ELIYAAS KIFLUU (DANI) FI WAADAA DIROO 'OBSEEN' NEW ETHIOPIAN AFAN OROMO MUSIC VIDEO OFFICIAL 2021

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 7 жов 2021
  • #ELIASKIFLU #WADADIRO #new
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 293

  • @mulukenkebede5361
    @mulukenkebede5361 2 роки тому +22

    The 1960s style and it is incredible. Sagalee kilolee jara lamaanuu garaa nama raasa. Abbitoo kebede Galata qabda hojii jabana cehuu fi dhaloonni dhaalu hojjatee ture. Thank you Wada and Dani for remixing it in modern musical eqiupment with Kilolee sound

  • @gadmanish
    @gadmanish 2 роки тому +6

    Hojii bareedaadha,
    Aartiin Oromoo guyyuma guyyaan oldeemaa jira, jabaadhaa !

  • @kiyyaaoromia4251
    @kiyyaaoromia4251 2 роки тому +6

    Wooww jalaala nama qabsiisa sirbiichi💞💞💞💞💞💞🌹🌹🌹 thank you oromo koo

  • @hacaalluuko5457
    @hacaalluuko5457 2 роки тому +5

    Wowwww saanyiiwwaan ko hedduu namattii tolaa jabaadhaa ⚫🔴⚪🥰🥰

  • @hannagaredew7755
    @hannagaredew7755 2 роки тому +18

    በጣም ደስ የሚል ስራ ብዙ ትውስታ። ቤተሰቦቼ አብቱን በጣም ይወድት ነበር እኛም እስካሁን እንሰማለን ማይሰለች ዘመን ተሻጋሪ ሙዚቃ በጣም ጥሩ ነው የተጫወታችሁት እናመሰግናለን 🙏🙏🙏

  • @haadhaantu5871
    @haadhaantu5871 2 роки тому +4

    Sirba bayya'ee namati tolluudhaa🥰🥰🥰
    Jaalalaa♡♡♡♡
    I love u oromo ko sabaa guddaa koo❤

  • @addisgulema3748
    @addisgulema3748 2 роки тому +9

    OROMO koo. Maalumati isnii haafa
    Yaa. Yees. We Can yes we can do all. Respekt all oromo Artist.
    Thanks. Wander Full Voice and very Legend.

  • @rabiyaaalii8637
    @rabiyaaalii8637 2 роки тому +5

    Woow baay'ee bareedaa ijoollee keenya qaxaleewwan koo ❤💚❤👌

  • @habtamubushura3025
    @habtamubushura3025 2 роки тому +11

    Wow,well come back my lovely artist Eliyas & Wada.
    No more comment,Fantastic!

  • @akmaljm.1960
    @akmaljm.1960 2 роки тому +5

    Wowww hedduu haala midhaan hojjatan
    Galatooma 👍🏾🙏🏽

  • @DuretiAliyii
    @DuretiAliyii 24 дні тому

    Dhugaa muziqanii kesaan heduu qalbii nama hawataa bayee tokoo natii tolee dhugaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @shaggeeoromtittii1737
    @shaggeeoromtittii1737 2 роки тому +9

    Wowww so beautiful music
    Dhugaa anan jalalaa na qabsisee wadaa&Eliyas

  • @mamejaalala
    @mamejaalala 2 роки тому +3

    Wowwww saanyiiwwaan ko hedduu namattii tolaa jabaadhaa👌👌👍
    Sirba Kana baay'ee jaalladheera. Artistootni keenya Nuuf jiraadhaa.
    💔💔💔💚💚💔💔💔

  • @abaynehlemma7699
    @abaynehlemma7699 2 роки тому +1

    Daanii fi Waadaa baay'een isin jaaladha. Isin beekamtii fi faayidaadhaaf miti kan sirbitan. Keessa keessanii sirbitu. Bohaartaniti nama bohaarsitu. Ulfaadhaa!

  • @muradnaser893
    @muradnaser893 2 роки тому +7

    It’s amazing video I like it👍

  • @tokkichabaadiyaa7121
    @tokkichabaadiyaa7121 2 роки тому +4

    Amazing ❤️
    Yero 1000 anumtii dhagefadhe
    Galatoma

  • @robashow7614
    @robashow7614 2 роки тому +2

    Best Rimix
    Jabadhaa hojii baredadha
    ❤❤💚❤❤

  • @temesgenworku7371
    @temesgenworku7371 2 роки тому +49

    It is all about my teenage. It is still fresh. I went back 40 years- Naqamtee mana barumsa sadarkaa lamaffa. Galatoomi Eliyaas!!

