Mee namni akkka kiyyatti onnen isin cabxe layik tuqaa mee komentti tiyya tana yaa Rabbi yoo hamttun jiddu isaani jiraatte yaa rabbi atti furi attumaan araarsi hamttu isaani nan dhageeisin dhuga anni namni akkatti wal kabajju kun yoo walbiraa dhabe😂 heddu natti dhagahama opsee jireenya jarsan gargar bahani jiraachu kana keessatti irra gudda nuttu opsa hin qabane opsii anni yoo gadi xiqaaxe muxanno wagga 10 qaba garu Alhamdulillah amma rabbin narra gutee maleedha habiibti anni abba nana kiyya wagga jaha 6 jalalan jiranne inni sawuzu afrikka ani biyya wagga afur imoo inni Kanada ani biyya masiri jiraachan turee wagga dila kana gaama kiyyan qaatan abdimuraadhe dhiise garu inni gama isaatin heddu opsa qaba yeron anni kutti boo amma booda sin barbaadu jedhen ee atti nan barbaadu mii garu anaatu sibarbaada jecha naa kadhata garu anis wanin jalal isaa qabuf gara itti hin jabaadhu dhuga wan duran isattin ka’a turee san amma yeroon bira dhufun arke ee jirun addunya tunis akka namni hawwe namaf hin taatu nutti dhalaanttun nii jarjjara mee opsiif canda tana yeruma dhufte arkita❤❤❤❤❤isin lachu isnin kabaja silkki tee ass jaltti naf kayyi keesanin sii dubbisu feedha
Obsee ibsun America Galani Sii akkaa hin mufachiine yaa allaha giduu isani nagaa tasissii inshaallah 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻💓💓wolni isiin jalaadha Yoo ta'ee amo you tob Obsee fi ta'uu woyaa isee biiraa hin jiruu you tob irraa dhissiifi ibsu
Rabbi sodaadha uuuy walaay rabbiin ja,aa nama Akka keessanii kana ADDA baasuun rabbiinuu nun dhiisu wly rabbiin ADDA isin hin baasin yaarabbi jalala isaanii ta duraanii san naa deebisiif
As wr wb mashaa alhaa obse ati irrati dalagi ibsu canada jira dalagan isa adda wan hin dhabannef yero hin qabu mi sanifu ati dalagi irrati obse haye nurra hin badin ❤❤❤❤❤
Lachan kesanu barbana rabin adani isin hin basin inshallah namni inuma wolin dhaba adunya kanarati namni wolin hin dhabne hin jiru wly kesatu hati manatif Abban Mana yeroma hunda wololu wan woli jalatanifi qali Abshir qali wan hunda kan tolchu rabuma rabii jirenya kesan hatolchuu❤
Amshri rabbiin woliti isiin haa debisu lubbuu 😢garuu akka addaan bataan hin fedhu garuu illmi nama akkuma jalalli jiru wol dhabuunis jira ani gama kiyaan naa hofolchaa yotuben kuun oso kaa obsse ta.e naati tola yoo jedhu ibsu jibbee oso hin taane isheen itala dhalaati waan tatteef
Hin tahuu obse nutii isiin lamanu bakka tokkotti isiin arkuu fenaa
Warri yaada kiyya degartan like 👍 godhaa
❤❤❤❤❤
Dhugadha bro
Sirridh
Isaan lamanu wajiin yo hotaan wayyaa❤❤
Sirriidha
Dhugaa rabii obsee atii obsaa qabdaa jabadhuu rabiin yeroo dhihotii wal biraa isiin haa gesuu inshallah 😢😢🎉🎉🎉
Mashaa Allaah is in. Wallahi walumaan baredani ❤❤walumaan nuf dalaga
