MARRO MEDIA
MARRO MEDIA
  • 6
  • 39 138

Відео

Jaal Rabbirraa bilisummaa Ajajaa zooni Gijii kutaa1ffaan kunooti@Marroomedia_marromedia
Переглядів 14921 годину тому
@Marroomedia_marromedia @Sansakatube @Burkatubee @subscribeme1992 @Share marroo-media haqaa!
Jaal boore lammii itti Aanaa Ajaja giddu galeessa. maal jedhan? haala yeroo irratti
Переглядів 1 тис.4 години тому
@Marroomedia_marromedia @Sansakatube @Burkatubee @margaaangaasuuofficial @subscribeme1992 @share
Jaal marroo Ajajaa Olana Abo wbo kutaa 2ffaa haala yeroo irratti kan dubbatan
Переглядів 17 тис.4 години тому
@Marroomedia_marromedia @Sansakatube @Burkatubee @subscribeme1992 @Share @Like @comment @jaalmarrookoo873
jaal marroon dhimma galuu jaal sanyifaa mal jedhe? @Marroomedia_marromedia @Sansakatube
Переглядів 10 тис.7 годин тому
@Marroomedia_marromedia @Sansakatube @SubscribeMami @Share @comment
Game rache tesfaye kan recard Africa cabsee dawwattoota kumaa 103 oliin dawwatame Dawwadhaa!
Переглядів 1916 місяців тому
#abo #abde_show #oduu #abowbo #oromotiktok #oromoo_music #oromo #new #wbo #wallo #abde_show #oromoo_music #visionentertainment #galaanaagaaromsaa

КОМЕНТАРІ

  • @tofikahmed3393
    @tofikahmed3393 11 годин тому

    Well come MD

  • @AbusheBulo-sb8zo
    @AbusheBulo-sb8zo 12 годин тому

    🫁 oromoo!!!!!

  • @AbusheBulo-sb8zo
    @AbusheBulo-sb8zo 12 годин тому

    ♥️

  • @Orgindoo
    @Orgindoo 14 годин тому

    Dhugaa dubbachuuf ani WBO qeequuf miti Faarsuuf iyyuu nama ga'aa miti. Garuu akka ilma Oromoo tokkootti wanti ani gaafachuun narraa eegamu Dhuguma Oromiyaa iddoowwan garagaraatti dararaan saba Oromoo haadha hiyyeessaa irraatti maqaa WBO tokko tokkootiin ta'aa jiru sirriidhaa?. Hooggansi WBO dararaa haati hiyyeessaa keessa jirtu dhugumatti quba qabaa? Dararaalee akka 1.Qarshii akka malee gaafachuu fi irraa fuudhuu 2.Fira Kaabinee mootummaati jechuun ajjeesuu,reebuu,maallaqa gaafachuu 3.Odeessa qulqulluu malee basaastuudha jedhanii reebuu,ajjeesuu 4.Dirqisiisanii waan hin qabne gaafachuu..... Dhugumatti Hogansi WBO Oromoof kan hojjetu yoo ta'e dhimma kana irratti tarkaanfii fudhachuu fi sirreeffama hatantamaa kennuu qaba. Yaada Umataa fudhachaa malee qabsoon galman qabdu rakkoo uumataa idoolee gara garaa deemuun gaafadha.. Galatoomaa!! Bilisummaan Uummata Oromoof

  • @Tescomo-yn1qx
    @Tescomo-yn1qx 15 годин тому

    Yooyyaa

  • @AbduljalilAbdala4040
    @AbduljalilAbdala4040 20 годин тому

    🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @AbduljalilAbdala4040
    @AbduljalilAbdala4040 20 годин тому

    🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀

  • @AbduljalilAbdala4040
    @AbduljalilAbdala4040 20 годин тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tescomo-yn1qx
    @Tescomo-yn1qx 21 годину тому

    Yooyyaa 🎉❤❤

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h День тому

    Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @AbduljalilAbdala4040
    @AbduljalilAbdala4040 День тому

    🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @Shurrubbee-v1b
    @Shurrubbee-v1b День тому

    Rakkoo yoo jiraa tahee furachaa demuun gariidhaa

  • @KebedeBilata-p9s
    @KebedeBilata-p9s День тому

    Yes 👍

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    11:56

  • @MandelaYada
    @MandelaYada 2 дні тому

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    Never heard of this one but I think it looks really itchy to be honest with new generation of people who have a lot of issues that are going through their head in a way that’s just not the case for Different Worlds or anything like this one?!.

