Fatiyaan hedduu wan sii jalatufii sitii mufatee nama siritii jalataan kana ittii nama arsaa wan isaa hin bekuu irraa dedebidhaan dhifamaa gafadhuu inshaallaah imaa dhifamaa sifii gotii
Oboeleesaa koo atii hin sardamiin ergaa isiii arte jiraatee ni dhiftii Ani wanii akaanaa na mudaatee ture garuuu 2 tataanii hin jarjariinaa tokoo obsaaa tau u qabaa OK isiiniimoo wan heduu si jalaatuuf kana a art ee sabiirii godhiitii dedeebiisii dhifaamaa gafadhuu Mali ifi yo jetee is I in tun jartii keetii ufaataa keetii qamaa keetii okee Rabbiin ganaachuu kesaaniin woliitii nuuhaa debiisuu inshaa,Allaa🤲🤲☝🏼🙏
Absee ati badii hin qabduu ishiin si jalatii hinfaa itti jiraa ani fudhaa wan jeteef artee sutaan sosobadhuu si jaladhaa jedhiin dhalaan jalalaa nama hin gafatuu kan jalalaa gafatuu dhiruma
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk is the first of its kind and I have to be back from work on Tuesday so so much of you will have to be back on Thursday and a few weeks ago and the best way I can do that would have
Abse fatiya baddu farada jatte si arapsite atti obsitte garuu video sirri lalli fatiya akka nama sin beyne si jibbe tokkoti birra nagetti jannan nagayalle hin fadhu
Wllhi dhuga dubachuf isifile himen ture komento fatiyan nama badaa amala namaa hin qbduu ufffffffffffffff dubartin gara laftudha jadhan garu isin nama akasimiti isin nama halanama hin qabne absen garu nama miskina hinafadha San ufffffffffffffff ofnama jibisisa No abse atii nama dhuga tii jiradhu bro🥰🥰🥰🥰🥰
Abse walai aka kiyati gize fati akas sin jet prank nati fakate amo prankif uji walt qabun heddu hamtu hamo hatilen war aka ifrah fa ka akmale it dihatut dubadi obsaa qabadu wan dura amo fati yero comment Kish kan yero ka agart tat plz sin kadada yero naman wan tak etun plzzzz sababa qabaduu isani lachufu heddun isan jalada hamenan in hargin sin jedd plzzz
Mucatin si jallatii wall fudhaa hedduu waliraa baredanii dhugaa rabii ❤️💚❤️💔💔💔💔💔🆗
Wow heddu baredaa prak tokko fatih irratii nu dalagii yero heddu isini hordofaa dhalaa takka fidii fuduraa isheetii qubeelaa kawadhuu fatih sijalachufii akka obbolesa tii silalitii adaa bafanas
Hataallonii Amaallaa hin qabdu iraa fagadhuu atiisii iraa fagadhuu kerii maa ishaa allah
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Fatiyani si jalatii fudhii okay dhugaa jiruu kanuma ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Fatiyaa jaalalaa keti qabamtee dhugaaa fudhii
Dhugadha
dhugaa ketii ishiin si jaalatii ishumaa fudhii
isheen sii jallatii dhugaa nii riifatee pirnk fudhaa hedaa saniratii Bay'ee rifatee rako qabuu dhifamaa gafdhuu namaa jallatan tokoo ituuma aranii absee sosobii ararfadhuu
As wr wb walhii ogesaa jalalaa atii badii takaa hin qabduu garuu Rabbin wahundaa walin namaf hin kenuu mashalhaa baredan baredaa kana qabdii garuu amalaa baredaa hin qabduu Hundafuu Rabbin haqajelchuu
