Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 лип 2024
  • Mana Mare
    Bakka Bu’oota Ummataa
    walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

КОМЕНТАРІ • 38

  • @DamteChala
    @DamteChala 2 дні тому +1

    ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።

  • @ashemidale1966
    @ashemidale1966 2 дні тому +1

    Thank you Dr Abraham!

  • @user-uu3oo4hl5k
    @user-uu3oo4hl5k 2 дні тому

    Hojiilee muummee munisteera keenyaa hojjataman kan nama boonsaniidha...

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    ❤❤Bishaan jeefa arginee
    Geejjibni gurra arginee lixaa badii hin arginee/ergin jechama mallaszenawii

  • @ShariforomoKush
    @ShariforomoKush 2 години тому

    Jabbaadhaa biiyaaf yaadu qabdaan

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    Seerrii kanuma kaleesaa kanaaf tigrai libsuu ijaa/Sirna harggansuutiin isin mooyee Mootummaan kolfaa deemnee

  • @NuredinEliyas-tj6xr
    @NuredinEliyas-tj6xr 2 дні тому

    Adde Elsabeet gaafii kana gaafachuu keetiif hedduu galatoomi gaaffii gafatuudha

  • @user-lq7pe8zx3f
    @user-lq7pe8zx3f 2 дні тому

    Wa'ee kondomineemii arkumaa qabduu sila ? Moo nuti immoo akuma isaa ama aramsaafii jirtanii nus Duloomnee nu kaasuuf ? Isaan illee mana dasaasaa keessatti argitaanii aromsitaaniif nu garuu essatti nu argitu? Garuu warra akkasii maa gargartu jechuukoo miti guruu nus ykn wa'ee kondomineemis nu yaadadha adaraa❤❤❤❤

  • @ibroyusuf-hx2hq
    @ibroyusuf-hx2hq День тому

    Ummannii Ethiyoophiyaa hundii tokkumaan biyyaa ofiittiif quqqamu ergaa jalqabee biyyii kun biyyaa Abdii booruu qabdu fi biyyaa teenyaaf guddinii yeroo dhihoodha jadheen Abdadha kanaafuu kabajamoo mootumaa biyyaa keenya nutii Ummannii ethiyophiyaa diyyaspooraa caalaa beekkomsa fi qabeenyaan badhaannee biyyaa teenya akka guddifnuuf deggarsaa akka nuuf godhu fi halkaanii fi guyyaa akka hojjannuuf qabeenya qabnu hunda biyyaa kessaa fi biyyaa alattii beekkamtii itti nuuf godhee rakkoo jireenyaa hamttuu kessaa jiru irraa akka baanuu deggarsaa nuuf godhu jecha hundii keenya biyyaa teenyaaf qabsaawaa halkaanii fi guyyaas akka hojjannuun gaaffadha
    wal gahiin tan milkii fi baadhadhiinaa tan rakkoo biyyaa teenya furtuu nuuf haa taatu galatooma

  • @user-oh8lp3ji9w
    @user-oh8lp3ji9w 2 дні тому

    Abbichuu abbaa malaa❤❤❤

  • @YussufEssa
    @YussufEssa 5 годин тому

  • @tato2tamirat
    @tato2tamirat 2 дні тому

    ሁላችንም የሃገራችን ሰላምና እድገት እንዲረጋገጥ የድርሻችን ማበርከት እንጂ ሃገር አፍራሽ ሃሳብ ከሚያራምዱት ጋር መተባበር አይደለም ።

  • @muhajirnasir132
    @muhajirnasir132 2 дні тому

    ❤❤❤❤

  • @KiteeHasso
    @KiteeHasso 2 дні тому

    Lammiin hundi deeggarudha qaba

  • @teshomegonfa3679
    @teshomegonfa3679 2 дні тому +1

    Adaraa dhimma nageenyaa kana sirriitti itti yaadaa, Guddinni nagaa malee faayidaaa hin qabu.Gandootni baadiyyaa OROMIYAA baay'ee rakkataa jiru.Kaabineen kee milishaan qabeenya uummataa qoqqoodachaa jiru.Qote bulaan maalif ssaamama? Keessumaa Godina lixa shawaa,Aanaa Abuunaa G/barat Saamichi qabeenya uummataa jabaatee itti fufee jira.Sababnisaa ammoo qaamni hidhate akkamiin isin irraa nyaataa, hidhannoo hiikkata jechuun hawaasa rakkatee ijoollee isaa guddifachuuf jedhee qabeenya isaan bulaa jiraachaa ture irraa mana gubuu fi horiif qabeenya isaanii saamaa jiru.Adaraa DR.Abiyyi Ahmed rakkoo hawaasa kanaa nuuf hubachuun qabeenya isaanii akka jalaa hin saamamne eegumsa godhaafii.Dubbii kaabinee aanaa keenyaa hin dhagahiin mee sirriitti qaama waraanaa raayyaa ittisa biyyaa achi jiru irraa qoradhaa.Kaabineen uummata fixuuf karoorfattee jirti fakkaata.

