kiristoos of keessaati Muulisuu🎉🎉🎉🎉
What a powerful song God bless you, my Brother
Natikoo Gooftaan ati farfaate kun bara kee jireenya kee ha eebbiisu, akkasumati itti fufi amalakee halaan hin jijjiirin hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I am blessed by your song Natiye 🫶🏾🖤
God bless you more 🙏🏾
Wealth Danuu sii bukkeedhaani Eegnaa!! Hedduu Nutii toleraa Afuraa qulqulluu kan Gutamedhaa farfanaa ke you are Blessed beloved brother
My douther love the song ❤❤❤ God bless you berther ❤❤❤ebifami muca waqayoo .🎉🎉🎉🎉
Maaloo jaranaa farfanna kana Yoon malgodheen qufuu danda'a wanbeektaaniin nabukee dhabadhaa yoodandessan issuma dhugaakoon issinin jedha please please. God bless you Nati
Really amazing song ever!Thank you so much bro
Uuufeeeekaa waaqayyoo ko ulfaadhuu naatiko atillee eebbifami farffannaa baayyee jireenya namaa eebbisudha
በጌታ መስማት ማቆም ያቃተኝ ዝማሬ ነዉ ናቲዬ ዘመንህ ይባረክ ዝምብ ብለህ ተፈተህ ዘምር❤❤❤❤
Naatiikoo gooftan waaqaaf lafaa siin haa eebbisu!
Woowww❤❤❤ God bless you Natty❤🫶 what a grace and melody...
Ebbiiffamii natii koo❤❤❤❤
Amazing song God bless U more we love you go head❤❤
Waanan sii faarsuufan qaba😭sababa bay'een qaba😭😭
Wow Farfannaa koo ❤
This Songs is Adorable & Heart Touching.
God bless you
Eebbifami.
ቋንቋውን ባለውቅም ግን በቃ ውስጤን የሚያረሰርስ መዝሙር ናትዬ ዘመንህ ልምልምምምም ይበልኝ
This week my devotion time worship. 🔥 Natty you're blessed!
What an amazing song which uplift the soul may God bless you Natye
Wow amazing song you are blessed 🎉🎉🎉🎉🎉
Amazing gospel song, Blessings bro, more grace🤩
Wow amazing song ebbifami Naatiikoo . Waanan si faarsuufan qaba sababa baayyeen qaba ameen!!!😔😔🙏🙏
Nati I'm blessed by ur song!❤u are blessed my brother
Amen Amen waaqayyoo baraa kee haa ebbisuu❤🎉😢😢😢
Can’t stop listening to this song fr
Natishoo our blessing 🥰
WOW GOD BLESS YOU NaTI! AMAZING SONG! FAARSAAN ATI FAARSITUU YEROO HUNDA HAFURAAN GARA WAAQATI OL NAMA BUTA EBBIFAMII "WAANAN SI FAARSUUF QABA SABABA BAAYEEN QABA" AMEEN AMEEN AYYAANAA KANA CAALUU SIIF HAA BAAYISU
Graceful song ❤❤
Waaqayyoo si ha eebbisuu naty koo❤❤
Waaqayyo si haa eebbisu. Ergan faarfannaa kana dhaga’ee Afaan koo irraa hin buune . It has been playing in my ahead for over a week now. I am like … let this song speak what my heart feels. “Dhaqdhaqiin itti qabame…” uuuu Hallelujah
May God bless you Nati Dhugaa Faarfannaa Laphee namaa senuu dha👌Ebifamii muccaa biyyaa kotii
ተባረክ
thank you for helping us see how marvelous our salvation and God's redemption is
Wow what amazing song of this. Thank you God bless you!
Waanan sii farsuufan qaba.......... amazing song, God bless you bro
Exactly, it's a heart touchable song.May God bless you.
Ufff Eebbifami naatiikoo faarfannaa bayyee laphee namaa qabbaneessu🙏🙏😍😍😍
God blessed you, bro. When I listen to this song, I feel like I am in heaven.
Woow amazing song 😍😍 God bless you 🙏🙏
Natiye ተባረክ። የእውነት ባንተ ስለተገለጠው ፀጋ እግዚአብሔርን አመሰግነዋለሁ ። በተረፈ ትንሽዬ አስተያየት አለኝ በውስጥ አወራሃለው።
ጌታ እየሱስ ይባርክህ ተባረክ በእውነት ተባረኩበት አመለኩበት በመንፈሱ ረሰረስኩኝ❤
Naafiyyee dhuguman Goftaan sii haa ebbisu farra...keeti bayye ebifamera dhagefadhu malee olee hin buluu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯🎧
Natuyyeee ..I was Lifted Up Listening to this Song What a Graceful Song!! EEBBIFAMII HAFI HAADHOOKO❤
Waaqayyo bara kee haa eebbisu ulfina gooftichaa faarfachaa hafi!!!!❤❤🎉🎉
Blessed Nati
Beautiful Song, more blessings Natye🙏
What a song God bless you am obsessed with this song still now🤍🤍
Jechan ittiin ibsu hin qabu naati garuu waa'eekeef waaqayyoon Nan galateeffadha atis gooftaa faarsuuke ittuma fufi jabaadhu
Wow What song May God bless you
amazing gospel song blessing bro
When you start singing grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what ifeel....you are our blessing...my God bless you with the blessings of heaven
Wow Natikoo
what a wonderful song it's , may God bless you nati
Naatii you are such a blessed gospel singer....eebbifamaa hafi!❤
Waaqayyo tuu Kennaa godhee faarfannaa kana karaakee nuuf kenne lahpee korraa farfachaa oola jaalalan hin yaannen dhufte jetti lubbuun koo ♥️♥️♥️❤️❤️🌹🌹
Wow amazing song,thanks❤
Wow 🤩 keep shining my dear 🥰🥰🥰
God bless you my brother nati amazing song 🥰🥰🙏🙏
What a song!!!!
