Bagaa demtee galaani jalala yoo kan ta'e hal 2 jaladhe hal2 jalachu an siraati jile demii jalalan komadhe .great massage &it's my favorite music .10q for sharing this G.B.Y DAWTE B.G from ong kong.
Dawitee sin jaaladha Garuu welleen tun ta shaffis aaqili! When he sang this snot it was all I could listen because it is most most favourite all songs in the world. You shouldn't have taken it away from him, he is very talented growing artist. You we're suppose to help him grow.
``Bagaa deemte galaani jaalala yoo akkan ta,ee ani nama jaalachuun sirrati jiile deemi jaalalan komadhee bye bye………………..garaa koo sosobadhee dadhabee yoo gaalani kiyyaa akkana tahee `` Really it great message for those knowing what it means love .this song it bring tears into my eyes!!!!!
Dawite ko sirbaa ke kan yoo dhagefadhu heedu keessa Ko na dhipisaa sababnis mucaa akka lubu kotii jaladhuun waani gargari bannefi baga demtee galani jalalaa yoo kan tahee 😢😢
Daawwee koo sirba kee kana yemmuun dhagayu yeroo ijoollummaa koon ofduubatti deebi'ee yaadadha,
Sababnis sirboota kee dhaggeeffachaan guddadhe.
Waggaa 💯 naaf jiraadhu Daawwee koo🙏
Daawitee ijoollummaa kaaseen si caqasaa guddadhe. Ati weellistoota Oromoo tarree duraa keessaa tokko. Umrii dheertuu fi fayyaa guutuu Waaqayyo siif haa kennu! 🖤❤🤍
You paid unmeasurable price in the development of Oromoo music thanks so much
Bagaa demtee galaani jalala yoo kan ta'e hal 2 jaladhe hal2 jalachu an siraati jile demii jalalan komadhe .great massage &it's my favorite music .10q for sharing this G.B.Y DAWTE B.G from ong kong.
Wel -Come Dawite Mekonnin!! Ammaayyuu Bayy'ee Sii Jalaana Sirbaa kana Baayy'een jalaadha jetee Gafiif debbii kessaatti Yoo deemtes Gaaf tokko hin Dhuftii Jalaala Hin Komaattin
akkasii sabona keenyaa bayee namatii tolaa jabadhu ilmaa oromo
Dawitee sin jaaladha Garuu welleen tun ta shaffis aaqili! When he sang this snot it was all I could listen because it is most most favourite all songs in the world. You shouldn't have taken it away from him, he is very talented growing artist. You we're suppose to help him grow.
bayee bareeda
Abdii kamaal
Dawwite sirba kanke hunda nanjalla hedduminan baga demte kan jedhufaan bayye baayyee natti tolaa saha 24 yoon dhaggefadhe hin qufu
أم خالد kppp Sabina promo
Sirbaa ajja.ibbaatiii Dawwoo koo onnee orommo taa keessaa jirtaaa❤❤❤❤❤
Love this song ......dawite saboonaa oromo nuf jiradhu
Wonderful man so nice music Dawit I like it 😀
wowowowow dawitti bayee nati tolee galtomii garaa koo jabbadhu jajabadhu😢😢😢😢💖💋💖💋💖💋💖💋👌👌👌👌👌👌👂👂👂
Yasmeen Allhaa yii marikii
wow wow dhugaa
Keeti Galatoomii
Bayee Namat Tola
Jabaadhuu 🙅
Baga deemte galanni jaalala yoo akkana taate. Really anaaf sirbite isa kana dawwit kenna
wooooow! outstanding! Jabadhuu jajjabee keenya
Haya Daawwitee, ni bareedda, iji nafxanyaa budaa si hinargin. Nigubattii. Hintalli baayyee bareeddi, atis ni bareedda.!!!!!!Sirbis ni bareeda!!!!
