Atii hadhaa manaa ketii akas odhuu hin qabduu obalesaa koo yoo si hin tanee ofiraa hikii malee akasii nama midhun hin tatuu sanifuu atii dhiraa mii wan akaa nama jibisisuu wlh bagaa basee balon qalin
Bagaa sittii gowwaa atii yero ishee daa’imaa gara qabduu maaf bira deemtee?? Gowwaa dhaalla yero gara qabdu Amaalii ishee ni jijjiiraatii atii maaf hin beekne akka ishee amala jijjiiraatuu gowwaa nama
❤Ayane akanaa jetee akkaa itti hin debinee dhifamaa jedhee sii ajesu hedaa shariyaa firadibetini nikaa isaa ufiraa hikii wly bode lubuu tee dhabadaa
Eyyan beka mala bafatee ayyaan lubbuu tetif yadiii
Ayyaan Intala namuusa qabduu kan dhiirra jalaa dedeemtuu mitii ❤❤atii ofii wasakaa dhiirra gowwaa tuu😡😡😡
Kkkkk balagee Ayaanii ijaatuu hin gaartuu😅😅😅A❤❤❤
Du'af moo Ayyan hin deebi 'in Bagaa ta'ee 😂😂😂 Afufi
Ya Ariifoo badii siituu qabaa anii heduu isiinii jaladhaa sifii Ayaniinii garuu situu badii qabaa Ariifoo me ofii dubaa debiidhii laliime ya Ariifoo Rabbuumaa jedhii shexanaa ofiiraa tobadhuu jartii te Ararfadhuu galfaadhuu
Kkkkh dhama'aa gawwoo 😂😂😂 mee akka ilma namatti yaadi hori 🤸
Gizee manaa kessatii itti tumtuu atti yo dagatee isheen hin dagatu 😢😢😢
صحيح👍👍 💔💔🥹🥹😢😢😢
Ani oso duniyaama tanaraa dhiritii dhabamatee wly dhira haargeetii hin heerumuu imaa du,aa malee
Isanu sin fudhan ok dhira harargee jachun qalii toko jate huda malif walti qabda ati garu
Dhugaa raabii waallii jalatani kaa siilkii waalira kaafatani waalitii araaramaa raabiin waalii isiini haa gaalchuu inshaa Allah arifoo atii tasigabayi baalloon miisikana abbaa miisikinati baalloo dhiisii ❤❤❤❤🎉🎉🎉😮😮😮😮
Ayii rabii isiin Haa qajelchuu haqaa jarsaa jartii rabumaa bekaa walif isiin Haa galchuu garuu balloo tuqin Arif
Ati amalaa kee siireefadhuu bolo waliin wali galii kabajaadhan jartii tee galafadhuu
Arifo dhisii karaa nagaa wayaa
Itti balesitee mangudo fudhuu dhaqii ararfadhuu galfadhuu ayyan namaa garidhaa 😢😢
❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa ketii
Atii hadhaa manaa ketii akas odhuu hin qabduu obalesaa koo yoo si hin tanee ofiraa hikii malee akasii nama midhun hin tatuu sanifuu atii dhiraa mii wan akaa nama jibisisuu wlh bagaa basee balon qalin
Kalsii dhisii kaa sii fedhuu erga jetta mucatii hin cinqaa😅😅
Ayyan hin shawadamnii kuni gowaan si ajesu heda hin araramin
Dhugadha dhirri hararge nama ajesti ani nin sodadha dhuga rabbi 😢😢
Yaa Arifoo keenyaa rabbii sii haa qajeelchu wallaah Ani nama akkana isiin hin seene wallaah waan hundaafu rabbii isiin haa qajeelchu 😢😢😢
Yaa obbolesaa kiyyaa rabbii kee sodadhuu kanii jituu biyyaa namaa jitaa wanii akkanaa dhisii kara nagaah demii akkii kuni sibasuu
Bagaa sittii gowwaa atii yero ishee daa’imaa gara qabduu maaf bira deemtee??
