Sirba ajaa'ibaa Dhugaa baayyee bareeda ulfaadhu sagalee hedduu miidhagu qabda.ammas waan kanaan olii sirraa eegna.baga oromoo taate . I love you so much your sound is very attractive sound keeps it up
isroo sirba ke kan maraa meqa mul dhagfdhe qu.... dadhabee 😊duraa yo woli baruu sinani kanaa yomii tilmamee aka rabbii hunda nafi kenee sii nafi arjomee wontii anii siif godhuu martii ani garaa na gesuu ani siif yade danuuwaa one ko dandesuu...... 🥰
Ijoollee oromoo harargee hin tahin shaggooyyee akkamitti bareechani taphatan hin garre dhugaa muziqa kana guyyaa guutuu yon dhaggeeffata oole nan dabbaru, jabaadhu bro ❤
Wow bayee baredaa.
Oromumaa bayee baredaa. Nuun Ijolee Oromo: Hararge, Karayuu, Tulumaa, Illulbabor, Jimma, Baalee, Arsi, Wallaga, Guji, Boronaa, Rayaa, fi Wollo ilmaan tokoo ilmaan abaa sanyii ijolee lencaa fi sanyii gotaa. Yero hundumaa tokumaa ijolee Oromo. Tokumaaa waal jabesaa!❤ Dina gubaa.
Sirbaa kadijaa hajii
What a great performance! Of all Oromo singers, Israel Beshada has the best voice in my opinion. He is endowed with crisp, bell-like voice.
ከ tiktok የመጣ🙋🙋 love it💃💃💃
I listened daily. It's amazing music. I've not seen it before. So it's the best traditional music 🎶 🎶 🎶
Shaggooyyee Harargee too biyya jaalala warri jaalattan like godha mee❤❤❤
😅😊😂😢😮😅😊
ኦሮምኛ ዘፈን ለመጀመሪያ ጊዜ በፍቅር ሳዳምጥ❤
Yaa boo waan addaati!!
jiraadhu Isroo keenna Naanniyyee! Woooooow!!!
የዚህን ዘፈን ትርጉም ማወቅ እፈልጋለሁ በጣም ጥሩ ነው☺️😍😍💕💕
me too
Woooooow brother hedduu takka si diqiisiifadha jabadhu ilma oromo ❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍
ከሀጫሉ ቀጥሎ ምርጥ የከተማ ልጅን የሚመጥንና የሚስብ ሙዚቃ
Wow best music
Wantin siif godhu martuu , qaxalee baga nagaan dhufte. Milka'i jabaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Fire🔥 from somalia 🇸🇴
Very nice 1000%
Dhaggeeffadheen quufuu dadhabe jabaadhu bro 🎉
Best shagoye music I ever listen, good vibe and soft melody. Galatoma Israel.
ዋው አሪፍ ሙዚቃ ነው እናመሰግናለን❤💃🎉ሰላም ለሀገራችን🙏
ዋዉዉ አብሮ አደጌ በርታ በሻዳ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉ስላየዉህ ደስብሎኛል በርታ
SHAGGOOYYEE BAREEDDUUDHAAN DHUFTE.
go ahead.
nice.
እንደዚ አይነት ፀዴ ዘፈኖች እያሉ Viral ሚወጡት ለመስማት የሚሰቀጥጡት 😭 Best song I love it Man 😍😍
Chgru adamachu naw misemawen mayaki Gira yegbaw naw 😂
realy It Is Amazing Oromic Music
Sirba ajaa'ibaa Dhugaa baayyee bareeda ulfaadhu sagalee hedduu miidhagu qabda.ammas waan kanaan olii sirraa eegna.baga oromoo taate .
I love you so much your sound is very attractive sound keeps it up
This is crazy shagoye keep it up bro. Damboobsineerra!!
I have no idea what it says but I am obsessed with this song i love it ❤
Amazing music 🎶
Wooow Our Brother, Keep the good work.