Wowow oromo koo sinjaladha muziqa kee namati tolaaa😙😚😚😚😚😙😙😚😚😙😚😚😚😘😍😍😍😍😍😍😍😘😘😍😘
Selam
dhugga maa kee jeete
Dawe koo waanuma sirra gahee natti fakkaateen sii gaddaam
wow Bayeee midhaga dawitee kanyaa sabonaa
wowowowowowo bayee bareda
dhaa siirba kana bayee jaladha bayee natti tola
jira dawite umuri dhera jiradhu
Kilipii Baay'ee Nama Tolu❤💚❤💚
Jabaadhu Leenca ko Hamaan Sin Argin🤲
bagaa demee jalalee kiyaa aman gahuu yaa arguu uuuuuuif argaa jalalaa 😍😍😍😍😍😂😂
❤❤❤❤❤ it is fresh every time❤
Yeroo sirbaa kee dhaghuu ijoluma koon yadadhaa dhugaa ❤
Jaalala ijoollummaa nama yaadachisa. Namatti tola. Daawitee keenyaa galatoomi
wowwwwwwww❤❤💋💋💋💋👍👍
Fugt6 Gug6
Jiraadhuu umrii dheerina fi fayya sii haa kennuu dawwitee koo
my favorite song realy it's touch me like.......... dawite u do gud job we thnk you for u reales dis song
is anyone else from 2024 🎉🎉
wowwww bayee namti toola sirbii kee👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Dawete kan bayeeeee nama hawatuma music kee gallatomi Ammas it Nuuf dabalii saboona keenyaa
❤❤❤daawwee sin boonaa nuf jirdhuu
``Bagaa deemte galaani jaalala yoo akkan ta,ee ani nama jaalachuun sirrati jiile deemi jaalalan komadhee bye bye………………..garaa koo sosobadhee dadhabee yoo gaalani kiyyaa akkana tahee ``
Really it great message for those knowing what it means love .this song it bring tears into my eyes!!!!!
Namin jaalalaa hin beeknee bagaa deemtee isho
Bagaa
Bagaa
Bagaa
Demateeeeeeeeeee
Aragake. (S)
Ijaa dinaaa sirraa ha qabuuu Dawiteee kennaa
Galaatomii bayee namatii tolaa👌👌👌👌👌👌👌👌👍👍👍
WOw beautiful and powerful! Great song
dawitee kiyya bay'ee galatomi sirbaa kan bay'ee jaladha nuu jiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Barrii suun nafooti dhufee
Baga deemte galanni jaalala yoo kana tae muudannoo koo barataa yuunivarsitii yeroon turetti jaalallee koo narraa gargar baate.
Akkam fayya keti ilma oromo bayye namati tola sirbi ke dawwite nu jabbadhu sabona kenya nuf jiradhu kaa
wow dawite waqayoo umrii dheraa siif yalatu gudadhuu baye namatti tola
Wwww bayyee namatii tolaa jabadha
Uuufff jalaallee koo bagaa deemte atisii
Wooow I love this song😍😍😍
Anii jaladhee yoo dhabee hini jiradhuu ijaa koo duraa yoo dhabuyuu bakaa jiruu ufii wollala jechii kee garuu dhugadhaa
💜💙💜 love you dawite
Hakime Ahmed
Dawite ko sirbaa ke kan yoo dhagefadhu heedu keessa Ko na dhipisaa sababnis mucaa akka lubu kotii jaladhuun waani gargari bannefi baga demtee galani jalalaa yoo kan tahee 😢😢
Baga demtee galanii jalala yoo kana tayee❤❤🎉😢
dawtee wanjedhe sigalteefadhuu hin qabuu sarbaa kana keesaa kootii sababani isasa aabamana koo kanasrti wljalanuu abaa mucakootii titunafeeree malgonaa garuu aama gargara banee sirbaa kee kanaa yadanoo kootii
umrii dheradhuu jabadhuu saboona oromoo
Wwwoo heduu namatii tola jabadhu sanyii koo
wowww heduu namatii tolaa sabonaa sabaa koo 😍😍😘😘😘😢🙆💚❤💚
jawar
OROMOO SHAWAA the same
Jaalalla taana aniis koomaadhe daawite ko
💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖💖💖💞💞💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜🌹🌹🐅🐅🐅🐅🐅🐅😭😭😭
My favorite song I love so much I'm proud of u keeeeeeeeep it!
my favorite song
muddanollee qaba sirba kanaa kan fakkatu
ammaas waaqayoo yaada fi qalbii si haa kennu!
bagaa deemte keessa kootti baayee naatti tollee (jaallali budaadha )!
