2019 New Oromigna Music /SHARIKEETOO /WEELLISA BOHARAA BIRHAANU/

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 19 жов 2024
  • Ethiopian Music and Entertainment
    2019 New Oromigna Music /SHARIKEETOO /WEELLISA BOHARAA BIRHAANU/

КОМЕНТАРІ • 420

  • @sanyiitube894
    @sanyiitube894 5 років тому +15

    Maal aabboo bohaaraa koo sagaleen kee akkam bareedaa walaoof yeedaloon kees 1ffaadha waan ofii koo jaabaadhu!! Mee warri jaallatan like godhaafiimee

  • @samerasamera4764
    @samerasamera4764 4 роки тому +3

    የድሮ ሰላሌ በዘፍን አንደኛ ናቸው ሲባል እውነት
    አይመስለኝም ነበረ የሀገሬ ልጅ በርታልኝ በቀን እንደ ታዘዘለት ሰው ሙዚቃህን ሳልሰማ አልውልም በጣም ነው የምወድህ ❤❤❤❤❤💔😍😍😍

  • @zufanisabontusalalesabontu1105
    @zufanisabontusalalesabontu1105 4 роки тому

    Wowwwww baay'ee baay'ee bareda qashitiko baharu kenya ilma biyaa koti nufi jiradhu qerensa wabari koo uuuuuuuuuuuuupppp💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @እግዚአብሔርፍቅርነው-ሐ2ኰ

    የሰላሌ ጀግና እፍፍፍፍ የሰላሌ ልጅ ባልሆን በቅናት ድብን ብዬ ነበረ የኔ ምርጥ ትንሹ ❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘

    • @naaimahamed655
      @naaimahamed655 4 роки тому

      wawww Dhugaa keetii. onnee 👍👍👍❤❤❤💯

  • @fatrihoyebetsabochenhadara7366
    @fatrihoyebetsabochenhadara7366 5 років тому +3

    Uuuufffff ilmaa oromoo akkam akkan sii jalladhuu rabii urmii sii yaa dhersuuu sagalee kee akkam barredaa ......dhugaa ketiii nyarra hadateee......ufffffffff akkm ....baredaaaa 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘❤❤❤❤✔✔✔✔✔✔

  • @lammituulammiiforomo8812
    @lammituulammiiforomo8812 3 роки тому

    Jabadhuu oromitichaa kenyaa💚💚💚💚💚🌳

  • @jituuoromiyaa3705
    @jituuoromiyaa3705 5 років тому

    wowowowoow #Oromooo koooo waan ofii koooo dhugaa keetim qomooo kooo Nuuf jiraadhuu

  • @najatmohamed8514
    @najatmohamed8514 5 років тому +1

    ዋውውውውውው baay'ee Namatti tola. Sirbi ke kan salaleen bu'u male jedhu baay'ee jalladheera jabadhu jajjabe

  • @HuaweiHuawei-mt1vp
    @HuaweiHuawei-mt1vp 4 роки тому +2

    Jabadhuu, Sabonaa, Oromoo,, 👍👍💪💪❤️❤️😍😍

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 3 роки тому

    Qallaakoo Sanyii hacee kooti❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤🎤🎧🎧 jiraadhu nuuf lafeekoo sirbi kuni na maraara waa baayyee of keessa qaba.....😥😥

  • @walihinqoqodina7064
    @walihinqoqodina7064 5 років тому +7

    Wowowowowowowowo Jajabee koo naaa jiraadhuu Oromo koo ittii himi jarrii hin dhageessuu saarrooni ofii hin beeknee kuni Nuuu jiraadhuu Saboonna Oromo Dhugaa keeti Qoorichii ishee Nuumaa Harka jiraa waalini biyyaa ishee baasnaa biyyaa isheeti haaa galtuu finfinnee gadiidhistee Haqaa qabna Abashaan du'an finfinnee kajeelti

    • @sofiakhalil4871
      @sofiakhalil4871 5 років тому

      Wwowwwwwwww❤️

    • @nadiakemaldisasa6894
      @nadiakemaldisasa6894 5 років тому

      Maqaankee naaf ta'e
      Social media irratti otuun siargadhee baay'een gammada, wal hin qoqqoodinaa 😍

