ABRAHAM TARE: MAALIREE INNI NA YAADDEESSU?!
Вставка
- Опубліковано 22 вер 2017
- Singer : #AbrahamTare
Sponsored and presented by #WAKJIRATUBE.
WAKJIRATUBE financially sponsors and presents #Oromogospel songs and educational videos. All videos on this channel belongs to #WAKJIRATUBE.
Please subscibe for more Oromo Gospel songs!
This is Oromo gospel song from Ethiopia. The simple meaning of the song is that ' Even if world is in turmoil and fear, we stand strong and do not worry because we have stronghold(God)for our life.
God bless you for ONE MILLION views !!
b;b;
222
@@gettinana1134 ማርዬ
)
Ameen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifamii mucaa dibata
Ameeen garu ani oritodoksidha bayyen jaladhaa phenxe
I like this song from Madrid Spain 🇪🇸
I love this song it brings life to my whole being .I love my old oromegna language it's sweet to my ears. Thank you Abraham Tare 🙏❤️
@@tihitinabelew5408😊 3:28
Mac bro
SI. Jalaadha❤
Akkam namatti toltu saba waaqayyoo !!!! Maaliree inni nayaaddessu maaliree gatiikoo Yesuus tu fannoo irratti xummureeeeeeeeeee!!!!!
ልዩ መሳጭ የኦሮምኛ መዝሙር ነው... ቃሉን ባልረዳውም እንዲሁ መንፈሴን ገዝቶታል
I am musilm but love song
Ebbiiffamii ebbiiffamii ebbiiffamii buchee koo ❤❤❤
Utuma diinakoo na laalu
walakkaa isaaniiti eebba na nyaachisa!...
....
...
Harka isaan arge ofirrati! Wow❤
በጣም ተባረክ ፀጋዉ ይብዛልክ ምንም አለም ቢናወጥ እኛ አንናወጥም ጌታ ስላለን በእዉነት ተባረክ ወድድድድድ ነዉ ማረግ የአባቴ ልጅ
Gooftaan saaeebbisu! Faarfannaa kana dhaggeeffadhee hinquufu. Ayyaana isaa siif haadabalu Waaqayyo.
አሜን ንን. በልቅም የቋንቋ በሌቤት እግ/ር ነው. ተበርክ
Amen
ua-cam.com/video/pPb1ALv5zXM/v-deo.html
Goftaan dadabalee si'i haa eebbisu!
ዋዉዉዉዉዉዉዉዉዉዉዉዉዉዉ እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል እልልልልልል ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ ሀሹ በክርስቶስ እየሱስ ስም ተባሬኩ የክርስቶስ እየሱስ ጄግኖች
hayyee Bayee Nagamachiisa Farfanan Kunii Waqayon Sihaebisuu Nutii Matiin Waqayo Kan Kenyaa Abdiin Isa Si'oliiti gamachuu Malee Gadaa Hin Qabnuu🙏🙏🙏🙏🙇🙇🙇🙇🙇❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏👏👏📣📣📣📣📣📣🎶📀🎧🎷🎻🎤🎺🎸📺📻💒💒💒💒💒👍☝☝👌👈
Baayee namaa gamachisaa farfanin kuni
I don't speak afaan Oromo. But I liked this song and watched and listened more than 20 times. I am blessed. I encourage everyone to watch this graceful song and be blessed. I want somebody to give me the full translation of this song. I also want to translate it into Hadiya, my mother tongue and share it in my networks. May God bless Abrahaam and those who worked together with him!!!!!
amen amen amen
⁹
More blessings my Christ brothers and sisters🎉it's still not old, really touches ✊ watching from Kenya..29/jul/2023
Abiree waaqni ayyaanna siif dabaluu
Ammmmmmeeeeen
Ammmmmmeeeen Abrshii Ebifamii hundikesanu Ebifamaa 😍😍😍😍maloo ani biyaa koo Arginan garan nabadee 🙇🙇 💞💞💞💞💞
Farfaaanna heddu namatti toludha, waqaayyoo sii haa ebbisuu obboolessa keenya
Uuuuuuf Ameen waqatu naa fiksaa Ameen naraati mo'eera Arkii saa
Abrii eebbifamaa namaa faarfannaa kee dhaggeefadheen quufuu dadhabee jabaadhu ayyanni gooftaa kanumarra siif haa baay,atuu
Wooooow Isaa jirata ta'eef, Maaltu jedhama Farfaachudha malee, Gooftaan Gudda isiin haa eebbisuu
Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen
Dibatatu sirra jira. of eggaannaa godhiif. ganaa fagoo deemtaa. God bless you
Waqayo.si.i.yajabesu.ulufadhu.obolesa.koo.baye.namati.tolla
Waaqayyoon Ayyana saa siif yaa baayisuu jabadhu obbolesa koo baayyee nama gammachisa
@@user-ez7gp5lo1u kook iiii898j hip 0 o⁰00eiu
Gatii koo Yesuustu fannoorratti xumure! Waaqayyo ayyaanasaa siif haa baay'isu.
