Anan wanti na ajaa'ibu Mucaan Waaqoo jedhamu kun dhuguma abbaa seera aarti ta'uu saati namni waan ergaa guutuu fi qumnagara qabu tokko hin hojjetin akkasuman namni ni kolfaadhaf duwwaa fococaa oole galu kun how???akkamiti...akka wan cima ta'etti of ilaala + namumti sammuu hubataa qabu tokkos nama diraamasaa ilaalu hin argine an
Prank yoo ta'e hin bareeda, kanaan ala dhala namaa kamuu beekaa ta'ee ta'ee hin dhalanne irra deebee hojetee jijjiiramuu ni dandaha jechoonni akkas haamilee nama cabsani dubbatamuun hin barbaachisu
Malidha oromon safu qaba hirkoo Mali namni dadhabu danda.a Maltu akkas si arsa egaa amma jalatamte oromon si jiba ati amala akkasi qabda tanan oromon lafati gadi si darbachus beka of ilala ademu wayyaa😢😢
Dhiifama jechaa Ani gochaa sanas nama gochicha raawwaates hin argine garuu yeroo namni Jabaa bilchina Aartii qabu kun hamma kana miira keessa seenu na gaddisiisera🤦🤦 irras hin eegamu!
Yaa warqoo koo ATI waa malee Akka kanatti hin haasoftu waanuma jabaa ta'uu hin oolu.garuu qophicha guutuu Isaa nuu dhiyeessaa waanuma akkatti waaqoo lolchiisu laalla❤😢
Waaqoon garuu dhugaa nama cimaadha. Seeraan act gootee argisiisteen!❤
"Carraa Abbaa Lataa Art Acadamy-tti barachuu argattee itti qoostaa?" Jedhe Waaqoon! Dhugaadha kuni carraa carra qabeessi argatudha!
Guutuu isaa fidaa!🥰
Maaloo maaltu umammee anni waan kana hordofuu bayyen jalladha maaltuu siin argattemee😢😢😢😢😢❤
Kun pirankii ta'uu hin haafu Garuu daafa nuf fidaa waqoo akka hin tanetti fudhachaa jira namnii
Waqoo ati nama jabadhaa❤
Waaqoo jabaa namaa jabaadhu. Dhugaa miirri kee ana biras jira!!
Waaqon waa malee akkasitti hin dubbanne qophicha nuuf lakkisaa mee😢😢
Oromoon aartii isaa sadarkaa har'a irra jiru kanaan ga'uuf aarsaa guddaa itti kaffaleera yoon arguu baadhes waan baayyen dhaga'e warri har'a carraa akkasii kana argattan immoo caalatti cimtanii hojjechuu qabdu malee aartii oromootti qoosun oromoo jiraa awwaaludha akkuma diinota isaa kanaaf ofitti hin qoosinaa dhugaa warri carraa abbaa lataa akkaadamitti carraa barachuu argattan cimuu qabdu isin carra qaboota
Maatii nuuf ta'aame please artii oromo guddifna
Namni dadhabaan hin jiru hirkoo
Oromoon safuu qaba
Ayi ayi ayi ayi ayi ayi ayi 😢😢😢
Hirkoo seenaa RAMBO yaadadhu.
Anan wanti na ajaa'ibu Mucaan Waaqoo jedhamu kun dhuguma abbaa seera aarti ta'uu saati namni waan ergaa guutuu fi qumnagara qabu tokko hin hojjetin akkasuman namni ni kolfaadhaf duwwaa fococaa oole galu kun how???akkamiti...akka wan cima ta'etti of ilaala + namumti sammuu hubataa qabu tokkos nama diraamasaa ilaalu hin argine an
Akkas akkasitti walitti himuu wayya silaayyuu
Jabaadha waaq
Abshir waaqoo ko😢 Rabbi siif haa dubbatuu uuuuuuuf
❤❤❤❤❤ hojii jal'atamaa pranki onnee namaa boqochiisu
Garuu waltajjii irraattii nama arrabsuun kun sirrii miti.
