Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Ufff ati mucaa keetif weliste animmo hadha kootu natidhagahame Ayyii umurikoo guutuun bohaa hadha koo desekoo rabbiin kiyya janatan sihaqananisu dessekoo
Jireenya music kee hundinu baay'ee namati tolla nuuf jiradhu❤❤❤
Jirenyaa kenyaa nuf jiraadhu bayyen sii jalladha😍😍😍😍
Jiruuyye Rabbi dhalake wajjin wal si ha agarsisu egan namni hamma lafarra jirutti mudanno hin dhabu garu obsan keessa darba kabajaf jaalalli nuf sif qabnu guddaadha ❤❤❤
ስለ እናትም ስለ ልጅም ያለውን ትዝታዎች ስገልፅ ልብ ይነካል ሙዝቃ ባሬዳ ታኡሌ ኤርጋ ቃባ ዋንሁንዳፉ ጃባዱ ኦቦኮ
Jirenyaaa😢😢😢💔💔💔 anis daaima qaba garu.....😢😢😢jabaadhu namatti tola.!Long live👍👌
Hawwii wajjiin rabbii walitti isiin haa deebisu jirenyaa
Uuuuuffffuuuu jireenyaa shafarra maltuu mudate abshir sabona kenya jabadhhuu gara namà rasa musiqa ke jirdhuu 😭😭😭😭
Ufffeee jiraanya Koo nutoo waanuma siif gonuu walalee. Bayyen si jaladha nuuf jiradhu ♥️♥️♥️ akkasumati itti fuufii
Seenaa Tars bayyee nama ti Tola nuf jiradhu
wow sabonaa oromoo bayyee namati dhagama jeechootikee garaa nama rasuu
Wow sirba bayye namatti toludha dhugaa sirbi kun dhirota fudhani miciyyo shamara erga argatani boda adda bahaniif bayye baredadha like
j koo muuziqaa ergaa baayyee qabudha nuuf jiraadhuu🎵🎵💖💖
Uuuuuufff jiroo keenya nuuf jiraadhu Rabbii Waliin siin haa gahuu😢
Jabadhu jirenya bareda oromo sirbi ke hundi hedu nama tola 😘💋 habibi
#Jirru koo Hojii garidha Jabadhu Waan Ofii😘 Sajalen ke Kessa kotti😍💕
Wawooooo bayee jalladha muziqaa Kan fi otonjoru robe esatangora sidhabe Kan jedhu ❤
Jiregna kegnaa bayeen si jaladha jiruuke hudiisaa nati tolaa jabadhu sayni ifoo
💔💔💔🌹🌹Namatti tolaa jabadhaa qashitti jirenyaa baredaa Oromoo
Baayee baredadha namati tolaa jabadhuu sanyii gootaa❤😍😍😍😍❤❤❤💋💋👍👍👍👍
Akkatti jalladhuu sirbaa jireenyaa nuuf jiraadhuu ilmaa abba gadda baayee sii jallanna 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
jabbaadhu jaajjabee keenya. hojii gaariidha
Waaqayyo siif haa argamsiisisu Jireenya lammi koo yeroo darbe intarvu irratti yeroo hati hasoftu imimman qabachuun dadhabe❤❤
wooow jirenya jabaadhuu namattii tolaa bro 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌💔💔💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Bayee namati tolaa hojii garidhaa jireenya ko jabbadhu👌👌♥️♥️
Hinbeeka hirema tessan takka tayinii addaan baatan garuu ilmoo tee yoomuu ilmoma teetii hin yaadiin
ድምጵ ያምራል ትዝታ አለበት ኋሮመኛ ስለምሰማ በጣም ወስጠን አመመኝ በርታ
Uuufff jirenyaa ko mali jedhee akka jedhe Sifi ibsuu Hin qabuu Nafi jiradhu bayye Si jaladhaa sirbi kee huda bayye jaladhaa umri dheraruu ilmaa Abba gadaa ❤❤❤
Rabbii wal si haa garsiisuu ilmoo kee waliin
Uuufff seenaa sirba kanaa dhagaheen gaddi guddaan natti dhagahame.Guyyaan jira Jirroo. Waaqayyoo ija nagaaa wal si haa agarsiisu.
Homaa mitii jabaadhu waanti hundi ni darbaa 😥😍
www jireenyaa qashtii baayyee namatti tola baguma keennaa taatee
Dhugaadhaa garuu Mucaa keerra batee Obsi Rabbi nuf jiraa Anille irra bahee😭😭😭
A Aa Hawwirra da'imma qaba maa
@@alfiahassenalfia5560 Akkasi Uuuff Garaa naa baleesee Anilee Akkasuma Irraa nabasee Rakkini
Dhugaa sagalee kee baay'ee namaa tolaa jabaadhuu jireenya .halumma kana itti fufii jiruu.
