- 139
- 197 440
QUALITY ORO MEDIA
Приєднався 13 лис 2024
Media dhugaa fi ejjannoo sirrii qofan demuu tahu keenyaa hubachuun subscribe like godhuun maatii taha.
Відео
qabsoon deeggarsaa alaatin oso tahiin of irratti irkatteeti ,amma maaltu itti anaa? karaan JAWAR?.
Переглядів 3429 годин тому
toftaa qabsoo amma maal tahu qaba???.
Переглядів 72313 годин тому
kallattin gaafii deebisaa JAWAR MOHAMMED dhihadhaa. m
Переглядів 363День тому
sababa ademsaa JAWAR kanatti ABIY biyyaa keessa fi alaattis qabsoo anaafis hiriiraa bahu qabu jedha.
Переглядів 2 тис.День тому
2nd JAWAR vs teddy aja'iba dhageeyfadhaa.
Переглядів 2782 дні тому
warra media fi warraa lafaas qabsoodha furmani, FALMATAA IBRO. .
Переглядів 5393 дні тому
JAWAR MOHAMMED gaafii deebisaa reyot walin dubbi jajjabduu fi falmii heddu afaan amaran kallattiin.
Переглядів 2,5 тис.3 дні тому
rakko JAWAR MOHAMMED fi hayyoota oromoo jiddu jirtu fi rakko oromoo heddu SEENA JIMJIMO kallattin.
Переглядів 2,4 тис.3 дні тому
Nuujabaadha inshallah nibilisomna
😁😁😁 abiyi
Dhuga❤
Wan tokko sitti dhamadha midiyalen abasha akkatti jawar jiban fi Akka inni Kara bahuf ollola offa Jiran illali
abiyi dhumaa bakkaa gaii rayyaa iraabui ganaa gubati ishallaa malaa abbake fidaa
Yes❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baay'ee nati tole sirritti taati sijalaa qabaayu walle❤
Gammee Intala akkanaa maaliif haasofsiifte
Shabo fiii Adde Seena ergaa gaarii dabarsaa jiru. Eergaa sana booda kunoo ar'a qeerroon Boirana falmii dhoose. Loltuun mootummaa waan muccaa be woggaa 12 mmanaa fuudhee ajjeesef qeerroon Boirana falmii gadi bahee.
Biyya kamiin baantu??😅😅😅😅
Wel come falmataa gotaa kenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Zero point
Dhugaa keeeeetii
Aboo jiraadhu qindeessa keenyaa, Gamee, gaafi keetif.
Hayuun beektuun, keenya tenyaa "Abiytu gaadi bu,ee abbomaa?" jete ka. Kantibaa enyuu?
Offi jabaachu maluli jiru, gaafa jabaate huundinuu nujala girrisaa. Qabsoon gaafa egaluu isaan, inni nadeegara jedhe miti. Mana diguun ummataa tasgabi dhowuu,akka wal hin gargaaree fi gadadoomsuu dha.
As wr wb rakkobiyakeessa akkamiti sifergina
Sena jabadhu game atile nujiradha
Maal Haasofti heee
Good job, but normally, the government develops infrastructure and offers opportunities. Who on earth, except petroleum-rich countries, cares about individuals? Removing the old and remodeling is a capital investment and an amazing decision that could be a long-term fundamental reform. It has never happened in 100s of years, but it is happening now, so we need to contribute something instead of fighting against transformation, in my opinion.
Blaming jawar, Blaming Abiy, Blaming jaal marroo, Blaming Blaming Blaming always Blaming each other and following only your ego Will not bring any positive out come
Waan gaari ojjataa jirra worra adi wliin midiyaarrai haasawu hinrbaadu jetti deddebite waan isiin fidde hinargine
Maaluma haasofti?
Jedhaa jirti
Seenaan maaluma nujalaa taate ?essatti cuqursiti kan tibaan bashaa kan digu dide kasani kandigu. Mudani
Kashaallabbee,, video Wagga dura dhiessitee akka haaratti dhiyeesitaa ..jaamaa
Sijalana❤❤❤❤❤❤
New Zealand 🇳🇿
Kashaallabbee
Adamas ira
Kediro baga nagaan dhufte.Xiinxalli siyaasaa ati gootu baayee nati tolaatii itti fufii nu djihadhu
Eyyee moyale irraa tokkummaa umaata oromoo akkamiiti dhufaa?
Eysa baddie dhufte Baga dhufte
Eenyuutu eenyuun lola?
All Oromoos fear that Amhara may restore to power if Abiy Ahmed is remove. So what is to be done the whole Oromoos?
❤❤❤❤❤❤❤❤
Enyuu atii?
Dhugaa ketii
Oromoo burjaajeeysu tii jirta
Uddu bara 3 duraa maal nugodha kadiro
Utuu mammuu qabaattani amata150 amaarri isinkoraa nadhoota
Sammuu maalitiin biyyaa bulchitu atu isnitti kennani kadhattuuu hunda
Biyya isin qoshashaa kantti kennee demaare? Koshaashaa
Kashaallabbee
Kaashaallbbee
Kkkkk😂
Itti muddii qeerroo
JARATTII SODUU KAN NAMA NURRAA ARIYUUTU DHIBEE???
TULTULLAA !!
Namtichi kun bay'ee sobaa. Motummaan Abiyi kun ammamillee rakkoo haqabatu malee, waanti innii odeessuu baayyeen sobaa dhara.
Worri soddaatif isaatis irraa dheesse jiraa amma sooftif fooxaa bitaaf. Isiniifis jajjabina yaa kennu waaqayyo. Danda'uudha