Gowwaa dhaalla yero gara qabdu Amaalii ishee ni jijjiiraatii atii maaf hin beekne akka ishee amala jijjiiraatuu gowwaa nama
Furmatee'sifi'dhuutii'gadii'tayii'baloo'iraagowwaa'wyii😮😮😮
Ee walahi😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🔪🔪😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akka ofii jaarti teeti roorifte ofuuma ofiti raga baate kan takka ayyan jecha siti deebifte hin beeyne kan akkan si jaaltu maaf itti rorrisa turte😂😂😂
Wyl ayuu luubbuu keeti hin tapaatin😢😢😢
Manaa olii debitee amaa siif bonaa malee bodaa siif hin bonuu Dhugaa Kanaadha luubbuun abbaan gatee lamaa bultuu jedhaa Oromoon😢😢😢😢
Yeroo salaamttaa nugaafattee kabajamtoota nuujettu namuma kabajaa qabu hin fakkaatu aboo akki ati itti jirtu kuni dhiirummaa mitii dhaabadhuu oflaali maraataa
Hoola wayyii Ayan warqiidha gowaa abbakee haa dhabaanii ayaan namichaa Hoola Kan irraa fagaadhu
Bagaa siratto cuftee akasituu sii ta.a dhira adba hin qabe 😂😂 bagaa sirati cufayee qafo mata duwwa
صح 👍👍👍👍👍
Mali kuni obboleti hadha ini qabu😢😢😢😢😢jasibbaa H❤❤❤❤ abshir 😢
Hani jarasa fi jaratii nama biratii dhisaa rabbii biratuu ulafata yoo wolifi hin tanee rabbii lee dirqin wolin jiradhaa hin jenee bakka jalalii hin jiranee
Kanafuu yoo jalala wolii dhugaa qabatan woliti ararama kabajani fi jalalani wolin jiradhaa jirun aduniya xiqodhaa😢
Attii Duraan ishee ulfaan jirtuu jibitee bira Deemtee sana boodaa debitee akkaa hateetii itee tumtee amas si jala bafaatee maaltuu si cinqee jala hin aftuu Dhiiraa Akkaa keetii kaanaan Dhiiraa jechuun salphiinaa dhiraa dhaalaa fuulaa midiyaa irratti idhee tumuu Dhiiraa jeedhaama
Gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowwa gowa😂😂
Gowaani akka keeti kanii jirtuu hin male dhugaa rabbii Addunyaa kanaa irraa galuu qabuu.ati horii akka keeti kana maali godhanii.Ayani durbati gaariidhaa.
Raabii sodadhuu abo atii seraanii arafdhuu arii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Obolesaa koo dhisnii hadhaa manaa tetii yoo hin fenenii dhisii hin ciqinii atisii hin ciqaminii osoo aramtanii kabajamanii wojii jiratanii fedhaa anii gamaa kotii 😢😢😢rabii kehirii Haa godhuu ishalhaa
Yaa dhirota kenya hin fudhiina yoo bultii horachu hin benii malii umani nuqafalii uuuufffffiiii 😮
Like hin godhin yaa oromo nama dubartii midhu wly ati kuni domaadhaa namichaa kan nama si dhabamee
Ayyaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ namusa qabettii tolchee bitiif ballooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Saaree wasakaa aatiii gaafaa iisiii lubuu laamaa jiirtuu maa gatee biraa deemtee amaa isiii morkatee manaa ufiiii barechiiifatee jeenaaniii iitiii deebuu yaadaa
Dhirrii dhalaa tanii tan jala figuu jartiii ofii ajessuu irra hin gortuu jecha kana iti senoftaa
Dhugaa keti ishe yoni ajese kani Bira jira jechufi kuni dhiruma miti dhiri kani dubarti ofi jabesu😢
Yaa waraa Conmati hin shawadaminaa jarii kuni piraki nu godhaa jiraa demee fb dhaqaa lalaa😂😂
Nama jibituu maa itti bilbilaa darsaa😂😂
F🦍🦍🦍🦍🦍🔪🔪🔪🔪🤮🤮🤮
Hin basin baloo gurbaa Kunis kanumaa akaa zakoo fadhaa😂😂😂
Rabin walitiisinhgalju 😢😢 😢🤲☝️
Astogfurullah waan kijibdu dhabdeee😂😂😂😂😂😂 maqqaa isii ballesitaaa😂😂😂😂 yoo isiin dhiraan woliin karaa iraa irraa demtuu ati hin raftaaaa?😂?
