Hicci maal dhalani kabajaa hin qabne tunnin maqa nu balessite anu abdi dhugaa yoo dubbane akka inni lammi ufitif quqamufi baayee jalaadha 💕💕 ijoollee oromo nama tokko jaalalaa obbolimmaa jaaladha maale namni martu woma isiin fudhu isinitti hin fakkatin qoodni kessani Aadda jiraa
Dhugaa Keti Saanyii Ko Hin dhokfaatin Yeroo jalalaali Isiin Qabe Nama Ittii Ergaa Gafadhaa Male Shamarii Dhiraani Sin Jaladhaa hin Jetuu Safudhaa Kanaf Mube Dhumaa Kenyaa Abaa Nagaa Kenyaa dubisaa Abaa Nagaa Kenyaa Abaa Miskinaa Jarsumaa Kadhadhaa guraa keessàniti Caluu Oboletowwaani KO ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ I love you Hundaa KEESSAANI RAABBIIF JECHAA
La hawalawalaa quwwata illah billah SUBAHANALLAH yaa rabbi nu qajeelchi ati danda.adha womti rabbin siif murteesse sin dabartu hin yaadda.in Womti rabbin siif hin murteessin siif hin taatu hin ciinqamin MABRUUK obboleessa KEENYA baga ittin si gahe
Dhuga ani dhiraf akkanati hin boyu atti damoo misxira ishen siti himate yutb ittin daldalta dhuga shamaran koo hin maratina dhiri gutee jira na bira kota isin gurguraa wollah
Anii Abdii Naan jalaadha naan kabaajaa bagaa rabii kanan isaa gahee ga'ilaa garii isaaniif haa ta'u!!
Mee Nama Namumaa isaaf qofaa warrii jalaatan like naaf tuqaa!!
Kkkkkkkkkk
@@fozeesulxan3404 maal kolfiita fozee koo maqaan nuu badee
Kotu mat naf taii lubuko
@@fozeesulxan3404 kotu mati naf Tai lazako
Abdii dhugumati nama garii kabajaa guddaa isafi qaba❤️❤️❤️bagaa fudha gotaa oromooo
Kkkkkkk uuuuuu🙆♂️ faaxeen mataa gatte moo Auzubillaahi 🙈 wollahi kolfaan garaan na dhukkube kkk🙆♂️hin maraatina Shari.aan hin hayyamaa isin haa dabalatuu
Abdii baga ittiin si gahe horaa bulaa deebana lama ta.aa ciisaa sadi ta.aa ka.aa mabruuk 👨👩👦
abdi abba iyessaa Abbaa miskinah baga rabbin ittin si gae Kan wojjin Janataa seentu rabbiin sifa tasisu inshallah ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌👌🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Hicci maal dhalani kabajaa hin qabne tunnin maqa nu balessite anu abdi dhugaa yoo dubbane akka inni lammi ufitif quqamufi baayee jalaadha 💕💕 ijoollee oromo nama tokko jaalalaa obbolimmaa jaaladha maale namni martu woma isiin fudhu isinitti hin fakkatin qoodni kessani Aadda jiraa
Mashaa Allah Hora bulla abdi abaa jalalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤💐🐅✍🐅💯
Sobaa kan boyii dhugaa mit waraa sii bira sobdee bosafate🤔🤔🤔
Ebdee Shamaraan maratee wly Auzubillaah Qonii kessan lafumaa jiraa hin maratinii 😭😭😭😭
Yaa.rabiishamaraan.maqaa.nauu.balasiishamaraan.obasa.kanafi
@@sddfsdfty591 😃😃😢🙈🙈🙈🙈🙈🙈
Dhugaa dhaa haadhoo koo maqaa banee uuuuuuuuuuuu
Kotu mati naf taii
Kotu mati naf taii sanyiko
Uuuuuuuuuuu yaa bara rabbuumtii media itti fudhee,yaa Obbewwaan koo maaloooo in maratinaa safuu eeggadha😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Abdii baga gammaddee ilmaa kayyoo itti fufii Ga'eela eebbaa siif haa ta'uu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yaa shamaraan kenyaa hin Marattinaa qonii kessaan Lafumaa jiraa auzubilahi
