Uuuuuuuuuff.waqayyoo sif kadhana.atis araraa gafadhu waqayyoo.ani akka koti Abba mana ketis hin debi'in.dhiroota sadan sanis dhisii jirenyaa harawaa jalqabi sin jedha.lubbuu too.baayee nama gadisisaa dhugaa
Ayi gamee ko ani seena kani ko Bara 2018 sif erga qali kenya hangan hara gayetu history ko himame hin dhumu🖤 garuu wanani kesa jiruu kana xumuren Yo dherates✍️kuta1ffa 2ffa...shanffa. Jedhen sif hiriyotan kof qodaa nama achii gayu nun haa godhuu😢🤲 💚❤️💚
Dhugaa wanta akkaanati laphee nama cabsuu hin argiine !! Anii akkaa kotii hangaa fetees yoo jalaate atti debi'ii siin hin jedhu . Kan jalaatu irra kan sii jalaatu waliin jireenya kee egalii nama bira wajiin
Obboleti tiyaa baye nama gadisista rabbin kan yada ke qabanese yado ke si irranfachisu sif ya kenuu garu abba wara keti in debin sababnisa kan obboleti ke sirati fudhe bor imoo Mal akkan sirati ojetuu nama yadesaa wan taef
Uuuuuuuuf yaa obboleti koo silasi qormani dubartota lakofsa hi qabu garu atti rabbi irra gara hi muratini guyya isa egge sifisi nii darba obsi rabbi obsa sifi haa kenu 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏💔💔💔
Jabadhuu matiis abba mana ketis shamara jabadu tahi itti argisisi male of hin midhii obboleti to❤❤❤
Abshiir hundu ni darba garuu abbaan warra kee dhiifama erga si gaafate itti deebi'i da'ima kesan waliin guddifadha sababni isaas duraanis kan balesa guddaa qabu maatikedha fi obboletti keti isati araarami waliin jiraadhu garuu maati keetti hin araaramin ❤❤❤
abbaafi hadhaa akkaasii rabbii nufii keninii dhugaa maqaa yesusin😢😢😢
Aduniyaan qormaata ilma namaati waan dura darbee bira darbii Waan si afoo jiruu yaadakee cimsii jabaadhuu
Waan ammaa irraa jirtuu kan nama heddutti heerumee jettuu sirri miti
Yaadakee kanas jijjirii
Hadho koo naganii hararii waqayoo sifaa tauu hadho koo yada xiqoo qabaa dhifamaa wajinii elamee abaa manaa ke isaa duratisi hinii debinii garuu waqaayo nii Karadhu tii jirenya haraa jaliqaa biii kanii ama😭sadi erumitesii waaqayoo ni dhifamaa gafadhu tii hojii manaa kesatii debitii jirenya haraa waaaqayo silataa hadho kooo wanii bayeeeee 🙏🥱😭😭😭🙆namaaa gadisisuu DHa waaqayoo garidha obisaa sa sifaa latuu Sinani jedhaa yoo si mijatee muucayoo kanani naqunamisisi hadho koooo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤waqaayo garidhaa anii hadho Kee beruti raa hawii dhaa
Uuuuuuuuuff.waqayyoo sif kadhana.atis araraa gafadhu waqayyoo.ani akka koti Abba mana ketis hin debi'in.dhiroota sadan sanis dhisii jirenyaa harawaa jalqabi sin jedha.lubbuu too.baayee nama gadisisaa dhugaa
Maqa yesusin mali matin akkasi 😭😭😭😭
Ayi gamee ko ani seena kani ko Bara 2018 sif erga qali kenya hangan hara gayetu history ko himame hin dhumu🖤 garuu wanani kesa jiruu kana xumuren Yo dherates✍️kuta1ffa 2ffa...shanffa. Jedhen sif hiriyotan kof qodaa nama achii gayu nun haa godhuu😢🤲
💚❤️💚
Itti hin debiyyini habibity
Maatii naaf tahiimee ❤
💔😥😥 dhugumatti laphee nama cabsa akka yaada kootti ittiin deebitu ati immoo abdiinkutin jireenyi itti fufa qalbii keetti deebi'i jiraadhu du'a murteessiin du'aa kan murteessu rabbiidha jireenyikee itti fufa yaa obboleetti kiyya jabeessu jireenya haaraa jiraadhu qalbii keetti deebii kuni yaada kooti
Dhugaa wanta akkaanati laphee nama cabsuu hin argiine !!
