Ifa Terefa - BARAKAA (Official Music Video)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 12 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 836

  • @SabaahAhmed-o7h
    @SabaahAhmed-o7h 3 місяці тому +35

    Garuu dhugaa dhubachuuf anii Samantha kotii mitii farfaanaan kesaan bayeen jalaadhaa kesafuu salmon alemu❤❤❤

  • @Lemiteme26
    @Lemiteme26 4 місяці тому +46

    Maaloo warrii akka ko faarsa kana jaallattan like itti roobsaa🎉🎉 ❤❤❤🎉🎉

  • @KuroHana-s9n
    @KuroHana-s9n 4 місяці тому +14

    ይህንን መዝሙር ብሰማ ብሰማ አልጠግብ አልኩ አረ ብሩክ ሁኑልኝ

  • @DannyGelchu
    @DannyGelchu 3 місяці тому +15

    Waaqayyo baay'isee baay'isee isin haa eebbisu, ayyaana isaas isiniif haa dabalu nama waaqayyoo!!!❤❤❤❤❤

  • @TolessaMinassie-q2e
    @TolessaMinassie-q2e 3 місяці тому +2

    Am from the Bole he is calling. WOW, amazing, powerful and inspiring music. Live long bro.

  • @SaraSara-ft4gc
    @SaraSara-ft4gc Місяць тому +4

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen
    Ebbiiffaammaa ijolee waqayyoo
    Barafi jirre kessani ha ebbiissuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mdoman986
    @mdoman986 3 місяці тому +6

    Uuuuuufffeee Ameen Ameen ebbifammaa Sabaa Waaqayyoo ebbaaf ta.a Maqaa Yesusin Ameen Ameen

  • @IsayasAberahm
    @IsayasAberahm 4 місяці тому +6

    Wow wow baayee baayee Kan namaa tti Toluu dhugaa farfaanaan kee best, amalee ayyanni sii farfachisuu yesoon siif haa kennu dhugaa 💗💗💗🙏🙏🙏💓💓👍

  • @Feenat-q2r
    @Feenat-q2r 3 дні тому

    Uuuuuuuuffffff waarra shawakooo ❤❤❤❤❤❤ ebbiiifffaam ebbiiifffaam

  • @ghbxfhgknfeyj1964
    @ghbxfhgknfeyj1964 4 місяці тому +8

    Wow waqayyoo bara jirenyake ha ebisu ebifami dacha dachan kanuma calati amale dibata sirati ha robsu ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

    • @TesfaFayisa
      @TesfaFayisa 4 місяці тому

      God bless you man of God

  • @tigi886
    @tigi886 4 місяці тому +17

    ቋንቋዉን ሳላዉቀዉ እራሱ የወደድኩት መዝሙር🙏🙏🙏🙏

    • @chala4168
      @chala4168 4 місяці тому +1

      ye misgana sewoch honen yelal,

    • @astergemech6579
      @astergemech6579 4 місяці тому

      He is glorifying Jesus. He is praising hod

  • @danergabus-ce4mz
    @danergabus-ce4mz 4 місяці тому +10

    Wow ifiyyee Amazing mazmur yicamar

  • @የሁሉኢትዮጵያውያንወዳጆች

    Kun dhugaa Waaqaa ti. Bara torbaatamatti dhiyaachaan jira. Jiraadhee argeera. Barri galataa kunoo ti. Faaruu Waaqati namaaf kennawoo. "Hamaan nu irratti humna hin argatu! Waaqayyotu teessoo isaa irra jirawoo. Galatasaa!!!

  • @etefazewude
    @etefazewude 4 місяці тому +8

    Faarsaa namatti toluudha. Dhugumayyuu guddinni hafuuraa kee dabaluu itti fufeera. Waaqayyo haa galateeffamu!

  • @abushbedaso5664
    @abushbedaso5664 28 днів тому

    What amazing gospel may God bless you

  • @RudeFekadu
    @RudeFekadu 26 днів тому

    Ufffeeeeee waqayyoon koo burqaa yomiyuu hin dhabanee sirrattii baneera ebbifamii ittin ebbifamee.

  • @henokaddisofficial6421
    @henokaddisofficial6421 Місяць тому +5

    Amazing you are blessed bro❤

  • @mimiBirhane-x3w
    @mimiBirhane-x3w 3 місяці тому +1

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen... IYYASUUS KEENYA GOOFTAA DHA. Ebbiifamaa......

  • @batrileta5214
    @batrileta5214 2 місяці тому +3

    Ameen!,kan keenya guddinni didee didee oluma adeema!,dachaa eebbifamaa!🙌🙏❤🎉

  • @sagniregasa1
    @sagniregasa1 4 місяці тому +4

    I love it bro
    GOD bless you

  • @fayisalamesa4903
    @fayisalamesa4903 2 місяці тому

    Eebbifami bro waaqayyo sihaa eebbisu jiraadhu darbii, mul'adhu akka tulluutti olka'ii.