Nama jabeessa dhugaadha jireenyas of keessaa qaba Waaqayyo ayyaana isaa siif haa dabalu eebbifami
May God bless you again once forever! your songs have a powerful message
Maliiree inii nayyaaddessu maliiree Kan bokku nabuussu maliiree gatii koo yesus faannorratii xuumuurree 💝💝💒💘💘📣📯🎹🎤
Maliree inii naa yadesuu maliree 🙏🙏🙏🙏🙏
እግዚአብሔር ይባርካችህ በጣም አስገራምና አስደናቂ መዝሙር ነው።
God bless you my brother! You are our blessing
ገለታ ዋአከአ ተባረኩ በብዙ, አሚን አሚን!
Amas ulfin si haa argatu mucaa kakuu ebifami jabadhu alum kanan iti fufi⚘💐⚘💐👏👍🤲📖⛪🥁🎧🎵🎷🎸📚✅
Mucaa gaara Sti'oon waqayyoo baraf jireenya kee haa ebbisu jabadhu Amma galmaa kee isaa ol waqa irra gesuti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
When the first time, I heard this song I breakdown with tears. That was just two weeks ago first of all the song Instruments has traditional and culturally plus all ladies on the video dresses and looks amazing.I miss home🌹😍 secondly the melody & the lyrics full my heart with a newborn love of Christ over and over again . I normally struggle to understand Amharic as I left the home very young age but for some reason, I actually understand the song. I just wanted to say what an absolute blessing song has been in my life for the past two weeks. Thank you my brother keep doing what you’re doing bless you’ and let the glory of God continue to shine in your message. So much love all the way from Scotland Brother Teketel.😍🌹😍🌹😍🥰😇
Je suis
The song is an afaan oromo gospel song not amharic
Farfannaan kee yoomiyyuu hin quufamu abrish ayyaana isaa siif haa Dabalamu
ኡኡ... Elelelelel love it 👌👌👌👌
Habaraam gutummaa biyyaa keenyaa sana nu dhalachisaa waaqayyoo abdiin qaba.waaqayyoof hin danda'amaa
God bless, we stand defended no matter what is happening around us, it will lead to his glory ....amen
Keep up Abraham taree. God bless you abudantly
Gumgumii malee dubbii koo dhagahaa !!! Namni Waaqaa hin dhabu wana nyatuu .... nama waaqaa xaneen hin dhahuu.. galatoom gooftaa Iyasus Ilma Waaqayyoo!!!
wowwwwwwww.ebbifami.waqaayo.si.ha.ebisu.jabadhu.
abdicate. qabana.kana.caala.sirra.dhagenya.lamafa
Uuuufffeeee gooftaan dachaadhan ayyaana isaa siniif haabayyisuu ebbifamaa
Ameen Ameen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeennnnnnnnnnnnnnn gatikoo yessus tu fano irati fureeee sihaa ebisu dachaa
Woowwwwwwwww baay'ee bareeda obboleessoo!! itti fufi akkanumaan
እዳው በጌታ በጌታ በጌታ ብያቹዋለውኝና ጎደኞቼ አነቢሊሳ ቤሔ እያለየሚዘምረው ዘማር ሱሙን ፃፍልኝ በጌታታታታታታታታ🙏🙏🙏🙏😥😥😥
Solomon alemu (bilisaan ba'e)bilash search argw🙏❤
I love you guys awesome song!!
ebbifamaa akasii ijoleen ifaa!!
WAAQAYYO BARAA FI TAJAAJILA KEE HAA EEBBISU.
Wow baay'ee jaladhera kanan calatti ayyanaisa sii haa bayisu💞
Jabaadhu!
This song take my soul to heaven
Thank u Abraham
ABIRHAM UUUUUUUUUUUUUFFF WQYOO SIYAA EEBBISUU
NUTI JENUUU UUUUUUUUUUUUUUUUU JIRA WQYOON KEENYAA AMEEN GUDDAA EEBBIFAMII UUFFFF
Uuuuuuuuuufffffffffffffffeeeeeeeeeee ameeeen ameeeeeen ebifaama😍🎶🎸🎶🎶😍😍🎸🎸🎸🎶😍🎸🎶
uuuuuuff Eebiifaami elelelelelelelelel ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen waaqayyoo baraaf jirenyaa kee haa Eebiisuu ameeen ameen ameen
Waaqayyoo baraaf jireenyaakee ha ebbisu jabadhuu itti fufi ayyannii waaqayyoo inni wan hundaa danda.u sif haabayyatu
WAAQAYYOO SI HAA EEBBISUU . AKKUMA FAARFATTE SIIF HAA TA'U
❤❤❤❤❤
Wowowowowo haleluuya haleluyaa haleluyaa haleluyaa waqayoo goftaani isini huduu ha ebisuu dacha dachaa ijolenii dhigaa goftani bitamtani waqayyoo jirenyaa kesani ha ebisuu ebifamaa barabarani goftani iyasusi kiristosi isa wani hudaa dada hu isa motii mototaa kani tee tokichaa ilmaa waqayyoo jalatamaa dhugaa kani te iyasusini Qofaa iyasusi irkoo kotii tisee koti dahoo kotii iyasisi fayisaa biyaa lafaa hudaa kani jalatee iyasusii galatomii dacha galani fi gudini fi angooni kani waqayyoo kenatii
Ebbiifamaaa waaqayyoo baraa keessaan haa eebbisuu
Eebbiifamaa ijoolee waaqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️
"Maaliree inni na yaaddessu maaliree?" God bless you!
uuufffee dammumaka eebbifami aboo!!