Nati still, I can't stop listening this song.
Farfataa Naty wan bayye siraa egnaa Barbanaa jabadhuuuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Really i inspired alot with the song nati. God bless you.
Waanan Sifaarsuufan qaba
Sababa baayeen qaba..
Halelughah❤❤❤🙌.Bless u More Natiye
Natishoye bless you no words i can't stop listening to this song ❤❤❤
Ebbiffami Bro! Amazing song
Wow what amazing song! Blessed
Aww..What a song God. Tebarek!
God bless you brother Ebifamii dachaa waqaayyoo Baraa Kee haa Ebisuu ❤️❤️
What a heart touching song. Bless you, natisha. ❤❤❤❤
Wow✅ Waaqayyoo Hanga Dhumaatti sii Eebbisu🙏🙏
i can't hold back the tears when i listen the part of "Fayyisuu kee ijaan argeera, Faarfannaa koo si godheera"..Natiye God bless you!
Blessings bro, more grace🙏🏻
…Waanan si farsuufan qaba Sababa bayyeen qaba…. Farfaanna boqoonna nama keenu, afuura nama harresuu fi Abdi namaf kenuu Waqayyoo Innii ayyaana isaa kana sif kenne maqaan isaa ebbifaamu. Kana caala kennan waqayyooo Innii Barabaaran jabbeesse si dhabuu sif haa dabbalamu Natikoo👏👏👏
Wow Amazing song,may God bless you nati❤❤❤
Wow natisha God bless you ❤️❤️❤️❤️
Very blessed song thank you
Waana'n si faarsuufa'n qaba
Sababa baayyee'n qaba
Naatii God bless you more 🙏🙏
Anointed 🤩Broter keep shining 😍
Wow Beloved the grace God bestow to you is precious..keep it..its like a magnet and drows to worship..I can't wait to hear more from you..God Bless You abundantly.
Wow Naty u our blessing . Keep shining
What a song, what a talent! God bless you Nati
Wow! Nati you are blessed you are my favorite singer
So powerful Be blessed bro
Natisho may God bless u more and more.
farfannaa hedduun itti eebbifamedha.
dhageefadhee quufuu hin dandeenye dhugaa yoo xiqqaate si"a 50 ol dhageefadhera garuu ammayyuu dhageefachaan jira
Am just in love although I may not understand the language.but that voice n vibration of that sounds.means alot.Gid bless
I Cant listen to this song without tears 😭😭😭😭my song ...cants stop listening
Uuuuuuuuuuuuuuffffffffffiiiiiiiii waqaayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii
Naty what amazing song bless u bro❤❤❤❤❤
Wow leecaa ko ebbifami baayyee gudaa isaa
Waaqayyo koo guddaa si haa eebbisu! Faarfannaa keetti baay'een eebbifame🎉❤❤❤
Faarfannaa koo ዝማሬዬ
Yesuus iddoo ati dhuftee na baste
Yaadattee lubbuun koo sitti marmite
Dhugaa dha laphee cufaa keessi isaa one
Foolii keen haara’eetu jireenyaaf oole.
ዝማሬዬ
ኢየሱስ መጥተህ እኔን ማንሳትህን
ስታስበው የሙጥኝ አለች ነፍሴ
ባዶ ምድረ በዳ የሆነውን ልብ
ባንተ ሽታ ታድሶ ህይወት ሆነለት፡፡
Waanan si faarsuufan qaba
Sababa quubsaan qaba 4*
ለመዘመር ምክንያት አለኝ
በቂ ምክንያት አለኝ4*
Jaalala ani hin yaanneen dhufte gara koo
Jaalala cubbamaa mararfatu
galmi koo si’ooliif kaadhimamee
Du’a lubbuu keetiin geeddarame
ባላሰብኩት ፍቅር መጣህ ወደ እኔ
ለሃጥአተኛ በሚሳሳ ፍቅር
ለሲኦል የታጨው መድረሻዬ
ባንተ ሞት ተለወጠ አድራሻዬ
Waanan si faarsuufan qaba
Sababa quubsaan qaba 4*
ለመዘመር ምክንያት አለኝ
በቂ ምክንያት አለኝ4*
Dhaqdhaqiin itti qabame
Iddoon itti haa kufuuf eegame
Irree kee jabaan na baastee
Ilma kee gootee na waamte
Fayyisuu kee ijaan argeeraa
Faarfannaa koo si godheera.
ከተያዝኩበት ረግረግ
ለውድቀት ከተጠበቅሁበት
በታላቅ ክንድህ አወጣኸኝ
ልጅህ አድርገህ ጠራኸኝ
ማዳንህን ባይኔ አይቻለሁ፣
ዝማሬዬ አድርጌሃለሁ፡፡
Bro nice job. Blessed
0:44 0:45
Eebbifami nati
Adda dhugaa 😢😢😢
Ameen Ebbifaami💯