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    I’m sorry to hear that you had such big mouth about your mother I wish you could walk away from that pain and be able for yourself I know it hurts you so badly I hope that you’re doing bad things looks animal mind your own thoughts are yours to take it easy on yourself?!.

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    Chamber lied about it all waste of time to be honest with you and your group of followers who don’t understand what the truth really comes out about the world?!

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    This kind idea it will not sustainable concept of a new generation of people who will have a chance at success but who are still struggling and will be able for channel to reach their dreams of the future in a new generation?!.

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    How evaluate your own life choices to see what you are capable of achieving with a career path that will help your future success to come up the right level of satisfaction for your own people and selectively choose your own military experience to achieve success for yourself or others to come up with the same level as you do?!.

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

  • @RobsenAbashu
    @RobsenAbashu 2 дні тому

    Ufee kaa my happy birthday you are a man to one side of my room really bother me with one of your words he would not have gabaru to the gichu children if he had entered

  • @BarisoBalla
    @BarisoBalla 2 дні тому

    Make your idea logical at this point in the process world system is looks Big mouth?!.

  • @ChaliFekadu-b9l
    @ChaliFekadu-b9l 2 дні тому

    Ati leencumaam

  • @MimiGeda-oj1pb
    @MimiGeda-oj1pb 2 дні тому

    ❤leencaa keenyaa kutataa nama🎉

  • @gTiyyaa
    @gTiyyaa 2 дні тому

    king❤

  • @abdulwahidaliyyii
    @abdulwahidaliyyii 2 дні тому

    😮please please nagaa buusa naga wayya maf nagaa jibittu issiin

  • @abdulwahidaliyyii
    @abdulwahidaliyyii 2 дні тому

    dhugaa rabbii yoo oromoof qabsofttan gala dadhabnee jirra enyuf qabsoftan enyutii qabsofan

  • @TajudinHassen-i6x
    @TajudinHassen-i6x 2 дні тому

    Leenca tokkicha oromoo

  • @RetaStudios-hi8tw
    @RetaStudios-hi8tw 2 дні тому

    ⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱⛱☂☂☂☂☂

  • @habtamugiduma2577
    @habtamugiduma2577 2 дні тому

    Hunda dursa Jaallan keenya nagaan rabbii hunda keessaniif haa ta'u OROMOO fi OROMIYAAN isin qabdi dhugaa dubbachuuf saba kanaaf jettanii hundi keessanuu kaleessa hidda mukaa nyaattanii waan dhugdan dhabdanii gatii baayyee baastanii isin gootota dhugaa OROMIYAAN qabdu abdii sabaati Garuu, ani akka wallaala kootti amma wal waraansa jiru kanaan hagam deemuu dandeenya an akka kiyyatti waraanni oromoon ittiin dhaadatu bakka fedheyyuu yoo jiraate hawwii kooti amma garuu haadhootu wal ajjeesa haadhuma keenyatu boowaa maraataa oola durba keenyatu salphata saba keenyatu saba keessaa duubatti hafa kanaafoo falli maali yookaan wal waraansa dhiisaa achumatti nagaa nuu ta'aa jiraadhaa yookaan ammoo walii galaa wali hin tuffatiinaa yoo isin wal tuffattan OROMOOTU tuffatama ee bada Garaa tiyya maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo wal dhagaya wal hin qoodiinaa kaleessa walumaan waan hedduu taatan gaarii malee badaa walii hin kaasinaa isin lachuu Oromoo ILMOODHA kalaas

