Wal Mormii cimaa Jawar irraa//Hayyoonni wal qaban!!/12/25/2024 F24

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 25 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 119

  • @AbdulazizAhmed-fw1xk
    @AbdulazizAhmed-fw1xk 5 годин тому +1

    hinaaffaadha malee walii quudhuun bareedaadhaa jawween idandaha feedhii rabbiitiin❤❤❤❤🎉
    isqeelii dhugaa dubbatee ❤🎉🎉🎉🎉💪💪💪💪

  • @MusxafaaShRoobaa
    @MusxafaaShRoobaa 8 годин тому

    Jawaar keenya itti muddi Rabbiin guddaan sibira haa jiraatuu. dhugaaf falmattaa nama dhugaaf falmatu Rabbi qarqaaraa . ishaa Allaah Rabbi si haa qarqaaruu leenca keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ObsinaanOroArsii
    @ObsinaanOroArsii 18 годин тому +1

    Jawwee king dandayaa oromoo uf hinsobinaa irkisaan dalawwaa hin tatuu jawaar motumma ni kufisaa❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 12 годин тому

    Amiiiiiiiiiiin Walumaan qabdiii ❤❤🎉🎉
    .Horroo Guduruu Guutii dhageeffachuun Yoom taatee Maasha'Allah ida'amauun M/M Seequn Hin Gaabbuu Eebbaa kitaaba Johar Congratulations Athletes ❤❤❤❤❤

  • @AbdurahamanJemal-y2t
    @AbdurahamanJemal-y2t 19 годин тому +3

    Jawar Mohammed pp miti Addunyaa rabbii wajjiin Inshaallah 100% itti amaana qaba naf ta'a dandeeti akka isa wan hin qabneef hinaafe ture nafxanyaan kun gurba Heenok jetun kun torta namati inni hoolaa natin kun nama jedhetuma dubbata rabbii jedhati

    • @ObsinaanOroArsii
      @ObsinaanOroArsii 18 годин тому

      Inshaallaa Rabbiin motii motootaa sii milkeessaa jawwee☝️☝️☝️❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AliUmer-bu3mf
    @AliUmer-bu3mf 18 годин тому +3

    Isqeel abiyii waan jibuf jechaa namaa abiyii jibuu hundahuu nii deegara

  • @diqojawwii6642
    @diqojawwii6642 5 годин тому

    Waaqayyo yoo achi malee uummati rakkatee dararamaa jira

  • @NemeMerera-jd6km
    @NemeMerera-jd6km 13 годин тому +4

    Hin danda'uu

  • @ahmeddeedatahmed1081
    @ahmeddeedatahmed1081 11 годин тому +1

    Jawar 🫡 he’s a majic touch!

  • @hamdiyaa8776
    @hamdiyaa8776 5 годин тому

    Namni dhugaan mormuu yomu ni moyaa::jawaar ni mooya🎉🎉🎉🎉

  • @AbdulazizAhmed-fw1xk
    @AbdulazizAhmed-fw1xk 5 годин тому

    baga rabbiin akkatti olfuudhee❤❤🎉🎉🎉

  • @samiraamuhammad3376
    @samiraamuhammad3376 12 годин тому +2

    Yo dhimaa jawaar yotaa.e oromon bakka duraani hiinjiruu jawariin kufiseraa😊

  • @ShuruAnbeshe
    @ShuruAnbeshe 13 годин тому +1

    Dhugaa dha yaa debiine ❤❤❤❤❤

  • @HawaBashir-b7z
    @HawaBashir-b7z 8 годин тому

    ጀዌኩኡ አለሀከጉኑነው❤❤❤❤❤🌳🌳🌺🍀🍀🌸🌸💙💙💙💙🌹🌹🌹💞💐💞💞💐

  • @simachew-ur3ud
    @simachew-ur3ud 7 годин тому +1

    i support jewar

  • @GouledOmar-m7g
    @GouledOmar-m7g 18 годин тому +1

    ❤❤❤okee jawar ni taha

  • @mahmadDaud-q7p
    @mahmadDaud-q7p 9 годин тому

    Jawaar ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HusenMahamed-d4x
    @HusenMahamed-d4x 5 годин тому

    🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AliMohamed-gi1tt
    @AliMohamed-gi1tt 9 годин тому