  • @manamurtii8575
    @manamurtii8575 2 роки тому +6

    Wow,well come back my lovely artist Eliyas & Wada

  • @habtamu3072
    @habtamu3072 2 роки тому +2

    Wwww dhugaa bay’ee namatii tolaa

  • @abdisatafa5382
    @abdisatafa5382 2 роки тому +2

    nama tola #amazing

  • @ansuwaryesuf5527
    @ansuwaryesuf5527 2 роки тому +1

    Baayyee namatti tola jajjabaadhaa kiilolee ilmaan sabakoo.

  • @mjsyd3806
    @mjsyd3806 2 роки тому +2

    Jiradhuu sanyii koo

  • @badhe9827
    @badhe9827 2 роки тому +4

    Wow wow wow wow ❤🌳❤👌
    So beautiful music Oromo ilu.🌲
    wadaa nuuf jiraadhaa siin jalaalaan sanyiiwwaan koo jabaadhaa ❤❤❤❤❤

    • @halimatube6984
      @halimatube6984 2 роки тому

      Diniya matti naf ta'ii sanyi koo kabajan si gafadhaa

  • @getahuntibebu7168
    @getahuntibebu7168 2 роки тому +1

    OOOOh My God! Baayyee namatti tola Dani keenya jabaadhu

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 2 роки тому +4

    WELCOME..best amazing💔😍
    ORO like godhaa😘👍

  • @fayeramakobili8604
    @fayeramakobili8604 2 роки тому +1

    Maraataadha sirbichi dhugaa👌💚💚💚

  • @letagetachew9636
    @letagetachew9636 2 роки тому +2

    wow bayyee baredaa

  • @kiyyaa472
    @kiyyaa472 2 роки тому +2

    Eliyas kifiluu ijoollumaakoo nayaadachiiste.

  • @hey1232
    @hey1232 2 роки тому +7

    My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo Koo ❤️🌳❤️🇾🇪💪🏽

  • @kumeraterfakitila2926
    @kumeraterfakitila2926 2 роки тому +10

    Really, I had remembered this beautiful music 20 yrs back

  • @debelagutu4247
    @debelagutu4247 2 роки тому +1

    Yaawaqayyoo galata kee Ijoollee ibidda ibiddaa waan nuulachaa jirtuuf Keesuummammoo Sagaleen waadaa laphee koo narasee najiradhaa artistootni keenya marti keessanuu

  • @kiwihawi
    @kiwihawi 2 роки тому +14

    Taking Oromo Music to the next level rests up on the shoulders of such young,creative and energetic artists. Thanks a lot Elias and Wada!!!❤❤❤

  • @kabirafaati1437
    @kabirafaati1437 2 роки тому +2

    Bayye baredaa nujiraadhaa

  • @gudisaoromiaethiopia8361
    @gudisaoromiaethiopia8361 2 роки тому +4

    Anaanuu jaalala na qabsiise sirbichi
    Great works wada & Elias💓❤️👄👄🙏🙏

  • @gaariiabbabaa8335
    @gaariiabbabaa8335 2 роки тому +1

    Baayyee namatti tola!Isin lachuu galata qabdu.

  • @mesmes9941
    @mesmes9941 2 роки тому +6

    ዋዉ በጣም አሪፍ ነው

  • @motutujuba4782
    @motutujuba4782 2 роки тому +1

    so proude music, sirba ijoollumaa kootti dhageeffachaa gudadhe waan ta'eef yeroon dhageeffadhu baayyee natti tolaa,jabaadhuu

  • @firaolhailu6166
    @firaolhailu6166 2 роки тому +1

    Waw bayye baredha jabadha

  • @hey1232
    @hey1232 2 роки тому +6

    Very Lovely old time music 🥰 Evening is On Point 👍🏽✌🏽Thank You 👏🏾

  • @tekleabrelo6266
    @tekleabrelo6266 2 роки тому +4

    ምርጥ ስራ ነው ፅድት ያለ 👍👍

  • @siimbooshawaa4074
    @siimbooshawaa4074 2 роки тому +1

    Wowowowowo namati tolaa nuufi jirraadhuu

  • @oroboranatube5426
    @oroboranatube5426 2 роки тому +1

    Wwwww bayyee baredaa sagalenisii kilolee

  • @waliifbirab3259
    @waliifbirab3259 2 роки тому +4

    Sirba bayyee
    Barreedda...❤️👏👏👏

  • @user-lb8fg2eh2w
    @user-lb8fg2eh2w Рік тому +2

    ትዝታ አለኝ።🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹👌👌👌

  • @AbdulazizYusuf-li7cc
    @AbdulazizYusuf-li7cc Місяць тому

    Dirqin jalala sin naqa nuf jabadhaa Eliyas kiflu fi wada duro

  • @ART-hk2ks
    @ART-hk2ks 2 роки тому +1

    Woow itti ba'aa bultiim ijoolleen Oroo koo!

