Wawoo..baay'ee bareedaa dha Sura T utuun nan dubbaadha dinqisiifadhu amma moo hojii haaraan dhufte... Hip hop Afaan Oromoo akkasit guddaata..jabadhu Ejjennoo❤❤❤❤
I listened to this music. Each of You got something special and I love that. Otoo akkanumatti waliin hojjattanii bareedaadha. Yemmuu irra deddeebi'ee dhaggeefadhu sirbai keessan baay'ee natti mi'aawe. Sagaleen tokkoon tokkoon keessanii waan adda ta'e qaba. Akkanumatti waliin hojjadhaa maaloo. Jabaadhaa.
EJJENNOO callisuufin ture nadide garaatu Taraa muka dubbii nagodhe yaraatuu Ana nama nagaa nagootan maraatuu Waanfedhe hataatuu Hedduun bara kanaa Aaduu qara lamaa Eenyutu amanaa Iyyandaanqoo dura yoom altokko lama sadi kananama, Jarakana kananama,dararama ooltu Ganama sursura kaayyoof galmi kiya Onnee nahunkura Qalbii kiyya gurgura Afuura nahuggura Nantura malee hinuman hura Sichan lafa kana hunkura ofii jettan najalaa turaa Galma dhugaan ejjeera Odoo sobanii jiran Kofoosheen lafaddira Galmessheen ciccira Ilaalchan jijjiira Humnakoo asit dhiisee Fagoo yaada garaan koo Tokkicha dharraankoo Isa kana waadaan koo Galmee sabboontotaa seena maqaankoo Yoon kanangoone Nandhalchine abbaankoo Kaleessi darbeera Irraa baradheera hardhammoo Waadaa nanjabeessaa Fuldurattan deemaa borimmoo EJJENNOO, EJJENNOO , EJJENNOO ..............❤💚❤ I don't have any word to say u guys like this so I wanna say thank you for this song itti fufaa SURA T. and all of u in my heart appreciate u guys. 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼👏👏👏
best music wow i realy like it , pls #backo_skekisa walinis walitti dhufa hojadha , rapper heddu hoji baye hojachu dandau tau isa isin caala hin beku so heddu isin jalana jabadha .
Hundi keessanuu galatoomaa. Share, like, comment gochuun nu jajjabeessaa. Warri Weelluu Entertainment hedduu galatoomaa.
Iisn chinaa jiraa abshir isinumaa adaan hindhaabinaa hojii teysan waleee ajaibaati wow 👏♥
Sura jechaan ittiin ibsu hin qabu dhugaa akkanumatti itti fufaa nus akka olnubaastan abdiin qaba
Suricho wawa waw waw sijallana
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Sura Aja'ibaa Sagalen kee. Hundi kessaa Hojii Guddaa hojeetan. Cimma Wal Cimssaa Waan gudaa siin erraa Egnaa.
Rapper buzeen yaada tokkitti qaba, akkuma ammaatti osoo itti fufnuu shamarree rapii gochuuf danda'a osoo buunee baanee barbaannee hin argannuu?
Dhugaakedha Shamarree Oromo Kan Akka Aja’ibaa Bayye Jiruu Issaanii Waajin Hojii Bareda Issaa Qabane Akka Dhufnuu Abdii Gudaa Qabna Gallatomii 🙏
anii siin jiraa
@@weelluuentertainment6941 anu jirraa 😳👍🙏
Wowow Kuni anaaf farfannaadha malee sirbaa miti erga guddaa qaba.....jabaadha ijoolle oromo koo
Hedduu hedduu galatooma.Tokkummaan hojjechuu,Ejjennoo Qabaachu,Ofitti amanuu,Jabaatani hojjechuu,Wal onnachiisu,Kan darbe irraa barachu. Muuziqaa tokko keessatti. Akkam namatti toltu,akkam bareeddu, baayyee jaaladheera.
Sirbaan olii. Ammayyummaa, Sabbonummaa, Chichomina, Warraaqsaa, Haqummaa ..... hundi keessaatti argama. Achirraa ijaaramee jechuu dha weellen keessan kun. Jabaadhaa!! Waaqni Oromoo isin haa jabeessuu. Yoo dandeessan Walaloo isaa nuuf dhoobaa.