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 4 місяці тому +6

    Ijoolleesaaf duruu Gooftaatu lola ilaa ni dide Iyyeesuustu nuuf karaa galataa fidee ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kiwieseta1234
    @kiwieseta1234 22 дні тому

    God blessssss you exceedingly and abundantly my beloved brothers ❤❤

  • @hawimereke
    @hawimereke 7 днів тому

    Blessed ifaa kegnaa🥰🥰🥰

  • @SINGERARARSOLAMESAOFFICIAL-z9s
    @SINGERARARSOLAMESAOFFICIAL-z9s 4 місяці тому +1

    Ameeeeeeeen Taane Warra Galataaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤ I LOVE THIS SONG

  • @selamwitTibebe9292
    @selamwitTibebe9292 2 дні тому

    እኔ ቋንቋው አላውቀው ግን ደስ ብሎኛል ❤❤❤❤ ተባረኩ🎉

  • @Daniel-o1v4n
    @Daniel-o1v4n 4 місяці тому +2

    Kunoo Didee didee du'a keenya dide. Maal akkam namatti tola. Waaqayyo barakee Haa eebbisu!🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @Sifnaa-v6z
    @Sifnaa-v6z 4 дні тому

    አሜን አሜን❤
    ተባረኩ❤

  • @MessiAbebe-t7g
    @MessiAbebe-t7g 4 місяці тому +2

    Amen goftan siii haa ebbbisu

  • @gidumaguteta6381
    @gidumaguteta6381 4 місяці тому +1

    What an amazing song!May my almighty God bless each day of your life with happiness bro! Dhugaa waaqaa yoo xinnaate si'a digdamaa ol dhaggeeffadhe quufuun dadhabe. Eebbifami aboo!!❤❤❤ 5:16

  • @diribabayana7683
    @diribabayana7683 2 місяці тому

    Dhugaa Gooftaa Iyyesuus saa eebbisu haadhooko. Itti eebbifameera.

  • @ArguuDamessaa
    @ArguuDamessaa 4 місяці тому +1

    Haleluyaa ililililililili Ebbifaamaa maattii waaqqayyoo Ayyaan isinfi haa baay'yatuu🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎤🎤🎤

  • @BiniyamMegeresa
    @BiniyamMegeresa 3 місяці тому +1

    Waaqayyoo Ayyaana siif yaa dabaluu kankan caaluu

  • @MesaychucheOfficial
    @MesaychucheOfficial 4 місяці тому +9

    Amazing ❤ I love it Ifo

  • @Simenash-w1f
    @Simenash-w1f 4 місяці тому +1

    Uuuufffeee ayyannii kun dachaa sif haa baay'atuu hadhoo koo ebbifamii darbii demii homaanu hin daga'iin maqaa iyeesusiin ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @BonnyGirma
    @BonnyGirma 2 місяці тому

    Eebbifami WAAQAYYO sihaa eebbisu! Sagaleen abrahamiifi naty wajjin baay'ee bareeda nuuf eebbifamaa

  • @amanetufa5708
    @amanetufa5708 Місяць тому

    IJOOLLEE Waaqayyo , Rabbi isin haa EEBBISU. GALATOOMAA .❤️❤️❤️

  • @EnkosaAsefa
    @EnkosaAsefa 4 місяці тому +2

    Haleeluyyaa galanni waaqayyoo haa ta'u.

  • @lemaretaofficial
    @lemaretaofficial 4 місяці тому

    Waw amazing singer ifa. God bless yuo

  • @DesalegnBedasa
    @DesalegnBedasa 3 місяці тому +1

    ❤❤❤❤❤❤ wawu ebbifami

  • @Qananii12345
    @Qananii12345 4 місяці тому +2

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen ❤❤❤dachaa waqayyoo waqarraa baraf jireenyaa keessaan ha ebbiisuu Ebbiifamaa maqaa yesuusin homtuu qabee sin hin Dhabiin darbaa deemaa homanuu hin qabaminaa ifaa tulluu irraa ta, a muladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤uuuuuuuuuuffff Ebbiifamaa ❤

  • @Dani-kr2hq
    @Dani-kr2hq 22 дні тому +1

    Ifa Nama waqni ebbise jabaadhu ❤❤

  • @TemesgenDinka
    @TemesgenDinka 20 днів тому

    Amen hallelujah dhugadha ❤🎉

  • @bayisazewude2336
    @bayisazewude2336 4 місяці тому +14

    Gooftaan barakee isa tajaajilaa hafe kan siif eebbise haagodhu, kanumaan caalaatti burqaan AYYAANA WAAQAYYOO siif haabaayatu, darbii faarfadhu !!.