    Hekon is perfect prediction

  • @oromia583
    @oromia583 19 годин тому +1

    Welcome kabajamoo kiyyaa

  • @AmanaWayyuu
    @AmanaWayyuu 17 годин тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KaKasn-f6c
    @KaKasn-f6c 17 годин тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @AaAa-kn2wc
    @AaAa-kn2wc 16 годин тому

    Jaweeee kings 🤴 💜 ✨️ 💖 💕 ❤️

  • @challakadir3226
    @challakadir3226 16 годин тому +1

    Dr.Henok dhuga qaba

  • @MubarekEdaso
    @MubarekEdaso 13 годин тому

    Jawe king🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 11 годин тому

    ❤ inshaa'Allah Seeraa idil Addunyaa hayyoota waliin ijaaraan malee Araarrii Beekaa jibbaa tayuu hin dagatin Dr Henok Gabbisaa laftii seeraa Mootiif i Hayyoitaa haeaass waliin ijaarii==
    Diiggarraa Minister Barnootaa milkii marree Namarraa Sirna Hargaasuutin osoo dhageenyee solutions Drink

    • @sifaanfayyaakoo7419
      @sifaanfayyaakoo7419 11 годин тому

      ❤Maasha'Allah Congratulations Badhaadhinni Hayyootaa Fi Hawaass almost every day of Congress ida'amauun institute Technologies inc. hin Gaabbuu voted Congratulations Dr Johar Muhammad Bulchiinsaa lafaatiin ❤❤❤❤❤

  • @AlliHaji-o4r
    @AlliHaji-o4r 18 годин тому +1

    ❤🎉

  • @OGTN-1
    @OGTN-1 19 годин тому +1

    Dr.henok Hinaffaa jawaar irraa qaba

  • @ibrahimmahmed5748
    @ibrahimmahmed5748 16 годин тому +1

    OMN midia maaf Jawar haaseeysuu dadhaban ugum

  • @احمدمحمد-ح2ر1ل
    @احمدمحمد-ح2ر1ل 5 годин тому

    Johar dandeettii motummaa jirjiiruu hinqabu😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @fitsummdereje7042
    @fitsummdereje7042 9 годин тому

    Dhibbaa kaleessa godhaame; kaleessaa keessatti fi dhiibbaan yeroo Amma godhamu; qabataman Amma jiru Haalaan wal adda!

  • @GoMahh-m2t
    @GoMahh-m2t 13 годин тому

    👍👍👍👍👍👍👍

  • @ObsaAadam-m2d
    @ObsaAadam-m2d 18 годин тому

    💖💖💖

  • @BelayGobena-z8y
    @BelayGobena-z8y 6 годин тому

    አንድን ሰው ማደራጀት የማይችል ሰው ስለ ጀዋር መተቸት ድክመት ነው ከዚያም ስያልፍ ቅናት ነው።

  • @tekadabanegewo2445
    @tekadabanegewo2445 6 годин тому

    Obbolewwan Mitu

  • @alemusirika179
    @alemusirika179 2 години тому

    Henok gabbatee Jira shakki

  • @SudeysiSudeysiAbdusalaam
    @SudeysiSudeysiAbdusalaam 15 годин тому

    Yes jawwaar❤❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @AmmarAliiSumey
    @AmmarAliiSumey 15 годин тому +1

    Jawar hin feenu maalfida

  • @hamzaabdi7006
    @hamzaabdi7006 17 годин тому +1

    Wan hinafefi finfinee qashti kiyya gadhen gafaa hinafte akan godhatii

  • @zeynebaali8292
    @zeynebaali8292 17 годин тому

    Dr. Henok is always against Jawar. Who cares Oromo keep supporting your Son, Jaweeeee❤ May Allah protect him.

  • @AbdurahamanJemal-y2t
    @AbdurahamanJemal-y2t 19 годин тому

    AS WR WB ngy keeti yaa obbooleessa koo heenok kun wollahii maaratadha kana maaliif nuf fida

  • @HaiymeMan-v5u
    @HaiymeMan-v5u 11 годин тому

    Gabbisa brothers?

  • @jigsadiina2099
    @jigsadiina2099 10 годин тому

    Waan nama nama taeef nama of taeef nama dhugaa beekuuf jarern sadanuu diina qabsoo Oromoo fi diina ummata Oromooti raba dori irra eegalani shira qabsoo Oromoo irratt waan issaan hin hojeenee hin jiru gaaru lafti dhugaa adda waan taeef akka issan yaadani hin tanee hin tauus galggalchaa sirna kana akka dandauu kan affarssa jirtani giriisa midea malee kan bira mitt jibitanis jalatanis pp kan fonqolchuu danadauu ummata Oromoo fi ilmaan Oromoo muratoota.nama waan ini hojette warra hin yaadanetuu issati ammanee wajjiin sirba malee ummata mitt.