Sin lamaanu irratti nu daligaa warii jeettan leki godhamee ❤
Mee namni akkka kiyyatti onnen isin cabxe layik tuqaa mee komentti tiyya tana yaa Rabbi yoo hamttun jiddu isaani jiraatte yaa rabbi atti furi attumaan araarsi hamttu isaani nan dhageeisin dhuga anni namni akkatti wal kabajju kun yoo walbiraa dhabe😂 heddu natti dhagahama opsee jireenya jarsan gargar bahani jiraachu kana keessatti irra gudda nuttu opsa hin qabane opsii anni yoo gadi xiqaaxe muxanno wagga 10 qaba garu Alhamdulillah amma rabbin narra gutee maleedha habiibti anni abba nana kiyya wagga jaha 6 jalalan jiranne inni sawuzu afrikka ani biyya wagga afur imoo inni Kanada ani biyya masiri jiraachan turee wagga dila kana gaama kiyyan qaatan abdimuraadhe dhiise garu inni gama isaatin heddu opsa qaba yeron anni kutti boo amma booda sin barbaadu jedhen ee atti nan barbaadu mii garu anaatu sibarbaada jecha naa kadhata garu anis wanin jalal isaa qabuf gara itti hin jabaadhu dhuga wan duran isattin ka’a turee san amma yeroon bira dhufun arke ee jirun addunya tunis akka namni hawwe namaf hin taatu nutti dhalaanttun nii jarjjara mee opsiif canda tana yeruma dhufte arkita❤❤❤❤❤isin lachu isnin kabaja silkki tee ass jaltti naf kayyi keesanin sii dubbisu feedha
Walahi heduu qalbiin nuh capxee yo dandesan kesan fixafi jole tana😢😢😢
Yaa obsee too gafaa ibsuun demuu sanii akkaa jarsaa kiyaa fi daimaa tiyaa birraa itti demee yadadhee bayyee bohee jarsaa fi jartiin yeroo wol birraa fagatee eduu isaan shakkii hedduu seenaa bayyee ulfataa kanafuu sutumaa jedhaa wolif obsaa malii gonna ree hiyumaan haa baduu nama wol jalatuu gargar fagesiti,!!😭😭😭😭
Maaloo gargaaraa rabbii jedhaatii ijoolleen kun akka gargar hin fageenne 😢
👉Carraan jiruun walirraa fagaachuu kan jiruu namoota baay'ee dukkaneessite ijoollee kanattis dhufte dhimmaa koo olitti baay'een gadda dhugaa
Ijoolleen kun 👉fakkeenya jaalalaa turani.
Fageenyi biyyee haa nyaattu
😢😢😢
Ani kophaa keessan Hin fedhuu isin lamanuu waliiin malee ❤
osii
Aniis
Hintahu obsee siifii ibsuu jachuun namaa nuti ifdurattilaaluudha jirru bar Akkam jachu vidiyoo ibsutiis laalee adda bahu naffa kkata haala kanaan rabbi hin qeebalin ibsu obse my famile isin lachuu my lovee yaa rabbi adda bahuu hin qeebalin😭😭😭😭😭😭😭😭😭warri nadegartan mee like
Obsee ibsun America Galani Sii akkaa hin mufachiine yaa allaha giduu isani nagaa tasissii inshaallah 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻💓💓wolni isiin jalaadha Yoo ta'ee amo you tob Obsee fi ta'uu woyaa isee biiraa hin jiruu you tob irraa dhissiifi ibsu
Adawii isin jiiduu sene jira obse fi ibsuu cabsa adawii teysan lamanu rabbi hamtu isin irra haqabu walhi nama walif isin qudhu dadhabe ykn sheyxana isin jiddu sene hundafuu walitti isin hadebisu gamachun. Ameen ya rabil alamin.
