Haa Caalu Dhugaankee Andualem Gosaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 11 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 524

  • @hanentertainment2021
    @hanentertainment2021 4 місяці тому +176

    Mee waadaa akka nuuf galu wagga waggaan memory haceef akka single nuuf gad lakkisu like dhan nuuf jajjabesssa🙏

    • @oro5207
      @oro5207 4 місяці тому +1

      yes like you

    • @BirhanuDuguma
      @BirhanuDuguma 4 місяці тому +1

      Galaatomi bro

    • @gutemadamise2816
      @gutemadamise2816 4 місяці тому

      yes i like your idea

    • @BBGmay
      @BBGmay 4 місяці тому +2

      Comment kana barressufin gale ture ergan kan kee argee nama akka kooti yaada jiru argachukotti nan gammadee .
      Adaraa Anduukoo Wagga waggaan yaadannoo isaatif Audio 1 nuuf gadhisii❤❤❤🇪🇹🇪🇹🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽

    • @hanentertainment2021
      @hanentertainment2021 4 місяці тому

      @@BBGmay big up bro👍🤝🙏

  • @RachuEntertainment2
    @RachuEntertainment2 4 місяці тому +45

    Haacaaluu hundesaa bonsa Dhiira lubbuu isaa ummata isaaf dabarsee kenee ❤

  • @alemtsegaye4076
    @alemtsegaye4076 4 місяці тому +45

    ሰው ሲያልፍ እየተረሳ ይሄዳል አንተ ግን ሃጩ እያደር ህመም፣ ፀፀት ሁሌም የልብ ውስጥ እሳት ረመጥ ነህ የማትረሳ፡፡ አልፈህም የምትወደድ የማትረሳ፡፡ እወድሀለሁ አጫሉ ሁንዴሳ

  • @tolawakwarkisa1180
    @tolawakwarkisa1180 4 місяці тому +78

    Namoonni akka kiyya 'Surprised' tattan like.
    Thank you Andu...

  • @BIRUKHAIlu-s5q
    @BIRUKHAIlu-s5q 4 місяці тому +24

    ይገርመኛል የሓጫሉ ነገር ጀግናችን ነህ ሞተህም የማትረሳ እንዳውም በቁማቸው ከሞቱ ፖለቲከኞች 100% አንተ ልዩ ነህ አንዱ ተባረክ

  • @SirajBehmud
    @SirajBehmud 4 місяці тому +20

    Oromoon walaloo barreessuu danda'us ta'e kan hin Dandeenye waaye Hacaalu garuu ni barreessa 😭 Sammuu oromoota hundaa keessa walaloo hacaaluuf ta'utu guute jira❤❤❤

  • @yordanosgirma5022
    @yordanosgirma5022 4 місяці тому +34

    ሀጫሉ በስብራቴ ዉሰጥ የሚኖር በልጅ ልጆቼ ዉሰጥ የሚኖር ትንሳኤ ነዉ🙏
    አንድዬ እናከብርሀለን ❤

  • @aynalemme1629
    @aynalemme1629 4 місяці тому +5

    ሃጪ መቼም የማይርሳ ጀግና ከጀግናም ጀግና ሁሌም ምንግዜም የምናስታውስክ እንደ ቀልድ አራት አመትን አስቆጠርክ 😢😢😢😢😢😢😢

  • @FtFyh-fg7iv
    @FtFyh-fg7iv 4 місяці тому +12

    ሀጬ የምንጊዜም ምርጥ ሰው ፈጣሪ ነፍስህን በገነት ያኑራት 🙏🙏🙏🙏

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

  • @RozaKasim-q9i
    @RozaKasim-q9i 4 місяці тому +3

    ሀጫሉ ሁሌም በልባችን የምኖር የማይወድቅ ዘውዳችን ነው thanks አንዱ kegnaa❤❤❤❤

  • @SademGantiro
    @SademGantiro 4 місяці тому +1

    Andualem! Goota koo garaa na balleessite uuuuffffff Haacee dhiiga kee rabbi siif haa baasu, warra dhiiga kee dhuge immoo bofti dhiiga isaanii haa dhugu, dhugaan kee haa baatu😢 ❤🙏

  • @dirreedhawaa7260
    @dirreedhawaa7260 4 місяці тому +2

    Andualam nuu bochise ara thankyou so much Heedduu sijalana ilimaa Sabaa🙏❤️💚❤️

  • @Amanuel465
    @Amanuel465 4 місяці тому

    ደጋግቤ ሳይገባኝ ቆንቆዉ ሰምቼ ቶሎ የሚጨርሰዉስ ነገር ግን የሰፈን ዘይቤን ሳላደንቅ አላልፍም ምርጥ ስራ ለካ እንዲም ኦሮምኛ ቆንቆን እንሞዝቃለን ተመችቶኛል 😍👍👍👍