  • @tigistweyessa7092
    @tigistweyessa7092 4 роки тому +2

    Nuee wall hintaanu miltoo good job QERROO !!💪💪💪❤

  • @netsitube8346
    @netsitube8346 5 років тому +20

    የኔ ጀግና ስወድህ እኮ
    የ ሰላሌ አንበሳ ሰኚ ኮ ሲንጃለዳ❤️❤️❤️❤️my endless love

  • @dokitoriliyuuyesuswallagga8375
    @dokitoriliyuuyesuswallagga8375 3 роки тому

    Bareedaa oromoo koo nufi jiraadhu qomoo koo akaasi malee Lencaa koo nufi jiraadhu
    Lubuu koo💚❤💚❤💚❤🐅🐅🌳🌳🌳🇪🇹🇱🇧🇦🇪💚❤💚❤💚❤✅✅✅✅✅✅✅✅

  • @leencawaabeegamaa9572
    @leencawaabeegamaa9572 5 років тому +3

    wow heddu namatti tola gumacha kee itti fuufi
    ijoollee oromoo gara fulduraatti

  • @ህይወትህይወት-ፐ5ኰ
    @ህይወትህይወት-ፐ5ኰ 5 років тому +11

    ወይኔ የድምፁ ፍቅር አዙሮ ሊደፋኝ ነዉ እስቲ ባካችሁ ለሰዉ መድሐኒቱ ሰዉ ነዉ መላ በሉኝ የት እንደማገኘዉ 😨

  • @abrhamaleemu3546
    @abrhamaleemu3546 5 років тому +2

    ዋውውውውውውውውውውውው ምን አይነት ዘፈን ነው በፈጣሪ 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @masiisaanyiihacaluuhundees5191
    @masiisaanyiihacaluuhundees5191 5 років тому

    Wow bareeda ilmaa oromo saanyii hacaluu hundeessa sagaleen kee baay'ee namatti tola jabadhu itti fufii qaxalee qeerroodha

  • @kiyyaa472
    @kiyyaa472 4 роки тому

    boharaa, sagalee bareedaa qabda jabaadhu.

  • @amartiialamaayoo695
    @amartiialamaayoo695 5 років тому +4

    Uuuuuuuuffff hawiin koo oromoo bilisomee argudhaa turee amaa garuu argee yaa waqaa umaa siif haa galatuu akaa barbanetii siribinaa afaan kenyaan dubaan lelelelel uuuuuuuuphaa oromo koo❤💛💚💜💟💋💋💋💋💋👌👍👌👍👌👍👌

    • @sablemi5987
      @sablemi5987 5 років тому

      Kanaa alaabaan keenya?? 💚💛❤️???
      Isa kana alaabaan oromoo ❤️💚❤️

  • @fatiyagalatu5421
    @fatiyagalatu5421 5 років тому +2

    Baay'ee nama tola jabadhuu saanyii koo💖💔❤❤💕❤💚💚💚💘💘💞💞💞❤❤❤💖💖💖

  • @ofinbontuuintalaasalallee1101
    @ofinbontuuintalaasalallee1101 5 років тому

    Wwwwwww qommo koo jaajabadhuu umuri nuf dheradhuu gota kenyaa bayee namati tollaa galatomi ❤❤❤❤❤❤❤

  • @حسنحسن-ق4ق9ك
    @حسنحسن-ق4ق9ك 5 років тому +2

    Uuuuufff waan ofii koo sagalee kee na bojii'e😍😍 😍😍😍...

  • @abrhamaleemu3546
    @abrhamaleemu3546 5 років тому +18

    እመኑኝ ኦሮሞ ሆኜ ባልፌጠር ይደብረኝ ነበር የራስህን መውድ ዘረኝነት አይደለም😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @abdiikoowaaqqaayyoodha1052
    @abdiikoowaaqqaayyoodha1052 5 років тому +1

    Wwwooo saanyii koo baay'een Sijaalaadha qomo koo jabaadhu baay'ee bareeda ❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍

  • @asebiru3193
    @asebiru3193 5 років тому

    Lencaa oromiyaa keessa nuuf jabaadhu rabbin sagale baay'ee bareeda siif kenee jabaadhu 👍👍👍❤❤❤👍👍👍👍👍👍

  • @mariyamseenaa9981
    @mariyamseenaa9981 5 років тому

    Wowowowowwww sabonaa keeyaa nu jiradhuu oromo koo bayee bareedhaa jabadhuu igodhaanuu dhugaa badhenii sii tii dhemaa koo harkaa rabii jiraa 💕💕💕💕💕💕💕💝💝💝💝💝💚💚💚💚❤❤😍😍

