Ammahoo maal jettanree ?09kudha sadii 21 saddeettami lama 06 whatsApp number kooti.

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 29 січ 2025

КОМЕНТАРІ • 7

  • @sumayaaarsii3605
    @sumayaaarsii3605 День тому +2

    Mashaallaallh Mashaallaallh jabadhuu rabbii sii haa gargaruu inshaallaah Abshiir ❤❤❤❤

  • @HalimaHalima-Arsii
    @HalimaHalima-Arsii День тому +2

    Nutillee bayyee sii jalallaan qallii garii nama jabbadhu sii ciillaana jira❤❤❤❤❤❤❤

  • @UmuufalmatuuUmuufalmatuu
    @UmuufalmatuuUmuufalmatuu День тому +2

    Oduu namaa dhisii obbollessaa kenyaa hojii kee irratti jabadhuu mashalla anni UA-cam hojachuu ni barbadaa garuu quraan waan qara'uuf irraa bus naa godhaaf rakkadhee inshallaa gafaa busee ni hojadhaa

  • @HalimaHalima-Arsii
    @HalimaHalima-Arsii День тому +1

    Ishaallaan rabbii nagayaa sii haa gallichu umma Ajabu😍😍😍😍

  • @OromiyaaOromiyaa-s7m
    @OromiyaaOromiyaa-s7m День тому +2

    Amiiiiiiiin amiiiiiiiiin Amiiiiiin siifillee waan ati yaadu olittii rabbii siif haa kennuu

  • @sameraali5761
    @sameraali5761 День тому +1

    Walekumasalaam waramaatuullh wobarakaatuu
    Amiiiin yaa rabbii 🤲 isiin biralee rabbii haa jirrattuu

  • @sameraali5761
    @sameraali5761 День тому +1

    Yerroo hundumaa yoo video dalidaan dhumaa irattii lakofissaa kee himmii