  • @Everything-df6gq
    @Everything-df6gq 4 місяці тому +15

    Waggaa kanaa imimaa takka hin businee amma hin hindadanyee naan bohee😢😢

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 4 місяці тому +2

    Dhugaa onnee nama dhukkubsa garuu kabajamoo Artist Andu koo Galatoomi 💔😭

  • @HannachalumaaHannachalumaa
    @HannachalumaaHannachalumaa 4 місяці тому +1

    Dhugaa dubbachuf ani bayye sarpirayiz naa godhe dhugaa bayye gallatomi andu hamaan sii hin argiin 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar
    @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar 4 місяці тому +4

    Nuf jiraadhu gotta Oromo Andualem gosaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @ObsiNuun
    @ObsiNuun 4 місяці тому +1

    Akkanuma bara baraan, waggaa waggaan si yaadachuu barbaadna🥰😥

  • @AbebaDamesa-wc7ls
    @AbebaDamesa-wc7ls 4 місяці тому +8

    Goota onnee garaa
    Garbummaa hin nyaaru isatu nyaara
    Hayyuu sammuu bilisaa
    Xurree bilisummaa sabaa tatara....
    Haceen koo...... 😭😭😭😭

  • @berhanuamdu9400
    @berhanuamdu9400 4 місяці тому

    Dhugadhaa Andualem bayee si jalana dhugaa Haccee yomu in baduu yadano bara barati kesatuu Arti Ati oromof bakka gudaa qabdaa jadhuu si biraa jiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @genethailu4895
    @genethailu4895 4 місяці тому +1

    Thank you Andy. Haacaau koo, gubaa garraa koo.😭😭😭😭...guyyaa guyyaan si dhabna, may your soul rest in everlasting eternal Peace. You are missed😢😢😢.

  • @JamaalHajjii-x1b
    @JamaalHajjii-x1b Місяць тому

    Ati duune hacee 😢😢😢
    Hedduu galtoomi Andee koo ❤

  • @BILISEDIRIBA-yc9ue
    @BILISEDIRIBA-yc9ue 4 місяці тому +6

    Yne geta enodhaln oromo hulem yewedhal hulem libachn wust bota alehi❤❤❤

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

  • @NuredinMahamed
    @NuredinMahamed 4 місяці тому +5

    Gootaa ko ahhhhhh❤❤❤❤❤
    Ijaa milki kesan lale si milidhaa ija ijaa wabii keysan si milidhaa lalee❤❤❤❤❤

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

  • @AbraahimAhimadAbdullaa
    @AbraahimAhimadAbdullaa 4 місяці тому +1

    Dhugaan haccee ni baatii abadan warren haccee ajjesani Dhugaan haccee isaan hin teesisuu laafee taatee dirtii hiribaan qaban hin raafan nuf jaabadhuu atii gootaa keenyaa qaalii andualam gosaa artist oromo hundi isiin ijaa keenyaa waan taatanif hamma ta,e of egaadha waqanii isiin nuf ha tiksuu dhugaan ilmaa waaqatii.

  • @Tube-cq6ow
    @Tube-cq6ow 4 місяці тому +2

    Uuuuuuuffffff maloo uumaa keenyaa dhugaa isaa nuuf basii gubbanee dhugaa

  • @Walia_Tube1
    @Walia_Tube1 Місяць тому

    ሀጨ የኔ ሰው የምር ካማረኛ ቋንቋ ውጭ ስሰማ ሀጀን ነው የሰማሁት መቸም አንረሳህም

  • @NaolLejisa-x3l
    @NaolLejisa-x3l 4 місяці тому

    Haacaaluun yoomillee onnee oromoo keeessaa hin ba'u barabaraan yaadatama ❤❤ Artist Andualem Gosaa galata guddaa oromoo biraa qabda wallee garaa nama booressu ykn imimmaan nama boochisu kanaan haacee fi maqaa ijoolleessaatiin weellifte kun yoomillee oonnee keenya keessaa hin ba'u nuuf jiraadhu andualem keenya Ati haacee 2ffaadha nuuf ❤❤❤

  • @MunaAhammed
    @MunaAhammed 4 місяці тому

    Goota namaa kar bara barabaraan yaadatamu atilleen andu keenya gootatu gootummaa goota arga malee kaan hunduu bilsh jabaadhu habibi koo

  • @ገዳቢሊሱማየዶክተርአብይአ

    ሰለ ሀጫሉ አንተ ብቻ ዝፈን ❤ በደንብ አድርገህ ነው ምትገልፀው

  • @jarimmiraj
    @jarimmiraj Місяць тому

    Sirba ajaa'ibaati! Guddaa galatoomi obboleesso.