Amiiiiiiiiiij Amiiiiiiiiiij
Obse ergaa sababaa nan gafatina ja,tee hayee dhifnee anii garuu akkaa kiyatii wan fedheefuu akkaa kopha kophatii daleydaan hin fedhuu IBSU&OBSE waluman nuf dalagaa rabbii yeroo dhihoo keysatii wal biraa isin haa fiduu ❤❤❤
❤obsee& ❤ibsuu waluman nutii toltan shexan jiduu kesan Rabbii haa qabuu ishaallah
As wr wb dhamsii kiyyaa ibsuu dhaaf obboollessaa wanti fedhee yoo umaame obseen gargarii hin bahiin obseen siif amaama 3
1/ dubaarttin amaana jedhaan ergaaman rabbituu صلوات ربي وسلامه عليه ❤
2/ mucaattin tunii family ufii hundaa dhiftee atti sabaaba taateef rabbiin kiyyaa islaamumaa isiif kenee ajrii guddoo rabbii siif haa kenuu
3/ biyyaa baqaa kessaa jirtti ilmoo woyii waan itti boohartuu ufii biraa hin qabduu 😭😭😭😭 rabbiin kiyyaa ilmoon isiin haa badhaasuu yeroo dhiyootti wolitti isiin haa fiduu kanaafuu yoo isiin amaalaa qabaates rabbiif jechaa yoo obsitee mucaatti tanaa ufitti qabdee wojjii jiraate naa amaani jazaa guddaa rabbiin irraa argaata please ibsuu obseen amaana dha namni hundii amaana bakaan gayuu hin danda'u 😭😭😭😭😭😭
Yoo prank jedhaan sanii ta'es hedduu onneen naa cabdee💔 rabbii isiin haa dhiisuu anni gamaa kiyyaan isiin dhiisee❤
😢pirknin tahuu qabaa jechii kun nutii obseef ibsulee wajuman fenna Hamtuun edoo keessaan hin senii Abshr barreduu koo my sweet 😢😢
nutii wolin isin feen boo Adara addan bahina uuuuuuufffffeeee ya jirenyaa wolira fagachu kana Rabbin hamtuu isinra ha qabu sheyixana giduu kesani haa basuu 😢😢😢😢
Akkana hin ta,u malee isin lachuu barbaanna rabbi sodaadha nu galaafatinaa rabbiin waliif isin ume waliif isin haadhiisu yo rabbi sodaattan addaan hin bahinaa👏👏👏👏
Yeroo hunda du,aa,ii isiinii fin godhaa Rabbiin waliif isiniif haadeebisu inshaa Allaah ❤❤❤❤❤jajabaadhaaa❤❤
Rabbi sodaadha uuuy walaay rabbiin ja,aa nama Akka keessanii kana ADDA baasuun rabbiinuu nun dhiisu wly rabbiin ADDA isin hin baasin yaarabbi jalala isaanii ta duraanii san naa deebisiif
😭😭😭walahi obse ani heduu qalbii nah capxee jirtii maalif jenan ani yo isin adaan batan bulti tiyaa tanini halan jaladhu iraa abdi ira muradha 😢😢uuf rabbi jedha suta jedha rakko jirtuu fura tasgabah mira kesa baha ibsu obse nutii waliin isiin fena 😢😢😢😢😢😭😭😭
Pirank nu gochaa jirtuu biyya tokko waani bin jireef Male homtu hin umamnee😊🤩
Yaa raabii malii kaa waali dhaabdani moo obsee atumaa iraati nuu hojaadhuu ishaallaa raabinii waani hamatuu siraa haa qabuu
Gowwa 😢
Rabbiin addaan sinii hin basiinii maaloo obsee maltuu siin mudatee maloo imimmaan qabachuu dadhabee rabbiifuu 😭😭😭
Rabbi isin hin dhiisu qalbii family hin cabsinaa adda bahuun keessan addunyarratti hin heyyamnu 😢😢
As wr wb akkam nagha Ibsu and Obse Issn Lamanu wajjin nuuf Dalagaa Rabbiin Duniyaaf akkiraa addaa issn hin Bassiin Inshallah Rabbiin waani Waali issn Dhabsissaa Issn iraa Haa Faggessuu Inshallah Please Issn Nama waa Heduu Obsee asii Gahee Rabbiin obbsaa Kaana olii issnf kennee ijjaa Naghaan waali issn Haa Garsissuu inshallah Ani Garaa Kiyyaa Wallah akkaa addaa Battaani hin Fedhuu Namani Kamu yoo wallin nuuf Hojattaani Ittii Gamadaa male Akkaa Gargaraa battaani hin Fennuu Rabbiin Yaddaf Muradaa kessaan walitii issnf haa Qabbu Nama Jechuun nama waan hundaa Obbsee kessaa Dabrasee waan Tayyefii obbsaan Dabarasaa kanaafu issn lamaanu wajumaan Ittii nuu fufaa Taa achiraa Haftee ammo Rabbiin Itti Kadhaanaa akka waantii Hundii Keyrii issnif Tatttuu Rabbiin Gargara issn hin Faggesiin Ibsu and obsee please i really don't want to hear ibsu and obse separated Inshallah Nothing will Happen Allah will not allowed both of you to separate 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ittii ansudhaan Issn Jechuun bar nama waan Heduu kessaa Darbee asii Gahee Kanafuu Waanti addan issn Bassuu Hin jiruu inshallah Rabbiin waan Jabbatee Hundaa issnf haa
Maali wal dhabdan moo maali yoo rabbi sodaattan Wallahi waliin Hagga daleydan toltanii Wajjumaan nuu dalagaa Yoo Rabbi Sodaattan Walumaan nuu dalaga ❤❤❤❤☝️☝️☝️🫶🫶🫶👍👍😭😭😭😭
