- 66
- 111 725
Kamesa Music
United States
Приєднався 12 бер 2014
Відео
Olmaa Baay'ee and etc. Improvised Instrumental Music
Переглядів 1,2 тис.Рік тому
Olmaa Baay'ee and etc. Improvised Instrumental Music
Ayiguwadelem| Nuro Kegeta Improvised Instrumental Music
Переглядів 469Рік тому
Ayiguwadelem| Nuro Kegeta Improvised Instrumental Music
Instrumental Music- Ene esun Yemawkew | እኔ እሱን የማዉቀዉ
Переглядів 1,6 тис.2 роки тому
Instrumental Music- Ene esun Yemawkew | እኔ እሱን የማዉቀዉ
Instrumental Music- "Si Argachuun Koo"
Переглядів 1,1 тис.2 роки тому
Instrumental Music- "Si Argachuun Koo"
Instrumental Music- Maal Attamittiin Dagatu?
Переглядів 1,6 тис.2 роки тому
Instrumental Music- Maal Attamittiin Dagatu?
Instrumental Music- "OBSI YAA LUBBUU KOO"
Переглядів 1,3 тис.2 роки тому
Instrumental Music- "OBSI YAA LUBBUU KOO"
Meberchaye | Tekeste Getnet | Instrumental Music
Переглядів 2,5 тис.2 роки тому
Meberchaye | Tekeste Getnet | Instrumental Music
እግዚአብሔር ብርሃኔና መድሀኒቴ ነው | Instrumental Music
Переглядів 9602 роки тому
እግዚአብሔር ብርሃኔና መድሀኒቴ ነው | Instrumental Music
Glory to his name | ክብር ለስሙ | Instrumental Music
Переглядів 4282 роки тому
Glory to his name | ክብር ለስሙ | Instrumental Music
ምን እላለሁ | Min Elalehu | Instrumental Music
Переглядів 9553 роки тому
ምን እላለሁ | Min Elalehu | Instrumental Music
Keessa Koo Jirta | Oromo Instrumental Music | Improvised
Переглядів 2,5 тис.3 роки тому
Keessa Koo Jirta | Oromo Instrumental Music | Improvised
Improvised Music | Afaan Oromo | Amharic | English Hymns
Переглядів 5143 роки тому
Improvised Music | Afaan Oromo | Amharic | English Hymns
Bro gltmi bareedadha style babbaareedaa kan ta,e UA-cam kana jalatti naaf ergi❤❤❤
Bro gltmi bareedadha style babbaareedaa kan ta,e UA-cam kana jalatti naaf ergi
Bro baayee gaariidha galatoomi chanaalii kana jalatti style babbareeda naaf ergi
Beautiful
Bayyeesaa Haa mulatuu qubinikee
Siritiii qiadhuuuu Voice filanokee sirefadhiuu
👍👍👍👍👍👍💋💋💋💋💋
❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow ebbifamii
A beauty😍❤ oro koo😢
GOSA TIYYAA GOSHOO TIYYAA..🔥🔥🔥 Gosa tiyya Goshoo tiyya Osoo fooyuu galgaleessee... Aayyaa yaboo ana deessee Osoo fooyuu galgaleessee.. Maa galgalaan ana eeddaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Intaltummaan gosa qabduu Goshoo loon fooyuu hin dhabduu.. Natu ijaare bitimaa Oso booyuu galgaleesse .. Abbaan na uumate simaa Osoo booyuu galgaleessee.. Daawween Guddaan Harooressa Osoo fooyuu galgaleessee ... Jala naakaayi aroogessa Osoo fooyuu galgaleessee... Karaa kaasi gaalee Daawwee hundeen isii baale Osoo fooyuu galgaleessee... Laanganno jechoon Waayyuu gadi Osoo fooyuu galgaleessee ... Saimmannaa kophee Adii Osoo fooyuu galgaleessee... Asii ka'ee sin hamadhuu Osoo fooyuu galgaleessee.. Gurra keetiin caqafadhuu Osoo fooyuu galgaleessee.. Gosa jechoon heebano'oo Loowwan jechuun geegayo'oo Osoo fooyuu galgaleessee.. Lafa bayee atuu beettaa.... Maa galgalaan ana eeddaa? Osoo fooyuu galgaleessee.. Gosa tiyyaa goshoo tiyyaa Osoo fooyuu galgaleessee Tanaanillee hin galannaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Gosa tiyyaa goshoo tiyyaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Ta haftellee hin kadhannaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Gosa tiyyaa goshoo tiyyaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Eessummanii durbiiwwanii Gosa tiyyaa golloo tiyyaa Osoo fooyuu galgaleessee.. Warra sangaa guchiiwwanii Gosa tiyyaa golloo tiyyaa Osoo