  • @kabirafaati1437
    @kabirafaati1437 2 роки тому +2

    Jaalala nama qabsisaa

  • @AliiJamaal
    @AliiJamaal 20 днів тому

    Baayee.bareda.wanku.jaa.aleya.gesigega.
    ❤❤❤❤❤

  • @besihussain5798
    @besihussain5798 2 роки тому +1

    Sagaleeni ishee akkami bareeda

  • @YoobsanMedia
    @YoobsanMedia 2 роки тому +1

    Baayyee muuziqaa bareeddaafi hawwataadha.

  • @leegutema8891
    @leegutema8891 2 роки тому +1

    You can never hide this baby!! No one can stop the time!!

  • @mimitek6140
    @mimitek6140 2 роки тому +13

    Beautiful Oromegna music, a different era! I grew up in Gulelae, I never knew what it meant. I have to learn Oromegna

    • @chalalolo647
      @chalalolo647 2 роки тому +1

      If you want to learn Afan oromo Go to different part of Oromia Region and visit. Thank you for interest.

  • @abdiihuseenfixaadaggafaa348
    @abdiihuseenfixaadaggafaa348 2 роки тому +1

    Hedduu namati tolaa galatomaa jajabewan keenya nuuf jirradha ulfaadha

  • @fam4777
    @fam4777 2 роки тому +1

    wow akkana gaa illu baga shimala lafa keesse👍

  • @nurulimanofficial4890
    @nurulimanofficial4890 2 роки тому +1

    Jabadhaa

  • @hayadhasan6022
    @hayadhasan6022 2 роки тому +1

    Wowwww God

  • @saiiboss309
    @saiiboss309 2 роки тому +1

    WOW wel come artist Eliyas end sis ብጥም ቆንጆኖ

  • @zadman176
    @zadman176 2 роки тому +1

    Wow bayee namati tola jabaadhaa

  • @asilioneesabaa1063
    @asilioneesabaa1063 2 роки тому +1

    Bayyee baredaa

  • @madinaintalaxiqii5488
    @madinaintalaxiqii5488 2 роки тому +2

    Amazing my dear 🐅🐅💋💋💔💔💔

  • @birmachumerga9206
    @birmachumerga9206 2 роки тому +3

    Isa yeroon Loon Tiksuu naa yadachiftaan ! Gareewaan fi lagoota keessaa loon koo waliin deemen sirbaa ture

  • @calaaahmadgindo9274
    @calaaahmadgindo9274 2 роки тому +2

    Akkan Oromoo koo jajabadhaa

  • @kiyaa88
    @kiyaa88 2 роки тому +2

    betam yimechal uuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffff

  • @arkanbedri117
    @arkanbedri117 2 роки тому +2

    I'm the first viewers

  • @biqiltuuwarrashawaa2026
    @biqiltuuwarrashawaa2026 2 роки тому +2

    Sagalen tokkoffaa😍

  • @awwiimedia2284
    @awwiimedia2284 2 роки тому +3

    Jaalalan bara meeqa dagadhe na keessatti ol kaasee magarse nyaataa na dhooggitanii gab jedhaakaa amma quality 100% editing 100% sagaleen 100% wanni hunduu 100 100 nuuf jiraadhaa i really appreciate ♥

  • @nubosir445
    @nubosir445 2 роки тому +1

    Baay'ee namatti tola

  • @Haf3355
    @Haf3355 2 роки тому

    bayyee bayyee hojjattanii jirtuu galatooma

  • @samfey1943
    @samfey1943 Рік тому

    Waadaa Elias Berdu Oromo Eli man Oromo jabdaa

  • @jewadjewad8012
    @jewadjewad8012 2 роки тому +1

    Keliyas akka ani itti sii jaladhuu

  • @adaaabargaashow4407
    @adaaabargaashow4407 2 роки тому +1

    Sirba baayee jaladhe dha . FIB TV irratti argeen baayee natti tole keessattu michaayoon baayee baarreeddiiii

  • @tademaye4138
    @tademaye4138 2 роки тому +4

    Wow!! Great!