Anii akkaa kotii hangaa fetees yoo jalaate atti debi'ii siin hin jedhu .
Kan jalaatu irra kan sii jalaatu waliin jireenya kee egalii nama bira wajiin
Maatii naaf tahiimee ❤
Isumaattii debihii muktii yoo murameyyuu debihee ilachuunsaa wan hin olleef atis abdii qabdaa abdii hin kutatiiin ❤❤❤❤
Ya rabi Mali nu dhageessista ya waqayyoo addunyaan karamiti demaa jirti😢😢😢😢
Uuuuuuuuuuui yaa waaqa koo malumaa dhagenyaa garuu safuu gooftaa koo homaa mitii obboltii koo atis jirenyee kee akaa argitetii arii keessa tatee hin balesiin amatii ketii jabadhuu gara waaqati debi'ii kanii sifii ta'uu waaqayyoo sifii kena
Jabadhuu hojii kee qofaati xiyefadhuu
Kaan darbee darbee yadatee ofii dhiphisiini
Hundaryuu siqii wly abbaa fetee caltaa daimma ketiif jiradhuu atii moo isanii olii ta'ii itii agarsisii 🥹🥹💔💔 Jabdhuu garaan qurxii hin benee xilata abbaa tii muradhu mura nanii siif citaa jabdhuu ❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢uuuuuuuf malloo waqayyoo 😢😢😢😢😢😢😢
Obboleti tiyaa baye nama gadisista rabbin kan yada ke qabanese yado ke si irranfachisu sif ya kenuu garu abba wara keti in debin sababnisa kan obboleti ke sirati fudhe bor imoo Mal akkan sirati ojetuu nama yadesaa wan taef
Maatii naaf tahimee❤😊
Uuuuuff maaloo waqayyoo maal dhagenya😢😢😢
uuffee imimaan qabachun dadhabee dhugaa abshiri waan hundumafi biyya ormaa keessati rakkachu kee irraa Abba mana kee dhifaama godhiifi walin jiraadhu hangaa waaqayyoo Si jiraachisee dhiffama godhifii hundafu waaqa irraa dhiffama argaata akkasumailee dhaalas qabda waan ta'efi dhalaa kee walin iyyuu jiraachuu dandeesse dhiffama gotte garaa biyya keeti gali akka yaada kiyyaa 😢😢
Uuuuuuuuf yaa obboleti koo silasi qormani dubartota lakofsa hi qabu garu atti rabbi irra gara hi muratini guyya isa egge sifisi nii darba obsi rabbi obsa sifi haa kenu 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏💔💔💔
ati jaabadhuu raabii siiyyaa jaabeesuu jajabadhuu ofjaabeesii ati isaa iraa faagadhuu abidii hin kutun jabadhuu ati
Ayiii waqayyoo dhugaa kee haa basuu❤😢
Harii Bor miti abdii hin kutiin ofikee hin gatii yeroo hundumaf ofikef durusa ladhu jirenyii itti fufa❤❤❤❤❤
Amshirri Lubiyye koo waqayo jira jabadhu abdi kutin jirenya kee Kara fudura yaadi bakka jirtu kahi waqayoni male namni nama yaadu tokko ille Jiru nama abdatin gofta abdadhu Kani dabarsite irra baradhu jirenya harawa kopha kee egali Bara kana jirenya qopha waya kode 🎉🎉🎉
Uuffff yaa waqqayyoo maaljedhanii dubbatuu kanaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 waqqayyoo furmataa siif haa kennuu obbolletti koo obsii obsaan waan gaaritti bahuu😭😭😭😭.