Rabbii isiin haa lafisuu wallaah 😢😢😢😢yaa Rabbii kiyaa walii fayyisi
🤣🤣🤣🤣🤣🤣dhiraa wajin arkitee dhistee😂😂😂😂😂baloo ajesuf mo
Namichaa gowwaa hoorii kana mee ofii ajjeesii maal ajjeestaa ajawaa seerii jiraa bar
Yaa abboo yoo oboletii qabatee dhisii ufiraa haa jiratuu
Yaa jaamaa qoyii filmiin kesaan Wan cinqii malee filmiin biraa hin jiruu philis oroomon sabab adaa adaan fafacowutii jirti philis oroomuma akaa baqanuu nun tasisinaa
Bagaa bitef baloon miskinaa us gurbaa 😂😂
Ati xiriqee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂balgee jartii tee duraa maa harkaa hitee
Waa tokko sitti himuu silaa akkaa ati godhaatuf silaa sittu waa hin himaani ilmaan qabnaa dubartiin tuun amalaa garagaraa qabdii yeroo garaa qabduu kaa jarsaa jibisisuutu jiraa kaa jarsaa jalaachisutu jiraa silaa ati osoo ilmaa keetif yaadee hin obsitaa turee ergaa gatte demtee dogogoraa qabdaa maati isii ararfaadhu isillee jarsotaa itti ergaadhu ararfaadhu sii jalaati sitti artee maalee osoo sii jibitee bilbilaa sii jalaa hin kastuu tuuree dubartii kabajaa barbaadi jalalaa barbaadi jechotaa gaagaari barbaadi dogogoraa qabdaa milaati jigii kadhaadhu ati namaa gaari turtee yeroo obolesaa kee gorsituu saan sammuun suun esaa dhaaqee yeroo saan namaa gaari fakataa hinaafa dhisii arifoo duraani debii'ii namaaf raabinilee waal hin dhaabin duraan ilmaa namaa fakataa ammaa garuu jinnii fakataa Raabbi kee ofiraati sodaadhu namati aruu dhisii baadin tiyyaa maali jedhii of dubaa debi'ii of laali ati ilmaa muslimaati
Ayan miskinaa sumaa musimaan😂😂😂
Miyyoo dhisi ha dalagatuu jirenyaa ke jiradhuu
Dhiri hudduu gudatuu duruu faydaa hin qabuu bagaa argaa tee siin jetee ayuun
Dubartin haadha jaala saagaltu jira oke egaa lubbu isitif sjjeessuf deemtu kaalas yoo warqa isii kenif
Gowwa Balloo maal sii godhe gafa mucati lubbu baafate maatiin keessan waan ta,e nyaatu seeta
Milkiin isinitti haa gortuu maati naa tahaa❤❤nabira hin tarinaa
Oromo like hin godhinaa namichaa gowaa kanaa
Ani erraan deffadhe sabiskirabi yyu
Jalalii gidii esaraa garuu itii dhiban ilmaa dhalchituu jetee oromon atii gidinii akam wojin jirataa
Kijibaa kee egaltee dhiraa wojin demtii jetaa wolahii namnii kijibuu galmaa gayuu
Ani kani naa dhibee ummnii yamaan hunduu akkumaa tokkotti yaada ummataa gowwa maraa
Warqaa ishee keniif isheen siin barbaadu
Ayaan deebi'ii inni nikaya sirraa qabaami atis arifoo tasgabayo balloon homaa isii hin gorsu dhiisi baloo yaa arif balon nama namaaf keyrii yaadu
Anii sii osonii taaee sofaa kanaraa taee hiniiwarabuu. Video kanaa
Demii baloo biraa demii mangudoo furadhuu Araramaa gafadhuu yoo jalatee milaa isi iraa kufii
Jalaa hafi yaa obbolleessa kiyya
Yaa Arif balloon nagaya buuse osoo isiin siharkatti dutee situ itti gaafatama garuu hin gowwomin micayyoon malaqa sidhoysatti harkaa wabdi
Walhii anii wan akaa dhraa hargee jibee jiraa walhii oso dhrii dhbtee hargee hin herumuu
Rabin, isiihaa,ararasuu,balloo,hin,tuqinii,inii,misikinaa,sutaa,isanii,wolii,galii,inii,wolitii,isiihaa, ararasuu
Durann maliif hin qabatiin ballageee😂😂😂😂😂😂
Usiii gowaa asayaa isaa tatibbaa hin qabaneee.
