Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 лип 2024
  • Mana Mare
    Bakka Bu’oota Ummataa
    walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

КОМЕНТАРІ • 39

  • @DamteChala
    @DamteChala 19 годин тому +1

    ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።

  • @ashemidale1966
    @ashemidale1966 19 годин тому +1

    Thank you Dr Abraham!

  • @ShariforomoKush
    @ShariforomoKush 14 годин тому

    Jabbaadhaa biiyaaf yaadu qabdaan

  • @NuredinEliyas-tj6xr
    @NuredinEliyas-tj6xr 19 годин тому

    Adde Elsabeet gaafii kana gaafachuu keetiif hedduu galatoomi gaaffii gafatuudha

  • @teshomegonfa3679
    @teshomegonfa3679 19 годин тому +1

    Adaraa dhimma nageenyaa kana sirriitti itti yaadaa, Guddinni nagaa malee faayidaaa hin qabu.Gandootni baadiyyaa OROMIYAA baay'ee rakkataa jiru.Kaabineen kee milishaan qabeenya uummataa qoqqoodachaa jiru.Qote bulaan maalif ssaamama? Keessumaa Godina lixa shawaa,Aanaa Abuunaa G/barat Saamichi qabeenya uummataa jabaatee itti fufee jira.Sababnisaa ammoo qaamni hidhate akkamiin isin irraa nyaataa, hidhannoo hiikkata jechuun hawaasa rakkatee ijoollee isaa guddifachuuf jedhee qabeenya isaan bulaa jiraachaa ture irraa mana gubuu fi horiif qabeenya isaanii saamaa jiru.Adaraa DR.Abiyyi Ahmed rakkoo hawaasa kanaa nuuf hubachuun qabeenya isaanii akka jalaa hin saamamne eegumsa godhaafii.Dubbii kaabinee aanaa keenyaa hin dhagahiin mee sirriitti qaama waraanaa raayyaa ittisa biyyaa achi jiru irraa qoradhaa.Kaabineen uummata fixuuf karoorfattee jirti fakkaata.

  • @ibroyusuf-hx2hq
    @ibroyusuf-hx2hq 19 годин тому

    Ummannii Ethiyoophiyaa hundii tokkumaan biyyaa ofiittiif quqqamu ergaa jalqabee biyyii kun biyyaa Abdii booruu qabdu fi biyyaa teenyaaf guddinii yeroo dhihoodha jadheen Abdadha kanaafuu kabajamoo mootumaa biyyaa keenya nutii Ummannii ethiyophiyaa diyyaspooraa caalaa beekkomsa fi qabeenyaan badhaannee biyyaa teenya akka guddifnuuf deggarsaa akka nuuf godhu fi halkaanii fi guyyaa akka hojjannuuf qabeenya qabnu hunda biyyaa kessaa fi biyyaa alattii beekkamtii itti nuuf godhee rakkoo jireenyaa hamttuu kessaa jiru irraa akka baanuu deggarsaa nuuf godhu jecha hundii keenya biyyaa teenyaaf qabsaawaa halkaanii fi guyyaas akka hojjannuun gaaffadha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 19 годин тому

    ❤❤Bishaan jeefa arginee

  • @Horn-sc2hzgtdooonbbfd
    @Horn-sc2hzgtdooonbbfd 19 годин тому

    historically Oromos suffered harsh oppression Ethiopianism. Abiy Ahmed needs to focus creation Oromia independent country’ rather than enemies!

  • @hassenwario7565
    @hassenwario7565 19 годин тому

    Itoophiyan dhiibba biyyoota lixatif hin jilbiifatu!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 19 годин тому

    Seerrii kanuma kaleesaa kanaaf tigrai libsuu ijaa/Sirna harggansuutiin isin mooyee Mootummaan kolfaa deemnee

  • @user-lq7pe8zx3f
    @user-lq7pe8zx3f 19 годин тому

    Wa'ee kondomineemii arkumaa qabduu sila ? Moo nuti immoo akuma isaa ama aramsaafii jirtanii nus Duloomnee nu kaasuuf ? Isaan illee mana dasaasaa keessatti argitaanii aromsitaaniif nu garuu essatti nu argitu? Garuu warra akkasii maa gargartu jechuukoo miti guruu nus ykn wa'ee kondomineemis nu yaadadha adaraa❤❤❤❤

  • @YussufEssa
    @YussufEssa 14 годин тому

  • @user-uu3oo4hl5k
    @user-uu3oo4hl5k 19 годин тому

    Hojiilee muummee munisteera keenyaa hojjataman kan nama boonsaniidha...

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 19 годин тому

    ❤guyyaannis Gaaddisaa gurrii Qaama keesanii Eegumsaa manni bakka bu'oota Palestine cinaachii yaada mo'ataan partii Badhaadhinni mootummaa gurriis Eegumsaa dhibeedhaa.kanaf Diplomasii Israel jechama Qaamni Eegumsaa harki ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa ni dursee filmii aaree

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 19 годин тому

    Eegumsaa Qorumsii Biyyooleessaa firii gaarii

  • @ahmedmahamed5536
    @ahmedmahamed5536 12 годин тому

    which minute he talk about MOU Somaliland

  • @Ademmusa-wd1fw
    @Ademmusa-wd1fw 19 годин тому

    Abichu abba maala

  • @BeenyaaSolomon
    @BeenyaaSolomon 19 годин тому

    Mariin furtuu waan hundaa ta'uun isaa beekamaadha. kanaafuu, dhimmi marii biyyaalessaa yeroo ammaa kana maala irra akka jiru ibsi utuu itti godhamee gaariidha.

  • @tato2tamirat
    @tato2tamirat 19 годин тому

    ሁላችንም የሃገራችን ሰላምና እድገት እንዲረጋገጥ የድርሻችን ማበርከት እንጂ ሃገር አፍራሽ ሃሳብ ከሚያራምዱት ጋር መተባበር አይደለም ።

  • @user-oh8lp3ji9w
    @user-oh8lp3ji9w 19 годин тому

    Abbichuu abbaa malaa❤❤❤