We proud of you dawii bagaa keenyaa taatee
baay'ee namatii tola atillee nuuf jabaadhu gootako
wow daawwee clip bareeddaa dhaa
Jaaba keenya jiradhuu
dawtiii sirbaa kee dhafadh qufuu hundee sanii uuuuuuuu ❤❤❤❤❤❤❤
Bayee gaalatoma warii
Daawwee koo my hero ❤️ you
dawittee koo akkamitti akka sii gaaleetafadhuu hin beekuu ani . keesaa kooti gamachuu gudaa qaba sirbaakee kaan ergaa dhaguu egaalee , waantaa waan keesaa koo jiruu jiruu weliftee naati fakkataa .
no jalali kamatamu hin qabukkkk
Wowwwwwwww bayee galatomii baredaa sabonaa
Galtom dawitee hiriyaaa koo kani wagaa dheraa wajiin turee amaa garagari bane naa yadachiftee😢😢😢😢
Great man
dawite sagaleen kee kiloolee baayyee kan nama hawwatu fi namoota jaaalalaan miidhama kan akka kiyyaaf daawwaa cimaadha .ati akka artistii oromoo qofaa osoo hin taane addunyaadhaaf fakkenya oromo muzition star tauun kee ninbeeka .baayyee sijaallana jabaadhu hori buli deebani. oromiyaa lixaa mana sibuu ykn mandii irraati.galatoomi
uuuuuuuuuf jalalee kiyatuu naa aferee osoon itti hin himiin demee beruit galee uuuuuuuuyiii😂😂😂😂
no jalali komatamu hin qabu kkkk malifu garidha jabadhu sabona Kenya aziza saudirra
good job dawiteeeeeeeeeeeeeeeee tnx for posting on ma fb wall
Gudadhu jiradhu sabona oromo !!!!!
Wow, beautiful and powerful! Great song
Bagaa demtee👌
dawite
dawitee siin jalladha gudda ati wallee cimaadha garu wahee oromumma nu cimsaa
bayye bereda pfta kiyya
The king of oromiya nuf jiradhu lammiko
Baga demmte jedhen annillee galatoomii dawwi keenyaa
Bagaa demtee guyaa gargar bane yomun dagaadhu 😢😢
bayy'ee naati tolee jiraa muziqaan kee Dawitee keenya
Dawite senan sin dagattu bara sana mo😰💔
Wawwooo bayee natii tileraa nu jiradhu
bagaa demtee sirbaa bayee namatii
toluu dhaa jiradhuu umuri dhera dhuu
wow nuu jiradhuu
dawtee galtoomi sirbaa bayee hin caqasuu iini kungaruu seenakootii
Good Job Dawite...
I love this song
💚💛💜 l Iove dawite koo
bay'ee bareddaa dawit.........sanyi oromoo
Yomun dagaadhu guyaa gargar bane bagademtee😢😢
Mu, aaz aggro 😢😢
I like you song ! nuuf jiraadhu!
ይመችክ ዴቭ ትዝታ አለኝ በዚ ዘፈን
Bayye nati tolla yerro hundda nan dhagefadha
Baga deemte haa dhaxxuu
siba mi'aawaa akka dammaa!!
wedddddddddddddd baay.ee namati tola
Great song brotha!
Perfect video
Baaayye namatti tola
bagaa demitee👍👍👍👍
I love this music
osii nuulee osieen biyaa faagaane sudi Arabiya iraa
jaalladheera.
very very good homa mi galani jalala yo akana ta,e
hedduu bareedaa dha.
Abdiisabaa1 naf jiradhuu jalalaf baraka