Bagaa itinii isaa gayee ililiiiii garuu kkkkkk shamaranii himaratinaa Onee kesanii badhee jiraa yaa rabii nu basii Asofirilaa Abdiyee bagaa itinii sigayee👍💞💞💞💞💞💐💐💐💐💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹✅✅✅✅
Anii Mucaa kanaa baayy'ee jaladhaa baayy'ee diqisifadhaa bagaa fudhee hora bulaa baayyadhaa ❤️❤️ faxee rabbituu sitii fidee bo'ii kaa mimixaa sitii sukumudhaa walahii argaa Shamaranii diraqmaanii nama jalatuu🤔😜🥷
Abdiyee maashaa.allaah hora bula
Faxewaan obsa rabbi isin haa kennu
Dhugaa Keti Saanyii Ko Hin dhokfaatin Yeroo jalalaali Isiin Qabe Nama Ittii Ergaa Gafadhaa Male Shamarii Dhiraani Sin Jaladhaa hin Jetuu Safudhaa Kanaf
Mube Dhumaa Kenyaa Abaa Nagaa Kenyaa dubisaa Abaa Nagaa Kenyaa Abaa Miskinaa Jarsumaa Kadhadhaa guraa keessàniti Caluu Oboletowwaani KO ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ I love you Hundaa KEESSAANI RAABBIIF JECHAA
Mashaa allaah abdii bagaa ittiin sii gahee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yaa Rabii nu qajelchii yaa Alhaa Walahi Abdii getacho ni jialanaa oromoo gutu jalataa garu jalalii nutii qabnuf obolumadha hiren qoda rabitii ☝️subahanallha 😭😭😭😭
Mashallaah baga gesee garumoo muslima mitii yaa aallaa 😭😭😭😭
Wayoo isumaa dhugaa martee moo ijoleen an fb dandamaa jiruu fb koo uguramee jiraa nadhon maa martii auzuubilhaa shop malii an moo waspii dhaan dhuftee wayoo an gagaberaa obsee koo abdiin fudhee jetee kamnii jenaan abdii getachoo jetee ishoo bagaa fudhee kaa maburuk jedhee uuuuu
Abdi baga gammaade Maashaa allah horaa bulaa 😘😘😘warri isaa jaalattani moo rabbii bakkaa isaa nama isin jaalattuu isinif ha buusu abshri jaalalli dammaa qilleerratti obsi yaa obboolleetti koo caara hirreen qooda rabbiitti 💃💃wallahi ani gaaruu hin jaalane abdi .
Abdi kenya rabbin umuri siia dheresu hadha mana.ke wajin aba miskina masha allah siif gamanera lenca kenya
Bagaa.gesse.abdii.kenyaa
Ga.ilaa.garii.siif.hat.uu
🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁😁😁😀😀😀😀😀😀😀😀😀😆😆😆😆😆😆😆😆gara nuu dhukubee Bayee gamade baga ijaramtee kabajama fi jalatamaa Obolesa keenaa Abaa miskina jirenyaa gari sifi hawaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Yaa rabbii kiyya bara bara maii kessa jira sila abdii baga gaddame hora bula mashaallallhaa mashaallha
Safuudhaa garuu dhugaa rabbii oromoon akkas hin turee garuu baraa maal keesaa dhalanee garuu yaa rabbii atti nagaa busii maal kun gudiin salphinaa maltuu dhufaa jiraa Lataa 👆
Mashaa allh mashaa allh abdii getachoo bagaa rabbi guyaa Kaan sii gayee Lecaa koo hamaa siraa Haa qabuu Horaa bulaa debbnaa 💚💚💖💖☂🌷🌷🌷🌷
Abdii koo gara lafeessa, baga geesse! Waaqayyoo ilmaan akka kee lammiif yaadan jilba keetii haa baasu! Qaxalee wayii🥰🥰🥰🥰 namni akka Abdii lammiif biyyaaf qoricha!