  • @nadiakemaldisasa6894
    @nadiakemaldisasa6894 5 років тому

    Sanyii Taaddee Birruu
    Sanyii Agarii Tulluu
    Sanyii warra dhiirotaa ilma abbaa gadaa jabaadhu itti fufi kormee koo, rabbiin diina sirraa haa eegu 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @kennaaraggaasaa9587
    @kennaaraggaasaa9587 5 років тому +8

    wowow qashtii koo baayee baredaa jabadhuu qomoo koo 👍👍💖💖💖💃💃💯💯💯🎤🎤💔💔😍😍😍

    • @sahayethopiyaameen5334
      @sahayethopiyaameen5334 5 років тому

      Bayee bareedaa ilimaa oromoo

    • @SsSs-by2yp
      @SsSs-by2yp 5 років тому

      Wow wow wow bayyee namatii tolaa dhugaa sagallee kesii bayyee namatii tolaa

  • @seenaadhugoo7127
    @seenaadhugoo7127 5 років тому +2

    Sagaalee kee bareedduu kana Sirbootta kee ijjoo kana Uuuuufff Lammii koo Waqaayyoo kan beekuumssaa siiff keennee yaa Galaattoomuu !! Umriin kee yaa dheeraattuu !!!!

  • @merygermeme9000
    @merygermeme9000 5 років тому +4

    Wow sanyii bayyee namattii toolaa jabadhuu😍💖💚💖

    • @jemilahusen3715
      @jemilahusen3715 5 років тому

      Wowowo yaa shariikee jetee maljechudhaa adaraa bayyeen si jaladhaa sanyikoo!!!!!!!!!!!!!!!

  • @wzbestobsinetagaarfahussai2640
    @wzbestobsinetagaarfahussai2640 5 років тому

    Waww hedduu namatti tola sabboona keenna hedduu galatomi umri dheeredhuu qali

  • @sifanalemayew1619
    @sifanalemayew1619 5 років тому

    Waw qacaleee ko bayeee baredaa sagalee ke sirba ke bayeee jaladha jabadhuuu 😍

  • @kebijrfayisa2259
    @kebijrfayisa2259 5 років тому

    waawa akka namatti tolu Ani garuu mucaa kana nan dinqisifadhaa.....jabaadhu kormee sanyii ofii

  • @oromiyaabiyyaaabbaakoojitu161
    @oromiyaabiyyaaabbaakoojitu161 5 років тому +2

    Wow wow baay,ee namatti tolaaaaaaa sagaleen kee namatti tola bohee💖💔💓❤️💜🖤💝💖💗💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @SaymonSaymom-ie4ti
    @SaymonSaymom-ie4ti Рік тому

    wawo namati tolta jabako nuf jiradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdiyusuf5378
    @abdiyusuf5378 5 років тому

    Bayyee namatii tolaa qeerroo koo jabadhu

  • @SummayyKooo
    @SummayyKooo 4 роки тому +1

    Siraa naa.qabeee.wiiyyyy🤭🤭🙆‍♀️🙆‍♀️

  • @ambogaraagalggalaa7747
    @ambogaraagalggalaa7747 5 років тому

    Wowowowoowo Sabonaa kenyaa Qeroo sagalee kirolee jabadhuu jajjabee koo sirbikee heduu namaatii tolaa❤❤❤❤❤❤

  • @harmeetoosiinyaadee3592
    @harmeetoosiinyaadee3592 5 років тому

    Wwwwwwoo baredaa ilmaa salalee dhugaa ani bayyeen sii jaladhee akkam namatti toltaa qaxxalee koo❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤

  • @zenabz622
    @zenabz622 5 років тому

    Wowowo nufaa jiradhu saboonaa kenyaa biqiilaa oromiyaa 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @ggvggf3672
    @ggvggf3672 4 роки тому

    Wwwwwww baay'ee bareeda jabadhu

  • @ethiozone1366
    @ethiozone1366 4 роки тому +2

    This guy is number 1..ዘፈን ምለት እንዲ ነው,,,

  • @naniyeambolij871
    @naniyeambolij871 5 років тому +16

    Ijoo mucaa kana jaalalli isaa osoon hin beekiin na😍 macheesse maal jette mee?