Auuziibillh kuunis jirahiii yaa rabbii nuu qajelchii 😢😢😢😢😢😢😢
Subahanallah warri akkan maali
Waqaayyoo Ammayyu Hubanaaf Ogummaa Siif Haa Dabalu Garuu Gochii Kun Baay'ee Ulfata Ati Keessaa Ba'ii itti Hin Midhamini Namnii Wanuma Facasee Hamata Obbolleeti Koo
Dhugaa bayy'ee namaa gadisisaa obsii obboleetii koo ati moo jabatee Argamuu qabadaa malee isaa fuduratii siif moo waqayyoo jiraa ini yeroo hundumaa sii egaa Ati Abadii hin kutatinii firii dhugaa waqayyoo qofadhaa siif moo waqayyoo namaa siif jalaatuu sii yaa kenuu
Azoshi waqayo ke kadhadhuu jabadhuu jirenya ke gara Fudurafi sirefadhu kani darabe darabetii😢😢
Ayyii Abba fi hadhaa Akkanaa namaraa ha qabuu maali kanni Akkanaa😢😢😢😢
Abduinyaa kana irrati wontii hunduu qormaata hin dhabu ambshiir sanyii ❤❤😢😢
❤❤❤😢
Ittii hin deebiin obboleti koo jabduu tehii hojadhuu ittii agarsisii😢😢😢
Akka Obboletti kootii waniin siin jedhuu yoo obbolaa mother fatheriin kee hundii sii jibanillee waaqayyoon yommuu si jibuu jabadhuu waaqayyon kadhachaa hojadhuu!!
Safuu Yaa rabii Koo atii samuu jetii debiyii ilmoo keti debitii morkaa woraa keettifuu dalgga jetii debiti serrani si dalggadhuu ❤❤❤ ilmoo keti galii😢
Safuu maalii warrii akkan 😢 Firii maatiin maal namaf godhuu ati Dubartii jabduu jirenya kee foyeesitee isaan qanesuu qabda abdii hin kutiin 😢
Yo rabbi hire ke sif tolche Kan biraa herumi male itti hin debihini Tari amas si goyomse sitti debihe borus si midhuu dandaha 😢😢😢
jabadhu jabddu ta'i
seenaa dhageefadhe 😭 Abbamanakeetii hindebini ilalachaa maattii keettiraa duubarattii kaayyoo qabduu taaii ittii Aagarasisii Amanataa keettini rabbiin kaadhuu dhiiraa heeduuttii hindabalamin booruu Amasii seenaa taahee siitti dhaagamee siigaabisisaa siilaasii biirridhafii biiyyaa baatee hojaatadhuu gaallii
😢😢😢😢 uuuuuu ya caraa nama toktokoo😢😢😢😢😢😢
Kaan biraatii herumii isaa dhisii akasumaa amoo namaa jabduu ta'i morkadhuu Malee jechaa matii fi abbaa manaa keeti hin dhugomsiin cimtuu ta'i cimiinaa kee itti agarsisii dalagadhuu guyyaa qabenyaa qabatee dinnuu firaa siif ta'aa🎉
Dhiisi mee wani maatii Abbaa gubatetuu bekaa💔💔 jabdhuu gobaza taha malee ofii midhni guyaa tokko ifatti bataa nama hidhamee rabbiii hni gatuu guyaa woyii nuh gammadaa rabbiii kee kdhuu Abdii hni kutnii😢😢
Rabbimara sittii dhufee obsii
Abbaa mucaa keti deebi'ii
Abdii hin kutin itis hin debihin yada hin bayisin namni obsa qabuu ganama cirecha nyate galgala.anan dhugaa jedhan ❤😢 safuu dhaa mati ketif.subanllaa😢
Gaga nagan dhufte ❤❤❤❤🎉🎉
Namagaddisiisa abdihinkutin ati garuu.yoo inni dhuguma dhiifamagaafachuu keessikee itti amane isuma woliin jiraadhu kan biraas haalasaa waan hinbeekneef ilmookeegddifachuukeewoyya.