La hawalawalaa quwwata illah billah
SUBAHANALLAH yaa rabbi nu qajeelchi ati danda.adha womti rabbin siif murteesse sin dabartu hin yaadda.in
Womti rabbin siif hin murteessin siif hin taatu hin ciinqamin
MABRUUK obboleessa KEENYA baga ittin si gahe
Belbetee jedyy afanee Oromoo danee.
Waqayyoo baga hadha mana jabduu siif kenee ishoo❤❤❤❤👏👏👏
Abdii, sha, maburukii kan milki siif hatuu
waren Ziim jetanii bosanuu Safuu egadhaa Rabinis sodadha maloo wani rabi isinif qodee lafa jiraa malif nu fokisiftu maloo of Sataraa
Oboleewwani ko Adaraa 😭😭😭😭😭😭 RABBIIN Nu Haa Qajelchuu Obaasaa isiinf Haa kenu Inshaa Allaah Worii Abdii Jalatani Dhabdaani RABBIIN Jajabinaa isiif Haa Ta'uu
Yaa Gara koo shamarii maratetii yaa Rabbii najaa nuu basii yaa allah 🙏🙏🙏🙏
Maashaa Allaaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah Rabbiin baga ittin si gahee Abdi 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Baga ittin isin ga'ee Abdi Abba hiyyeessa waajin horaa bayyadha akka ciraacha galanaa ❤❤❤❤
Uuuuuuuuffff anuu bayee abdii dhara'ee rabbin umurii jeraa hadheresu
Lubbuun naa kessa bahuu jetii inumayuu osoo batetuu sii hiktee gowwaa wayiidhaa abdiin dhiraa dubartiin akka keti fudhuu mitii .Mubarak ati moo hin boyiin jetan haa uuuuuuu jetee iyyituu yoo barbadee dantaa issiti balagee tun
Yaa rabbii yaa obolleettiiwan koo adaraa safuu egaa osoo safuu egaatani issiinis waan gariitu issin qunama yoo safuu hin eganemo gadhiinu hin jiruu ani gama kiyyan alamdurilaa toktis hin fayyadamuu jalale ykn jarssi kiyya gara fulduraas kan nama boonsudha malee kan na bochisuu miti ittinin boona
Kkkkkkk wayi ijolee shamarana martuudha kunii jalala mitti aboo argaa keesan mucaa meqaa fudhaa taa rabbii qodaa ketti jedhen fudhee jiraa rabbii waliin isiin haa bulchuu mashallaha mabaruk gilaa garii isiniif horaa bulaa lamaa tayaa cisaa sadii tayaa ka.a
Abdii keenyaa bagaa geesaan horaa bulaa lammikoo ❤️💚❤️
Hiyiii hin numaa fokifiineee baranaa faxee rabbiin sodadhaamee 😭😭😭😭😭😭😭
Ana dhufuu sanyii kooo maatii sifi ta.ee jiraa atisi naf ta.ii jabadhuu
Anmoo mucadhumaa Abdii jedhamuu kanayuu hin bekuu dhugaa rabbii
Bagumaan tiktok sana hin qabattiin
Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah tabaraakalaah maburuk abdii sabbonaa oromoo 😍😍😍😍🤩🤩😘😘😘💍💍💍💍💍💍💍💍💍👈 faaxee sii rabbii sarbii sii haa keenuu 😁😁😂😂🤣🤣 wolhii maaqa nuu nyaate yaa rabbii qajeelchii
SubanAllah SubanAllah yaa rabbii yaa Allah najaa nuu basii kaa Rabbii koo eee balaanii butee 🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙊🙊🙊
Mashaallaah mashaallaah mashaallaah rabbin bagaa sin gahee Abdi qali nama rabbi umri issin haa dheressuu wajjin inshaallaah
