How can I explain this sweet words with pleasant sounds? Cultural but telling us how Oromo people is oppressed and lost its rights, why he is imminent, and what odds are going on his present land. Thank you Dagim for this. I was almost crying
Kun geersa osoo hin taane,!!! Kana jedhee akkataan itti ibsu hin qabu wanti inni jedhe Hunda ijaan argaa ijaan jiruuf Ati Artii oromoo seenaa keessa Isa guddaaf isa tokko, keessummaa bara ati biyyaa baate jedhamee kaase nama hanga har'a akka durii sanatti jiru si qofan arge, kankee ajaa'ibuma. Umurii dheeraaf Bilisummaan siif Hawwa. No words for my Oromo artiist all big to small! Oromia shall be free.
How can I explain this sweet words with pleasant sounds? Cultural but telling us how Oromo people is oppressed and lost its rights, why he is imminent, and what odds are going on his present land. Thank you Dagim for this. I was almost crying
I found this after I heard it on Tsegaye Gebremedhin poem and don’t tell me how happy I’m finding the music ❤❤❤❤❤❤❤
Kun geersa osoo hin taane,!!! Kana jedhee akkataan itti ibsu hin qabu wanti inni jedhe Hunda ijaan argaa ijaan jiruuf Ati Artii oromoo seenaa keessa Isa guddaaf isa tokko, keessummaa bara ati biyyaa baate jedhamee kaase nama hanga har'a akka durii sanatti jiru si qofan arge, kankee ajaa'ibuma.
Umurii dheeraaf Bilisummaan siif Hawwa. No words for my Oromo artiist all big to small! Oromia shall be free.
Uffffffffff baga rabbi bilisummaa ija keen si agarsiise kilolee koo Dagikooo. sin jaallanna
Uufffeeee yammuun geerarsa kana dhageeffadhu,imimmaan kootu ija naguuta. Waaqaf haa galatu amma aduun bariiteetti
what a powerful and heartbreaking Gerarsa! Kiloolee keenya nuuf jiraadu.
Dhaledhe akkamiti
Narge umurii
Araagessa sifa kenuu
sanyiikoo maatii naaf ta'i
Omgggg....Makes me cry:(. Even if i don't understand wht he saying
😭😭😭😭😭😭
Garaa nama nyaata
Uuufffff jiraadhuu sanyiikoo
naman baay'ee jaaladhu umurii dheeradhu.
2024 October 22
የኦሮሞ ልጅ ሆኜ ግን ቋንቋ ወፍ የለም ግን ፈታ እያልኩበት ነው ጭንቅ ብሎኛል ፈታ ለማለት ምርጫዬ ነው አመሰግናለሁ ዳጊ እንወድሀለን
si barississu
Where are you back oromiyaa century sides to know afane oromo that's my be three months
Keessa garaa nama nyaatti aboo, biyya keenyarratti reebamne ya firaa.
Wow.onnee.ilma.nama.sagaleen.bishaan.lagatii
so dynamic music
Good one
Ajaa ibuma baaye nama yaachisa
the best of the best for every!!!
where's killolle in this crucial time and moment?
Wowooooooooooooo
2019?
good job
Eyob Bayssa umurii dheeradhu
Dagiim jiradhuu umurii dheraa bayee sijaladha wallahi misra jedhama agarodhaa yii
ishoo galatomii sabonaa oromo we love you!!!
dhugaa keeti nuu jiraadhuu
Hyman sing in
@entertainmentmaster9 afan oromo (oromiffa) from east africa Oromia
Nuf jiraadhu leencaa oromo
ishooooooooooooooooooooo
Leencoo koo
Good
Isho obbokoo ya doora....
Tefera N ishooka.Leacakoo
Dagim mokonon
7
ishooooyi
😍😍😍😍😍😍
Ishooyi
hii
hii