  • @OromiyaaOromoo-b1l
    @OromiyaaOromoo-b1l 13 годин тому

    Jawaar yoomiyyu ni danda'a.

  • @UdXg-tb9cd
    @UdXg-tb9cd 9 годин тому

    😂😂😂😂❤❤

  • @tekadabanegewo2445
    @tekadabanegewo2445 6 годин тому

    Izikel Gabbisa Boroo and Henock Gabayyoo Gabbisaa

  • @AlemiLemu-v3l
    @AlemiLemu-v3l 9 годин тому

    Henok malif hin caalisuu?

  • @shamsadinabdurahman8577
    @shamsadinabdurahman8577 12 годин тому

    Jawar Faraday faran jijjirama fiduu malee ittiin jiraachuu hindanda'u😅😅😅😅

  • @robera2563
    @robera2563 6 годин тому

    We supposed jowwar

  • @memiahmed-eu1er
    @memiahmed-eu1er 18 годин тому

    ዶክተር ሄኖክ አስር ሰው ማደራጀት አትችልም ስለ ጁሀር ባታወራ ይሻላል

  • @UsamanAman
    @UsamanAman 16 годин тому

    Maa sobaa ree ini

  • @IbroAbdi-b9n
    @IbroAbdi-b9n 11 годин тому

    Henok rafa jira barii Abjuu hinaffa kessa jira

  • @foziamohamad8438
    @foziamohamad8438 11 годин тому

    ምንም አጣራጥም ጀዋር ያሸነፈል

  • @fresh-life2440
    @fresh-life2440 8 годин тому

    Esqeel fi Henook biyya adda addaa ti. Obbolaa miti. Inni Jalqabaa Naqamtee inni 2ffaa Dambi Dolloo. Jawaar beekumsa siyaasaa ni qaba. Har'a Jawaar maal gochuu danda'a? Jawaar kan inni gochuu danda'u torbee muraasaaf miidiyaarratti ba'ee dubbatee, barreessee , waa'ee isaa dubbatanii, wal falmanii fi waa hedduu gochuu danda'u namoonni garaagaraa. Haa ta'u malee, torbee muraasa booda; waa'ee Jawaar ni dagatama. Sababiin isaa QEERROO FI QARREEN akkasumas UUMMANNI irra guddaan Jawaariin hin fedhu. Uummanni haala siyaasaa biyya keenyaa sirnaan hubatee jira. Jawaarii fi Faannoon akkasumas TPLF illee osoo tokko ta'aniillee waan tokko illee fiduu hin danda'aan. Sababiin guddaan Oromiyaan irra guddaan, addatti immoo Naannoon Finfinnee guutuutti Mootummaa faana jira.
    Jijjiiramni yoo dhufe fedhii mootummaa fi uummataa qofaan.
    Qeerroo Esqeel Qallisaa haasa'aa jiru har'a bakka sana hin jiru. Mootummaan ammaa kun "hoffaa" jedhee kan namichi kun dubbatuuf inaaffaadha. Irra caalaa iyyuu Mootummaan kun Uummata Kibbaan, Oromoo fi sabaa fi sablamootaan akka inni jaallatamu taasisa.
    Jawaar rakkoo inni uumeen lubbuun namoota dhibbaan lakka'aamanii akka dhume hunduu ifatti beeka. Oduu fi hojiin walii adda. Jawaar waan fidu tokko illee hin fidu.
    Mootummaan waan hojjetu hunda Karoora isaan hojjeta. Jawaar jedheef dhiiseef miti. Jijjiiramni dhufaa jiru hundi karooraan. Warshaan guyyaa tokkoo fi lama keessatti hojii egalu HIN jiru, garuu silayyuu hojjetamaa waan tureef.