Uuufff bakkaa jirtuuti fayyaa qofaa sifaa taatuu sittaa toluu jireenyaa keenyaa baayyee bareeda ❤❤
uuuuuuffffeee bayyee namati dhagama jeechootikee garaa nama rasuu😭😭😭
Abshir obsii waaqayyoo haadha manaa keef ilmookee siifaa deebisu!!
Bayy,ee Bareeda jabadhu itti fuufi😍👍👌🤩
uuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭🌹🌹🌹🌹🌹💐💐❤❤💟🎤🎤🎤🎤🎤
Jiro baye namati tola lenco jabadhu ...from anfilo mugi
Waqqayoo sii haa gargaruu waalii siin haa agarsisuu
Hori Bulli qasht Kõo muca biya koo upaaa jabadhuu
WEEDDUU JIREENYAAN OROMIYAA HARMEEF WAQAYYOOTTI IMAAMANIIN BOOHEE GARAADHAN KENNE.....ELEGANT SING
ሲያምር በጌታ 😘
Jireenyaa enyuu isaani Ati bochuufi tun uuuufff haawi moo taami laata sirbaa baaredaa hojjaate senaa dhugaa irra yoo dalgaade taahe uuuuuuuuuuff 😔❤❤
Yaa Jireenya sagalee kee kaanaan ammas dabaltee wanta gudda isaa akka atii hojjettuu naan beekaa.
Omg kun seenaa dhugaa ta'uu qabaa jireenyaa shifaraa akaa malee sidinqifaifadhaa oso beket
Wwwwww
Ilmoo koo kan biyyati dhise jirnyaa jijirachuf jachaa biyyaa bahee naa yaadachiftee naa bochiftee wallaa ilmi nama waan ilmoo offii caalaa waan yaada takkayuu hin jiruu
Jabadhuu baredaa koo bayyee namaatii tolaa
You have beautiful voice for country music beautiful
Naggan walii argaaa dhugaa waqaaa gammada show irratti dhagaheen tureee jiree kooo
Jireenyaa maaltu mudate ? Akka natti fakkaatutti muziqichi mudannoo isaa ibsaa?
abdulshakur yesuf sirruma keedha dhugaa bayyee garaa nama nyaataa
😭😭😭😭 I'm very emotional jireenyaa be strong no one's stay with money
Jabadhuu bayee bareedaa
Jireenya koo heddu namatti tola jabadhu💗💗💗👈
Jireenya heeddun si jaallanna umrri nuuf dheeradhu SANYI KOO ❤❤❤❤
Hi oromo from somaliland
በጣም ያምራል እነኋሮመኛ ሰለምሰማ በጣም ነዉ የወደድኩት ደምጲሂ ያምራለ እሽ በርታ
Bayyee Sii Jaladhaa Jire Koo Nuuf jiradhuu Iove You
Jireenya bayee garidha nuf jiradhuu ijii hamtuun sii hin argin 😢😢😢😢😢😢😭😭 sirbichii garuu abba koo ibsaa
Baayyee namati tolaaa jabaadhu artisti kenya
Raabbi dhalaaketin walitti siiha muli'iisu ilmooke siiha argiisisu 😢😢😢😢ufffi maal qaba uttudhuma Ilmoo ofitin garigari baahu dhabani ayyii
wowww bayyee namtitola
😍😍😍😍😍😍😍🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Hedu si jalaladha naf jiradhu ❤️❤️💋
Dhugaa rabii mucan koo ekram jedhamtii garuu sirbaa kan dhagefachuu hin danda'uu
garaa nama nyaata jabaadhu aartistii keenyaa
Muziqaan heddu natti tolee garu yanii isaa naf hin galee dhuga tananii heddu garaa na nyatee
"Marartuu Mucaa ko" Wellistootni keenya daawwitii hawaasa isaaniiti. Dhagaa hawaasa keessa jiru bifa bashannansiisuu fi barsiisuun jechoota mimmiidhagootti fayyadamuun abbaa dhimmaa ta'anii ykn fakkaatanii hawaasa isaaniif dhiheessu.