Waw bayyee wan garidhaa
Shaggoyyeen ijollee hararggee harkaa batee hawash ol dabarttee 😢
Ijollee oromo hundii akkaattii hojjachuu qabaan
naaniyye jachu tanaahu hiikka hin beekan saahibo isaa, naanniyye, yuubee jachuu tanaahu hiikka isii hin beekan, harargeetu walaloo fi yadaloos qopheesse itti kanna bro
Israel Bashaadaa , you did it , wonderful work, you are shining with the deep Oromo ( Hararge ) cultural and typical music , keep it up !!
isroo sirba ke kan maraa meqa mul dhagfdhe qu.... dadhabee 😊duraa yo woli baruu sinani kanaa yomii tilmamee aka rabbii hunda nafi kenee sii nafi arjomee wontii anii siif godhuu martii ani garaa na gesuu ani siif yade danuuwaa one ko dandesuu...... 🥰
Woow hojii ajaa'ibaa ti. Ni dandeessa dhugaa. Kan caalu sirraa eegna.
Best song ever keep up the good work brother respect 👍👍👍
Wow wow,uuu sirbichi ajaayiba ni gabaabbate garuu irra deddeebi'ee dhageeffadhee quufuu dadhabe❤
Wow 😲 an amazing job 👍 sirbichi sirba ajaa'ibaati baay'ee baay'ee namatti tola 🎉umrii nuuf dheeradhu❤ Galatoomi ❤❤
Jabaadhu Enjineer Isra'el Bashaadaa,
Hojii bareedaa Qabattee dhufte❤
I have to visit this beautiful ppl everyday by far one of the most beautiful shaggooyye and very catchy as well love it ❤️❤️❤️❤️
Ijoollee oromoo harargee hin tahin shaggooyyee akkamitti bareechani taphatan hin garre dhugaa muziqa kana guyyaa guutuu yon dhaggeeffata oole nan dabbaru, jabaadhu bro ❤
እስርሽ መልካም እድል አሪፍ ሰአት ነው የለቀከው
I like the lyrics, setting, directing 👏 production ...shot variety....jabaadhu.
Sirbaa baay’ee baredaa hojette… Shaaggooyyee ajibaattiii jee’e boo🔥🔥🔥
Jabaadhu sirbaa baay'ee namatti tola!!!!!!
Beautiful music
Thank you ❤❤
Shaggooyyeen Harargee keessaatti ilkaan buqqifatte
Awaash oldabarte
Shagoyee Harargee music 🎶 🎵 👌
❤❤nuf jiraadhuu Isra kheenya 🎉🎉❤ sirba bareedadha wallahi ♥️ sagaleen teetiis das jetti bo...kip going on
Wow. Sirba shaggooyyee bareedaa aadaa oromoo harargee ibsu Kan akkana nuuf dabalii Israeli,el bashaadaa...
Sagalee akkam bareedu hedduu namatti tola.
Duraanuu artistoonni keenya artistoota gameeyyiidha waan ta,aniif sagalee akkam namatti bareedu qabdan...
Sin dinqisiifadhe dhugaa rabbi...
Jabaadhuu ittuma nuuf dabali nu bashannansiisi...
Kootta walumaan bashannannaa...
Garuu Gaaffii tokkoon siif qaba isree
ATI Naannoo oromiyaa keessaa eessatti dhalatte
ዋጋ ያለው ደስ የሚል ዘፈን እናመሰግናለን በርታ
Wow ድምፅ 100%
ዜማ 100%
ካሜራ 100%
በርታልን የማይጠገብ ድምፅ ነው ያለህ EBS ላይ አይቼህ ነው search አድርጌ ያገኘሁክ እንጅ ከአሁን በፊት አላውቅህም ❤ በርታልን አቦ 🎉
Enem
baxam ❤❤❤
Waw 1ffdha garu ni gabaabbate
Woooow wooow bro
sagalee ajaa'ibaa OMG! I can't stop listening.
I am from Somalia I love you oromo music 🎵🎵❤
❤
@@Israelbeshada waw
wow esru siba bareeda dha jabaadhu.
Realy its amazing oromic music ❤❤❤❤
Jabaduu Artii Oro kanaa calaa gudistaa shagoyee garuu filanoo kiyyaa
Maqaan isaa Maqaa Oromoo tahu baatus Shaggoyee Teenyaa Akka gariiti Shashaa goodhe hin agaree Warraa EBS Cufaa Lafa kasetuu Ragachisiseem Aaddaan ofii faaya❤💚❤🙏
Wooooow hojii bareeddadha sher like godhafiii
Jamareen hin dandaa'amne jabaadhu qaxalee ilmaa raagi shaggooyyeenis to'annoo tee jalatti harka kennatteetti abdii guddoon sirraa qaba NAANNIYYEE ❤❤❤❤
Baye natitole jabadhu
it's Amazing bruh
keep it up !