Atii garuu dhifamaa jeten Rabbin isin jidudhaa hafixuu inshalhaa
Miyon sijaltaii atii bekif ree
Nutii gizee walbiraa jirtan bayee nutii baredanii oso matii takaa tatanii bayen gamadaa garuu dhifamaa yonifin dogogoree 🙏🙏
Fatiyaan hedduu wan sii jalatufii sitii mufatee nama siritii jalataan kana ittii nama arsaa wan isaa hin bekuu irraa dedebidhaan dhifamaa gafadhuu inshaallaah imaa dhifamaa sifii gotii
Silaa isinilee akumaa woraa yamanii jamartanii sahaa sif tatiyaa ifrah fii fayaa jiruu mal tatan tokoo tanaa ♥️
Abseeyee Abshir Atii Namaa Gariidhaa wly
mee lakofsa kawulati nergi dhifama wojin wani gafadhu qaba
Atii baleesaa iqabduu maluufu rabbiin waaltii siini adebbisuu wallii biraa bareduu
atii badii qabdu ogesa jalala
Absee kenyaa isiin si jalatii kanaaf atis dhifamaa gafadhuu dubiin jalalaa kun hamtudhaa kanafuu atii badii hin qabduu abshir
Ogeeysa jaalala si jalaatte sitti aarte garuu sila fatiya fuute natti tola ture maati takka tahaa pls
Dhsii. Wolhii. Mucayoon. Amallaa.hin.qabduu.
ERGAMA KAMILAA FII ABDATAA FIDDAN IJOOLLEE YAMANII
Rabbii wolitti issiin haa debisuu inshalaa garuu kuni Wani arii gudoo barbachisu mitti isimmani haa Lalatuu Nani hunduu inumma hojataa kana oliyyuu obboleyyani tenyaa 🥰🥰🥰🥰
Rabbii ha lafesuu
WA’EE FATIIYAA DHISII OBSII WAAN SII MUDAATTE HUNDAA NABIIN KENNAA SALLAALAHU ALLEEYHI WASSAALLAAM OBSII WALLAAKA IMAANATTII JEEDHAANI
S.A.W❤️❤️❤️
Amallee jarjartanii akka aartaniin mukan cirtanii hin fixinaa booda waan shiddan dhabdanii!
Dhugaa mucati suni Amala hin qabdu male namu pirnk woli godha jiraa garuu dhifama wthati dhifama caluu hin jiruu
Obleyani kiyya Rabbi jedha kijbaa dhisa dirama hojedha plays aka wora yamani hin taina kijba dhisa
As wr wb ogesaa jalalaaa jabadhaa bayee namatti totanii
Wllh habse ati badii takka hin qabdi
Hinii hinaftii aboo dhisii tanaa hin gabaratiinii
As wr.wb obbalessa kiyaa pirnakin wal namadhaa.dhabsisaa rabbi wajininlee wal nama dhabsiss malif janan namaa rifachisuun dhorkadhaa ati ararsii ok
As wr wb anii heduu isii jaladhaa huduu walee biraa baredan garru fatihaa amalee hiqabaduu hoguu aratee if dubaa hidebituu anii garuu wajin dalagaa adanaa hibayinaa
Dhugaa dubbachuf prank kana yoo firraa dhiistan irra wayyaadha sababni prankin 💯💯 haraam gurra isin calow
Erga dhifama jeteni dhisaa tan gowaa
Yoo akana kijbaa hojetani umata isni woridofu ofi hin tufachisina 😭👈🏻
Abshir Abse obisi amalee numa obii isin lamen walin bare danii waly Adan in bain naa
Dhiifaamaa wojiin piraakii kanaa ofiraa dhisaa namaa wolittii ofaa kunii hin ta.uu😥😥
Haye wwwwwweee
💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭
Absee ati dhugaan nama gaariidha
Welcome
Dubi kana shakutin jira hordoftota piranki gochu jirtumo dhuga yo taef ati Abse obsa rabi sif kene mashahala amas obsif namni obsa qabu garudha isinu yo dura dhugati jalala obboluma sif qabdi ta,e ari kanas hindhifti
Abshiruu Amaa isini dhiftii fatiyanis