  • @darartutulluu9014
    @darartutulluu9014 2 роки тому +1

    Wow jabadhaa hedduu nama tolee

  • @keneniahmed4696
    @keneniahmed4696 2 роки тому +1

    Heddu namatii tola woow

  • @FayisaGelgela
    @FayisaGelgela 2 місяці тому

    Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤wow bayyee jaladheeraa

  • @gudetaworkena7345
    @gudetaworkena7345 2 роки тому +1

    Elyasa &Wadaa my favourite Artist!
    Galatomaa
    ++ I love u these music ❤

  • @SadamDishLand
    @SadamDishLand 2 роки тому +1

    Wwww bayee namatii tolaa London iraaa

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 2 роки тому

    Wooow bayyee namatii iti fufaa akanumatiii

  • @adamasrar8946
    @adamasrar8946 2 роки тому +1

    Lencoo KO bagga ngy dhuftee

  • @homaboneya8527
    @homaboneya8527 Рік тому

    Well dressed in the fashion of the moment it was first done. I appreciate the scenery and the very organization of song in its originality with added value from today's technology. Thank you!

  • @barokketema1806
    @barokketema1806 2 роки тому +1

    What an amazing music plus amazing video clip!!!

  • @ahmedhera3694
    @ahmedhera3694 2 роки тому

    Wwooww bayyee.eee nama tolaa jabadhaa❤💚❤❤

  • @hintub
    @hintub 2 роки тому +1

    Waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw waw

  • @muheekhndini1092
    @muheekhndini1092 Рік тому

    Artist Oroomo qaroo kenna baay'ee isin Jalaadha ❤️

  • @oromiaplus1
    @oromiaplus1 2 роки тому +3

    Welcome Dani &wada

  • @lokowarsa1832
    @lokowarsa1832 2 роки тому +1

    Baay'ee Baay'ee nama toola galatooma🙏🙏❤💚❤

  • @Obsamjx-mw6ps
    @Obsamjx-mw6ps Рік тому

    Baay'ee namatti tola, jajjabaadha!!

  • @segniorollic7830
    @segniorollic7830 2 роки тому +2

    Wow Sirba Kana baay'ee jaalladheera. Artistootni keenya Nuuf jiraadhaa. Ani sirba kana irra deebiin banee ilaaluun gaheekoo Nan ba'a!!

  • @wrwr439
    @wrwr439 2 роки тому +1

    Bayeee namati tolaaa bareduwan kooo

  • @deresaguya5342
    @deresaguya5342 2 роки тому

    waan baayee nama boonsudha eliyaas jabaadhu jabaakoo

  • @birubayisa3064
    @birubayisa3064 2 роки тому

    Sirba baayee jaalatamaa wallisaa hangaftichi Abbitoo Kabbadaa Waggoota hedduun dura garaa ittin nama raasaa ture isin immoo amma dhaloota haaraa kanaaf bifa miidhagaa kanaan dhiyeessuu keessaniif baayee galatooma. Jabaadha.

  • @AbisheEntertainment
    @AbisheEntertainment 2 роки тому +3

    Amazing rabbi

  • @bilalabduro6086
    @bilalabduro6086 2 роки тому +1

    Sirbi baayyee bareedaa ture amma garuu isin ballesitan paartiin waadaan jettu gaariidha garu partiin elias baayye jijjiramee jira garuu sirbicha kan dur nugusuun sirbetu caala sirbicha ni ballesitan dhugaa waaqaa dhiifama waan natti dhagahame dubbadhe🙏🙏

  • @forkids430
    @forkids430 Рік тому +1

    sirboonni akkasii akka nama yeroo sirbichi bahe beekutti duubatti yaadaan nama deebisanii garaa nama raasu. yeroo jiraanne keessatti waan dabarsine duubatti deebisnee akka yaadannu nu taasisa. sirboota akkasii kan yeroon irra hin deebine nu barbaachisa. Abitoo Kabbadee galata guddaa qaba.

  • @edomiasjahrafera4680
    @edomiasjahrafera4680 2 роки тому +4

    Elias and wada🥰🥰🥰🥰🥰

  • @lelisaanbessa6428
    @lelisaanbessa6428 2 роки тому +1

    Amazing Elias vs Wada

  • @gummaabassii5850
    @gummaabassii5850 2 роки тому +1

    JAJABEWAN KENYA NUF 💓💚💓

  • @amanuelbrehanu1096
    @amanuelbrehanu1096 2 роки тому

    Baayye bareeda ilma oromoo jabaadhu waan hedduun sirraa eega kana boodas

  • @mutasimtube8172
    @mutasimtube8172 2 роки тому +1

    wow hoji abito love