Wly rabbii akka toluu hagodhuu nutii waan januu beynuu Garuu rabbii isiin hagamachisu
Ibsuu miciyyoo tana yoo dhiifte rabbiin sin dhiisu wly
Waalhii anaa olitii raabii shaa jaalatuu waalhii raabii fii jechaa sii jaladhaa isiinii lachuu osoo bota tokoo jirtanii baredaa hudee
Pils rabbii soadadhaa heddu takkan rifadhee pils waan akkan dhiisa isin lachuu wajjin dalagaa😭😭😭
Uuuff wolumaa hojadha rabbii hattuu hin fidin rabbii wolhii wolii namatii tollotan😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
Wa'alleeykumsalaam worahmatullahi wobaraakatuuhu malii jechuu obsee isiin lachu irraatti nufi dalgaa malee nutti gargarii isiin hin bafnuu Rabbiin yeroo gababduu keessaatti wolitti isini Haa debisuu inshaa Allaah Akkamumaa duraa sanitti inshaa Allaah
An isin lachuu filadhaa akasin adaa batanuu hin fedhuu yariiibikoo addaa hin basiin ijolee kan 😭😭💔💔
Eee aka male rifadhe
Addaan Bassii Nufii Himmii Woliin isinnii Hordofaa Turee Barii Akkaa Kootii Naafii hin Galee 😢😢❤
Obse ibsu gadi bahaa gaffii hordoftoota kessanii deebisaa sana booda filannaa ok
Garuu maaltuu ta'e hedduu takkan rifadhe dhugaa rabbif jedhaa waan akkanaa hin haasa'inaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Natu duraa laki godhee waraa ako ijolee kanaa jalatani laki xuqaa achumani matii na taa anii dhugaa dubachufi heduu isni jaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ibsu&Obse rabbi isin jiddutti nagaa haa buusu bi'iznillah
Isin lamanu walin baredani wari jatan like 👍 godha
Koomii tiyyattin aarinaa wallahi niin rifadhe kabiraa kawalloleehuu meeqaan vidiyoo teysan garsiisee walitti araarse bar hay hatattamatti waliin deebiaa oboleeyyan kiyya bohaarsitoota boqonnaa kiyyaa wahii yarbbii kiyya dafii fixi mee itti yaadaa
Isan lachu waluman fena😢wly obse maligaru waldidani😢😢😢😢😢😢😢😢jiru biya namati ya rabii kiya jole tana walbiran gehi😢😢😢😢
As wr wb yaa obse Rabbin walif isin hadhisu obse ibsu walumaanu nuf hojadha ya obse ibsu heddun isin jaladha Rabbif jecha addan hin bahina
Kuni dogogoraa keeti Hordoftoonnii murteessuu hin danda,an ,sababiin isas yoo isiin tokko tatan jallana malee tokkof tokko Haa dhabuun ,kun dogogoras yaada Sheexanatis kanafuu ,Laman keessaan irraati hojjedha jedha ani bareedduu tiyaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhuggaaa ddubbachuuf ani ye roon isin wal birattj argu hedduun gammada hamtuuun isin. Gidduu hin seenin🎉
As wr wb akkam nagaya waahundaanuu rabbiin addaan isin hinbaasin jiruun adduniyaa isiinuu gabaabduudha walumaan isin haajiraachisu waahundaafuu walumaan bareeddanii maashaa allaah obboleettii tiyya
Rabbi Jedhaa Waan Kaa Dhisaa Obsee
Obseen Haa dalagdu garuu sodaa rabii qabacha waan barumsaa qabu waan rabbin waltii si busne halaa qamaa kee shafanate irrati hojedhu
Subaanallah ergaa isin ilmii namaa kunii guyyaa guyyaatti adaam bahaa rabiin adaanii isiin hin baasiin anii gamaa kiyyaan isinii lachuu ❤filadhaa
😢😢😢😢Maal tate wol dhabdan moo akkm obse Rabbii jedhii
Rabii adda isiin basii yeroo dhiyooti walitti isiin haa deebisuu jalali tesa jalala hallan namati toluu yeroo wal dukaa nuuf dhiyatan isiin jalanaa rabii walitti isiin haa deebisuu garu yoo walii hojechuu hin danda'amne moo obsee qofaaf yaa hafuu obse koo❤❤
Obseeyyee jabduu oromo jajjabadhu amantii tee jabeeyfadhi
Rabbiin Hamtuu isinirraa haa qabu walitti isin haa fidu walumaan irratti hojjadhaa bultii zalaalam isiniif haagodhu yaa Rabbi Ammiin
Maalii dha Rakkoo Isinnii Lammaanu Wolii Feennaa Nutii Maalii Jechuu dha Saah
Maa bareeduu koo hasumaa kantuu malfii qostaa garuu no wanumaa borotni tabpadhuu ❤❤ obse 💯ibsuu 🤲♥️
As wr wb mashaa alhaa obse ati irrati dalagi ibsu canada jira dalagan isa adda wan hin dhabannef yero hin qabu mi sanifu ati dalagi irrati obse haye nurra hin badin ❤❤❤❤❤
Kkk. Mashaa allaah jettee sah
@@akmal5304 hii sila malin ja'a
Hin touu obsee sifii ibsuu walin fenaaa wlyaa ❤❤❤❤❤ pirank haa taiuu wly warii yad kiyaa degartan likii godhaa
Lakki walumaan dalagaa addaan isin baasuu hin feenuu rabbii addaan isin hin baasinii.