fooyuu galgaleessee... Italtumman gosa qabduu Osoo foyuu galgalesse Goshoo silgaa fooyu dhabduu.... Osoo foyuu galgalesse Ka micicaa olee babbo osoo foyuu galgalesse Miciresse foyee abbon osoo foyu galgalesse.... Giiloon adolessa baatii Osoo foyuu galgalesse Hootu arogessa taatii Osoo fooyuu galgalesse Arogeyyiin ta Aananii Osoo foyuu galgalesse Afoleyyii nu waamani Osoo foyuu galgalesse... Ayyoon xiqqon hadha tiyya Osoo foyuu galgalesse Ayyon guddon waaqa kiyya osoo foyuu galgalesse Ati weegeen kana seeta osoo foyuu galgalesse Weegeen guddan gadab dheeda Osoo foyuu galgalesse... Amaratuu hunnaan nyaata Osoo foyuu galgalesse foolish silgaa gurran baata Osoo foyuu galgalesse Leman muree qilee tulee Osoo foyuu galgalesse Farda dhabee dugdaan guuree Osoo foyuu galgalesse Dugdaan gurun jabenyuma Osoo foyuu galgalesse Silga fooyuun qabenyuma Osoo foyu galgalesse... Afaan golaa na teessisaa Osoo fooyuu galgaleessee Aayyaan faaruu dhageessisaa Osoo fooyuu galgaleessee Aayyaa masgiinni qillisuu Osoo fooyuu galgaleessee Natu kabee hin dhim'isuu Osoo fooyuu galgaleessee Hangaasuu Wado nama haalaa Osoo fooyuu galgaleessee Gurra kankee hardha laalaa Osoo fooyuu galgaleessee Arroo eegee witiriiraa Osoo fooyuu galgaleessee Meeti horiin kan wosiilaa Osoo fooyuu galgaleessee Aayya yaboo ana deessee Osoo fooyuu galgaleessee Arroo an faarse dhageessee Osoo fooyuu galgaleessee Keenna mucaan kan taphatuu Osoo fooyuu galgaleessee Kenni qawwee haa qabatuu Osoo fooyuu galgaleessee Dhaqa milkiin natti tolee Osoo fooyuu galgaleessee Daaleen kosii natti koree Osoo fooyuu galgaleessee Minishirii natti hin bittuu Osoo fooyuu galgaleessee Akka masoon lafa lixxu Osoo fooyuu galgaleessee... Godemannaa Doorii koyyaa Osoo fooyuu galgaleessee Soddaa dureessuma woyyaa Osoo fooyuu galgaleessee Lafti dhufnee Worja daarii Osoo fooyuu galgaleessee Oloo Fardaan lolu kaanii Osoo fooyuu galgaleessee.... Itti dabalamee.. boru hamoomata deema 🔥🔥🔥
ዋዉ ጌታ ፀጋዉን በእጥፈ ድርብ ያብዛልህ ጥሩ አገልግሎት ነዉ በርታ🎉🎻🤲
geta yibarkh 😍😍😍🙏
My arsi❤
Sii jabadhu
❤❤❤❤ Arsii koo addaa fi seenna
nice work qexilbet 🤩🤩
Essatti baade nuf deebiyi pls?
የአስቴር አበባ ሃያል ሆይ የምሎውን
ዩአስቴር አበበ መዝሙሮችንም ስርልኝ
በርታ ጎቦዝ ሰብስክርይብ አድሪጌሃሎሁኝ
ዋውውውውውው
Ameeeeeeeeeeen
Garuu akka mildhatuutti qubni kee
Do you want to learn how to play piano? Check this out: bit.ly/3jrWPEh
Wwowow wowo wowow baay'ee namatti tolla ebbifaamii. Itti fufii pls bor.
Tabaraki
Wawawa tabarikiii🙏🙏
Jabadhu jaba
Jabadhu jaba
Keessatuu afaan oromoo waan akkas hin jiruu dhugaa yeroo baay'ee barbadee dhabee har'aa argee hedduu sitti gammade
Amazing 💔 wow dandettii addatti please faarfannaa durii hedduu isaan nuuf hojedhuu instrumental music 🎶 isan
Muziqaa hojachuu barbaada sirba
Gandummaa gandummaa Yaa ilmaan Oromoo gandummaa. Ganda kiyya nanfaarsa Kan Ormaa hinxuqu. Ganda kiyya nan jaalla Ka nama hinxuqu.
Sois béni merci beaucoup
❤️❤️❤️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺arsii tiyyaa bagumaa siraa dhaladhee silaa hinafani naa qoltee walhi ❤❤❤❤❤❤
wow wow❤❤
Wow wow tabaraki
ዋው ተባረክ
ተባረክ " ከሞትም ያድናል " የኣዲሱ ወርቁ መስሎኝ ነበር ህርመቱ
WAAQQAYYOO SI HAA EBBISUU BRO KOO
Masha Allah Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarkatuhu
Beautiful 😍 song ever
Hey bro kiyya mid oromo barbaada beat hacaalu fa'aa kan adiinaan fa'aa please 🙏help bro kiyya galatomii musiqan atii tapatus bayye bareeda itti fuufi
ma
hii
nase
baguma arsi irra dhaladhe wwwww very nice
Thanks God bless you
Nice, this is a great song