Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Ameen Ameen Ameen
Ameeen Ameeen eebbifamaa namaa waaqayyoo bay'ee eebbifameera jabaadhu waaqayyoo bara keessan haa eebbisu ❤❤❤❤❤
Ayyaannii ammaayyu siif haa bayyaatu.
❤ameeeeeeeeeeeeeeeen!!!!!!!
Ameen Ameen ❤❤❤
Much grace brother Abdi
Ameeeeeeeeeeen Eebbifamaaa ❤❤❤
Waaqayyo gudaa usina Eebisuu❤❤
❤❤❤❤❤uufff abdii koooooo ❤❤❤
Ebbiifamii sanyii yesuus ❤
Ammeen Ammeen Ammeen Ebbifamaa Ayani Waaqayyo isinif Ha Bayatuu 📚📖🙏🙏
Ameeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Bannate Uffee ebbifaami
Amen ❤
❤❤❤❤❤❤❤
Ameen eebbifamaa
"Isa MOOTUMMAADHAAF lubboota akka taanuuf, nu godhate sanaaf...Ulfinni...Angoonnis...baraa hamma baraatti ha ta'uuf Yesusi"Faarfataa Phaawulos Tegenyi (Vol.1) irra jira
Eeebbifamaa. Luboota mana mootummaa moo moototaa?
Eebbifam dubbi guddaa dha kun
Dhuma bara Fi dhufa gooftaa maalif dhabee abdii ittii nuuf fufaa mee hangaa kutaa 7ffaati maalee hin jiruu
Mul. 5¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Yommus ani mirga isa teessoo irra taa'e sanaatti macaafa maramee taa'u tokko nan arge; macaafichis keessaa fi duubaan caafamee, erga cufamee immoo mallattoo torbaan mallateeffamee ture.² Ergamaa aango-qabeessa sagalee isaa dhageessisee, "Mallattoo macaafichi ittiin cufame irraa kutee macaaficha banuudhaaf kan male eenyu?" jedhee labsu tokkos nan arge.³ Waaqa keessaa, lafa irraa, lafa jalaas tokko illee macaaficha banee keessa isaa ilaaluu hin dandeenye.⁴ Tokko illee macaaficha banee, keessa isaa ilaaluuf kan male waan hin argaminiif, baay'isee nan boo'e.⁵ Maanguddoota keessaa inni tokko immoo, "Hin boo'in! Kunoo, leencichi gosa Yihudaa, hidda Daawit keessaa ka'ee mo'eera, inni mallattoo sana torban kutee macaaficha banuu in danda'a" naan jedhe.⁶ Teessicha duras uumama lubbuu qaban arfanii fi maanguddoota gidduu hoolaa waan qalame fakkaatee dhaabatu tokko nan arge. Hoolichi gaanfa torbaa fi ija torba qaba ture; isaan torban kun hafuurota Waaqayyoof hojjechuudhaaf guutummaa biyya lafaatti ergamanii dha.⁷ Hoolichi yeroo sanatti dhaqee harka mirgaa isa teessoo irra taa'ee jiru keessaa macaaficha fudhate,⁸ Yommuu inni macaaficha fudhates uumamni lubbuu qaban arfan, maanguddoonni digdamii arfanis hoolicha duratti in gombifaman" Adda addaan kiraaraa fi qodaa ixaana itti aarsan, isa warqee irraa hojjetame of harkaa qabu; ixaanni qodicha keessa guutee ture; innis kadhata warra Waaqayyoof qulqullaa'anii ti.⁹ Isaan faarfannaa haaraa yommuu faarfatan, "Ati macaaficha fudhachuudhaaf, mallattoo isaas banuudhaaf kan maltee dha; ati ofii keetii qalamtee, gosa hundumaa keessaa, afaan hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, saba hundumaa keessaas, namoota dhiiga keetiin Waaqayyoof bitte.¹⁰ Waaqayyo keenyaaf mootummaadhaaf luboota isaas akka ta'an isaan godhatte, isaanis lafa irratti mo'uuf jiru" jedhan. “Isin luboota mootii waaqaa fi lafaa ti, saba qulqullaa'aa anaaf in taatu' jedhii himi! Saba Israa'elitti kan ati dubbattu isa kana" jedhe.” - Bau. 19:6 “Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame.” - 1Phe. 2:9 Uma. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²⁶ Kana booddee Waaqayyo, "Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan!" jedhe.²⁷ Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume;“Yaaqoob yommus biyya Gibxii midhaan akka jiru baree ilmaan isaatiin, "Maaliif calluma jettanii wal ilaaltu?” - Uma. 42:1 Bau. 3¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²⁰ Ani garuu harka koo ol nan fudhadha, dinqii ani achi keessatti hojjedhu hundumaanis warra Gibxii nan dha'a; mootichi kana irratti gad isin in dhiisa.²¹ Sabni kun warra Gibxii duratti faara tolaadhaan akka ilaalamu nan godha; yommuu baatan harka duwwaa hin adeemtan.