  • @SiidaaWaaktolaa
    @SiidaaWaaktolaa 2 дні тому

    Nagaa Fiduuf yaalaa malee fokkiseera.borummoo kana caalaa fokkisa waan ta"eef Araara buusaa. Ummanni gama lamaa n dararamaa jira 1ffaa karaa humna nageenya mootumma 2ffaa warra Daggala galee ummata saamaa jiruun abbaan dhugaa ummata qofa

  • @AsterGetu-q8u
    @AsterGetu-q8u 2 дні тому

    Maroo maari Saba!!!❤❤❤❤

  • @abdihassan5447
    @abdihassan5447 2 дні тому

    Ulfaadhu Umrii dheeradhu

  • @abdihassan5447
    @abdihassan5447 2 дні тому

    Dhugaa keeti leenca Roorroof hin jilbiiffannee harmeen baga si deessee !!❤❤❤❤❤❤

  • @NoorIbrahim-rb4cf
    @NoorIbrahim-rb4cf 2 дні тому

    Maaloo, nu, gaalchii, obbolaa, kenyaa, ijaan, agaraa, hin, gahaa, adaraa, waqaa, maloo, leencaa, kenyaa, jaal, marroo, 🤲🤲🤲

    • @abdulwahidaliyyii
      @abdulwahidaliyyii День тому

      @@NoorIbrahim-rb4cf yes dhugaa keeti ni gahaa obolaa keenya yaane jirra

  • @TofikBubee
    @TofikBubee 2 дні тому

    Mee maariiyadhaa isin hundii keesanu maridhaan maale waanii tohu hin jiru erga mariyatanii boodaa waaranii Akka waaranatii Kaan biyyaa bulchuu Akaa bulchaatii tahe Amaaf Abiyuma isin Maal gochuu qabna waan jahuu saan qabataanii ergaa gaaltanii boda Haayuu oromoon qabduu faan maarii gochuu qabduu Asuumaatii Maarii godhaa mee biyaa nama dhisaadha isin hundu ilmaan Abaa tokkotii waal hin dhibinaa hadar Akkatu Maqa gaarii hin qabnu yoo isin waal taatan diini hin jaltu kaan bekun nuraatii jiraat

  • @MuradHaji-t2l
    @MuradHaji-t2l 2 дні тому

    Mee lakkofsa keessani naa ergaa jaal qabsoo

  • @MuradHaji-t2l
    @MuradHaji-t2l 2 дні тому

    Jabbadhu gotta koo

  • @IskandarAbdalla-i2c
    @IskandarAbdalla-i2c 2 дні тому

    ❤❤❤

  • @iyesusMichaellafaaonna
    @iyesusMichaellafaaonna 2 дні тому

    💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @feyisabonsa
    @feyisabonsa 2 дні тому

    Harka harka jettanii jirtu Caarraan qabdan isinis galuudha

  • @QaxxisaQabsoo
    @QaxxisaQabsoo 2 дні тому

    marroonis you tube banatee jira. hayyee marroo baga nagaan dhufte sihordofna.

  • @JustaThoughtUSA
    @JustaThoughtUSA 2 дні тому

    Atis yeroo kee eegdaa! Maaloo yoo Waaqa sodaatte Dugda oromoo irraa bu'i!!! Xibaara kee dhiisii!!

    • @birratedhowai6799
      @birratedhowai6799 2 дні тому

      Angoo kiloo 4 keeniteefi buu,ii jetuu, dugdi kee haa cituu.

  • @totealhousani9415
    @totealhousani9415 2 дні тому

    Yes ❤❤❤😢😢

  • @totealhousani9415
    @totealhousani9415 2 дні тому

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉😢

  • @khadijagebeyu2839
    @khadijagebeyu2839 2 дні тому

    🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿🐅🐅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪🏿💪🏿💪🏿🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪🏿💪🏿

  • @khadijagebeyu2839
    @khadijagebeyu2839 2 дні тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @KebedeBilata-p9s
    @KebedeBilata-p9s 2 дні тому

    Thank you very much 🙏

  • @seyfumohammed9619
    @seyfumohammed9619 3 дні тому

    Jaal marroon nama fayyaaleysamiti maraataadha nama gowwaa doofaa maqaa qabso oromootin daldaluudha