Maal Sool hin fuuneem. In gaafate malee. Waanuma jiruudhas. Sooreen 2 keessan dhiistee kan biraan fuudhuu danda'a. Durba si bira hin jirreef dhiira loluuf arrabsuun in dabbara. Baayyees goota of hin godhin. Fakkarsuun abiddaa hamma bishaan argutti jedha oromoon. Midian wal jaallachuunis ta'e wal loluun of mullisuu keessan malee dhugaa akka hin taane beekamaadha.
Dhugaa rabbii mucaan abii jetten kun heedduu takka garaa na nyaatee yaa oromoo dhisaa.
Dhugaa annillee gaara nyaate😢😢
🥲🥲🥲🥲🥲🥲🤦
Inni sirrii jiraa akkamiti jaalatii isheen dhiira inni soolan amoo duraa hin jaalannee hin jennee
Anii akan yadutii ijoleen ira lamanu badii hiqabanii ishumaa saree kanatu biyaa walnyachisaa jiraa😢😢😢
Yoon kuni Waranyaa maaf itii Kaakasa Amma 😢😢😢 Jaala Namaa kessa in Gaalin Ati Yoni Abaa hoduu
Afaan hin bannin solee guraa kee muchaa da'imma kanati maal iyyiitaa harkii koo dherra gabbaba malii maree kee dhissi guraa kee hin naafa'iin dhugaa anni siini lachuu hin bekku garuu guraakeen jibee😊
Maal Sool hin fuuneem. In gaafate malee. Waanuma jiruudhas. Sooreen 2 keessan dhiistee kan biraan fuudhuu danda'a. Durba si bira hin jirreef dhiira loluuf arrabsuun in dabbara. Baayyees goota of hin godhin. Fakkarsuun abiddaa hamma bishaan argutti jedha oromoon. Midian wal jaallachuunis ta'e wal loluun of mullisuu keessan malee dhugaa akka hin taane beekamaadha.
Yes dhugaa keeti ❤❤❤ follow jecha afan banuu
Atii yonini jarsumadha moo walittii naquu dhuftee jazabaa hin albini gowaa jarsii namaa tokkoof ossoo hin tanee wali qixetii hararsaa ati garuu walittii naqaa jirtaa bayii dhimaa sanii keessaa
murteessaan isheedhaa dhisaa kanafuu yoo isheen jalatee humaa gochuu dandeessan kana bekkaa intalii kanumaa abigatii jabbaadhuu
ani
humanaa
qabaa
jedhiin
rabbii
sirraa
jiraa
kaa
humnaa
qabuu😢😢😢😢😢😢
Jaalala kun salphaa miti solan itti bonna sannu soreen garu dhugaa isaa jaalati abigos dhugaadha jecha hin ture soren abi immo ergaa jaalate gafachu mirgaa qaba maalif miccayyo hin herumnee wan ta'ef yonin imo zim jedhi walitii hin naqiin abigo ayzok solan immo dhiraa of hin godhiin dhirrii afaani watwaatu natti hin tolte waree dhisaa seran hojjiedha
Soolanin Amoo waan biraa wal giduudhaa hin Qabnuu hin jennee maaltuu isaa gubee duraa hin jaaladhuu hin jennee Bg jaalatee dhiira bee micaan sirrii jiraa
Qaxayii pls
Yonii atii Araraa buusaa jirta moo balaa buusaa jirta
Murteessaan isheedha akkam akkam haasoftuu bg gaafate fuudhi isheen ishi siijennaan kalaas
😢😢😢😢
Obbolleessa kiyyaa ati ini guudduu jirtuu araaraa busii male wa.een akkasi maatii waliti busaa waqayyoo waliti isin haa ararasuu
Yonin arasaa dhaqee moo walitii naquu dhaqee😊
Dubartii kanumaa birraa jirtuu abbaa worraa ishitii
Dhiraa dhala iratii wol loltuu. Akan jibuu😂😂
Anaaf gafii dha? Waan kuun dhugaa moo?
