Mudanon kadir martuu iratii qabuu bayyee dha garuu tanin ani hin ifaranee guyyaa sidaa calicalaqoo turee ebiisaa san achitii yeroo walisan kenya jalatama kadir martuu madarakaa iratii walbahuu makii dhorkaa yeroo san qeroo fi qaree dhagaan waran tuman turee
Oh, my God, wow. Masha, Alla, I've been what I've seen in the audience so j. A. Annie ianifla calipit's your name, but Cadena is in The Hague Jeddy. Okay, we are developer Mira hobo hobo.Made a hobo.What did the? I love
Namoonii akkaa kootti kadir martuu jaalatan like godhaa mee❤❤
Masha alla warri jattan
Adaba godha wanni kun nashidaa oso hin tanee sirba akka tahee hin dagattina obbaleyyan
Yoo jedhames rakkoo hin qabu
🤔🤔😢
Atiis maqaa naamatiin banuuf rakko qabdaa
Kkkkkkkkk
😂😂😂😂
Dhugaa waan Gaarii irra jirtan jabaadha ❤ isin jaalanna isin hunda warra forx
Yaa rabbii haadha tiyyaa umrii naa dheereesii. Galaatoomaa
Woowoow baqa nigahaaf dhugaa mokarte jirtti
Wly isiniis hedduu takka galatoomaa arrumaan hedduu takka isiin jaaladhees akkasumaas isiin dinqisifadhee seenaa bareeda nama barsiisa jirtani ulfaadha ulfaadha ❤
Dhugaaa Rabbii kaa birran sirbe saniratti na bochisee wly
Dhugaa yeroo birraa sirbee ni boyee😢😢😢😢 weraraa hadhaa tana qabana ka. osoo qabnu birra banee biyya namatti hafnee malee😢😢😢😢😢
ani sirba kadir marturati mudanon ani qabu gafa toko ana kadir dhagefata dema jiru folisin anti dhufte limori ana liqimsisan dhuga rabbi
😭😭
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Birraa Hedduu galatomii
seenaa bekuun heddu Nama bonsaa Jabadhaa dhugaa🎉❤❤❤❤
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha
yarabii kiyaa wot umaa Argitaniti mashalhaa hinii jedhinaa yaa oboleyanii koo
Yaa birraa rabi sodadhuu udon si koflutiin millii na cabee kilasii dhaquu dadhabee midiyaa irrattii hin agamiin
Heddu nuu bowarsaa jirtaan jabadgaa❤
caalaatu hin sodatin yo WA galef namani kun nama jaba oromon qabu oso lubun jiirruu akkaa jabefatan asuma ittii hima oromoti pilis
Album imaanaa je,u san yeroo bahu an re,een eegaa ture mana barumsaa deemen yeroon dhufu re,een ofee gaara geesse tiysa yeroo geesse fuullee ykn gaara irraa ta,een yeroon bonaa namoota jimaa magaalaf dhiyeessan kanatu dhageeffata ture bakka heddutti yeroo na olii banan re,ee ofeetin sirri irraa banan sanin ta,ee dhageeffadha
Inni biraa sagantaa radio oromiyaatifi faanaa afaan oromoo akkasuma radio harar irratti filaannaa sirboota keessatti dhiyaata ture abban ko Phillips qaba kana yeroo kadir dhufu akka sagalee ol kaaftu jecha hamma dhuma baneen itti quufu dadhabee ableedhan buloona keessa guure ogummaa wanin hin qabnef hagasumahu cal godhee wali deebise calqii jira ta itti hodhaan kessatti deebisee fannisef yeroo dhufu hunda anat buusaf joollee keessa xiqqoo anat dheera barcuma kaayadhen fide yeroo banu hin daleydu enyuu akkana godhe jennan kakadhee ana miti ja,ee kadir ka martu brand oromoota nama kutaa oromoo kana tokkotti afaan tokko godhe ka amma miidiyaan walitti qabu dadhabee
Aduma kee kun immoo 🥰❤️😁
Wlh fadhin malen kofale 🤣🤣 garu heddu takka das jatan❤❤❤
Heddu namatti toltu heeddu nuuf galatooma❤❤❤❤
Dastuun koflu hin beytu
Dhugaa rabbii sirba biraa sanittii imiman qabachu dadhabee 😢😢😢😢
Amazing group ❤ thanks
Wlh sirbaa baranaa walisee miraa kesaa nu galchee harmee😢😢😢
Isaaq masha Allah masha Allah masha Allah masha
Namo
Wow jabadhaa heduu takkaa nu boharsaa jirtanii
Mashaa Allah
Jabaadhuu dhugaadha ❤
Baraa 2007 turee ani garuu timii agarsisaa masis isportii turee jolee wan turef baka kenyaa akaa hin kanee legiisan kenyaa nutii himee yeroo san namooni niraa keessa galanii dhagaa darbachaa turanii akaa malee nuraa figaaa waliisaa kenyaa bayyee jaladhaa naf jiradhuu
Ani sirba kadiir keessaa muuziqaa malee maal akka jahu takkaa isii irraa hin beeku naaf hin galu isin ammoo maayye yaaltan wow
Haflip❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhaa ijolee kenyaa bayyee namati tolaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wanin jua adaa cufaa idhatann hrhrgee malifi dhifatnii
Kolfaan nu fixaan❤❤🎉🎉🎉
woow forx itti nu fufaa
Calton koflan na jaestee walayii
Baay'ee bareeddu.
