Masha Allah ijara hafi dhugaa rabbi dhugaa jete nuf jiraadhu mama tenya rabbi sira ha jaalatuu ,❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤Maashaa'allah wrwrwb jklB/Oro aswrwb Addee Suad Muktar if hifannoo baga bara 2016 Mul'ataa fi yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa fi Eegu9biyyaan getter Geejjibni ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee wawrwb Biroo barnootaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi baga bara haarayaa 2016 German army commander of Afghanistan geese/ssan
Maashaa Allaah waan haalaan nama fayyaduu jabaadhu Su'aad teenya.
Hedduu barsiisaadha gaafa afaan oromootin akkanatti miidhage dhiyatu Garu bayyee namatti tola " well done "
Baga nagayaan nuuf dhufte galatoomi jabaadhu rabbiin guddan si haa gargaaru
Mashaa Allah! Obboleeytii rabbii sirraa haa jaalatu! Ergaan tee erggaa akkaan dhama qabduudha!
Umrii dheeradhu!
Nutis nama ittii fayyadamu rabbi nu haa godhu!
Aamiiiiiiin Aamiiiiiiin Aamiiiiiiin Aamiiiiiiin Aamiiiiiiin
Jabaadhu! Ogummaa namni oromoo barbaadu garuu hanga ammaatti namni hin yaadatin eegalte.Hedduu hedduu dhaloota ammaaf barbaachisaadha.Akka duuba hin deebine.Galatoomi!
Jabaadhu yaada baayye gaaridhaa itti fufi
Baga nagayaan dhufte
Mul ata gaari
Baga nagayaan dhufte suusuu teenya nujalaa baddee turte hin badin
Woow Woow Woow Woow Woow Woow amazing mamaa teenyaa nuf jiraadhuu umrii nuf dheeraadhuu waggaa kumaa nuf jiraadhaa rabbiin ammalee beekumsa akkaa Aishaa haadha mumintoota (ra) keenef rabbii sif haa keenu
Hedduu barsiisaa dha. Jabaadhu; such a graceful and visionary woman! Big respect obbolii!
Tolassa matii naf tii
Mashaa Allah rabbi umuri kee nuf haa dhereesu jabduuko
NUUF JIRAADHU SANYII dhugaa keeti nuuf jabaadhu nuutis si bira jirraa
Uuufffffff bayye sii jalanaa dubarti I kessa kaa akka ketti kana qabachuuf u bayye gamadaa umurii nuu dheradhuu 💕💕💕
Maashaa'allaah wlh hedduu nuuf galatoomi rabbi Sirraa haa jaalatu jazaakillaahu kheeyran.
❤ gorsa baredadha suad muktar jabadhu nuu jabessi obsa nuf haa kanu rabbin inshallaha
❤❤EEGUMSAA BEEKA DHAQQABNE MALEE BEEKUU FIRAA TEETTUUSEEGUMSAA EEGUMSI FAGOO mul'ata du'a barsiisuun Dirqamaa waraanaa tayee=yaadachisii
Inshaallah abdii rabii muldhani ko fagodha❤thank you somech
Heduu nuf galatoomii rabiin umurii te nuf.haa dheresuu
Mashaa Allaah sif ha dabalu Rabbiin guba gubaan
Baga Nagaan dhuftee
Galatoomi❣
Kotuu me atis mati naf ta'iilammii too
Barumnsike bay'ee namattii tolaa hubatuko jajabe sabontuu bay'ee natii tola barunssike nuf jiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅✅✅
Mash alhaa jabadhu yadaa garidha
Jabaadhu goota teenya
Mashaa Allah nujalaa bade male 🥰🥰🥰🥰🥰🥰nu jalaa badii wan ofii 😘😘😘
Heddu galatomi D. r akkasumas wa'ee barnotattis motivation........
Masha allah ukti iti fufii waa bayyee sira barana insha allah 👍👍👍👍👍👍
Mashaa Allah mashaa Allah sudiyee tenaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Mashaa Allah Rabbiin umurii dhertuu isinii hakenuu Galatomaa ❤️
masha allah walahi anni wan heddun siraa baradhe akkasumas uffitti amanamuma akkan qabadhu naa kakafftee jirta galatommi bekktu tennaa nuff jiradhu nff jajabadhu habibattii ❤💚❤💚❤💚❤💚
Qophii bareeda kana jabaadhu itti nuuf fufi, heddu nati tole jira.😍😍
Maasha Allah
Galatoomii gorsa keetiif
Mashallah
Mashallah.mashallah.mashallaah.galtomii.jzk🌷🌷🌷🍹🍹🍹
Wow sagantaalee ilaalcha sammuu jijjiiruu dandahu Social media adda addaa irra afaan hin beekneen kitaabota adda addaa irra soqnee argachuu yaalaa turre Afaanuma keennaan argachuun dhugaa badhaasa guddaadha. Itti nuuf fufi hamma dandeetteen kun dhaloota jijjiira waan taheef.