    • @rabbitokkchadureettiijamaa7894
      @rabbitokkchadureettiijamaa7894 5 років тому +1

      kkkķk jaalalii mucaa irraa si'ii qabe

    • @naniyeambolij871
      @naniyeambolij871 5 років тому

      @@rabbitokkchadureettiijamaa7894 ee waaq maal naa wayyaa 😛

    • @nadiakemaldisasa6894
      @nadiakemaldisasa6894 5 років тому +1

      @@naniyeambolij871
      akka sificcisiisu ittan siif hima , intala amboo + gurbaa salaalee waliin walitti isin idaana

    • @leensaanagaasaa6047
      @leensaanagaasaa6047 5 років тому +1

      Ilmaa oromoo kanumaa jalataniidhaa

    • @biftuumammaad4016
      @biftuumammaad4016 5 років тому +1

      Nani ye Ambo lij .Analee akkasumaa naa jiraa 😁😁😁😁

  • @naniiamza1484
    @naniiamza1484 5 років тому

    biqila biyyaa koo jabadhu rabbitu sibira

  • @bintubintu334
    @bintubintu334 5 років тому

    Wooooooow sabbona kennaa jabadhuu bayyee namatti tolaa 💗💗💗💗💝💝💝💝💝💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @amartiialamaayoo695
    @amartiialamaayoo695 5 років тому +1

    Wowowow qorichii kee naa harkaa kikiki itii himii hojii ishee

    • @hassaneinsater5800
      @hassaneinsater5800 5 років тому

      Wwwwwwwwwe❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍

  • @kiatekele8856
    @kiatekele8856 5 років тому

    Sabonako bayee namati tola jabadhu sanyikoo💓💓💓💓💓💓💓💘💘💘💋💋💋💋

  • @gemechubiftu9993
    @gemechubiftu9993 5 років тому

    waaawu.........jabaadhu sagalee kee kiilolee kanaan kan kana caalu sirraa eegna!!!!

  • @tigistabebe1592
    @tigistabebe1592 5 років тому +3

    Wwwwwwww saboonaa koo jabadhuu bayee namattii tolaa💋💋💋💋💋💋💋💋💋💘❤❤❤💘💘

  • @fayiseadugna2300
    @fayiseadugna2300 5 років тому

    Wooow baye baye bareda sanyii koo 4 1 2💗💗💗💗💗💋💋👈

  • @SaraSara-iv7xx
    @SaraSara-iv7xx 5 років тому

    Wowww baay'ee namatti tolaa waqayoo umrii kee si yaa dherisuu itti fufii amalee

  • @yashitasfaye9194
    @yashitasfaye9194 5 років тому

    Baayy.ee namati tolaa jabadhuu qeroo kenyaa kanumaa calaa

  • @helendebebadayb1986
    @helendebebadayb1986 5 років тому

    Jabadhuu lecaa kenyaa

  • @fiqriinee1316
    @fiqriinee1316 5 років тому

    Wowowowowowo bayee baredaa dhugaa sagaleni kee jalala naa qabasisee
    Nuu jiradhuu ormoo koo😍😍😍😍😍😍👏

    • @abudabiiu2319
      @abudabiiu2319 5 років тому

      Woww jabadhuu baayee namati tolaa sirbii 😗😗😗😗😗😗😗😗😗😍😍😍😍😍😍

  • @romanfikir4749
    @romanfikir4749 4 роки тому +1

    Wowww mirti new

  • @askale1238
    @askale1238 5 років тому

    Wowowowo qashtiidhuguma keet jettee baga ituma nuuf dabalii itti nuuf himimee qomokooo

  • @yeroosanarsii5473
    @yeroosanarsii5473 5 років тому

    Jabaadhu baayee dhamsaa guddaa qaba sirbaa kee shagara galuufani yaa karaa nan dhumtuu jedhus baayeen jalaadha galatomii😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😅🎶🎶🎶🎶🎶

  • @michugamachu5726
    @michugamachu5726 3 роки тому +1

    Oh my God I like this guy he is number one what happened to him ❤️❤️😍🤩👌🏾👍🏾👍🏾👏🏾👏🏾❤️

  • @simbootaawidooetophy8305
    @simbootaawidooetophy8305 4 роки тому

    I Love you baayee naamatii toolotaa qeeroo keenyaa ❤❤🧡🧡❤🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡

  • @kidkid1772
    @kidkid1772 5 років тому

    Wow waan ofii Abdi noru jaajjabadhu sagalen kee bayye bareeda💋💋💋💋💋💋

  • @oromiyabiyyako4817
    @oromiyabiyyako4817 3 роки тому

    wow jabadhu lenca kenya 😍😍😍😍😍

  • @buzebishoftu1156
    @buzebishoftu1156 5 років тому

    ወይኔ ይህ ልጅ ስወደው እኮ wellistoota leellisee hin beeku ati garuu garaa na seente bohara. U are doing a great job keep it up bro 👍❤👌❤👍❤❤👈

  • @sifantaye1799
    @sifantaye1799 5 років тому

    Baayye namattitola jabadhu saboona keenya

  • @hatamsamad6864
    @hatamsamad6864 5 років тому

    Jabadhu kode koo baye baredadha nuuf jiradhu 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰

  • @eskanderok171
    @eskanderok171 5 років тому

    Uuuufff hin godaanuu dhugaa badhaatetan siittiii adeemaa, uuuffff nuufff jabbadhuu

  • @SaSa-jx7ft
    @SaSa-jx7ft 5 років тому

    Woooow B/B namatii tolaa jabadhuu qashtii ijoollee Shewaa Biyyaa kotii !!!!

  • @bareduuoromooasnaakuu7151
    @bareduuoromooasnaakuu7151 5 років тому

    jabadhuu Bohaaraa Kenyaa Bayee Namatti Tolaa💋💋💋💋💖💖💖💖👌👌👌👌👈

  • @jirraharas5485
    @jirraharas5485 5 років тому

    Jabadhu Sanyii koo bayy'ee namatti tola 👌👌👌💋💋💋💋

  • @mayaamayiti1736
    @mayaamayiti1736 5 років тому +2

    Jaalaalii mucaa kana irraa naa qabee maalumaa naaf wayyaa garu
    Keessatu sirbaa isaa
    Dhangagofituu jedhu yeron dhagefadhu
    Maalitu maala mee

  • @harargeebiyaakooimfromorom276
    @harargeebiyaakooimfromorom276 5 років тому

    Warii Kee abarsaa hin qufuu atilen Hodaa hin bektuu😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @billkismohamed3397
    @billkismohamed3397 5 років тому

    Wowowo Bayee Namati tolaa jabadhu 😍😍😍😍😍💋💋💋💋💋💋💋

  • @jiruafanwolale2418
    @jiruafanwolale2418 5 років тому

    Wowww baayyee namati tolaa jabadhu sanyii oromo itti fufii 💪💪💪💪💪❤❤❤💙💙💙💚💚💚💜💜💜

  • @seenaagirmaa5694
    @seenaagirmaa5694 5 років тому

    Uuuffff yaa ilmaan abaa gadaa kanumaaf nuu bonsuitaan adaaf afaan kenyaan nuuf jiradhaa

  • @laliseeyeetewahidoliij2586
    @laliseeyeetewahidoliij2586 3 роки тому

    Qashttii nama sagaleen kee bayyee bareedda sabonnaa oromoo

  • @yeerroosaanyeerroosaan882
    @yeerroosaanyeerroosaan882 5 років тому

    Qeerroo jaja eekoo bagaa nagaan debitee wowo hbaredaa 💖💖💖💖❤️♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️💖♥️💖

  • @camiindriani3537
    @camiindriani3537 5 років тому

    Wowwwwwwwwwwww baay'ee baredudha jabadhu yaa lammii koo💚❤💚

  • @እግዚአብሔርፋቅሪነውአሜን

    Wwwwooo Qacalee ilmaa Jabadhuu ijaa Siraa Haqabuu Sabonaa Kenyaa 😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤

  • @بسبس-م4غ
    @بسبس-م4غ 5 років тому

    WOWW bayee namati tolaa lamii ofii jabadhuu

  • @hailebogale1063
    @hailebogale1063 5 років тому +1

    I Am Amhara I Love Oromo Music Really Timely!!! Wow What An Emotional Songs weellisa Boharaa Birhaanu/
    Keep It On You Touch My Heart Deeply Absolutely Brilliant $ It Was An Example For All.