AMENNNNNNNNNNBAGAA SII IRRA KAASAA GALANI KAN WAAQAA TIE SETAN AFAN HAA QAABATUU!!EBIIFAMAA
Wow Ebbifamii gooftan sii'a ebbisuu dacha dachaan
Waaqayoo baraa baran si ha ebbisuu
Faaruu Abraham gooftasiibisuu jabadhuu Caltu u shallamaa
አሜን. አሜን. ተባረክ
Amen amen amen amen amen am.dacha.dacha.Eebbifamaa.waqayyo.gooftan.macaa.bara.jireenya.keesan.ha.Eebbisuu!!!!!!♥♥♥♥♥🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Ameeeen ammas harkii isaa sirratti yaa moo'uuu Eebbifami muca kakuu
ይህንን መዝሙር ሰምቼ አልጠግብ አለኝ ግን ቋንቋወን አልችልም የምትችሉት እበካችሁ በአማረኛ ተርጉሙልኝ
Wooooow farfanna bayee nati toludha
Waqayyoo sigargareerràaa eebbifamiiiii
Ameeeeeeen ameeeeen wanti feyuu yoo biyyati dhufee nutti hin yadanuu ebbifami mucaa kaku
God bless you! I praise God 🙌 🙏
Maaliire inni na yaaddessu udduu ati wolin jirtuu..Amen god bless you brother🙏🙏
Ameen Ameen Waaqayyoo Gooftaan bara keessan haa Eebbisu
Da
Dhageefadhee quffee inbeekuu eebbiiffaa eebbiiffaa sabaa kakuu 👏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲
Ebbifema maqaa goftatin aleluya!!
Most high blessings... beats are flowing well
Geta yibaarikaachiu yihimi. La iyesuusi. Yaansibataalli. Tabaareku
Wow ameen waqayyoo isin ha ebbisu ebbiifama Ergaamota Daanu kumaf kitilaan naannoo koo bufaate Halleeluyyaa wow Thank you jesus
Ameeen waaqayyo si haa ebbisuu 👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Uuuuuuuuuufffff farsaa kanaa hin qufuu,waqnii dhumaa kee haa bareechuu
Ameen waaqayyoo dacha dachaan sii haa Eebbisuu uuuuufff farfannaa kanan keessii koo bayyee bayyee itti gammadaa nuuf jiraadha
Uuuuuuuf ebbiii dachaa sirtii haa bufatuu ebbbbiifamaa❤
Ameen ameen guddaa waaqayyo si haa ebbisuu hafi jiraadhu mana waaqayyoo keessa
Abreee waaq samiirraa si yaa eebbisu faarfannaa kee kana akkuma mul'ata Yoh jedhame faarfannaa mul'ata baraa Abraham jejechuu nan danda'a .....faarfannaan kun mul'ata bara dhufaa jiruufi kan amma keessa jirru waan ibsuuf ammayyuu mul'ata kana caalu gooftaan siif ha kennu!!!!!!
Ayaan waqaayyoo siif haa baayatu!
Wooooow nama jechisiisa dhugaa waaqaa Gooftaan si haa eebbisu
Ammeeeeeeeeeeeen gooftaa ayyanaa isaa dabalee dabalee isiniif haa baay'isuu saba kaakuu
What a Good singer of a God ? be blessed brother
wow amazing
bless you
Ameen ameen ameen ameen waqaayoo dacha dabalee aynaa isa sifii ha kenuu ebifamaa 📖📖❤️❤️
Ebifami waqayoo Kanaa caalaa ayyaanasa sif haa baayisuu ameeeeeeeen ufeeeeeeeee
Maaliree inni na yaaddessu maaliree wow
yyyyyyy wwwwww
Waaqayyoo isiin yaa e'ebisuu hundaa keessan! Nama boonssituu!
maali ree inni naa yaadeesuu maali ree gaati koo yesusuutu fannoorrati xuumuree ebbifaamaa bara baran
Wow bayyee namati toluu waqayyo sina sebisuu
Ameeen ameeen barii jirenyaa Kee haa ebifamuu
Abboo dachaa dachaan waaqaayoo e.bifaamii
Amen amen amen amen waaqayyo yaa Eebbifamii
wooooooooooooooooooowww waqayyoo isin ha ebbisu
Aeeeeeeeeen haleluyaaaaaa ebifamaaaaaaa
Waaqayyoo ayaanaisaasiifhaa dadabaluubaay'ise.ILove your music🎵🎵💜💜🎧🎧❤️❤️🎶🎶😍