As wr wbr Anidhugaa dubachuf Akkuma birratiin teh gaftokko osuma mana qamtititt osoo qamaa jirruuti sirba kadir martu dhageyfata jiruti sagalen sirba olkameti jirra ani khana kheysa hasawa wa-hitin hasawajira azaani azaaname sirbicha narrati dbaabani hasawa kiya dhagani natti baaye koflani ani fitti gadde Kanakuno mudanoon iisaa
🎉wawa bayee toltan
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
calltufii dastuu dabaranii jiran❤❤❤❤
❤❤🎉❤❤❤🎉😢
dhugaa bayyee namati tolaa😂😂
❤❤Eegumsii Ittisaa# Namni Yaaduu Malee ka beekuu rraa kan eeguu gurruma/riqicha 😅as wrwrwb wal hin arguu Gzx Birraa Jamaal Jamaal wrwrwb Addee Caaltuu Amaan❤❤❤❤
Biraa iraa jalaltii naqabe biran naf gahaa please 😢
Dhifama akka mus limatti ufdhu masha Allah……❤️❤️❤️❤️❤️🌷
❤❤❤❤❤Maashaa'allahgzx As wrwrwb
Namni yaaduu malee wal hin arginee hiyyummaa bara ardaa marii karaa dhufee beeknee Tigrai
Har'as hoo Pro BiranuuNagga dhalootaa gaddaa Qorumsa Biyyooleessaa rifaatu arginee
Birraa jabadhuu qashxii too ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dasii jati jabadhu calitu
Anii miciyoo tafanxuxoo
Jabadha jajabadha
Jammaree malii
Mamo mana waggii sin fakkatani mali jechuu kolkol garu sagale hin qabda jarii logi hojjatani ani si dabarsee 😂😂😂🎉🎉🎉
Ani budanoonn isssarttii sirbaa issaa kan Alttiin goflaa ji'uu saniirratti ossoon lalluu bishaan phstaa nartii naqamee sanii
Wonti na dabbare haasaa isak keessaa bakka inni "anu inni sirba yaaluyyuu hin danda'u" jedhedha tuffii jara kaaniitimo.
Welcome to raahaa godhuu❤❤❤❤❤
Isaaq kufeera sanu sirbii inii filaate baay'ee salphaadha garuu isaaq irraa debi'ii dhageeffadhu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Biraan sagalee isaa dhalaa fakatii 🎉
Waw masha alha
❤❤😂😂 namaatii tolaa jedhaa jabadhaa ❤❤❤❤😢😢😢
❤❤❤❤❤❤
Lifiyaa hin yenee ustarliyaa jee bakaa saniti
Dastuu😂😂😢😢
Jabaadhaa❤❤❤
Dastuu ❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Hi akkam nagaya mashsa Allah heddu namatti tol tan.dhifama miciyyo foxaa akka warra Qesitti uffatun uffaun akka muslimatti uffadhu ja’aan dhifama?
Jabadhaa qomodhani oromoo dhugaa namati toltuu❤❤❤❤❤❤❤😊😂
Waaw jabaadha ummata keenya
Dhugaa keeti jabadhu
Yeroo koomentii kennitan koflaan dhumne, maqaa namaa jijjiiru irratti
😂😂😂c hojiii tee nyadhuu 🤣 ♥️ ✨️
Mudanon kadir martuu iratii qabuu bayyee dha garuu tanin ani hin ifaranee guyyaa sidaa calicalaqoo turee ebiisaa san achitii yeroo walisan kenya jalatama kadir martuu madarakaa iratii walbahuu makii dhorkaa yeroo san qeroo fi qaree dhagaan waran tuman turee
❤Woow
Www bayee nuu bohrsitan isiniti haa toluu
Wwww jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
yaa Birraa haadha to na yaadachifte😢
Nama buhaarsitu dhugaa jabaadhaa🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻🤙🏻
izaaq😂😂😂😂😂 jamnu jamna malee ija hin dhiqanuu jedhee 😂😂😂kadir ka jedhe jamtu jamtii malee saree ija hin dhiqnuu jedhee❤❤❤❤
😂😂😂 walahii garatuu naa dhuukubee 🤣🤣
kkkkkk
Haadha ❤️ ❤️
Siirbii kadiir martuu naf hin galuu hin jaladhus sirbaa isaa kessaa kaan na gantee miti Maabubaa nagantee miti bilillee jedhuu qofan jaladha wly kaan tasumaa nagalluu😂
❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa hedduu nama toltuu
Kadir martuu qaliiye ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii baredaa egaltaan
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hame❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Oh, my God, wow. Masha, Alla, I've been what I've seen in the audience so j. A. Annie ianifla calipit's your name, but Cadena is in The Hague Jeddy. Okay, we are developer Mira hobo hobo.Made a hobo.What did the?
I love
Dhugaa baye nubashanasistan❤😂😂😂😂🎉
Dhugaa dastun cimtudha hunda kesssaanin caalti
❤❤❤🎉🎉🎉😢😢😢😢
Waan garii 🎉
Kadir martuu mandellaa oromooti bar
Kadir martu heeddu itti boona ni jaalanna
Kkkk badi biro ti ❤
😅😅😅😅😅😅😅😅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Isaak sirba irratti ni maraaten se'ee kkkkkkkkkkkk
Ufumaa ufii dhagefadhaa mee 😂😂😂 anii inumaa kolfee😂😂😂😂
❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤😂😂😂😂❤❤❤🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤😍😍😍😍😍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