  • @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar
    @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar 4 місяці тому +1

    Wayaa hacce koo gummaa kee rabbii nuuf haa bassuu kaa hacce koo ♥️💚♥️

  • @hamzaareact
    @hamzaareact 4 місяці тому +2

    Hachalu hundessa is a brave man, we all oromo people love him ❤❤❤❤

  • @minmimi2969
    @minmimi2969 4 місяці тому

    Amazing music baayee waan haacee kenyaa ibsuudhaa dhugaa raabii galatoomii gootaa kenyaa gumaan haacee baa.uu baatuus atiis nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤ congratulations bagaa milkooftee jabaa oromoo ❤❤❤❤

  • @mahiletyeyis4787
    @mahiletyeyis4787 4 місяці тому

    Haacee koo meda hinqore ati yomu Adu kenga thank you 🙏 ❤

  • @hayatmekiyou6203
    @hayatmekiyou6203 Місяць тому

    Hacee 😢😢😢 galatomi gootatu gootasa farsaa❤❤❤❤

  • @ቦና-ቘ9ኰ
    @ቦና-ቘ9ኰ 4 місяці тому +10

    አንደኛ ተመልካች ነኝ❤

  • @KhalidBelayneh
    @KhalidBelayneh 4 місяці тому

    Galatoomii Anduu Keenya Hacuu bara baraan yaadaachuun dirqama Artii qofa osoo hin taanee dirqama seenaati. Isin warri carraa fi humna qabdan ijoollee fii maatii isaallee deemtanii yaadaafi waan qabdaniin millachu akka hin nuffine. Haceen oromoof qaaliidha. isin warra artistiitiif immoo qaroo ija keessaniiti. daandiin inni irratti kufe isin mataa olqabachiisuun isaa waan hin oolle.

  • @TolesaMoges-io3ps
    @TolesaMoges-io3ps 4 місяці тому +4

    Qaalii sabaa atillee darbbii jiradhu
    Umrii harragessa sif hawwaa haftee hacee ,🎉🎉🎉

  • @mekdilove9234
    @mekdilove9234 4 місяці тому

    Hache lubu kiyaaaaa❤❤❤❤

  • @sekoadugna3329
    @sekoadugna3329 4 місяці тому +2

    Ija ija wabi keessan sii mil'adha milkii ilaalen
    Ija ija giiftii keessan sii mil'adha milkii ilaalen
    My haccuu Rest in peace 💔💔💔
    We always proud of you

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 4 місяці тому +7

    Andualeem Gosaa great man keep forwarding❤❤❤❤❤❤

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

  • @Bellaman-m3j
    @Bellaman-m3j 4 місяці тому

    Wow bro 👏👏

  • @awolabdulbaasit2024
    @awolabdulbaasit2024 4 місяці тому

    bayye galatomii atiyuu haa caalu baraaa kanati haceen hindunee yomillee haceen kennaa kumatuu dhalataa dhufa galani rabif hagahu dhuguman haa caalu thank's my god 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mesayBalcha
    @mesayBalcha 4 місяці тому

    Rabbiin umurii dheeraa sif yaa kennuu yadaannoo ajaibaatti ❤❤❤❤

  • @Hawii974
    @Hawii974 4 місяці тому +2

    Hacee koo wayee kee guyyaa guyyaatti oson hin bo'iin ole hin beeku 😢😢 dhukuba koo hacuu😢😢💔

  • @belenworku3171
    @belenworku3171 4 місяці тому

    Haceekoo bara baran mitti tassuma sin dagganuu😢😢❤❤❤❤

  • @AbdisaSiraj
    @AbdisaSiraj 2 місяці тому

    Andukoo jabaadhu dhugaa korma keenya hojii gaariidha , yaadni koo sirboota gadi lakkisuu keen dura notification yookiin osoo nuuf barreessaa jettee gaarii natti fakkaata

