dhuga keti lubu tiya ijoleni kani hara male kani boru hin yadu ani dhuga rabi waga sadeti amma sudi jira mana iddo lamati ijaradhe toko kessa tahudha toko kiresachudha hori alatisi bitadhe abani mana koo suqi hojedhu jedhe bane hara osoni galle anii akka asi jiruti jiradha namani kani hara male kani boru hin yadu ufata hayanatani qayatuni fayida qabu
Abboo nu dhisii hini sobini malifi jenani dura mafi biya bayani kaa jijirama finee nama samu doqoroti biri nama nyachise kee maratu ok huda miti mali biya gale jirata turee
Nuti oromoon gidee boyuu malee Alhamdulhi jechuu hin beynuu kanafu nuu taruu didee😢😢 hirara qofa
Maatii naaf taha ijoollee oromoo warri qabdan koottu nan jedha isin tahaa anis mana koo koottatti❤❤❤
Mucaa jiruu nuti hin hadheesin akkasumati obsine jiraana 😢😢
Wollay jechi Abdii dhuguma garuu Anu arge JIRA dura hin debi.u jedhe badiya jirachu na ulfate Amma debi.e
Yeroo biyyaa araba geessaan akka waan biyyaa Abbaa keessanittii jiraattuu har'aa malee boriif hin yaaddanuu gadadooo keessaa dhuftaan hin yaadattanuu kanaaf gaafa qavamtanii galtan maraattaanii kaa gabbiidhaan liqifamtuu!!!!
Boruu hin beekneen Qodaan bokuu ishee 9 jedhuu mitiree!!!
Waan olka'aan ol ka'anii fuudhuu jedhaamaa yaa shamarraan keenyaa yeroo biyyaa ormaa jirtaan yeroo hojii qabdaan dhiiraattii erguu dhiisaa ofii keessaanii of ta'aa!!!
dhuga keti lubu tiya ijoleni kani hara male kani boru hin yadu ani dhuga rabi waga sadeti amma sudi jira mana iddo lamati ijaradhe toko kessa tahudha toko kiresachudha hori alatisi bitadhe abani mana koo suqi hojedhu jedhe bane hara osoni galle anii akka asi jiruti jiradha namani kani hara male kani boru hin yadu ufata hayanatani qayatuni fayida qabu
😢😢😢😮😮
Wallaahii dhugaa keessani
Abdisha.wli.dhugaa.jetee.anuu.galee.waan.baay.ee.argee❤❤❤❤❤❤❤😢🎉
Yaa Rabii nuu satar😢😢
Dhugaa keetii
Dhugaa ketii❤❤🎉🎉
Abboo nu dhisii hini sobini malifi jenani dura mafi biya bayani kaa jijirama finee nama samu doqoroti biri nama nyachise kee maratu ok huda miti mali biya gale jirata turee
Dhugaa😢😢😢😢😢😢
Subahalalla 😢😢
😂😂😂😂😂😂 rakkane
Tishi kijiba arsii qorsoma oromiyanu arsifi jirti wlyi wlyi
Dhugadhaa
Dhugaa keetii walay muniraa
😢😢😢😢😢😢😢dhugaa
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂kkk
Matii nafi ta'a kota
Atille matii naf ta,ii matii sif ta,aa anis ❤❤
Atillee matii naa tii sii taa
Dhukaa ketii