Rabbin hamitu isanira ha qabu obse ati irati nu dalagi
Lachan kesanu barbana rabin adani isin hin basin inshallah namni inuma wolin dhaba adunya kanarati namni wolin hin dhabne hin jiru wly kesatu hati manatif Abban Mana yeroma hunda wololu wan woli jalatanifi qali Abshir qali wan hunda kan tolchu rabuma rabii jirenya kesan hatolchuu❤
Obse birati ha hafuu 😢 waani rawatame hundafu alhamdulilah jedhi jabadhu rabbin sii wajjin haa tahu
Ibsaa rabbi sodadhuu rakkon yoo jiratte Marin furadhaa male wan akkan isin irra arguu hin fennu
Aww maaltaate giiftiikoo ati mucaa bareedduu rabbiinillee sijaalatee diinii kanasiiflaatedha jabaadhu rabbi ammallee dabalee sihaajaallatu ❤❤❤❤
As wr wb akkamii Nagayaa jiratanii ummataa Nabbii Muhammad Sallallaahu Aleeyhi wasaallam
Sallallaahu aleyhi wossallam
Akkam jattan Hordoftoota IBSU🫶Obsee❤❤❤❤
Obsee qaldii akkana dhisii rabbiin kana hin dhagaa'iin maf addaa batuu nutii isin lachuu fenaa😢😢❤❤❤
Sin filadhaa an obsef haa haafuu❤
obse ati dhugani obsa qabda jabadhu amale rabin yero gababdu kesa ti walbira isin aha fidu inshallah 🎉😂❤❤❤❤❤
Isin lamaanu waliin dalagaa rabbi hamtu isinirraa haaqabu
Yaa rabbi adan isin hin basin yaa obsee❤
Inshallah Rabbiin Addaa siin hiin basiin Bakkaa tokkootii bareedani Bakkaa tokkootii siin arguu fenaa .. Obseen haa hojeetuu
Oboletii koo rabbii waan jabate isaan haa laafisu bulitun yoo digamaatu bayee nama gadisisa ati nama amati bira kessa gara amati kenyaa dhufite ibsu bayee baless kannafu ani yoo pank tahu balete obse kanna kee haatahu UA-cam ❤
Noo
Maalii Jechuudha Waaliin Dalaaga ani Addaan isnii baasuu hin dandaa'uu wallaah😢😢😢
Haasiidaa fi hiisdii jidduu keessaani haa fageessuu Rabbiin
Bultii Teessaanin Qoosaa Dhiisaa🎉🎉🎉
Obsee Naa Rifaachifte wallaahii yoo qoosa ta'ee waan akkaana dhisaa
Nuuti isiini Lamaanu woliin isiini barbaana wolumaani isiini jallaanas
Obsee pirank 😂😂😂😂❤❤❤
Rabbiiin ngyan wal isiiin agarsisu inshaallah rabbiin jalala tessan tadurani san calaa isiinif habarechuu obse tiya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😅😅😅😅😂😂
Wao ❤❤❤❤❤
😅😅😅❤❤❤❤❤😂😂
😂😂😂😂😂😢😅
As wr wb sila obse jedha garu issin lamanu walin yoo nuu daldan daas nuu jedha rabi jirena kesan adda hin basin
Yaa ibsuu miciyyoontun amaanadha rabbi sodaadhu yo rakkina ilmoo taate hiree godhifi gaafa sibira dhufte ilmoo ni arkattani biyya alaatti karaa hedduun yaalu dandessan pls miciyyoo tana itti hin jijiramin biyya baqaa kessatti dhiftee biraa deemte
Isini lachuu asirtii hojadhaa kaa biraa iratilee woli wojini hojadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Aboo rabbi waan jabaate hunda laaffisee isinii waliin shaa jechaa kokkolfaa nu dhuftan nu haa garsiisu🙏
Obsee Rabifii jedii disii Walii Malee hln baredaanii Qalii yee disii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥲🥲🥲🥲
Yaa Rabbii maaluma Rakkiinnii keessan Rabbii sodaadha Addan Hin bahina
Yaa rabbii addan hin basin yaa obsee keessuum rakkoo keessan furaa
Ay Jaalalli akkana hoggaa tahe nama jibbisiise. Rabbi adda isin hin baasin.