Nama garii filachuun duraa ofii garii ta'uudha yaa shamaraan kenyaa
Abboo maqaa na baleesitaani rabbin isiin haa qajelchuu inshaallh
Mube garu jartii Abdi kirstaana MO islaama ufanna ishetif jedhe
Wolhii utun biiraa jiiradhe hudhee jaazabankun wore kenyaa hn nyaatiin worii qaalbiin keesaa godaanekuun iccii
Mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla abdi wolli isin ha.a bulchu
Mashaaaallaah obbleessaa kiyaa bagaa itti sii gayee obbol.... ko qali horaa bullaa wali 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕🐅🐅🐅🐅🐅🐅bagaa gaammadee abdii abbaa misiskiinaa❤❤❤❤
Huzuubillaa shamaranii fayyaa Hikatee sillaa zabbanaa Akiraa genee suubbanii Alhaa Rabbii isnii haa qajelchuu
Mashallaa Abdi abbaa miskinaa baga gammadee nama dhugaaf jiraatuu dhaa Ati bro😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Abdii ijolee marachitetaa
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣uuuuuuuuuuuiii woohoo yaa faxee
Ayiii yaa rabbii obsaa keeniif faxeewan kenyaa
Abdii Bagaa gamadee oraa baayyaadhaa dagagaa demaa alaa mana sanyii ebbaa taa 🥰💕💕💕
Jalalii qilensaa soba Afuuraa hamaa itii fayadamaa kayoo ofii walaludhaa dhifamaa gaaruu 🙏
Maasha Allaah tabaarak Allaah Mabruuuuk Mabruuuuk Mabruuuuk Alf Alf Alf Mabruuuuk 💐
Kkk anni dubbarrii maf martii annummaa irayyuu qabbeyyuu addaara rabbii 😥😄😄😄🙆♂️🙆♂️🙆♂️
Abadii Mabaruuuk Mabaruuuk Mabaruuuk Mabaruuuk Mabaruuuk 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍Mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa mashllhaa
Subhaanallaah dhalachuun keennaa qaanii nutti ta'ee tokko tokkorraa hin baratuu hunduu ni dogongora shamarran teenna rabbiin isin haa qajeelchu 😭😭😭☝️isin misirroonni horaa bulaa 💐💐
Balan butee wly yaa subahan allaah kunii maf barbachisee fuchun isaa bayee naa gamachisee wly maburuk mashaa allaah
Yaa rabbii nuu qajelchii jalalanan itii himaa yaa faxochee koo
Shamarann jedhee wamamuu kotinn gadaa jiraa sababaa shamarann keyaa uuuuuuufffffff
Maashaa Allaah Maashaa Allaah
Abdiii obbolesa Koo💚❤️🧡 bagaa Rabbiin sii gammachsee rabbiin walin umrii isin haa dheresuuu Insha Allah
Shamaran oro qalbii ishee xiiqoodhaa😄😄😄😄😆😆😆😆😆😆😆😆😆
Dhuga ani dhiraf akkanati hin boyu atti damoo misxira ishen siti himate yutb ittin daldalta dhuga shamaran koo hin maratina dhiri gutee jira na bira kota isin gurguraa wollah
waqayyoo obboleti tenyaa obbosaa haa kenuu garuu dhirii jalachuu hubadhaa jalalaa qabasitani hin dhisinaa dhugaa
Raabbii sihaakasuu dhirii biraa hinajiruu Abdii malee sh, m, x
Masha Allah masha Allah masha Allah isaa baga rabbiin ittin isaa gaa'e salphatu kana immo rabbiin nagaa iseedhaf ha'a godhu safudha kun
