Sirba heddu namatti toludha. Mahadii, Roobaa hirmannaan issiin aadaa keenya guddisuuf gootan wanta guddaa tokkodha. Haala kannaan itti fuffaa!!! keep up hard work, I loved ashita; Mounthood is right here 45mi away Mahadi, Roobaa... can make portland oromo hollywood.
Sirba kana Bayyen Jaladha yeroo hunda naaf harawa jalalle kootu na Aferre 😢❤️🙏
Sirba heddu namatti toludha. Mahadii, Roobaa hirmannaan issiin aadaa keenya guddisuuf gootan wanta guddaa tokkodha. Haala kannaan itti fuffaa!!! keep up hard work, I loved ashita; Mounthood is right here 45mi away Mahadi, Roobaa... can make portland oromo hollywood.
Sribbaa bareddadhaa..garuu malliffi muccayyoo bareddu tanna Qorraa kessaa ka'ee itti sirbbaa!! 💯💝💝
😁😁😁koborta hin gartu
@@gae1259 hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh
cool music. Jabbon is not only singer but smart guy who speak more than 7 languages.
sirbii mahdi jabbon hundii kan yerron hin dabarsiine sirbaa jalattama emwaaaaaaa mahdiyee am proude of u
Baayyee namatti tola jiraadhu!😍
Weellen durii marti hedduu nama hawwatu.Artistoonni teenya hedduu galatoomaa aarsaa lubbuu itti kaffaltanii aartii Oromoo bareechitanii as geessitan hundaaf.
Artist keenya ittin buharraa Jira .
Hojjii harawatin akka dhuftan Abdii qabna.!
Wow life koo waan baayen ittiin yaadadha sirba akka aanani kana
waaaaw mahdii sirbii kee kun hedduu natii tolaa tokkichaa oromoo hedduun si jaladhaa nuu jiradhuu
I from ertirea. I was born Nazert Adam love madi jabon oromo music 😢 love oromo people
Wooooooow saboona kenya umri nu dheradhu qali nama mahdisha❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹😘😘😘😘👍
woww umrii nuuf dheraadhaa artistota kenyaa galaani kessaan billisummaa
Mahadi Jabbon
Wow I love it, i always loved his music well came back Mahdi J. Love 4 all Oromian musician.
ijoolummaa kiyyariyan jaaladha sirba kana❤
Who is listening this song in October 2020
Hedduuuuuuuu dinqqisifadhe art oromoo guddisutti jirtaa galatomiii jabaadhu
I remember when I was in Nairobi 1999 .I got alot of memory with this song
Who is listening this best music in july 2024?❤
Me❤
Different amazing sound.
sagaaleen mahadi wallistoota bira irraa Addaa
I hope you continue producing quality material like this.
Wow sirbaan akka male jaaladhu❤💚❤
One of lovely so fantastic songs of legend mahadi
Gaafaan tv oromomiyatti lala ture 😢❤
Hin kijibin ka😂
this waat we wating long time ago yu welcome mahad joboon akkan adderooo haromayaaaaaaaaaaa
Sirba hedduu bareedaa dha .Long life.
Artfully articulated Song!! Mahdi Jabbon Long live!!! Shine!
sirbii mahadi kunii ashiita kan jedhuu kunii yeroo hunda akka haraawattin jalaadha
YAA WAAQ.... ATI NAMA KANA LUBBUU ISAA NUUF EEGI.....
Mahdi bayee bareda dha.yero dhera dhaf sagele ke dharran ture galatomi jabadhu...sifana jira.
Ayii hararge.ummata ajaaibaati bar.umrii dheeradha aboo
baay'ee bareeda ....Jaalallee koo affeeree jira
Ashiitaa🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤galatomi Baba kiyya❤
Wow !! What a voice !!! I love this song. Very awesome & topnotch Performance. Keep it up M Jabone .
Guddoo si jaalanna mahdi keenna nuu jiraadhi umrii sii yaa dheeressu
siraba heduu baredadhaa jabadhuu
mahdi kenya hedu hedu midhaga keep it up
yaa firii timiraa my best my tinner Age memory❤
Ashitaa! mahdii baayee baayee namattii tolaa
(Ashiita temiira ) dheeggefadhaa haaalan
Sirba midhaga mahadi umurii dheeraa jiraadhuu
Wwwwwwwwww jecboota mi'aawaa yaadaa garaa ofii
hedu takka nama gamachista mahdi nif jiradhu
Excllent job Mhadi!!!!!!!!!!!!! I I new one day , you can do it. Here you are rising as one of best of best Oromo singer
Wowowow💜💜💜💓💓💓😍😍😍😍
baayyee naamatti tola !
Bayyee nama gamachisa !!!
Waaay akkaamitii gaara nama baalessa
sirbii kee baayeen nati tolee nuf jiiraadhu
ummanii oromoo waan dhagahuu qabuuf TV OROMIYAATIIF TV ethiopia tiif ergii single gadlakisii.akka gatii gudaan gurguramuuf.
Very nice
Ashita ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
sirbii kee hundii natii tola
YEROO DHAGGEEFFADHUU BAAY'EE NATTI TOLA KANAAF SIRBII KEE GAARIIDHA
Woooooooow bayee baredah
Nice music
this voice never cha.even he old i love
❤
Akka download godhamu maaliif eeyyamu diddan? Dhugumaa sirba bareedaa dha. Haa ta'u malee, block godhuun keessan sirrii miti. Ummatni keenya guyyaa hunda online fayyadamu hindanda'u. Dandeettiin ke kan Ummata keeti waan ta'eef itti of hin qaalessin.
Love 💕 this music
Sirbii ke hudinu heduu nati tola hanga fedhe turus nama hin jibsisu
Naf jiradhuu
Astonishing lyrics😎
❤
Qooqa kana jalladhetin jira
Dawloda
baayyee naamatti tola
ilike mahadii jabbon music
Well come 🎉🎉🎉❤❤❤😂
Sirbaa baredadha
I love you when ever
wow you can do more I like you
baayyee bareeda
wow nace song
i like it wooow
2024❤
😘😘😘😘😘
Mahadi ko sin galadha
Amazing Music
Wooow❤❤
Mahdi japon king of music 🎶
2022🙄
Hattuu mataa guddiste Hogguu garte na beeki me?😅
Mhd best
wwwww nuuf jiradhu
😘❤💚❤
sirba hangam yoo turees mofumma hinqbne
ሶማሊኝ ዘፈን
Who's here 2024 Aug 24
Wwow
Raju muhamadi
Wwwooowww
I seen him in real life he is one of my dads friend
Nice
ani sirbakhana imalmaanan jaaladha!!!!!!!!amiii
❤❤❤❤❤❤❤
😭😭😭😭😭
😊
ah ajab ajab
best
Sirbi bareedaan kana fakkatu maaf View baayyee Hin qabu garuu
madi japon wuste nw
wwwww NEC
Edu
wow