As wr wb yaa obsee fii ibsuu isin lamanu rabii wal biratii debisee nuu haa garsisuu nutii waluman isin fenaa waluma biraa toltan ishaa ala waliti isin haa debisuu yaro dhiyo keysatii oboleyti tiyaa ishaa all❤
Rabbiin waliti isiin haa debbisu Rabbiin haqa cita waal dhahee adaan basu adaan isini base waan isin jidu senee adawii teysaan isiinira nyatee waliti isiin haa debbisu obse and Ibsu
Wollaay hedduu takka rifadhe dhugaa rabbii yeroo ati yutobe kana qofatu woli nuhafe jettu nibooye maaliif yo jette osoo ilmoo woliin qabatanii akkana miti
Obseee obseee obseee teenyaaaaaaffffff nuuuf dhiisii wlh rabbiin sii qabeeeeee❤❤❤❤❤
Rabbi woli biraa isni haa gahuu wani hundaa duraa isii woiltii isin haa dhiyesuu qamaa qalbini inshallhaa 🥹🥹☝🏻
Amshri rabbiin woliti isiin haa debisu lubbuu 😢garuu akka addaan bataan hin fedhu garuu illmi nama akkuma jalalli jiru wol dhabuunis jira ani gama kiyaan naa hofolchaa yotuben kuun oso kaa obsse ta.e naati tola yoo jedhu ibsu jibbee oso hin taane isheen itala dhalaati waan tatteef
Rabbii Adan isin hin basin wojuman wojadhaa wol male hin toltani obse koo❤
Obsee siif haa dhisuu dhugaa rabbii
Qalbii Na cabsitan wallaahi Wal dhaba keessan media irraa buusaa Lafatti furaa ❤❤❤❤ Waliif obsaa jaalala waliif qabaadhaa uuufffffffff
Wollaah Rabbiin hamtuu jidduu tessaan jirtuu isiin jalaa ha kaasuu
maaljechu obse ibsun
waldhabdani wlh
hedduun rifadhe
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ibsuu yoo obse dhistee wly rabbii sii dhisuu wly bly
Yoo dhugaan ibsu fi obsen ka adda baha ta'e welhi jalalaati dhuga adunyan kanara hin jiru na amana uuuuffffff Ani garu hin amanu
Ani waan akkana isn lameen giddu dhagayu hin fedhu isin lameenuu woliin fedha😢 Obse &Ibsu❤ wolin❤
Hin tahu isin Lachu nuf toko 😢😢😢❤❤
Waluman nuf hojadha walin baredani obsiye rabii dadafi bira si ha gesuu ❤❤
Yaa rabbi ijoolle tanaa jidduu jasaani hamtuu fodinii yaa Allaa
Maaltu maal ta"ee obsee tenyaa nutti isiin lamaanu walin isiin arguu fenaa rabbii jiduu teessaan lamaan haa eguu wly😢😢
Atis ibsu mican tun Jalalaa tetif Amati isslamuma qabate ama imoo qarati sii iti fufte hadara Obse hin dhisin kobaa yaa ibsuu 😢😢😢Baab sin jati bar ibsu Jalalaa aka Obse enyu beka amas kabaja qabdi
Masha allah walbiraa toltani yaroo gabaabdu keessati walbira isinhaa geeyssu❤❤