Ajab hojii haala addaatiin eegamaa ture waan eegamee olta'ee nu dhaqqabeera baga milkooftan warri wallee kanarratti hirmaattan ❤❤❤❤❤
waw senyii koo dhuggaa bayyee baredda dhugaa rebii aritset jo man
Sirba ajaa'ibaati dhugaa rabbii sirraa jaalannee jirraa.
Ajaa'ibuma Miidhagina sagalee! Miidhaginni qulqullina kaameeraaf aadaa naannichaa Jechoota faana wal qabsiistee akkasitti dhiyeessuun adduma an jechan dhabe buli gurbaa!❤️🙏
WOW sirbaa Ajaayibati Dhugaa hawwin eega turee ❤🎉
Bagaan Sabaa bareeda.sabaa Bekaa Oromoo irra.Oromiyaa Ardii janataa irra dhaladhee.Israeel nuuf jiradhuu ❤❤❤
Sirba bay'ee jallaadhe❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ from Burundi 🇧🇮
Best hararge music ever keep up the great work 🎉
Best music. I love too much. Guyyatti al sadii oliin dhageeffachaa jira.
Wow❤❤❤
Jabaadhu jaalakoo
Waan baay'ee miidhagaa hojjette dhugaa👌
Wwwww hojii hedduu namatti toluudha dhugaa rabbii ❤❤
Hojii boonsaadha.Jabaadhu Israa'el !❤
Best of best shegoye music. Congra bro
Shaagooyee ♥️💚❤️
Yaa taniin yaadee
Yaadaa ooluu
Yaa tan martuun luuccaa leensaa
Lookoo hammareeysaa❤
Yaa nuuraleeynii caaltuu Dubraa
Urjii Afran Qalloo baatee
Qooda kan koo taatee❤
Baayyee galatoomi qashxii ❤❤❤
Well done! Keep it up my brother..jabadhu..
Hojii bareedaa hojjatte carraa gaarii ❤❤
Baayyee sirba bareedaadha. Best shagoye music. Ija irraa hafi bro.❤❤❤❤❤❤
Ilove you ❤❤Hararggee ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
@@مكو-ل4طn
i love u tooooo❤❤❤እኛም የሀረርጌ ልጆች እንወድሀለን
hmm 😢🎉❤❤😅
Wow best music
Realy its amazing oromic music
Sirbaan yeroo hunda dhaggeeffadhee hin quufnee❤❤
Hamba walliftootaa Afran qalloo amana warrii 4qallo sirra dhiise akkanaan galman gahi
Jalatama weellisaa keenya mooti shagooye yoon siin ja'e sitti xiqqaata
Nutis keenyan bonna.
Hadara wan abaabile Kenya irra dhaalee shagooye akka dur san wallisaama hin jiru 4qallo kessatti walliftootaa xiqqaacha jira akka warrii 4qallo sii leenjisaa turaniti dhaloota nuuf leenjisii.
Shagooye wallisuun xiqqaacha jira
I absolutely adore it! Brother, your talent is truly stunning. What a magnificent piece of work!
Thank you so much 😀
My brother keep going Good luck
Wowww beautiful sagalen kee Kan faaruu sii eegan
I love this song. Keep it up
Wóow sirbaa ajaaibaati.....dhageefadhe quufun dide ❤❤❤❤❤
Nice job Esru keep it up!
Best and enjoyable music! Keep on moving my dear 🙏
Amazing 🎉🎉🎉🎉🎉
Thanks 🤗
wow wow . dhugaa akka malee namatti tola . ullfaadhaa warrii hojii kana irra dadhabaa turtan. hojii boonsaadhaa Isra galatoomi!. 🤌❤️🙏
Wow dhugaa baay'ee bareeda
Naanniyyee! 1ffaa!!
Good job 😍😍
Shagoyye 4n qalloo ❤galatoomi israel keenya
Dhifama israel tiktok lello sabaa jedhu sher siif godhen jira laalime ❤❤❤❤
Excellent work...as usual...my brother...🙏👌✔️
Bro❤ best music
Best song shgoye ❤❤