  • @BirqooBirqoo
    @BirqooBirqoo 4 місяці тому +1

    Wow ebifaamii ifoo

  • @TakeleDabesa
    @TakeleDabesa 3 місяці тому

    What a blessing !! I simply love it.

  • @bonsa123
    @bonsa123 4 місяці тому

    itti fufii..... dhuguma didee du'a kenyaa! Eebbifami

  • @BoonsituuK-m9y
    @BoonsituuK-m9y 3 місяці тому

    Taaaaaaneeeee taaaaaaneeeee warra galatasaa uuuuuuuuuufffff

  • @senneetube2680
    @senneetube2680 4 місяці тому

    Waaqayyoo baraaf jirenyaa kee haa Ebbisuu ogummaa Ayyaana isaa sif haa dabaluu Amayyuu uuuuuuffffee wwwwoooooowww ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @samsunghh8799
    @samsunghh8799 Місяць тому

    አሜን አሜን እግዚአብሔር አመለክ ይባረክች ያተበረካችት የአባት ብሩከን ፀጋው ይብዛለችው ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @koomartisin4649
    @koomartisin4649 Місяць тому

    WAAQAYYO SII HAA EEBBISSU IFIYEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEE

  • @IteneshEtu-m4x
    @IteneshEtu-m4x 4 місяці тому

    Wow ebbifami mucaa waaqa itti fufii darbii deeme

  • @SamuelGirmaOfficialyoutube
    @SamuelGirmaOfficialyoutube 4 місяці тому +2

    Jabaadhu Ifaa, ammayyuu kanarra guddadhu.

  • @duretitesfaye6833
    @duretitesfaye6833 4 місяці тому

    Wow ! Ifoo faarsaa ajaa'ibaati !
    waaqayyo guddaa si haa ebbisu!

  • @HiwetZewde-h6x
    @HiwetZewde-h6x Місяць тому

    Barrif jirenyii kessaan yaa ebbifamuu dabalaa deemaa

  • @TesfayeAmenu-k7l
    @TesfayeAmenu-k7l 3 місяці тому +1

    It is amazing 😊 God bless you

  • @shimelisshime5531
    @shimelisshime5531 2 місяці тому

    Eebbifamaa🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰elaa dide didee du'a keenya dide Yesuustu nuuf bara galataa fide

  • @MuletaDibaba
    @MuletaDibaba 10 днів тому

    well I love it ❤❤❤

  • @tamirubejiga7934
    @tamirubejiga7934 3 місяці тому

    Wow dave I have no idea God bless you continue

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 4 місяці тому

    "BARAKAA!" Ammayyuu Barakadhu! Fayyaa nuuf ta'i.

  • @LelisaTasfaye-yc9hl
    @LelisaTasfaye-yc9hl 4 місяці тому

    Amen 🙏 Eebbifamii mucaa waaqayyo baraaf jireenya Kee haa Eebbisu waaqayyo

  • @abdigemta3317
    @abdigemta3317 3 місяці тому

    Baayyee namatti tola,God bless you all!

  • @DestaShurabe
    @DestaShurabe 3 місяці тому

    Amen Amen Amen ebbifamii maqa yesuusn

  • @Sifaan-Oromiyaa
    @Sifaan-Oromiyaa 2 місяці тому

    Ebifamaa hundii kessanu farfanichi immoo bayyre namati tolaa waaqayyotiis akka tolui jaa ta'uu❤❤❤❤❤

  • @shumiyeshu
    @shumiyeshu 2 місяці тому

    Waaqayyo baay'isee baay'isee isin haa eebbisu,

  • @senalammii6772
    @senalammii6772 4 місяці тому

    Wow jecha hin qabu.ebbiifaama ayyannii sif haa baay.aatu Ifoko 🥰

  • @Astertemesgen12
    @Astertemesgen12 4 місяці тому +2

    What a song😮
    Eebbifamteetta ifo Eebbifamaa hafi jiraadhu🤩🙏

  • @DabaloMosisa
    @DabaloMosisa Місяць тому

    Ebbifaamiiiii

  • @tolerafikadu8816
    @tolerafikadu8816 4 місяці тому

    Ifaa ebbifaami dhugaa baayee itti eebbifamaa jiraa

  • @Phenxeetube0966
    @Phenxeetube0966 Місяць тому +7

    Ani pheenxee miti garuu bayy'ee natti tolee warri Akka koo isinitti tole like itti robsaa❤

  • @MarkGaroma
    @MarkGaroma 4 місяці тому +16

    Ifookoo Nama kennaa jabaa qabu ilaalamee dhaggeeffatamee kan hin quufamne ❤❤❤

  • @MediaKarrasaaqii
    @MediaKarrasaaqii 4 місяці тому

    Wow! Akkana Faarfannaan!
    DIINNI BAALLII NURRATTI HIN ARGATU!