  • @AbdiiadamIbrahim
    @AbdiiadamIbrahim 14 годин тому

    Hindeyuu

  • @GebiGushu
    @GebiGushu 5 годин тому

    Afuuftuudha ati

  • @safirashid
    @safirashid 2 години тому

    Dhugaa isaaniiti Ganda isaaniiti miidiyaa wayyaanee

  • @abebabeyene3823
    @abebabeyene3823 2 години тому +1

    Jaween yoo ka'ee jijiirami dhufu nidanda' WBO waraana mootumaa humna isaa agarsiisaa jiira kana mali jedha Dr Heenok guyya guyyaatti warana mootumaa fixaa jiira kana mali jedha Dr heenook dhamsaa D/r Heenook rakkoo oromoon keesaa jiiru hinbeekuu wali irratti ka'u irra dinna oromoo (sirna nafxanyaa) oromoo lafa irra dugugeeidoo qabachuu fi jedhu irratti dula godha

  • @aliyedalu6401
    @aliyedalu6401 8 годин тому

    Henok wanti isheen hojjate hinjiruu garuu janna Woyyaanee garagalche tuffatti. Harree hinqabduu gaangee tuffatti jedhan jechuun akkana gaa!

  • @AliUmer-bu3mf
    @AliUmer-bu3mf 18 годин тому +1

    Jawar udanu jiyisu hin dandayu amaa bodaa gaafa san alagaa jiraa turee amaa oromo tiitu iraa jiraa qeiron damaixee jirtii

  • @GutetaLikasa
    @GutetaLikasa 3 години тому

    Hin danda'uu sababni isaa jawar xinxaaladha. Warana gahaa hin qabu. Pawor forsii of arkkaa hin qabu .

  • @Abdunaasir-z6d
    @Abdunaasir-z6d 11 годин тому

    Wallaahi torbee takka ittii hin fudhattuu

  • @biiftu1234
    @biiftu1234 11 годин тому

    Most Oromos against Jawar Mohamed.

  • @MulataDhadacho-i7x
    @MulataDhadacho-i7x 17 годин тому

    Doctor Hounuky Gabiisaa what's wrong Was Hounkgabiisaaa become gantu we Don't know what is wrong Hounkgaabisaa

  • @ousmanhussen3742
    @ousmanhussen3742 12 годин тому

    Hinaffa

  • @Negese-u7q
    @Negese-u7q 11 годин тому

    Hiskeel faannoodha

  • @AbdiiadamIbrahim
    @AbdiiadamIbrahim 14 годин тому

    Hindedayu e

  • @Ramaakadiri
    @Ramaakadiri 15 годин тому

    😅😅😅😅😅😅.hin.dandahu..haakka.gafadur.sana.miti..qeroos.hin.qabuu.jawar.😮😮😮

  • @yuunusaliyyii8433
    @yuunusaliyyii8433 8 годин тому

    Isin hin rakkisin yoo barbade iskelis hafuu dandeessa ammoo istirateejin jawaar garaa funduratti

  • @jorbasetokon3809
    @jorbasetokon3809 11 годин тому

    ኤኖክ እንዴ ቄሮ አለቆች መሬት ወሰደህ አለቅላቅ ሆንክ ምንነው ጭንቅላትህን ምን አልከዉ እውነትን?????

  • @AniisTube4237
    @AniisTube4237 15 годин тому

    Henooki bitamee jiiraa

  • @Zenvgj
    @Zenvgj 11 годин тому

    afuuftuu akka kee biraytti hojii ta'ee farfama diraamaa "ati akkas naan jedji ani ammoo akkasan sin jedha jedhanii diraamaa sobaan tolfmedha