Dhiraa sagaaxee Kanna nuraa ha qabuu Abishir homa miti in jiraataam jabbaadhuu hadhokoo 💔
Baayyee ulfataadha maloo baraa maltu jiraa obboleetti haadhaa mana waliin him maatiin sammuun isaan seexanaf bitame 😢
Uuuuuuuuuuffffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
Safuudha waqyoof bara kana enyutu amanama? Yaa obbolletikoo duti iyyuu biyyaa ofiti baredati biyyaa keti🇪🇹 galii jireenyaa jiradhu dhalakees argii ati dhiraaf jetee ilmoo kee irraa hin fagatiin dhalakeef yadii isaaf baayee barbachiftaa🙏
Bagaa nagani dhuftee gamee kenyaa ❤❤
Nama gadisisaa Ani maal akkan jedhun walallee dhugaa imimmaan qabachun dadhabee waaqyyoo sifaana yaata'uu karaa sirii siif akeenuu 😭😭😭😭😭😭😭😭
Maqaa yesuusiin malidhaa matiin Akanaa dhugaa safuu dhaa Abboo 😢😢
Uuuuuffff waqayo nama haa basu safu bayye nama gadisisa Matin akkanasi hin jira yaa waqayo nu basu 😢😢😢😢
Baayee namaa gadisaa uuuifff😭😭😭😭😭
Itti hin deebiiin rabbi nama akka garaakee sif haa kennu
Abshiir Qaali too Waaqayyoo Gariidha goftaa hiree Kee Haafe Siif haa Ebbisuu💔💔💔💔🥹🥹🥹
Maatii akkaasii waqayyoo nama kennin 😢😢😢
Ayiiii dubbi gara nama gubudha😢 jarsake ganamatti debiyi matikes obbiletti kes qanessii😢😢
Safuudha Waaqayyoof😢
Namnii duee hinii galuu kaa jiruu imaa jijiramaa qormataa biyaa lagaa akanumaa jabataa amshirii gafaa rabii jedhee matinii kelee rabii sii lafisee amaa sitii debanii atii namaa ufii tii argami amshirii
abishere wani hudu idereba abishere aba mana keti garu debiyuni inilufata
Homaa miti egaa wanii hundumaf qormata obsaan darbuu😭
Balleessaan si miti maatii keef abba warra keeti.
Qalbiitti deebi'i akka amanti keetiitti waaqayotti araarami sana booda jabaadhu hojii kee hojjedhu daaima keesa karaa dandeessuun gargaari siif guddata gaafa guddates si barbaada.
Ati garuu cimii hojii keettii bor tarii hundi isaanii balleessa isaaniif dhufani dhiifama siin jedhuu😢
😭😭💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Rabbiti irrkadhuu tuma jabadhuu jalalla rabbitu calaa
Yarabii koo nuu basii 😢😢😢😢😢
❤❤😢
😭😭😭😭🙆🙆🙆Maaloooo😭
Kani sii midhe durumayu hadhaf abbaa ketii😢😢😢😢ml matii akkana
❤❤😢❤❤😢❤❤😢❤❤😢❤❤😢❤❤😢❤❤😢❤❤
Waaqayyoo si kiristosin amani
Rabbiin sii Haa qarqaruu abshiir 😢
Wel come gamee kenyaa
Abba mana meetit debi'i balessan kan warra ketit male Abban ilmo keeti homa si gone kanaf isumati debi'i 😢
😮😢😢😢
Itaa hin debinaa jabadhuu dalagadhuu
❤❤❤❤
💔💔💔💔😭😭😭😭❤❤
hadhafii aban akana malii dhala offi yo dogongortele nii gorsuu male akana godhuu hadhafi aba ke dhifama gafadhu baye nama gadisisa 😢😢😢
Uuuuuufii nama gubaa 😢😢😢
Abshirii❤❤❤❤
Buuchee koo jaalaqaba Dubaarii biyii ambaa fiiraa hin qabdu😭😭😭😭😭😭😭gaaruu yeeroo hunduumaa waayii atii yadu.. jireenyii Kee haarka waaqayoo tii maalee haarka nama keesaa mitii kaanafuu haabdii hin kuutiin 😢😢😢😢😢😢
Obboletii koo yadda kessaa jirtu keessaa bahi qalbii kee jijjiradhuu waqayyoo garaa dhifamaa qaba namni yoo sii gatee issa sin ganee ofiraa qabda jabadhuu hojii kee hojetadhuu kan argaate waliti qabadhuu dubarti cimtuu ta,'i gabissii