Akkas tanan.bayeen jaladhee dhugaa miira kana.jabadhaa
Lencoo maaloo Nuuf gad-dhiisaa an amman arguutti ariifadhee
Guutuu isa fidame maaloo
Eyyen qophichaa guutuu issa nuu fidaa maaloo
Saaksii oduu bayistee
Maaloo yaa rabikoo. Utu ani nama kana taee halkanif guyya hojeedhen waqoo arsaa
Malii ijolle mucaan maltee badee akkatti haraa eda kanaf matan yeroo i malee irra dhumee waqoo koo tasgabbai hadhoo koo bayye sii jalanna gara lafessa koo😢😢😢
omg...i can't wait...😲😲😲
Waqayoo naga haa busuu maloo waqoo tasgabayii atii 🙏🥹
An qoosaadha jechaan tureem, garuu waaqoo maaliidh?
Ani waan waaqoon jajjare natti fakkaata dhiifama dogoggoruun yakkamaa nama taasisaa?? Moo waan biraa mucaan kun hojjetetu jira??
Guud jedhaa habteen
Waaqoon na marare dhugaa bayyee aare 😢
Hhhhh uuuuuuu
Maali aboo 😢😢 waaqoo😢😢
Waaqakoo kun #prank wayiidha naan jedhikaa😅
Qoosaa ta’uu qaba Waqoo 🥺
Waaqoodhaan print godhaatii nuuf baay’isaa maaloo warri itti dhiyyoo jirtan(blue color) dhaan nan jaaladhe
Miiraa keessaa bahikaay qashtii
Miirri kun argamuu qaba😢❤
Please guutuu isaa nuuf gadisaa addaraa waqayoo
Waaaqoo ko maaltaatee😢dhugaa Hedduun rifadhee Garuu video San guutuu isaa nubiraan gahaa adaraa leencoo ko😢
Waaqoon in sobaam utuu itti gadhiistaniittu ta'ee ammas hin ga'u
Utuun biyya keessa jiraadhee waameen itti iman ture
Keessa hin baanee ammanni
Waaqoon yeeroo aarellee waan diraamaa dalagu fakkaata😅mee tasgabbaaya dhugaa qabduu gutummaa isaa gad nuuf dhiisaa?
Qoosaa
😂😂 dhuga rabbi yaada dinqidha
Waqo parti ta'e irratti character kessa batetta fuullikee hikamera male acting 👏
7/ 10 sif kennera an 😮
🤣🤣🤣🤣🤣🤣 prank nurratti hojjecha jira yoo ta'e malle 100% Waaqon kana hin jedhu🤣🤣🤣
Saaksii
Guutuu isaa nuuf gad dhiisa plece
I hope it is tricky to rise the watching time of next coming video post.
I hope so
Kunii dhugaa akka hin ta'e naa ammanaa dhugaa 🙅🙅
Gad dhiisaamee ilaallee sin deeggarra ykn dhukkee sinirraa kaasna😁
Prank yoo ta'e hin bareeda, kanaan ala dhala namaa kamuu beekaa ta'ee ta'ee hin dhalanne irra deebee hojetee jijjiiramuu ni dandaha jechoonni akkas haamilee nama cabsani dubbatamuun hin barbaachisu
Sabarratti prank hojjettuu isinis😃😀😊
Maayinni akkasitti miira ofii to'achuu dadhabuun? Isa amma jettu bar booda haasoftanii ari'uu dandeessuum. Namni waan dadhabaa ta'eefimmoo akkasitti xiqqaachuu qabaa. Niitiin qeesii beekte beekte jennaan kitaaba miicce jedhani. Gadi galoo.
Wanticha addaa baafattee moo 😊
@@Leenii-vm5ie sababiinsaa waan barbaade haa ta'u waltajjiirra taa'anii video waraabamaa akkasitti xiqqaachuun tuffii sabaa qofa miti gadi-galummaadha. Lammata waan namittiin kun hojjettullee ilaaluu hin fedhu.