  • @OromiyaaOromiyaa-gg9nh
    @OromiyaaOromiyaa-gg9nh 4 місяці тому

    Narraa fagaate jedhe
    Yoomman dhiise sii yaadu...........Ayii haccaaluu 😭😭😭😭💔

  • @Belayineshabera-nm2tt
    @Belayineshabera-nm2tt 4 місяці тому +1

    Galatoomi nufi jiradhuu Andualem gotaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @BirraaOro
    @BirraaOro 4 місяці тому

    Haacee koo sii yaadata seenaan! thanks Andu amazing voice keep it up❤

  • @UmarBariso-tw7to
    @UmarBariso-tw7to 4 місяці тому

    Seenaa rirmi hin nyaatu
    Abbaatu waan ofii jabeeffata,
    Galatoomi goota keenya aand-

  • @AbdalahKaHusein
    @AbdalahKaHusein 4 місяці тому

    hacee koo yoo sin irraanfannu😭 Goota du'ee jiraa caalu

  • @JibrilAman-vr1hl
    @JibrilAman-vr1hl 4 місяці тому

    I from .... I love hachalu hundesa and andulam gosa

  • @DagaagaaGuddataa
    @DagaagaaGuddataa Місяць тому

    ❤❤❤❤ si jalannaa🎉

  • @shambelgetachew5709
    @shambelgetachew5709 4 місяці тому

    Andu atii moo❤❤❤❤

  • @uaess9428
    @uaess9428 4 місяці тому

    Osoo dhugaan kee hin bahin kunoo waggota lakkofsifne hacee koo waggaa afur geenye maal goona gubanne wallahi ❤❤❤❤❤

  • @asshenafilema6375
    @asshenafilema6375 4 місяці тому

    Haacee bara baran sammuu nama keessaa jiratu

  • @Birahanee21
    @Birahanee21 4 місяці тому

    Hacee koo jirataa atii bara baranii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo 4 місяці тому

    Hamman Hacee yaadadhutti PP faana araaramuu manna iddoo Hacee deeme deemuun filadha.

  • @tiyyaaboruuf-xr1hm
    @tiyyaaboruuf-xr1hm 4 місяці тому

    hacaluu hundeessa gootaa biyyaa isaaf arassaa ta'ee bara hangaa barati ni jirtaa onnee oromoo keessaa💝💝💞💞💞💞

  • @tilahunmosisa4087
    @tilahunmosisa4087 4 місяці тому

    Dhugaa hin badu 🙏

  • @MeskelealemuMes
    @MeskelealemuMes 4 місяці тому

    Hace koo ❤❤❤

  • @GemechuMerga-n6n
    @GemechuMerga-n6n 4 місяці тому

    Dhugaa guddaa guddaa isaa nuu Galatoomi Ijaa ijaa wabii kessaa si mildha............. ❤❤❤❤❤

  • @rxXxoP5
    @rxXxoP5 4 місяці тому

    Our legend hacu❤❤❤❤

  • @azeezaibrahim6570
    @azeezaibrahim6570 4 місяці тому

    Haacee, my heart always goes for you 😢😢😢😢😢. You will always remain being our hero ❤❤❤

  • @soccertv6347
    @soccertv6347 4 місяці тому

    Hacee u are engraved in our heart forrever.always remembered.

  • @NejimedinHarun
    @NejimedinHarun 4 місяці тому

    😢😢😢 hacekoo galatomii andukoo atile lencaa akasatii nuf jiradhu ❤❤❤❤❤❤

  • @sebleshimels554
    @sebleshimels554 4 місяці тому

    Bayyee galatoomaa _ lelo qorataa senaa ,indu artisti oromodhaa fi eprehem stidio ,anaa lammadhaa hiriyootaa koo waliin. bayyee baredaaaaaa

