Zakkaariyaas Boqonnaa 1

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 20 жов 2024
  • Zak. 1:3 Kanaaf Waaqayyo gooftaan maccaa, ati saba kanatti, "Waaqayyo gooftaan maccaa, 'Gara kootti deebi'aa! Anis gara keessanitti nan deebi'a' jedhe" jedhii himi! Kana ana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate.
    Zak. 1:4 Isin akka abboota keessan warra dur raajonni, "Waaqayyo gooftaan maccaa, 'Karaa keessan isa jal'aa irraa, hojii keessan isa hamaa irraas deebi'aa! jedha' jedhanii utuma isaanitti himanii, isaan anaaf dhaga'uu, anaaf abboomamuus dhiisan sanaa hin ta'inaa! Kana ana Waaqayyotu dubbate;

КОМЕНТАРІ •