Jirenyaa koo anis nan dhabee ilmo koo kan bayye jaaladhuu maqaa ishee nanat jedhe mogafadhee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢irra addan bahee gubaa garakoo sirra dhagahee
Uuuuuufff garaa nabaleste jirenyaa koo raabii wali sihagarasisu
jiroo baa`e bareeda haala nama hawwatuun kan qopheessite itti fufi
Maararttuu mucaa koo uuuuuuff🙏🙏
Jirooooo ko bayye namati tola jaabadhu
Wwwwwwwww jirengaa kenyaa 🇪🇬🇪🇬🇪🇬✔✔✔
Jiruyeee nuf jiradhu lubuuyee gotaa koo sirbii kee gara na rasaa
Bagaa oromoo tatee jiruu
Jiroo koo garaan siif naa gubatee osoo naf dandamee ykn wan arka koo kessa ta.e amumaan kanan siif fidaa rabbiin wani inii dadhabee hin jiru walitii isiin ananesuu hundafuu obsan demii jiroo koo
Mucatii tiyya yadadhee 😢 😢 😢 😢 😢 😢 😢 uffuuuuuuuuu biyya jiritii
Abshir lubuu😥😥
Jireenya bareeda keenya nuuf jiradhuu sijalanaa
Jjjj zenro altechalkem!!! 1ffaaadha jabaadhu!!!!!
Jiru koo abshiri rabbin nama jalatu qormata🥺🥺🥺🥺❤️🩹❤️🩹❤️🩹
woowwww bayye namna gadisissa jirenya senba dhutuu mo
Hedduu namatti tola jireenya keenya long life😢😢😢💖💖💖💖💖
Abshiir rabbiin ilmo kee si dhabsisin uuuuuuuufffffiii wolahi imamani qabachu dadhabe qomo koo rabbiin ilmo ketif sile umrii isni haa tursisu
Waw Jiranyaa kenya jabaadhu
bareda keenyaa rabbin umuri tee nuf yaa dheresu
Wowooo yene konjooo
Wow ekiram
Wwwwwwwoooo namati tola jabadhu
Gariidhaa
Uuuuff Garaa nama nyataa
Namati tola jaabaadhuu sanyiito
Jireeko maltatee jechikee garaa namaa nyataa ❤❤❤
Waw jirenyaa ko umrii sif ha dheressuu sif haa dhisu
Jabaadhu Jiro
Jirenyakoo 💪💕💕❤️💚❤️💚❤️💚❤️💕💕💕💪💪😍😍🤩🤩🤩🤩🤩🤩😍😍🤩
Wan bareduu buy yadachistee jireenya keenya
Jireenyaa maaltu muddaate maaloo sirbichi seenaa qaba uuuuuuf yaa uumaa koo
So true God does not have empty hand but he feels up out impittynes
Ufffuuiiuu bayyee namati tolaa 😭😭😭😭😭😭
Woyyoo akkami garaa nama raasaa jiruu koo nuufi Jiraadhu
hedduu bareedadha
Abshiiiiiiir😍😍👌

Uuufff seenaa sirba kanaa dhagaheen gaddi guddaan natti dhagahame.
Guyyaan jira Jirroo. Waaqayyoo ija nagaaa wal si haa agarsiisu.
Homaa mitii jabaadhu waanti hundi ni darbaa 😥😍
www jireenyaa qashtii baayyee namatti tola baguma keennaa taatee
Dhugaadhaa garuu Mucaa keerra batee Obsi Rabbi nuf jiraa Anille irra bahee😭😭😭
A Aa Hawwirra da'imma qaba maa
@@alfiahassenalfia5560 Akkasi Uuuff Garaa naa baleesee Anilee Akkasuma Irraa nabasee Rakkini
Dhugaa sagalee kee baay'ee namaa tolaa jabaadhuu jireenya .halumma kana itti fufii jiruu.
Uuufff bakkaa jirtuuti fayyaa qofaa sifaa taatuu sittaa toluu jireenyaa keenyaa baayyee bareeda ❤❤
uuuuuuffffeee bayyee namati dhagama jeechootikee garaa nama rasuu😭😭😭
Abshir obsii waaqayyoo haadha manaa keef ilmookee siifaa deebisu!!
Bayy,ee Bareeda jabadhu itti fuufi😍👍👌🤩
uuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭🌹🌹🌹🌹🌹💐💐❤❤💟🎤🎤🎤🎤🎤
Jiro baye namati tola lenco jabadhu ...from anfilo mugi
Waqqayoo sii haa gargaruu waalii siin haa agarsisuu
Hori Bulli qasht Kõo muca biya koo upaaa jabadhuu
WEEDDUU JIREENYAAN OROMIYAA HARMEEF WAQAYYOOTTI IMAAMANIIN BOOHEE GARAADHAN KENNE
.....ELEGANT SING