Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Naati toleraa jabadhuu barsiisa
Jabadhaa barsisaa kenyaa bayy'ee galatomaa
Barsiisaa koo guddaa galatoomi ulfaadhu!Haala gaariin barnota nuuf kennaa jirta. Namoota baratanii turanis ta'ee karaa kanaan barachuu jalqabaniif bu'u guddaa argamsiisteetta🙏🙏🙏🙏🙏Warra bu'aa argatan keessa ani tokko baay'een si galateeffaadha!Jabaadhu...!
Atis yaada keetiif, akkasumas nu hordofuu keetiif galata guddaa qabda. 🙏🙏
👌👌
Jabaadha barsiisaa baayee namatti tolaa
Barsiisaa keenyaa baga nagaan nuuf dhuftee
Galatoomaa barsiisaa koo 🙏
baayyee.nu,fayyadeera,galatoomi,teacher
Thanks
Baga nagayan dhufte
Galatoomaa barsiisaa koo. 🙏Dhalootaf waan barbaachisu gumaachuf yeroo keessan aarsaa gochuun barnoota nuf kennuun,caccabu qubee oolchuuf waachima qubeeti akka dheessinu nuf dhaama jirtu.Galata guddaa nu biraa qabdu ulfaadhaa.🙏🙏
Atis waan nu hordoftuuf, waan nurra barattuuf, barsiisufis waan nu gargaartuf galata guddaa nu biraa qabda. Ulfaadhu.
@@WAAMICHAQUBEEWQ 🙏🙏🙏🙏
Jabaadhaa
Baga nagaan dhufte barsiisaa koo🙏
Baga nagaan nu eegde.🙏
Barsiisaa galata guddaa qabdu nurraa. Abdii dhaloota ta’uun keessan ifa guddaa nuti agarsiisa jirraUlfaadhaa!🙏
🙏🙏🙏
❤❤❤💯💯
Duuúr
Akaaku gaalee tokkoo kan murtessuu kami
Barsiisaa 'Durduubee' ykn 'firoomsee' jechuu ni dandernya mitii? Akkasumas , jechoota kanneenii durduubee ykn firoomsee jechuu ni danda'a jedhen yaada. Fkn: Keessa, osoo,ol,yoo,gubbaa ,jala fi k.k.f tin durduubee jechuu ni danda'amaa ?
Gaaffii keetiif galatoomi. Akka natti fakkaatutti jechi 'firoomsee' jedhu kun maquma kan biraa 'durduubee' natti fakkaata. Gama fakkeenya ati fudhatteen, jechoonni sunneen durduubee ta'uu ni danda'u. Garuu kan akka 'osoo' faa walqabsiistuu sababaati. Ta'us walqabsiistonni ulaagaa sadeen durduubee waan guutaniif akka garee durduubeetti ilaalamuu ni danda'u jedhu beektonni tokko tokko.
@@WAAMICHAQUBEEWQ Gara walqabsiistuun yoo dhufne walqabsiistu heddutu jiru. Fkn: Kanamalees ,Kanaafuu, Haata’u malee, hin, fi k.k.f baay'een waan jiruuf isaan kanaan durduubee keessatti fayyadamuun rakkoo uumu ni qabaa?
Eegaa kuni waliigaltee beektota faagata. Qorattoonni ykn beektonni afaaniin murteeffamu qaba. Kanaaf yeroo baay'ee beektonni baay'een walqabsiistonni durduubee jalatti ramadamu ni danda'u jedhu garuu warri kan immoo akka kanatti miti kan kataban. Hundaafuu kanas ta'ee san nuun kan nurraa eegamu faayidaa isaanii beekudha.
@@WAAMICHAQUBEEWQ Tole, galatoomaa !🙏🙏
bsrshda
Naati toleraa jabadhuu barsiisa
Jabadhaa barsisaa kenyaa bayy'ee galatomaa
Barsiisaa koo guddaa galatoomi ulfaadhu!
Haala gaariin barnota nuuf kennaa jirta. Namoota baratanii turanis ta'ee karaa kanaan barachuu jalqabaniif bu'u guddaa argamsiisteetta🙏🙏🙏🙏🙏
Warra bu'aa argatan keessa ani tokko baay'een si galateeffaadha!
Jabaadhu...!
Atis yaada keetiif, akkasumas nu hordofuu keetiif galata guddaa qabda. 🙏🙏
👌👌
Jabaadha barsiisaa baayee namatti tolaa
Barsiisaa keenyaa baga nagaan nuuf dhuftee
Galatoomaa barsiisaa koo 🙏
baayyee.nu,fayyadeera,galatoomi,teacher
Thanks
Baga nagayan dhufte
Galatoomaa barsiisaa koo. 🙏
Dhalootaf waan barbaachisu gumaachuf yeroo keessan aarsaa gochuun barnoota nuf kennuun,caccabu qubee oolchuuf waachima qubeeti akka dheessinu nuf dhaama jirtu.
Galata guddaa nu biraa qabdu ulfaadhaa.🙏🙏
Atis waan nu hordoftuuf, waan nurra barattuuf, barsiisufis waan nu gargaartuf galata guddaa nu biraa qabda. Ulfaadhu.
@@WAAMICHAQUBEEWQ 🙏🙏🙏🙏
Jabaadhaa
Baga nagaan dhufte barsiisaa koo🙏
Baga nagaan nu eegde.🙏
Barsiisaa galata guddaa qabdu nurraa. Abdii dhaloota ta’uun keessan ifa guddaa nuti agarsiisa jirra
Ulfaadhaa!🙏
🙏🙏🙏
❤❤❤💯💯
Duuúr
Akaaku gaalee tokkoo kan murtessuu kami
Barsiisaa 'Durduubee' ykn 'firoomsee' jechuu ni dandernya mitii? Akkasumas , jechoota kanneenii durduubee ykn firoomsee jechuu ni danda'a jedhen yaada. Fkn: Keessa, osoo,ol,yoo,gubbaa ,jala fi k.k.f tin durduubee jechuu ni danda'amaa ?
Gaaffii keetiif galatoomi.
Akka natti fakkaatutti jechi 'firoomsee' jedhu kun maquma kan biraa 'durduubee' natti fakkaata. Gama fakkeenya ati fudhatteen, jechoonni sunneen durduubee ta'uu ni danda'u. Garuu kan akka 'osoo' faa walqabsiistuu sababaati. Ta'us walqabsiistonni ulaagaa sadeen durduubee waan guutaniif akka garee durduubeetti ilaalamuu ni danda'u jedhu beektonni tokko tokko.