Wawoo..baay'ee bareedaa dha Sura T utuun nan dubbaadha dinqisiifadhu amma moo hojii haaraan dhufte... Hip hop Afaan Oromoo akkasit guddaata..jabadhu Ejjennoo❤❤❤❤
Heduu lalamutuu iira turee.haa ta'u sura jabadhaa ❤💚❤
Jajjabee kenyaa jabadha itti fufaa 🔊🎵🎶⏩▶️⏯️🔈🔉🔊🔊
Dhugatti namatti toliitan gng oro 🔥🔥🔥 yeroo akkanatti walitti dhufutaan hojataan heduu takka bareedan akkanumaatti itti fufaa
Wow galata gudda qabddu ummata kessan bira Afan oromotin maluu Akka hojetamuu dandau natti ibsitanittu
Suura jechi ittiin si ibsu yoo jiraate 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
warri biyyaa sirba akkana bareeddu kana jajjabessu qabdu. biyya keenyatti hiphop taee rap hi bekkamu garuu guddatus qaba dhamsi karaa kanan dabarus bareedadha......@sura.T Nama jabaadha.
Cool gangs so cute sabbontoota oromo sirbi akkanatti erga gaarii dabarsu heddu namati tola. keep on
Hojii gaarii hojjattan. EJJENNOO Keessaan jabeessaa!
Jabaadhaa Aartii Guddisuu Irratti Xiyyeeffadhaa
Sura T fi hundii kessan jabaadhaa💪👍
Nii Dandessan✌️🥰✌️
I listened to this music. Each of You got something special and I love that. Otoo akkanumatti waliin hojjattanii bareedaadha. Yemmuu irra deddeebi'ee dhaggeefadhu sirbai keessan baay'ee natti mi'aawe. Sagaleen tokkoon tokkoon keessanii waan adda ta'e qaba. Akkanumatti waliin hojjadhaa maaloo. Jabaadhaa.
Waw bayee baredaa sura jabaa nama jabdhuu foon ko❤💟💟💖💟❤💋💋💗💗💗💗💗💕💞💕💕💚💕💕💕💕💕💕💕💕💞💞💕💕
Afaan keenyan akkaatti hojjaachu keessaniif galatooma. Nu bonsiitan!❤💚❤
Dhaloota dhugumaan qaroominaan
Mataa ol nuqabachiisan akkasii maal isiniif haatawu🥰🥰🥰🥰🥰
I’m so proud of you all coming with a beautiful and different style of Oromo music!!!
O
.the k
Eieeuerureu❤😂
Ejeddjeduaie❤😂🎉😢😮😅😊
Sudduru😊😂😅❤😂😂❤😅❤😂😂🤣🤣
Dirrj😊❤😅😂😢😅🎉😊😂😮😂😂😢😮🎉😅🎉😂😊😂😂🎉😅🎉😅😂🎉😅😂😅eie
Wwwwwwwwww
Beat ajaayibaa
Afaan worraa kush
Miiziqaanis guddisaa
Jabaadha
Kun hotdha hot siin jedhee bar🎶🎶🎶🎶🎶🎵🎵🎶🎵🎶🎵
Woooow nice music 🎶 jabadha sanyii ofii galatoma hedun isin Jaladha
Sura raphin baye sira bareedaa ❤❤❤❤
I hop bayyee jaladhee jirraa walii hojjachu kessaan Nama bonsaa
Loved it. Oromo language can fit to
any music modalities.
Waww saboonumaa hipopin nuf dhiyeysitan galatomaa EJANNOO💪💪❤
Jabaadhu Sanyiwaan koo
Wwwow Raph Bayee Namattii Tolla Ijannoo Ergaa Garii Qaba Abbaa Dubin Galatef
Waaaaaw heddu miidhagdan galatoomaa
Afaan oromoo sadarkaa idil addunyaatti, tarree muuziiqaa addunyaatti dorgomaa tahuu isaa kuni ragaadha.
wooooowww wooooowww jabadhaa lammiiko ergaa baayee bareddadha
Waaw sabboontota keenya akkatti nu boonsitan silaa beektanii !! Jabaadhaa ejjannoo 💯
Sirbaa kana yeroo kumaa 10000 anatuu lalee ❤️❤️
Dhugaa rabbii isiniin jedha surraan keessa kooti. I Love you man
Wow !!👌baayye bareeda !!🔴ejjeennoon keenyaas ejjeennoodha!!👍
love the flow and the lyrics. This is one of the best. Keep it up guys. Love it
Wooooow baayyee namatti tola garuu xiqqoo videon isa qulqullina irratti itti yaadi
wow ejjennoon keessan namatti tola.akkasitti itti himaa!