    • @MomoMomo-db5cq
      @MomoMomo-db5cq 5 років тому +1

      ዋዉ ዋዉዉዉዋዉዉዉዋዋዋ የሀገሬ ልጂ

    • @MomoMomo-db5cq
      @MomoMomo-db5cq 5 років тому +1

      👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👍👍👍

    • @Mimi-xz3wn
      @Mimi-xz3wn 9 місяців тому

      😢😢

  • @oromiyyaak4715
    @oromiyyaak4715 5 років тому

    Wowowo Biiree Sabboonnaa oromoo nuuf jiradhu wan ofii❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💕👌👌👌👌👍👍👍👍👆👆 Rabbii si birraa haa jiraatuu

  • @oroyoutube4044
    @oroyoutube4044 5 років тому

    Wwwwwwwwwwww baayyee bareedadha jabaadhu
    Shagar galuufanii yaa karaa nan dhumtu....

  • @abdiigemeda4223
    @abdiigemeda4223 5 років тому

    Olfuudhi hurgufi jedhiin.....hedduu bareeda dhiiroo

  • @jaabiriyeibnumohaamed8
    @jaabiriyeibnumohaamed8 5 років тому +1

    wow bayye namatii tola dhuga❤

  • @asaantiyeearsii9417
    @asaantiyeearsii9417 5 років тому

    Wawwwwwwwwwwwaaawa
    Heduu namatii tolaa Jabaadhuu Gootaa koo

  • @obseorotube2489
    @obseorotube2489 5 років тому +1

    Wowwww Baay'ee namatti tolaa jabadhuu sabboona keenyaa 😘👍👍👍

    • @m.skarmm9848
      @m.skarmm9848 5 років тому

      Wow jabadhuu sanyii namaa

    • @savc5797
      @savc5797 5 років тому

      Jiraadhuu leencaakoo itti galtuu warraa ofin hin beeknettii

  • @duniyaaabaakiiyyaa7009
    @duniyaaabaakiiyyaa7009 5 років тому

    👍👍👍👍👍👍👍 nufi jiradhuu umurii dheradhuu yaa laammii ofi

  • @mestatmesratt2524
    @mestatmesratt2524 5 років тому

    Wowwwwwwwwww Ilmaa Saabbaa Hikaa Guuddaa qabaa Galtomii Jabadhuu

  • @arsiiarbaagugu7628
    @arsiiarbaagugu7628 5 років тому

    Jabadhuu sabonaa baay'ee gaaridha.

  • @kamiseetube2472
    @kamiseetube2472 5 років тому +2

    Bareeda jajabaadhu ❤❤💚💚❤❤

  • @kasshkassh5807
    @kasshkassh5807 5 років тому +1

    Baayee namati tolee sanyii ofii sirbooni kee akkuma maqaakeetii bohaarsiitootaa umurii dheeradhu 🛅

  • @seyoumhailu1883
    @seyoumhailu1883 5 років тому

    Wow baayeee namatti tola Bohaaraaa keenya, jabaadhu, sanyii Taddee Birruuu!!!!

  • @biranesarbisa2717
    @biranesarbisa2717 5 років тому +1

    wooooooooow baay'ee namatti tola❤❤❤❤💓💓💓💓💓💚💚💚😍😍😍😍

  • @HuaweiY-iu4sb
    @HuaweiY-iu4sb 5 років тому +1

    Uuffee barddaa koo jiradhuuu hamtunii si hin argenii

  • @leensaanagaasaa6047
    @leensaanagaasaa6047 5 років тому

    Nuf jiraadhuu jabaa keenya umrii dheeraadhuuu

  • @helengetachew6652
    @helengetachew6652 5 років тому

    Endante Yale jegna slalen kurat ysemanal berta👍👍

  • @jesusjesus6216
    @jesusjesus6216 5 років тому

    bayee. namti. tolaa. jabaadhuu sanyii

  • @obsiiyaagaraakoosii4823
    @obsiiyaagaraakoosii4823 5 років тому

    uuuuuuuffffff mucaa kana bayeen jalaadhaa uuff sagalee saa

  • @chaltuumangistu9769
    @chaltuumangistu9769 5 років тому

    Bayyee namati tolaa sanyiikoo nuf jiradhuu😍😍😍😍😍😍😍

    • @lailali7575
      @lailali7575 5 років тому

      wwwwwwwwoooo jabadhuu sanyiikoo

  • @sifanfitesa2256
    @sifanfitesa2256 5 років тому +1

    Number one