Atii malife balloo raa fitaa atii jarite mana house 🏠hitaa akistee afanii qabaa jetaa dhubtaa 🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫
mali karaa nagatin wolitti debiyaa yaa oromo 😢😢😢❤❤
Yaa obbolleewwaani kiyyaa warooni komatii me hin arabsiinaa gorsaa mucaani kuni duraani namumaa gaarii turee Ayuu tanaa akka itti fudhee ni bektuu yaa obolesaa kiyaa Rabumaa tokochaa jedhii dhisii mashakilaa kanaa magudoo fudhuu balloo biraa dhaqii araramaa wayaa karaa nagayaa wayaa yaa oboleti tiyaa Ayuu misikinaa Abshiruu mamiyee to atisi hin arabsiini yoo hin fenelee karamaa nagayatii na ebisii jedhiini
Karaa nagayan manguddoo fixadhu Ayanin midhuu hin yaddin duniyaa xiqo kana jetee
Bakka ayyan of ajessii of fannisii balageee
gowwa atii hangaa ayaani hin geessu dhiraa akka kee kana kolaasani mana ka'udha
Arifoo dhisa wol ararffaadhabbo rabbiin sodadhaati maali akkanatti soda rabbi dhabuun kuun😢😢😢
Ayii dhiraa gowa 🐕🦺🐕🦺😝😝😝😝🤐🤐🤐
Arifoo mee Rabbiin sihaaqajelchuu abboooo
Marata dasee kesati naratee😅😅😅😅😅😅😅😅
Balloon siif jechaadhaa bar lakki hin ajjeesin balloos
Jibana sitif ega jate dhisiga nama jiban numa dhisani
Tish gurbaa Qamaaca kana jiba ani wly😂
Afuuffa kijibaa dhiraa wsjiini demti jedhaa Ayyaan nama akksiti miti yo jalala isii qabate jarsumani galfadhu
Maaloo waajiin jiraa homaa godhuu hin dandeessuu
😂😂😂 siitu kabajaa ofirraa fuudhe
Yaa sare ofii adabii taii sagaxee saree 👊👊👊
Humnaan dhiisi obboleessoo ee baqqaa seeraan deemee siin jedha akkanatti miti dhaadannaadhaan hin deeman duraanis sitti balleesse warra keetti jechuudha dubartii jechuun sun nan abiyyichaa keenyaatiin wallahi amaanan abiyyicha keenyaati jechuudha amaana biyyicha keenyaati jechuudha amaanaa isaaniitii jechuudha amaanan biyyicha keenyaati jechuudha dubartiin tokko sallallaahu aleyhi wasallam
Namii shaa maraata dura jariiti akaa itii bulifatan baradu akaamiti miidiya😢rariti jariti ifii tuuma
Kkkkkkkkkkkkkkk jakettaa maaliif ofirraa baase
Gowwaa dhugaaa😂😂😂😂😂😂😂😂
Akkas hin jedhamu jarti Kee ishi dhira waliin deemtun arge jechuudha sirra sirri miti manatti gorfadhu
Usi rural gowa😂😂😂😂
Gololichaa Sun fi namichii kun Obolleyyaan gowottaa 😅😅😅
Sutu akan godhe yaro dura ega birati debite malifi akasa gota ayan misikina 😢😢😢😢😢😢ya ro dura sanifa atiken misikin turute ama mali tate 😢😢😢😢
dhugaa mitii atii maliif jijiramtee ayaan miskinaa 😢😢
Arifo me sutta jedhi addara❤❤
Kijibaa kee dadhabnee aman duraa dhiraa walin .manaa galtii jetee afan banaa turtee amas dhiraa walin karraa demtii abbo rabin zari keessaan lafarraa haa fixuu
Gowwaa guddaa😂😂😂
A😮😮gowaa gowaa gowaa gowaa gowaa gowaa gowaa ‼️ A 😮😮
Abboo lubbuun nama rabbitu baasa tahe