  • @user-zh2tq7gq5z
    @user-zh2tq7gq5z 2 години тому

    Tufii oromo irraa qabu I Isa miidda ammaarati hassun isa

  • @SuheyliAhmed-c8b
    @SuheyliAhmed-c8b 18 годин тому

    100k

  • @BayanNura
    @BayanNura 17 годин тому

    Sobdu kan akka motu.. Kan gama dibloomasi ciman hinture

  • @NejmaJafer
    @NejmaJafer 6 годин тому

    Oduu keesssan dhissaatii wallii galaa ormaaf karraa hin baniina

  • @meb153
    @meb153 17 годин тому

    wantti hin ollee waan hin ollee abaddan Juhaar pm ta'un isaa hin ollu

  • @l_oromo4424
    @l_oromo4424 17 годин тому

    Henok Gabbissaa jibbaa gagessa itimaa itumaa issee

  • @abarashethyopia864
    @abarashethyopia864 3 години тому

    Yero wayyannee sani Qeerroo ni jira ama Qeerroo ni jirani dhisame

  • @teressabenti672
    @teressabenti672 3 години тому

    hiskel Gabissa oromodhaf maal godhe ?biyya alaa ta'e hodessa

  • @etafagamachu9369
    @etafagamachu9369 10 годин тому +1

    ጀዋር አሁን ከቢዙዎች ልበውስጥ ወጥቷል ዛሬ ጥርስ የለለው አንበሳ ነው

    • @SahadaDxb
      @SahadaDxb 9 годин тому

      ጀዋር በአንድ ጹፍ ብልግናዎችን ያስቃዘናቼው ጀግና መሆኑን አራጋግጦወል ታው በደዎች

  • @tsegayenegassa165
    @tsegayenegassa165 3 години тому

    Qeerroon yeroo barbaachisaa turetti lolee aarsaa kaffalee jira, kanaan booda aangoof warra wixxifatan Qeerroon keessaa hin qabu.

  • @AbdubaWariyo
    @AbdubaWariyo 3 години тому

    Ummatii oromoo yeroo ammaa oromiyaa irratti hiriira mootummaa irratti ba,amuuf Lola mootummaa kana irratti geeggeffamu gurraan dhaga,uuf ijaan arguu hin barbaadu. Tanaafuu lollii ABO WBOn mootummaa kana irratti geeggessuuf abaarsaa fi olollii obboo Jowaari mootummaa kana irratti oofu mootummaa kana jijjiiruu(angoo) irraa kaasuu goonkumaa hin danda,u. Mootummaan yeroo ammaa biyya itiyoophiyaa guutuu oli aantummaa angoo isaatin bulchaa jiru Kun oromoo ta,uu isaa ummatii oromoo hundii sirriitti kan beeku ta,uu isaa namii hin beekne obboo Marroo fi obboo Jowaari qofa.

  • @AJabbarAkadir
    @AJabbarAkadir 11 годин тому

    ammatti dadhabus gara duratti ni kuffisa

  • @odaself-defense7609
    @odaself-defense7609 3 години тому

    Obbollaa mittii Isqeelii naqamtedha,Henokii immoo Dambii Dolloodha

  • @AbdurahmaanSanbato
    @AbdurahmaanSanbato 7 годин тому

    Jawwee ittii mudii

  • @IlmakamaalOromia-z1z
    @IlmakamaalOromia-z1z 19 годин тому

    Ijoollee gabbisaa 😂😂

  • @IskeeAbraashaa
    @IskeeAbraashaa 18 годин тому

    Dhugaadha midiyaan guutunti wasyee jawasri.

  • @FasikaMangesha-j8p
    @FasikaMangesha-j8p 13 годин тому

    afaan barbadeen yoo dubbate mal sii galchee lamaffa jowar jibba abiyi irraa qabuf kana hundaa hasa,a kan henok dhisi oduu

  • @temi7632
    @temi7632 12 годин тому

    Jawee mirgaa isaa haa goruu haqaa dubbata waan ta,eefi

  • @billsuccess
    @billsuccess 18 годин тому

    Obbolleeyyan miti

  • @MasratNuse
    @MasratNuse 13 годин тому

    Henokii gabasa diqalala tirgarayii.maqaa oromoo yoo

  • @ObsneeDarbina
    @ObsneeDarbina 15 годин тому

    henok jechuun xawalwaallee nama ofiti amantummaa hinqabne iddoo kaawan kan taa.u gara qilleensi deemuti kan deemu dadhabaa namaadha

  • @SamiraKaadir
    @SamiraKaadir 19 годин тому

    ilimana wayanee isiini hudu hatu

  • @hewangudina7425
    @hewangudina7425 19 годин тому

    Henok buliguu 😡😡👈

  • @Negese-u7q
    @Negese-u7q 11 годин тому

    Jawaar sobduudha gantuudhas

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 15 годин тому

    Boo hayyoota oromo addaan basuuf odu dhiisi

  • @AaAa-kn2wc
    @AaAa-kn2wc 16 годин тому

    Tokko hinaf qaba Tokko mo nama dhuga jirru lafaa kahi

  • @daddafaausmail2806
    @daddafaausmail2806 11 годин тому

    Henok Gabbiisa Gantudhaa Dhiginii Umata Oromoo Darara Oromoo Ittii Mulatu Kan Juwar Dhabatu Gantoota Oromoon Kana Bekkuu Qaba

  • @MekonenZeleke-f9f
    @MekonenZeleke-f9f 15 годин тому

    Hrnokif itana habte dhima oromo keesan ba,aa