Ummattaa cinqii dhisii hin gaahhaa😢😢😢😢
Solaan dubii dhisii dubaartin yoo yaada namaaf yoo latee maalee dhirii namaa hin gaafatu jalalala kuni balleessan dubaarti bira
Mucaa jalatii dhamastii malii itii wocaan
Safuu yaa oromoo maal nu fayyadaa Wal jibbuun jaalalliyyuu hin dhumne halagaa nuttii kofalchiisaa homaa miti
Hundii keessan balageedha kosii dawaa maaqa oromoo hin balesinaa
Iccccccc hangaa gessaan Reefuun argee namaa tokkorrattii maaf dultuu dhugaa hin maa aqaxaraa innii gidduu
Bagaa jalatee malii adhaa gunii maltuu fidee gaa amamoo
Solaa dhugaa waqaa bekkaa fakkataa malee bekkaa mittii atii edaa malif hararaa hin busenee qoyyii atii elaa namani hundinuu balesadhaa innii sitii hinmee walitii isnif naqaa dhugaa atii innii yoni miraa keessaa bahii bagaa jalatee Mali gonuree atii solaa biraa darbii innii dhiraa ta'e calii yoo sii jalaa jedhuu akkaa balesee bekkaa kanf hararaa busaa rabii jedhii
inisii dhiraa hini tufaatiini imaa dhiraa citayaa tetee atiini kusii irraa tetee isaa tufastu inisii boruu edo gayu hini betuu kanafii namaa hini tufaatina yaa romoo
dhisii solaan maloo aniis akumaa kee jalalee koo godanyaan naraa fudhaatee jabbaadhuu defaadhuu solaan
yooni kun aqaaxari wayitti
Maalii kuni jalalaa lii salpdhaa yii akkamu miidaa kana yii uuuuuuuuu wanti kuni garuu dhugadhaa
Solan maalif kijjibaa qoyii
Enyuu watatefii atii hisitaa yaa jalatuu atii kanumaa biyaa alaa jituu jaladhuu
Dubartii kanumaa birraa jirtuu abbaa worraa ishitii😅😅😅😅😅
Abigo inni jedhan kun dhiira mitii jaallachuu hin danda'umooyi
Bayii Argaa kesaa maratuu bichaa
Kkkk soolen dhugaa na ajaa,ibaa akkamiti Hiriyaa isaa namaa dhiisa😅😅😅😅
Dhugumaayuu rakkoo qaba gurbaan abi jetaan kun hin kolfaa silaa
Ishiin Shaarmuxaan tunii maalif Ergaa sool jaalatee Abigoo jalaa kaati Akkamiti Hiriyaa soole jaalatii sareen ishiidha
Wayooo balan butee,kaa😢😮😂
Yonii kana icii akaa dubarti giduu sene odesa wan hundumaa
Qoi malif nama dorsisun😢😢😢😢
Wallaa kolfan duee atii itallaa akamitii
amre waqayo arka kee ya gababsu malin aknti nama tufachun😢😢😢😢😢😢😢
Yooni oduu kee dhabii waree
Sila ada namtichi soolan jedhan kun faara keessa kaa dhumaati sagaxe nama arrabsuu male homaa hin beeyne
Attii kan jiduu calis oduu
Habinii jalalaa dhuga beka wolayii atii dhisii hini ciqini jalalii jamadha malo itii hini faradamuu kana namicha ufii kesa basaa wolitii isini ofaraa wolayii 😭😭😭😭😭
😂😂😂😂😂😂dhaa gafaa walii arganii walii tumani😂😂😂
Wayi soree Waal ficisiste biyyaa
Maltu sigalchewa'ee namaa keessa hin galin oduu murteessaan isheedha
Akkaa kooti namni rakkoo qabu sorreetidha
Murtessan Ishedhaa Waan Ta'eef Warri Jalaa demtani Odessitani Dhabaa
Dhironi kennaa kuni maaliif hinafaa duraa yomin jalateraa soilan
Hundumti keessaanu gawwadha 😮😮😮😮😮😂😂😂😂😂😂😂😂🤪🤪🤪🤪🤪🤪
Solaneeni muca kanati fakkaara yaa oromo yaddani qabadha akka hin midhammine
Ayyii jalaalaa miidiiyaa😂😂
Maliin yonin kun waltii naqaa jiram😮😮😮
Uufff. Nagaa busaa 🤲🤲🤲