Maaltu sin muudateee😢😢😢
Safuudhabboo
❤❤😂😂😢😢😮😮😮
Waaqoon Hamuma beekumsa sheeting dubbattee xeebduun kun
Waaqoon nama jabaa oromoon qabu artiisaan umuriisaa irratti gubedha. Garuu maaliif miira guddaan aare waaqoon ? Ummataaf ifa godha.
Wayi Waqoo comedia Fakkatam Hasa.an Kee Kun😂😂😂
Guutuu isa mee
Waqoo aaruu har'aa😢
Praankii nu gochaa jirtu ta'uu qaba malee hin amanu ani. Waaqoon gar malee aareeraa.
Acting ofumaa hojjete malee; comment dhugaa natti hin fakkaatu😮
Maali haasofni kosiin akkana
Kashalabben ati farshoo
Guutuu isaa ilaala nuu gadhisa mee
Kun dhuga ta'ee jennani hundi ketu galbaxamii jalqabaa kee yadadhu😢📵😊akka harre asii gadi hin halakin ok😊
Enyuudha issi keessa Kan tiyatra baraatte Kan namatti murteesitan eenyuu tanani namni uttu in dogogarrin aassi gahe hin jiruu
Video itti aanuun Piraankidha akka nuun jettan abdiin qaba
Jarsi mata molu Badadha😂😂😂😂 Ara waaqo 😅😅
Hojii irratti prankn jiraayi?
Please gutuma isaa nuuf dhiesaa
Qophicha gutu isa nu dhihessa please waqo duwwa akkas hin harre
boo suspense nun godhinaa kaa booksii waaqoo ilaallaa.
Udaan jedhee akaakayyun koo
Gutu sa gadi dhisa lenco waqon wa malle akas hin arre
Malidha oromon safu qaba hirkoo Mali namni dadhabu danda.a Maltu akkas si arsa egaa amma jalatamte oromon si jiba ati amala akkasi qabda tanan oromon lafati gadi si darbachus beka of ilala ademu wayyaa😢😢
😂😂😂
maaltu dhufaa jiraa ?🤨
Namnoo hin jiruu waaqoon eessa deemaamo baqate baee maf nut hin agarsifnegaa
prank dha nuun jedhaa
😅waaqoo maal taate gurbaa bahi miira keessaa
Lolaa wammatin mo Waa barsisuu dhaif Akam wanasaa Sa,ree undii kettuu 😂😂
Waan akkas miiraan guutame gadhiisuun keessan sirrii miti. Isa akkasii keessumatti hin fixxanii maal taatan jarana
HAQAA GUDDAAN UDAAN FIDA JEDHA OROMOON YOO MAMMAAKU
Waan mucaan sun hojjete nuuf dhiyeessa nus waan isin akkas argan ilaalla moo prank nu gootani
Qoosaa dha kun silaa asira hin keessan
Maloo guutuu isaa gad nuu dhisaa moo akka nutti maaloodha jene egnuutti muddii nutti qabatuu
Muudii qabattuy😅
Prank 😂😂😂😂😂😂
😂😂😂 harkaa micirameen UA-cam galee Lasalle
Maali jaallan koo??????
Paraki dhamo ?😂
Dhiifama jechaa Ani gochaa sanas nama gochicha raawwaates hin argine garuu yeroo namni Jabaa bilchina Aartii qabu kun hamma kana miira keessa seenu na gaddisiisera🤦🤦 irras hin eegamu!
Hin sobinaa 😂😂😂😂😂 Subscribes likes gochaa jirraa suspense nu gochuuf jettaniiti garuu act keessaniif 10 out of 9.5 😂😂😂😂
Prankii nu gootaniree
Piraankii nu gochaa jirtu waaq😂 isin hin amanu ani😂
Hhhh saksii
Yero gara ful durati bahe homtu hin jiruu kanaf akka acting argarsisu nati fakkata wan hundafu yero vedio guutun gadhifamu ilala
Maaloodhaa?
Viidiyoo kana guutuusaa barbaadna!
What a hell
Mal jedhaa ?
waaqoon acting eegale fakkaata!!
Script 😁
Yiii Mal tahee Waaqon dhuguuma Aremo na galee
Waqoo jabaa namaa