Abdii keenyaa baga waqayyoon ittiin sii gahee hoora baayadha
Abdi Getachew alf maburuk obbollesa koo
abdiii sif bultiii garii sif hatasisuu rabbi hojin turaaaa❤❤❤❤❤❤👝
Kkkk Kkkk kkkk yaa waqayyoo nuu hoolchii maaltuu taa.uuf jiraa laataa baraa duubaarrii maaraatee 😭😭😭😭😰saafuuu
maashalla
Maashaalla taabarakkalla Abdii ko
Maabuuruki raabin uumuri waalin isin haadheeresuu🥰🥰🥰😍😍
Baga ittiin isini gahe abdi horaa bulaa 😍😍😍😍😍😍😍💗💗💗💗💗💗💗💗
Abdii Nan jalaadha Namaa Kabajamaa enuy yu hin jaalataa
Mashala allaah mashala allaah mashala allaah mashala allaah mashala allaah bagaa fudhee kaa wojini jiratufi kaa jalaa awatuu Rabbii isaa haa kenuu
Sharamaa musilimaa garuu maa maratuu safuu yaa rabbii
Yadaan qaba innis gafaa cidhasaat hatti mana isaa rifeensa ìshe akka dhokfatu itti himi kun muslimara hin egaamu rifeensa ìshe abba mana ìshe qofatu argu qaba kanafi itti hima wari itti siqxanuu
Innaalillah woinnaa illeeyhiin raajjii'un subhaanallah wollaahii rabbiin isiniif haa Aaraaramu 🤔 Abdii jagnaa bagaa ittin sii gahee qalli namaa. Rabbiin wollin umrii isiin haa dheeressu lamaan Cisaa sadiihin ka'aa.💔💔💔💔💘💘💘💔💔
Kkkkkkkkkkkkkkkkkk garaa koo hundaafu bagaa itti sii gayyee abdii kenaa mucaa du'ayii qabaa irraa goraa 💐💐💐💐💐❤❤❤❤❤❤
Abdii horaa bulaa bagaa Rabbin ittin si gahee
Yaa rabbii yaa baraa dhumaa😭😭😭😭😭😜😜😜😜😜🙈🙈🙈
Abdii baga Gammadee galagarii orraabullaa
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣garan koo naa dhukkubee
abdiye wolif isin hadhisu hamtuf gufu gidu kesani hakasu Raabiin
subahana alaa rabii isnii haa qajelchuu walyii ijolee shamarnii xanacha toko fi fonii martii ajayaa
Kkkkk kkkkkk
Ijolleen maraattee wly astogfirullah 🤣🤣🤔🤔
subaahan Allah
Eee balanii buute yaa shamarani hin Maratina Kan Rabbin isiin fi qoode hin dhabdanii
Maqaa shamaranii barassinii wasakonii hudii eshii argaa dhala akkaana subanallaa biyyee nyadhuu jedhinii kkk
Kkkkkkkkkkkkkkk Faxee Maratetii Kkkkkkkkkk Faxee Qaba Hidha
Himmm fayyaa hin qabduu immoo intaalii😎😎
🙉🙉🙉🙈🙈🙈🙈😅😅😅😅😅 duurboochee koo maaloo maqaa nuu hin nyaatiina waarri akkaana tataan dhiiritti tokkoo qofa jira moo kahaallii waahallii😆😆😆😟😟
Maashaallaah maashaallaah sabboonaa kenyaa 💙❤️💜💙❤️jjaallaatamafi kabajjama 💜💚💙💜💚💙💚💜💙💜💚💙💜💚💙💜💚💜💙💚💜💙💚💜💙❤️💙💜❤️💙💜❤️💙💜💚💜💙❤️
Faxeen yoomuma jaarsa namaa kajeeluu dhiifti laata?😁😁😁🤭🤭🤭🤭
Anii muca kana baay,een jalladha raabiif jecha gati inni abba miskina ta,ee baga raabiin ittin isaa ga,ee
Maaltuu Afaan ishee bansiisa
Dhugaa keeti jette muhe kkkkkkkk maraattee ijolleen
Masha allha bullti garii sifa hata.u
Kkkkkkkkk.mali.dhiri.abdi.bicha.moo.sill.abdi.si.jalaan.si.jabaja.hori.buliii..👍👍👍👍👍👍💯💯💯💯
Subanala yorabii mala nuwyaa yorabii walihiii shamarna martee