    • @user-lq7pe8zx3f
      @user-lq7pe8zx3f 2 дні тому

      Dhimma Ejensii malumaaf mani maree hin dubbanne? Jechuun dhabbatoonni gurgudoon Ejensii wajjiin walii galanii humnaa dargageessa biyya kanaa nyaachaa jiru Fknf Bankoon,bufata xiyaara , humna ibsa fi k k f ykn motumaan arka keessa qabamoo malumaaf hin afnee ?

    • @user-lq7pe8zx3f
      @user-lq7pe8zx3f 2 дні тому

      Keessuma bankii Awash nutti kenna jedhanii Ejensoonii pirasdatii bankii Awash akka rakkisaa jiran ni dhagahama

  • @Horn-sc2hzgtdooonbbfd
    @Horn-sc2hzgtdooonbbfd 2 дні тому

    historically Oromos suffered harsh oppression Ethiopianism. Abiy Ahmed needs to focus creation Oromia independent country’ rather than enemies!

  • @BeenyaaSolomon
    @BeenyaaSolomon 2 дні тому

    Mariin furtuu waan hundaa ta'uun isaa beekamaadha. kanaafuu, dhimmi marii biyyaalessaa yeroo ammaa kana maala irra akka jiru ibsi utuu itti godhamee gaariidha.

  • @MulataMagarsa-gm5mj
    @MulataMagarsa-gm5mj 2 дні тому

    ❤🎉❤

  • @teyibkelif2797
    @teyibkelif2797 2 дні тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hassenwario7565
    @hassenwario7565 2 дні тому

    Itoophiyan dhiibba biyyoota lixatif hin jilbiifatu!!!

  • @AdugnaAbebe-r2l
    @AdugnaAbebe-r2l 2 дні тому

    ሌብነትና ብልሹ አሰራርን ለመቅረፍ የተወሰደው እርምጃ የሚደነቅና ይበል የሚያሰኝ ነው

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    Eegumsaa Qorumsii Biyyooleessaa firii gaarii
    Guyyaa gaarii
    Fayyaa gaarii waliin deeman gurriis Eegumsaa qaama abbaatii Qabeenyaa From government ifaa Qophiidha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    ❤guyyaannis Gaaddisaa gurrii Qaama keesanii Eegumsaa manni bakka bu'oota Palestine cinaachii yaada mo'ataan partii Badhaadhinni mootummaa gurriis Eegumsaa dhibeedhaa.kanaf Diplomasii Israel jechama Qaamni Eegumsaa harki ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa ni dursee filmii aaree

  • @gelanreta4025
    @gelanreta4025 2 дні тому

    Please Dr.Abiy focus on people who are harassing educated people without being educated.

  • @Ayalewabebe-z3j
    @Ayalewabebe-z3j 2 дні тому

    ድሮ ለአይን የሚቀፉ አካባቢዎች ክብርና ምስጋና ለጠሚ አብይ ይሁንና ዛሬ ላይ ለአይን የሚማርኩ የአዲስ አበባ አካባቢዎችን መፍጠር ተችሏል፡፡

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    Eegumsaa yoomuu Nageenyaa
    Eegumsaa Hospital Gaazaa
    Seeraa manni Murtii ida'amuun hawaasaa free from any political science professor Indiriyaas Isheetee kanaaf Seerrii kanaf Mootummaa maalif dhageeffatu injifannoo dhibeen

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    Ilmi namaa Fayyaan???deebii maaf of sobaa yeroo baay'ee kan dhibeen
    karatti of beekun ni jaalalti..
    Yaadatti deebi'ee
    Looking forward lollis hafee Dhibeenis mootummaan bulchiinsa daawwatuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    ❤nuuf
    Furmata
    Wal dhageeffachuun
    Wal barsiisuun
    Waliin deemsis barachuun rakkoodha ida'amuun humni dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan humna eeguu deemsaa namarraa gorree

  • @Ademmusa-wd1fw
    @Ademmusa-wd1fw 2 дні тому

    Abichu abba maala

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 дні тому

    Komii Man murtii ida'amuun hawaasaa
    Hubadhu Ogeeyyiin fayyaa fi waraannis Especialisty fayyaa Ogeessa/ttin Gurraa hiriyyaan ida'amuun mandisni
    Gurrii Jibbaarraa dheessuu ifa Mootii irraa dhagahaa

  • @FoziMohammed-q5n
    @FoziMohammed-q5n 2 дні тому

    wedefit✍️

  • @ObsanMalee-ct5cw
    @ObsanMalee-ct5cw День тому

    𝙀𝙡𝙖𝙨𝙖𝙗𝙚𝙩 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙞❤❤

  • @tato2tamirat
    @tato2tamirat 2 дні тому

    ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።

  • @tato2tamirat
    @tato2tamirat 2 дні тому +3

    ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።