Ameen ❤❤
Ameen Ameen Ameen
Ameeen Ameeen eebbifamaa namaa waaqayyoo bay'ee eebbifameera jabaadhu waaqayyoo bara keessan haa eebbisu ❤❤❤❤❤
Ayyaannii ammaayyu siif haa bayyaatu.
❤ameeeeeeeeeeeeeeeen!!!!!!!
Ameen Ameen ❤❤❤
Much grace brother Abdi
Ameeeeeeeeeeen Eebbifamaaa ❤❤❤
Waaqayyo gudaa usina Eebisuu❤❤
❤❤❤❤❤uufff abdii koooooo ❤❤❤
Ebbiifamii sanyii yesuus ❤
Ammeen Ammeen Ammeen Ebbifamaa Ayani Waaqayyo isinif Ha Bayatuu 📚📖🙏🙏
Ameeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Bannate Uffee ebbifaami
Amen ❤
❤❤❤❤❤❤❤
Ameen eebbifamaa
"Isa MOOTUMMAADHAAF lubboota akka taanuuf, nu godhate sanaaf...Ulfinni...Angoonnis...baraa hamma baraatti ha ta'uuf Yesusi"
Faarfataa Phaawulos Tegenyi (Vol.1) irra jira
Eeebbifamaa. Luboota mana mootummaa moo moototaa?
Eebbifam dubbi guddaa dha kun
Dhuma bara Fi dhufa gooftaa maalif dhabee abdii ittii nuuf fufaa mee hangaa kutaa 7ffaati maalee hin jiruu
Mul. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Yommus ani mirga isa teessoo irra taa'e sanaatti macaafa maramee taa'u tokko nan arge; macaafichis keessaa fi duubaan caafamee, erga cufamee immoo mallattoo torbaan mallateeffamee ture.
² Ergamaa aango-qabeessa sagalee isaa dhageessisee, "Mallattoo macaafichi ittiin cufame irraa kutee macaaficha banuudhaaf kan male eenyu?" jedhee labsu tokkos nan arge.
³ Waaqa keessaa, lafa irraa, lafa jalaas tokko illee macaaficha banee keessa isaa ilaaluu hin dandeenye.
⁴ Tokko illee macaaficha banee, keessa isaa ilaaluuf kan male waan hin argaminiif, baay'isee nan boo'e.
⁵ Maanguddoota keessaa inni tokko immoo, "Hin boo'in! Kunoo, leencichi gosa Yihudaa, hidda Daawit keessaa ka'ee mo'eera, inni mallattoo sana torban kutee macaaficha banuu in danda'a" naan jedhe.
⁶ Teessicha duras uumama lubbuu qaban arfanii fi maanguddoota gidduu hoolaa waan qalame fakkaatee dhaabatu tokko nan arge. Hoolichi gaanfa torbaa fi ija torba qaba ture; isaan torban kun hafuurota Waaqayyoof hojjechuudhaaf guutummaa biyya lafaatti ergamanii dha.
⁷ Hoolichi yeroo sanatti dhaqee harka mirgaa isa teessoo irra taa'ee jiru keessaa macaaficha fudhate,
⁸ Yommuu inni macaaficha fudhates uumamni lubbuu qaban arfan, maanguddoonni digdamii arfanis hoolicha duratti in gombifaman" Adda addaan kiraaraa fi qodaa ixaana itti aarsan, isa warqee irraa hojjetame of harkaa qabu; ixaanni qodicha keessa guutee ture; innis kadhata warra Waaqayyoof qulqullaa'anii ti.
⁹ Isaan faarfannaa haaraa yommuu faarfatan, "Ati macaaficha fudhachuudhaaf, mallattoo isaas banuudhaaf kan maltee dha; ati ofii keetii qalamtee, gosa hundumaa keessaa, afaan hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, saba hundumaa keessaas, namoota dhiiga keetiin Waaqayyoof bitte.
¹⁰ Waaqayyo keenyaaf mootummaadhaaf luboota isaas akka ta'an isaan godhatte, isaanis lafa irratti mo'uuf jiru" jedhan. “Isin luboota mootii waaqaa fi lafaa ti, saba qulqullaa'aa anaaf in taatu' jedhii himi! Saba Israa'elitti kan ati dubbattu isa kana" jedhe.”
- Bau. 19:6 “Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame.”
- 1Phe. 2:9 Uma. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁶ Kana booddee Waaqayyo, "Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan!" jedhe.
²⁷ Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume;“Yaaqoob yommus biyya Gibxii midhaan akka jiru baree ilmaan isaatiin, "Maaliif calluma jettanii wal ilaaltu?”
- Uma. 42:1 Bau. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Ani garuu harka koo ol nan fudhadha, dinqii ani achi keessatti hojjedhu hundumaanis warra Gibxii nan dha'a; mootichi kana irratti gad isin in dhiisa.
²¹ Sabni kun warra Gibxii duratti faara tolaadhaan akka ilaalamu nan godha; yommuu baatan harka duwwaa hin adeemtan.
Ameen ❤❤
❤❤❤❤❤uufff abdii koooooo ❤❤❤