❤❤❤❤❤❤❤❤
Ashrii 😭😭💔
Jechii matishee akkam dabaraa 😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuf dhugaa atii yaa obboletii koo waqqayoo kee kadhadhuu uuuuf 😢😢😢😢
Argadhumaa waraa ofii 😢😢😢😢😢
Absrii borus guyaan jiraa hadhoo koo hundii kenyayuu maada baaye banee jirachaa jiraa jabadhuu abdi hin kuti❤
❤❤uff bayee namaa gadisisaa atii of jabesii abdii in kutatin waqayoo kadhadhuu 😂😂😂😂waqayoo sii wajin haa ta,uu
Uuufffffffffff yaa hiree😢😢😢😢 duraanuu osoo isheen hin jaalannee dirqamaan heerumsiisanii karaattii ishee hanbisaan maalii maatiin ilmootii diinaa ta'uu😢😢😢😢😢 carraanshee yookiin hireenshee hiree kiyya fakkataa Aaaaa anakee giiftiikoo❤❤❤😢😢😢😢
Furmaataa; yoo isattii deebitees keessiikee fayyee jireenyaa gammachuu qabuu hin jiraatuu osoo duraanuu midhaan keessaniif bishaan keessaan tokkoo ta'ee haga kana qormaannii jireenyakeettii humna hin godhatuu kanaafuu hangaa rabbiin sirraa guutuuttii waaqakee ykn rabbiikeetii boohii kadhannakeetii jabaadhuu haala ati hin beekneen rabbiin jireenyakee bareechuu danda'aa jabadhuu bakka jirtuutii abdaan abdii hin kutiin hamileen sin cabiin jabaadhuu dhaamsaa oboleetiikee kan hireenshee sifakaatuu Saudi Arabia irraa😢😢😢😢❤❤❤
Uuuuiiifff telegim kee anaf bayuu didee😢
Maatiikeetu balleesse sa'a abbaan gaata cabse ormi ija jaamsa jedhani miidhamteetta garuu haaloo baateetta abbaa manaakee kanaaf osoo gaa'ila keessan qulqulleessitanii akka yaadakootti gaariidha garuu maatiikeef dhiifama godhiif jaallatanii miti kun waan addaati hojii seexanaati malee safuudhaanis ,amantaanis kun dhagahuufu hin ulfaata Iyyesuus kiristoos ituu fannisanii,itti tufanii,ituu waraananii itu hadhooftuu obaasanii waan godhani hin beekanii dhiisiif Abba jedhee kadhateefi Hubadhu fannoorra taaheetu kan inni kadhateef kanaaf akka dura siin jedhe yaada keen mari'adhu murteessi waan nu qooddeef galatoomi Yaa Waaqayyo nuuf ararami!!!
😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
Safuu yaa rabbii
😢
Biri ke waliti qabadhu biya gali hadho ko magala mati kera fago gali hojetadhu yeros naman wal barte waaqayyoo jirenya ke jijiru danda'a
Senchi yoo dhuga tahe bayye gara nama nyata tole sanis tahu kanas tahu issin lachu dogongora gudda rawattani marfu innis dogongora rawatus erga dhifama sigafatte dubarttin gafuma umamatu (amana ) ilma dhiratti kenamatte umamitte kanfu dubarttin biyyuma fi abba wara yoo qabatte irra filatama wantahef wanta dalgatte walitti qabatte abba wara kefi ilma ketti yoo debiitte irra filatamadha irra calatti garuu kasif tahuu waqin sif hahiruu!
subahan allh 🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😮😮😮😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢
Debii'i iti herumi abbaan abbaa mana koo obolaa 2n waliti fudhe walin jiracha jira kunoo rakko hin qabu wanuma dur jiru si jalata tanan iti Debii'i