Nu boonsitan.akka nu kabajjan isinis kabaja argadhaa.👏👍
Jabbadhaa Hojii Gudaa hajettaan!!
King kiyya nuuf jiraadhu hedduun isiin jaaladha hojiin keessan bayye namatti tola milkaawa
Hedduu isin jaalanna nuuf jiraadhaa quuqaa nurra buqqaafame
Surakoo, simply it's super 👌 😍
EJJENNOO
Wwooww bayyee namaa tolaa jabadhaa oromoo koo ❤
Wwwwwwww jirdhuu sanyii gotaa jiradhuu wagaa kumaa
Wow I'm from Madagascar I like oromoo music 🤣😜😀 Jabadhaa
Hahah thank u so much we love madagascar
Rafa dimu 😁🤣
EJJENNOO
callisuufin ture nadide garaatu
Taraa muka dubbii nagodhe yaraatuu
Ana nama nagaa nagootan maraatuu
Waanfedhe hataatuu
Hedduun bara kanaa
Aaduu qara lamaa
Eenyutu amanaa
Iyyandaanqoo dura
yoom altokko lama sadi kananama,
Jarakana kananama,dararama ooltu
Ganama sursura kaayyoof galmi kiya
Onnee nahunkura
Qalbii kiyya gurgura
Afuura nahuggura
Nantura malee hinuman hura
Sichan lafa kana hunkura
ofii jettan najalaa turaa
Galma dhugaan ejjeera
Odoo sobanii jiran
Kofoosheen lafaddira
Galmessheen ciccira
Ilaalchan jijjiira
Humnakoo asit dhiisee
Fagoo yaada garaan koo
Tokkicha dharraankoo
Isa kana waadaan koo
Galmee sabboontotaa
seena maqaankoo
Yoon kanangoone
Nandhalchine abbaankoo
Kaleessi darbeera
Irraa baradheera hardhammoo
Waadaa nanjabeessaa
Fuldurattan deemaa borimmoo
EJJENNOO, EJJENNOO , EJJENNOO ..............❤💚❤
I don't have any word to say u guys like this so I wanna say thank you for this song itti fufaa SURA T. and all of u in my heart appreciate u guys. 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼👏👏👏
#Akanumatti itti nu fuffaa👍👍👍👍👍👍
"yon kana hingoone nahindhalchine abbaan koo" i really like it
keep moving guyz we cant wait to see your next clips
Baay'ee gaariidha!
Proud of you guys and great job 👏 👏👏👏🙌🏽🙌🏽🙌🏽🙌🏽🎶✅ Keep shining and proud of us!❤️❤️❤️❤️
Walee Ajiba jiradha Leencooti Sabaa wagaa 1000 💪💪💪💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️😍😍👍👍👍🙏🙏🙏 ya oromo sirba bareda kana malif hin dawanee
This is fire 🔥 fam ! Keep shining proud you guys !!!
Kabir ati
Hoo faranjitti teeti woliin
Muuziqaa rap tokko osoo nuf hojjattee
Akka malee dansa
Your big fan from Gujii,Oromia
@@bonakaganale2745 soon !!
Kabir gudaa siin dinqisfadhaa. Walgargarra. Waal Biraa Dhabadhaa
Hojii bayyee nama bonsudha jabadha ❤️
Durimaayyuu
Mataan keessaanuu Hip Hop
Fakkaata
Mee dafa muziqaa biraatins kootta mee....
The new looks like this❤❤
Oromoo vidio kana 1million gahuu qaba
Wow!!!jabaadhaa hojii boonsaadha
Hojiin kessan bay'ee Abdii namatti Hora!! Kana caala jabadha Arti Oromo gara fulduratti dhiiba
hedduu Galatoomaa jaallan haaluma kanaan itti nuu fufaa🤳
wowowow Bayyee namaa tollaa Jabadha issini jalaana
Wow akkana kuno artistootni oromoo akkanatti walitti dhufanii yeroo HipHop hojetan hedduu nama gammachiisa haala kanaan itti nuuf fufaa
Wow weelluu hawwataa dha!!! Jabaadhaa!!
