Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Jabaadhaa! hojii gaariidha! dargaggoonni keenya fedhii aartii taphee qabaachuun isaanii natti toleera.
Bayyeen ittiin boona dhugaa barnoota gahuumsa qabuudhuu nuu jiraadhaa ❤❤❤❤
❤❤Ohhhh great Job (art)❤❤
😍😍😍😍😍jabaadha dhugaa Qaxaleewwaan koo💯
Jabaadhaa oromoo koo hojii gaaridhaa ❤
isii dhugaa oso isinii wajiin jiraadhe❤❤
Jabaadhaa sabboontotaa oromo ❤❤
Leencooo❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadha Yeroo namni keenya akkas jabaatu garaatu anaan nama dhugaa.
❤❤😮😮
Silaa hargansuu ijolee nuyuu huufisisee isin mitii 😂😂😂😂😂
😢😢😢😢😢😢
❤Waan Nama Nasisuu Qofa Hin Hojechiisina Waan kofalchiisuus itti Makaa
😢😢😢😢😢😢😢😢🎉😢😢
Baayyee bareeda. itti jabaadhaa.
Waqoooko dubiinkee jechiikee kolfaa nama keenaa❤❤❤❤😅
Waaw
❤❤❤🥰
❤❤❤❤
Mucaan in suure diima baayy'eema na kofalchisee😂😂😂😂
Leencoo fi HafteeJajjabduu oromoo
Jabadhaa
Jaaladheeraaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
Qaxaleewwan keenya
Daa’imni akkuma dhalatteen lafa geesse akkamittiin addunyaa kana simatti. Jalqaba yeroo garaa haadhaa keessaa baatee gara biyya lafaa kanatti makamtu sagalee wayii dhageessisti. Isa kana nama bareechee nuuf dhi’eessumee
Ani barachaan jira asumaan galatoomaa
Waan baayee nama rifaachisudha!
Haga ammaa miira isaanii kanaaf ilmichi isaan argan kun dubbachuu hin danda'uu, seenicha keessatti mucaan keen duubaan dhufaa lubbuu akka jiru sitti hima isa jedhu, barattoonni kamuu hin fayyadamne, Karaa biraa yeroo hirriibaa kaanu namuu miixachuudhumaan jalaqabaa? gaffii agarsiistotaaf Dhumaratti, leenjistootaa fi qindeessitoota sagantichaa, barsiisotaaf addumaan, umurii dheeraa nuuf jiraadhaa, gumaachi keessa guddaadha.Horaa bulaa isiniin jedha.
Gaafiin dhiyaate Dogoogora Sabaabin isa manaaman/Abjuun kaate argite jechu qaba malle Akkamitti hiriba ka'e namani abjoota? Namani gaafa hirriba irra ka'u waan dhugaa ta'e tokko arge abju natti fakkatte jedha malle erga ka'e abju hin argu.
Galma dandeettii fi kalaqaa
Addatti sinin Ajaa'ibsiifadhaAkkasitti youtube irraa kaahuun keessan Akka nun irraa barannuu carraa guddaa dhalootaaf laata
Rakkinni agarsiisotaa, keessa isaaniitti seenicha amananii fudhachuu dadhabuudha, miirri beekanii yoo fudhatan ofiin burqa
❤️❤️❤️❤️
Jabaadha
❤❤
❤❤❤
Jabaadhaa! hojii gaariidha! dargaggoonni keenya fedhii aartii taphee qabaachuun isaanii natti toleera.
Bayyeen ittiin boona dhugaa barnoota gahuumsa qabuudhuu nuu jiraadhaa ❤❤❤❤
❤❤
Ohhhh great Job (art)❤❤
😍😍😍😍😍jabaadha dhugaa Qaxaleewwaan koo💯
Jabaadhaa oromoo koo hojii gaaridhaa ❤
isii dhugaa oso isinii wajiin jiraadhe❤❤
Jabaadhaa sabboontotaa oromo ❤❤
Leencooo❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadha Yeroo namni keenya akkas jabaatu garaatu anaan nama dhugaa.
❤❤😮😮
Silaa hargansuu ijolee nuyuu huufisisee isin mitii 😂😂😂😂😂
😢😢😢😢😢😢
❤Waan Nama Nasisuu Qofa Hin Hojechiisina Waan kofalchiisuus itti Makaa
😢😢😢😢😢😢😢😢🎉😢😢
Baayyee bareeda. itti jabaadhaa.
Waqoooko dubiinkee jechiikee kolfaa nama keenaa❤❤❤❤😅
Waaw
❤❤❤🥰
❤❤❤❤
Mucaan in suure diima baayy'eema na kofalchisee😂😂😂😂
Leencoo fi Haftee
Jajjabduu oromoo
Jabadhaa
Jaaladheeraaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
Qaxaleewwan keenya
Daa’imni akkuma dhalatteen lafa geesse akkamittiin addunyaa kana simatti. Jalqaba yeroo garaa haadhaa keessaa baatee gara biyya lafaa kanatti makamtu sagalee wayii dhageessisti. Isa kana nama bareechee nuuf dhi’eessumee
Ani barachaan jira asumaan galatoomaa
Waan baayee nama rifaachisudha!
Haga ammaa miira isaanii kanaaf ilmichi isaan argan kun dubbachuu hin danda'uu, seenicha keessatti mucaan keen duubaan dhufaa lubbuu akka jiru sitti hima isa jedhu, barattoonni kamuu hin fayyadamne, Karaa biraa yeroo hirriibaa kaanu namuu miixachuudhumaan jalaqabaa? gaffii agarsiistotaaf Dhumaratti, leenjistootaa fi qindeessitoota sagantichaa, barsiisotaaf addumaan, umurii dheeraa nuuf jiraadhaa, gumaachi keessa guddaadha.Horaa bulaa isiniin jedha.
Gaafiin dhiyaate Dogoogora Sabaabin isa manaaman/Abjuun kaate argite jechu qaba malle Akkamitti hiriba ka'e namani abjoota? Namani gaafa hirriba irra ka'u waan dhugaa ta'e tokko arge abju natti fakkatte jedha malle erga ka'e abju hin argu.
Galma dandeettii fi kalaqaa
Addatti sinin Ajaa'ibsiifadha
Akkasitti youtube irraa kaahuun keessan Akka nun irraa barannuu carraa guddaa dhalootaaf laata