  • @Daretube7319
    @Daretube7319 4 місяці тому +2

    Woww amazing song❤❤🙏🏼🙏🏼🙏🏼
    Waaqayyo sii yaa eebbisu

  • @firiigadisa649
    @firiigadisa649 2 місяці тому

    Ameen eebba dachaa dachaa siif haakennu

  • @hayumegersa2919
    @hayumegersa2919 4 місяці тому

    Wow amazing song❤❤eebbifami baayyee namatti tola💞😍😍💖👏👏

  • @RihobotFayyera
    @RihobotFayyera 3 місяці тому

    Ammen Ammen Ammen ebifamaa jiolee goftaa ayyanii🎉goftaa sinif haa bayyatuu

  • @biniyamguta6134
    @biniyamguta6134 4 місяці тому +1

    Faarsaa kana dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye dhugaa🥰 Warra galataa isa nu godhe Waaqayyo keenyaaf galanni haa ta'u🙌

  • @alazargosa8915
    @alazargosa8915 2 місяці тому

    Eebbifamaa barri keessan haa eebbifamu.

  • @DinaolAbdisa
    @DinaolAbdisa 4 місяці тому

    Amazing singer God plays you

  • @TadeseTamena-sp9xc
    @TadeseTamena-sp9xc 4 місяці тому

    May God bless you abundantly ifa koo

  • @bachababuofficial
    @bachababuofficial 4 місяці тому +1

    Jabaadhu jabaakeenyaa

  • @EliyasGetachoo-zi5jb
    @EliyasGetachoo-zi5jb 4 місяці тому

    Uuuff kaan akka Kee Amma Yuu nuuf haa kaasuu baayee baayee namati toola ebifamii❤❤❤

  • @MathewosBekele-e4j
    @MathewosBekele-e4j 4 місяці тому

    Eebbifami Ifaa!!

  • @fayerabekele-m6s
    @fayerabekele-m6s 4 місяці тому

    waaqayyoo sii haa eebbisuu !

  • @mastiishmalisabebe4521
    @mastiishmalisabebe4521 4 місяці тому +1

    Ameeen Ameeen Eebbifamiii

  • @negumatube4403
    @negumatube4403 2 місяці тому

    Amazing bro, may God bless you!

  • @FantayeArarso
    @FantayeArarso 4 місяці тому

    Wow amazing song god bless you my brother👏👏👏👏🥰❤️🥰🥰💝💝

  • @GadisaDegefa-s1s
    @GadisaDegefa-s1s 2 місяці тому

    Dhugaa guddaa eifaamaa

  • @tokkummasalamon7700
    @tokkummasalamon7700 4 місяці тому

    Ameen Ameen Ameen eebbifami dhugaa waaqayyo bara kee haa eebbisu farsaa baay'ee namatti toludha❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KormaeK-89
    @KormaeK-89 3 місяці тому

    ❤❤❤❤ well God bless you, my brother what a beautiful song❤❤❤

  • @seenaazerfu5444
    @seenaazerfu5444 4 місяці тому

    Ameeeeeeeeen hallelujah hallelujah 💪💪💪 waqayyoo dachaa siif haa ebbisu Ebbifaamii❤❤❤

  • @gamechutolasa9925
    @gamechutolasa9925 4 місяці тому

    Baay'ee nama eebbisa dhugaa Eebbifami

  • @MikoMike-ml2ll
    @MikoMike-ml2ll 4 місяці тому

    wow Amezing song ifa keegnaa

  • @ANDINEETHAILUUOFFICIAL
    @ANDINEETHAILUUOFFICIAL 4 місяці тому

    Malo ifako lubun to boqate dhugaa🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰 jabadhu qaxale ko

  • @BonaFerego
    @BonaFerego Місяць тому

    Eebbifami

  • @DebeluBirbirso
    @DebeluBirbirso 4 місяці тому

    Eebbifami
    Waaqayyo hafaa bara Kee haa eebbisu

  • @DaroTolesa
    @DaroTolesa 4 місяці тому

    Wowowowowowowo warra galataa tannee

  • @lalisad30
    @lalisad30 4 місяці тому

    Eebbifami Ifaa baga ayyaanni siif dabalame!
    Yesuustuu du'a keenya dide!🥰🥰🥰🥰

  • @fenetFeno-y2f
    @fenetFeno-y2f 4 місяці тому

    Wow dha faarfannichi
    Eebbifamii ayyanni siif haa baayyetu ❤❤

  • @fayyeeraaabdiisaa
    @fayyeeraaabdiisaa 4 місяці тому +1

    Ebbiffami bro koo Amazing