Saa isin Rakoo tesan osoo asirati hin bafne fixachu beytanii
Kan darbeetu caalaa waan ta.ef irraa waalif darba
hedu taka wolira baredani wolit ararama yokani lakofsa kawulati nergi anatu gafsta wani isin siti aratefi
Oboeleesaa koo atii hin sardamiin ergaa isiii arte jiraatee ni dhiftii Ani wanii akaanaa na mudaatee ture garuuu 2 tataanii hin jarjariinaa tokoo obsaaa tau u qabaa OK isiiniimoo wan heduu si jalaatuuf kana a art ee sabiirii godhiitii dedeebiisii dhifaamaa gafadhuu Mali ifi yo jetee is I in tun jartii keetii ufaataa keetii qamaa keetii okee Rabbiin ganaachuu kesaaniin woliitii nuuhaa debiisuu inshaa,Allaa🤲🤲☝🏼🙏
Kkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkk
❤❤❤❤❤❤
Kkkk absee
Miyyoon sii jaallatii boo
Absee hangaa arra bufatuu dhisii hogga isiin arrin irra gale boda dhifamaa gafadhuu
Atiiis. Wajiin. Hin. Dalagiin. Dhalan. 1000❤❤❤absee. Qashxii
Waanii Akana dhisaa iss irraa hin baredu Abse $fatii
Abshiir fatian ammala hin qabduu kalii walii
Haye ega isin dhifama isinif hin godhu jate baqa dhisa
Amala hin qabdu intalon dhisi diraman isi walin hojattu ha hafuu
Maati godhamare dhifama achii haadhistuka dhalaan issii qofamo garuu piranki nuugodhartu faakata
Dhifamma gafatte malli harakatta sirratti gotti ha salamattu ittti dhissi aderro
Si jaatii sanumafi artii suta jedha dhifamaa gafadha
Abse dhugaa homma mittii issiin wali galluu qabadan male akkas walin jechuu hin qabadan
Fattii oso jetunii garra jabatii intlonii 😂😂😂😘
Lol😂
Yaboo miciyoon jolumaa fii jalala teeetuu wal keysa ittii tahee obsiif hundumahuu
Abboo itti dhiisaa mucattiin gowwaadhaa
Dhugaa jiru yoo sii jalalate yoo ati jalalate isi qofa sii jalalate osso tane woli yoo jalati fudhii
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Hin dalagin is wajin
Dhifama wali godha abo akk waryamanii wal hin godhin plays ira walif dabra isin dubartidha hin lalin
Wly tana jetanii ofii arsinaa absefi biranii
❤❤
Absee ati badii hin qabduu ishiin si jalatii hinfaa itti jiraa ani fudhaa wan jeteef artee sutaan sosobadhuu si jaladhaa jedhiin dhalaan jalalaa nama hin gafatuu kan jalalaa gafatuu dhiruma
Absee atii dhiraa amalaa dhala ni beytami obsiifi xiqqo bodaa dhaqii dhifamaa hin gafatinii usiiti wajjin hasawii koflii taphadhu isinuu ni irranfatii gizen ja'u wan isiin itti gamaduu nura ati beeka ja.etii dhalan takaa wan isii gamachisa yo arkate malif loltii ati obolesa isii ira gudadha likiti qabu qabda ega rabbin waliti isin fide oboleyan isin godhe
🤣🤣🤣🤣🤣👍👍👍
Mucayon balagedha dhisii ati badii hin qabdu nama bay.ee obsa qabudha ati
Dhifamaa wallii godhaa phirank jechun moo miti ergaa phirank jedhamee malttuu nama arssee maa namoni garini phirank kannaa calluu waliratii dalaganii mii kuni yoo wanuma birraa ta,e malee phirank kuni nama wani arsuu qabbuu
Abbo dhageessa atii rakko takkalle hin qabduu namnii rakko qabuu isiidha osoo kaa sii jaalattu tahe sitti hin aartu rakko qabdii fatiyaan