  • @feyisemengistu
    @feyisemengistu 4 місяці тому

    Jaabadhu 🎉🎉🎉❤❤❤

  • @abuhayato9179
    @abuhayato9179 4 місяці тому +1

    Gootatu goota yaadata
    Galatoomi anduu keenya

  • @DinkaMuleta-br9jz
    @DinkaMuleta-br9jz 4 місяці тому

    Anduukoo galatoomiiiiiiiiiii🙏🙏🙏🙏

  • @YosefGirma-t7g
    @YosefGirma-t7g 4 місяці тому

    baayyee;es gammadeee garuuu nan boohe haceeekoo ufffy

  • @ziziEthiopia
    @ziziEthiopia 4 місяці тому

    Anduu ❤❤❤hacee waqayo gooftan nabse ke ya maruu 😢😢😢

  • @MohammedKedir-xk3vb
    @MohammedKedir-xk3vb 4 місяці тому +1

    Anduu Jabaa Koo, Siinis taatu rabbi nuuf Si haa tursiisu ❤

  • @begnabile8333
    @begnabile8333 4 місяці тому

    Wayyoo Haacee

  • @Abi50505
    @Abi50505 4 місяці тому

    Haceen hindagatamu ❤

  • @AhmedKalid-f9l
    @AhmedKalid-f9l 4 місяці тому

    Dhirraam attii hatikoo haduutuu Anduyee ❤❤❤

  • @natanan90-f5r
    @natanan90-f5r Місяць тому

    😭silas maal godhanii❤❤❤❤

  • @mestu.ragasa9231
    @mestu.ragasa9231 4 місяці тому +1

    የእኔ ትውልድ ጀግና አጬ መቸም ከልባቸን አጠፋም

  • @mormor-media-tube-eq2gc
    @mormor-media-tube-eq2gc 4 місяці тому

    Jabaadhu Anduyee❤❤❤❤

  • @sarafikrte9443
    @sarafikrte9443 4 місяці тому

    Hacee koo😢❤❤❤❤ መቼም አንረሳህም

  • @Abrehamoljira
    @Abrehamoljira 4 місяці тому

    AMAZING. ANDUALEM BE STRONG.

  • @fozinayeezakiroolijfufu538
    @fozinayeezakiroolijfufu538 4 місяці тому

    የኔ ሃጫ 😢😢😢

  • @Abdisa30
    @Abdisa30 4 місяці тому

    I am appritiated to you very Andu!
    God bless you🙏🙏🙏

  • @bancheterefa6831
    @bancheterefa6831 4 місяці тому

    Andualem gosa my hero

  • @SmilingBeachYoga-ct1br
    @SmilingBeachYoga-ct1br 4 місяці тому

    Adu bara baran nuf jiradhuu

  • @MarkosTeshale-lj8nj
    @MarkosTeshale-lj8nj 4 місяці тому

    💔💔💔😭😭😭ሁሌም አዲስ ነው ያንተ ነገር

  • @rehanaabubeker634
    @rehanaabubeker634 4 місяці тому

    Big surprise ❤❤❤❤❤many thanks✅✅✅✅🙏🙏🙏🙏

  • @Sariisarii7070
    @Sariisarii7070 4 місяці тому

    Waa'ee namaa dhisuu hacee koo😭😭😭

  • @dirreedhawaa7260
    @dirreedhawaa7260 4 місяці тому

    Goota onne Sibila ❤️💚❤️😭 Hacee Oromoof qalliidha ❤️💚❤️Iam Crying Ah

  • @Amen2216
    @Amen2216 4 місяці тому +1

    Hache LOVE YOU !!❤

  • @GlobalShortNews-l9z
    @GlobalShortNews-l9z 4 місяці тому +1

    Haa caaluu rabbiin dhugaa kee haa baasu😢

  • @milkientertain2022
    @milkientertain2022 3 місяці тому

    Ija ija wabii keessa ilaaleen si milladha Milkii ilaalee

  • @oromoooromiya
    @oromoooromiya 4 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Haccalu always in our hearts ❤️❤️❤️❤️❤️ we never forget you brother

  • @iskee1670
    @iskee1670 4 місяці тому +5

    Hafte Hacee nuf jiradhu!❤

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому +1

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz

  • @mohammedashim6071
    @mohammedashim6071 4 місяці тому +1

    at the right time

  • @iyyoobmalaakuu
    @iyyoobmalaakuu 4 місяці тому +2

    Haceen goota maqaa isaan boo’aa utuu hin taane boonaa jiraannuudha!
    Lubbuun isaa ha jaannatu! ❤

  • @WorkeThegreat
    @WorkeThegreat 3 місяці тому

    ❤❤❤❤ሃጨኮ ሞተህም የማትረሳ ነህ አንተን ያስገደሉ ፖለትከኞች መቼም አያመልጡም ምክንያቱም ያንተን እውነት ለማውጣት ብዙ ሰዎች በዙርያህ አሉ ለምሳሌ ያህል ጀግናዋ ባሌበትህ የ ኦሮሞ አርትስቶች

  • @MuktarJorro
    @MuktarJorro 4 місяці тому +2

    Si yaadata seenaan Hacee koo😢😢😢

    • @TaagYouTech
      @TaagYouTech 4 місяці тому

      ua-cam.com/video/ePNRXXOVB6Y/v-deo.htmlsi=KbjLv6FL6aFhsvoz