Hamma soreettin heerumte haadha manaa Hin taanetti enyuuyyu jaallachuu danda'a maal mucarratti duula namni
Micoo tanumaa hin dhistani maloo jarana sole dubartoni babaredun gutee dhisii bahii Isaa kessaa sii tatuu dhugaa dursaa ergaa SI jaltee hiriyyaa Kee wajin maa marti qoyii
Enyun of seha namicii solan jedhamu gowan kun🙄🙄🙄
Ishiitu balleessaa qaba solanis taanaan pirankiidha jechaan turree midiyaarratri maaf qaajjoftuu
Gowa gowa wolii gayye
Kutudhaa namitinii mataa moluu tunii dhugaa
Prankidha kuni dhugaa miti😂
Kan ruta fi Abrish hojecha jiru bar😅
Solani ofi jajjii waranya eshi waradae
Abi go yoo jalate jalala isaa hubadhuf kaa Akka nama bartateti yadi
Solaan kuni dhedhii wayitti
Intalii abiko jalatii isaa farsitii wly😂😂😂
jarii kun diraamaa hojataa jirumee dhugaa😂😂😂😂😂😂😂
Ayi soolaan😅😅😮
Gowaaa hundii ke 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Shamarii lafaraa hin jirtumoo ishee maalĺee maata nuu nanesisiin mee dhugaa iccii
Namichii yoni kunii moo malifii walitii naqaa😅
😂😂😂😂😂 hooleyyii😅😅😅😅
Dhadanon malif barbacisee hola bichaa 😊
Baga kolfee
birankii dha😂😂 sobdu wahi ija kessanirra hima
Mucaan miskina wly nama gaddisisa
Atti soleefi Abi giddudhaa ba'ii oduu😡😋
Uuuuuffff umatuma gowwaaa kama abo waanuma irraatti muddii qabatani dhabdanimo aegaa keessaa😂😂😂😂
😂😂😂😂 saretuu wani oqisee debiye nyataa ati oblesa ke jala debitaa nyataa ..
Yonii tortoraa ajaa buqee malii solaan birii meeqaa sii kanfaalee garaa saa dubataa jonjaa jarsii akasii garamin akaa abii hin jiruu
Atimoo hin fakarin solaa irii fakartuu onee hin qabduu
Yonif solaan mataan galaagala abigoo atii nama waqayootii namaa hin arabsin
Namicha dullacha kana of gidduutii baasaa jaalalli dhugaan sooreefi biigoo gidduu jira us jedhi soolee ati enyuu abeet fakkarsuu😏😏😏😏😏😏😏😏😏😏
Abigotu ballesee dhugaa
Akkam rabbin of gochuu barbaddaa
Yooni jedhan kuni maaf dubbii oo'isaa😢😢
Maal wa,ee dhirumaa kee Asiratii odesutaa Amma solaan jedhan Kan namaa Hin dogogoraa maal ta,aa Yoo tigistii godhatee malii garuu🤔
Yonas ati maqaaf pheenxee dha gaa ama 😢😢😢
Bagaa itti Cabsee Jalatee Abiin Soloon Ammaa Infaadhaa malee duraa maaf Seraan hin Qabiin intalaa.
Solan shamara kamiinu numa jaallata garuu Keessa kana jedhee hin filatu 😂😂😂
Saloon maalif sobdaa mucatin yeroo midia irraati si kadhatu arrabasa hin turee amma maalif fakkesita
Abboo achii nuraa dema
soliii kolfanii naa fixxee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yoonas ati dubbii itt caalchistaa
Maloo Oro Koo Nagaa Busaa Rabii Jedhaa Alagaan Nutii Kolifaa
Hicii hintal molqee kanaf wal loltu dubara babaredun gutee 😂😂
yonin kun shexanuma mitt tish😜😜
Yonni ati araara buusi akkaa Abba dhimaati hin dubbaatin
Inuu jaalladhu jetteeni hayyamte adaa soolan etuu dhugaan jaallattee akkamitti jaalalleeke namaaf hayyamta 😂😂😂 wallahi soolan mucattiidhaaf hin ta'u abigoo sooree fuudhi
Yoni kun nama walitii naqaa😂😂
Namichi Yonii jedhamu kun nama waliti oofuu jaalata wly😅😅
Isheetu itti dawala amayu jedha aazubillah😅