Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
KUMALAA FI HANGAATU fakkeenya dhaloota nu jiraadha!! Beekaa nama ❤❤
Baga jiraatte gameessa Oromoo Artist Kumalaa Addunyaa!!
Thank you for your sharing amazing Expedia thanks❤
❤❤❤
kumee leenca namaa baga jiraatte🙏
😘😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰
Baga nagaan gara biyya abbaa keetitti dhufte! Walleewwan babbareedoo kee fi Angaatuu Baalchaa caqasaa guddanne! Ammallee darbii bara quufi!
Artistoota durii fi kan ammaa!!! Gaazexeessituu: "Sirba namaa kennuun beekamta, mee eenyufaaf akka kennite nu yaadachiisuu dandeessaa"? Kumalaa: namoota isaaf kennaniif credit kennuun jalqabe. achii walumarraa fuune hojjanna jechuun waan namaaf kenne lakkaawurra haariiroo isaan qabaaachaa turan irratti xiyyeeffate. Barnoota guddaadha!
Namni wan bakka guddatee fi haala keessatti guddate abjata bakka jettu suni, anaan isati nu quname jira. Naannoo waggaa torbaaf biyya ambaan jira. Guyyaa hojiin biyya ambaan oola, halkan abjuun bakka guddadhee fi bakkan horii tiksaa turen bula. Wan akka biyya ofii hin jiru.
NUUF JIRAADHU QAROO NAMAA ! YOO SINIIF MIJATE WEELLUU ISA "KOOMMEE YAA YAABBATTUU FARDEEN GUGURROO URGAAYE FOOLIIN MISSIRROO " JEDHU NAAF ERGAA.