Woow nuuf jiraadhaa heddu namatti
sinii jirra nuti ijoolleen oromoo jabaadhaa like share sinii goona nuu jiraadha
baayee isiin jallanaa nuf jabadha sabonoota kenyaa nutilee isiiiin bodaa jira
Baayyeee nama namatti toltan jabaadha itti fufaaa
wow natti toleera dhugaa baayyee bareeda
waan bareedadha jabaadha
Ajaayiba!
Wooowww wooowww very nice rapper music I love Rapp music
Wow hojii gariidha 🔥🔥🔥share like gochuun ijoollee kenyaa haa jajabeesinu 🥰🥰
Waan haaraa qabattanii waan dhuftaniif baay'ee galatoomaa. Kana caalatti cimtanii, darbitanii akka mul'attan shakkiin qabu
Omg 1ffaadha brothers
Wow kan ajaibati 🤔🙏🙏
Qaxalleewan keenya jabadha ❤️😍
haala kanaan, afaan karaa hundaanuu chimsuun,akka adunyaa irrati dhaga'amu gochuun kan nuti oromoodhaa dhaabachuu dandeenyu malee politics horfuudhaan miti.thank u guys
Blue ONE LOVE ❤💚❤ jabaadhaa "ibiddoo" future hedduu sirraa deema 👌👌👌
Wow! Hip Hop jechuun sirba shamarraniif sirban ol akka ta'e nu barsiiste Surraa! Hojii baay'ee bareedaa dha! Oromoo hundi ilaaluu qofa miti, share gochuun illee dirqama ba'adhaa!
@DaniElBrook
OMG You guys are amazing 🙏🙏🙏
Ijjannoo is awesome ✅️✅️✅️✅️✅️✅️
Yessss!!!!!
Nuuf dabala ammas 🙏
#Wow
#Ejjennoo 👏👏
#Keep_it_up, real swaggers 👍👌
Oromoo ta'uunuu eebbifamuudha sanyiu kuush!
rapparoota keenya afaan keenya akkanati bareechu keessanif gudda galatooma. hojii bay'ee quality qabu hojaatan, nuuf jiraadha isiin wajiin jiraa!
You Guys,I can't thank you any more! Afaan keenya sadarkaa aartiifi qabsoon kan duriirra one step forward! Thank you STAK!
Jeegeuajqie
3Hrgr
RYE😂❤
😂😅😂❤😂😮😢😅😂😅😂😂😅
Ajaaiba jechan dhabe isiniif
Ni dandeessu beqqaa🔥🔥🔥
galatoma music 🎶 afaan oromo sadarka kanarra gahun bayye nama bonssa 🎉🎉🎉❤❤❤ 2024
Wowww bayee bareedaa hojjatan ❤👌 views M galchafii mee ijoollee Oro torbee 1 keesatii 😲 silaa yoo akkaa baay'inaa oromoo M 60 jedhaamanaa mitii ree ? 😜
wow!! wow wow uuuuuuu love it!!
ofii jettan Na jallaa turaa hh
Great job keep shining , now is a time to tell every fellows with hip hop beats 🔥🔥🔥
best music wow i realy like it , pls #backo_skekisa walinis walitti dhufa hojadha , rapper heddu hoji baye hojachu dandau tau isa isin caala hin beku so heddu isin jalana jabadha .
Amazing voices and styles Boys, Hinaaftuun Faranjii seetii yoonaa dhiiroo!!!!!!!!!!!!!
Raappii bareedaadha! 🤟🤟🤟🤟
This is best of the year hip hop🙏
Wow good job amazing brothers
Hojii baredaadha jabadhaa
Wow jabadha 💛🔥🥰
Wow sirbaa heeddu namatti toludha jabadhaa 😍😘🤗
Hojii baayyee namatti tolu hojjettan jabaadhaa
dansaadha .continue more
Yaa always ejjannoo🔥💪💯
Hojii addaati
This can inspire generation thank you all!!!