Dhugaa Mucatiin Ufumaa Amalaa Hin Qabanee 🤨🤨 Malee Namanii Waan Kanaa Caalunuu Prank Waliratii Hojjataa Dhiifamaa Waliif Godhaa 🥰🥰🥰🥰🥰
Wls wr wb absee wly heedu namaa garriidha attii Raabbiin yaada muraada kee siif haa guuttu Abshiir inshaallah jabaadhu
Wly dhisii absee hin kadhatinii
Kkkkkkkkkkk
Ani tani sinif damu tanumaa Rabbii walf usin ha gal cuu oblewan kiyaa A fi f edun sin jaladaa
Dhifamaa achi wanni takka hin haafne ulee gowwaa cabsura ilma aqiilaa ajjeesutu wayya jattee oromoon yeroo makmaaktu miciyon nama obsa qabu miti namni social media fayyadamu dirqama obsa fi amala gaari qabaachu qaba jedhi itti naaf himi please
Nuttis pirakii godhaa jirtuu 🥰🥰👌
Fatiyaan keessan xiqqoo rakkina qabdii atii balleessa tokkoyuu hin qabduu Absee rakkon ishii bira jira
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk is the first of its kind and I have to be back from work on Tuesday so so much of you will have to be back on Thursday and a few weeks ago and the best way I can do that would have
Holayi iti dhisa ofii akabaduni fahida hini qabu
Wly firraa dhoytii isin hin kadhatin
Rakkoon qabu
Abse fatiya baddu farada jatte si arapsite atti obsitte garuu video sirri lalli fatiya akka nama sin beyne si jibbe tokkoti birra nagetti jannan nagayalle hin fadhu
Obsee mucatiin sijalatii aka atii futuu hinfetuu kanafuu midiyaratii osoo tanee adatii dhifammaa gafadhutii fudhii iraa turinii Amaa mucatiin hinaftetii yo ati futee maltuu diramaa dalaguu dhorgaa wan sijalatuu hinaftee wan hasoftuu walaltee
Dhugaa ketii
Wly mucatii ofuma gowadha dhisii abse
Atiii intalumaa maxaxuuuu tanaa maaa kadhataa olataa
Miyon keessatii si jalatiin sa amasis miyon amala hin qabduu wly kkkkkkkkkkkkk ati badii hin qabduu
Itali ofi jaji baye ufi akabadi
Abo numa sosobaa mee nutti wanni jennu sosobii walitti deebi'a nutti walumaan siin feena😂😂
Wllhi dhuga dubachuf isifile himen ture komento fatiyan nama badaa amala namaa hin qbduu ufffffffffffffff dubartin gara laftudha jadhan garu isin nama akasimiti isin nama halanama hin qabne absen garu nama miskina hinafadha San ufffffffffffffff ofnama jibisisa No abse atii nama dhuga tii jiradhu bro🥰🥰🥰🥰🥰
Boo mataa nun nyaatinaa waan nu yaaddeeysuun OK 👍
Abse walai aka kiyati gize fati akas sin jet prank nati fakate amo prankif uji walt qabun heddu hamtu hamo hatilen war aka ifrah fa ka akmale it dihatut dubadi obsaa qabadu wan dura amo fati yero comment Kish kan yero ka agart tat plz sin kadada yero naman wan tak etun plzzzz sababa qabaduu isani lachufu heddun isan jalada hamenan in hargin sin jedd plzzz
Dubartii hin shelinaa shelee hin jalatuu
Mucayoon. Si. Jallatee. Akkanaa. Tatii. Wolhii
Abo hin kadhatina danta isiti
Kkkkk
Isimatu amaala hiin qabanne hiin maaqratii ittii dhiisi naa kaadha fetti
Abo dhalan kudhanitu hadha duba jira danta isiti abshir
Amshirii hin fagatuu fatiiyan