GALATOOMI 🙏
masha allaha bayyee galatomi suad mukter
Wowo wowo wowo baroota addatii guddaa galatoma🙏🙏❤❤❤
Jabadhu sua'ad tenya waan heddun irra baratuu jiraa
Wwwwwwwwooow weel come mama afrika hayyu tenya baga nagan dhufte ani ha dhufu itti nuf fufi
Masha allah jabaadhu
Mashaallah mashaallah jabdu teenya oromo ta,uu kee qofaan itti boonaa sanyi too
An gafii qabaa Atii Amantaa ke musilm Saha maliif salamatta Rabbi hinjettu As wr wb jedhii
Mashaa Allah baga Ngy dhuuftee
Obboleeytti tiyaa taa qaalii Nama
WELCOME to back 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Please part two ni egna INSHAA ALLAH
Waan barbachisa waan taheef hin turiin
JABBADHu Rabbin sii wajjin jiraa 💞💞💞💞💞💞🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌺🌺🌺🌹🌹🌹🌹🌹🌺🌹🌺🌺🌺🌺🌺
Dhugaa ketii 👍👍👍👍
Wwwwww mashaa Allah mamaa tiyaa guddaa galatomii jabadhuu halumaa kanan itti fufii... #Deemsi_itti_fufa gol setting better tiens better life
Maashaallah
Mashaa Allaah ❤💚❤
Matii nafii
Galatomi Lubbuu mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah
Appreciate . Excellent job
❤❤akkamitti akkuma mallaqaa human keenya Cufaafuu Save our lives
jabaadhu suad nama hedduuf fakkeenya taatee jabaadhu
As wr wb
Umrii dheeraadhu 💚❤💚😍👌
Masha 'Allah
Bayee garidhaa jabadhuu jabduu tenyaa sii jalanaa
Bayyee baay'ee galatooma barnoota guddaa irraa argadhe
Masha Allah hora buli hayyuu teenya qaalii!💐💐💐💐🪐💕🪐💕🪐
Mashaa Alhaa Tabraakaallh ❤❤❤❤
Mashaa Allah
Masha Allah ijara hafi dhugaa rabbi dhugaa jete nuf jiraadhu mama tenya rabbi sira ha jaalatuu ,❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Inshallah wanuma Hunda wan rabbii
Sifiqode male wanii tanii hawiifi
Hamile akkaa
Garii
Rabbii nufu hakanuu yada adunyaa
Caallaa kan hakiraa nukesa hakkayuu nutii qaxaro qabachuu
Hini dadenyu haraka rabbiikesa
Jira yaro hunda yada garii guru
Inshallah wanuma karorofanuu
Hundakesatii
Wwoooww bagaa ngyn nu dhuftee mom tenyaa💓💓💓💓
Bagaa nagaagan dhuftee ya umrii
Mashallah good job 👍🏼
Maasha'allah Maasha'allah
Halima hussein thankyou❤
Hedduu takka si jaalannaa nu jalaa hin badin, haaluma kanaan itti nuuf fufi.
❤❤❤MUL'ATA BEEKAA ARGUUN RAKKOODHA SABABA HUMNI BARNOOTAA IRKOODHA KANAF DU'AA WLIIN QOODA BAHIKAA BULTIINIS GAADDISAA GURRIIS EEGUMSAA
Wwweww bags nagahanaa dhufutee 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
MashaAllh Wly Gorsi kee Barnotaa
❤❤aswrwb laftis riqicha barnootaa mul'ata
Beelaafi yaada Qalbiinis muslims wal'ansaa ija Eegumsaa
Shamarran muslimaa fi oromoo haala kanaan arkuun hedduu nama gammachiisa
Mashaallha👍
Masha'allah slemwodsh bicha saygebang semalewu. Pls pls kewuketsh be amarngam akafyin. Nejat neng kebahr mado.galatomi
soon my sister
Barnootaa ajaa'ibaa irraa arkadheen jiraa galatoomi, kutaa ittii aanuus abdiin eegaa jirra ittii fuufi
Welcome back su,ad Mukhtaar qali namaa
NUUFII JIRADHAA ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾
Mashaalla Anaadhufu
Hayyuu tenaa❤❤❤
WOW You are very best
Masha Allah Galatoomi 🙏🙏
U excellent person
Mash alha
Wow bayyee natti tolee umrii naaf dheeradhu sister tiyya qaalii
Jabadhuu👍👍💐💐❤️❤️❤️
Mashalaa allah Galatomii ❤❤❤❤
Wwwwww wel cam mamiyee tenyaa🥰🥰🥰🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Mashaallaa jzk dhuga
Jabadhaa itti fufaa 👍😍😍
Mashaa Allh
Jiradhuu hamtun si arkin
Wow masha allah namako ati nama galatati walhii galatomi
BAGA ngyn nu dhuftee obleeti tiyaa qaalii
maashaa ALLAH baayyee bayyee galatoomi l like you
Well come umma teenya
Wow Jaalladheerraa!!!! Haasaawwaakee!
❤❤Maashaa'allah wrwrwb jklB/Oro aswrwb Addee Suad Muktar if hifannoo baga bara 2016 Mul'ataa fi yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa fi Eegu9biyyaan getter Geejjibni ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee wawrwb Biroo barnootaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi baga bara haarayaa 2016 German army commander of Afghanistan geese/ssan
Excellent my ifaa ❤
Mashaa Allah jabadhuu uktiyaa
as wr wb mashaallah beeye galatoomi baruusa gari nuf gote jzk
Qashtii too jechonnii kee hedduu naa hawataa hordooftuu tee yeroo maratii jabadhuu ittii fufii........
JUARI Muhammad mastrimndela for Ormoo pupil he is hero 🦁
You thank you So great about Everything
Maasha Allh jabadhuu jabduu ❤❤❤❤
Jabadhu hadhoko
Maashaall oboleeti tiyaa
Mashalhaa alha ❤❤❤❤❤❤
Well come my dear sister 🥰🙏
Kotuu me atis mati naf ta'iilammii too